๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนBagaa geessan.
1 Samu'eel 5:4๐Ÿ‘‡
Garuu yommuu isaan guyyaa itti aanu ganama kaสผanitti Daagon #taabota Waaqayyoo duratti addaan lafatti gombifamee ture! Mataa fi harki isaas irraa caccabee gubanii balbalaa irratti kufee ture; Qaama isaa qofatu hafe.

โค๏ธ Daagon=jechuun Qurxummii jedhudha (Afaan Ibraayisxiittiin jecha #dag jedhuu irraa kani dhufeedha). Yookiin immoo Waaqa Qurxummii jedhama.
Haataโ€™u malee lubbuu hin qabuu. #Fuula , #harka qaba ilma nama fakkaata, inni bira immoo eegee qurxummii qaba.

Haataโ€™u malee waaqa tolfamaa biyya Filisxeemi.

โž›Gaaffii tokko warra pheenxeefi

#Taaboonni akkamitti #daagoni caccabseeโ“โ“โ“
Forwarded from Orthodox Promotion
Channel โ€™ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu.

Channel โ€™oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu.

Channel โ€™oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel โ€™oota kanneen hundumaa tokko tokkoon โ€œJoin/Subscribeโ€ taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!
๐ŸŒนkutaa-5-ffaa ๐Ÿ‘‡~
โž›๐‘”๐‘Ž๐‘Ž๐‘“๐‘– ๐‘“๐‘– ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘๐‘– ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–.
โœMaarqoos 1:13
#inni guyyaa afurtama #Seexanaan_qoramaa gammoojjii keessa ture. Inni bineensota wajjin ture; ergamoonnis isa tajaajilan.

1=๐‘”๐‘Ž๐‘Ž๐‘“๐‘– ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ยซ ๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ ๐™š๐™ง๐™œ๐™– ๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฆ๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™ค๐™ค ๐™ฉ๐™–๐™š ๐™–๐™ ๐™ ๐™–๐™ข๐™ž๐™ฉ๐™ฉ๐™ž ๐™จ๐™š๐™š๐™ญ๐™–๐™ฃ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™ฆ๐™ค๐™ง๐™–๐™ข๐™– ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™ชโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ•นDeebii keenya-
โžปKiristoos nuuf qoramee fakkeenya ta'uf malee Seexanaa sodate yookiin Seexanaa balleessu dadhabe miti โŒ

โถโžงIbroota 2:18
#Inni mataan isaa waan dhiphina keessatti #qorameef warra qoramaa jiran #gargaaruu ni dandaสผa.

โž‹โžงIbroota 4:15
Nu luba oli aanaa #dadhabbii #keenya keessatti garaa nuu hin laafne hin qabnuutii; garuu kan waan hundaan #akkuma_keenya_qorame qabna; taสผus inni cubbuu hin hojjenne

โžปkanafuu hanga ammaatti Kiristoos fakkeenya nuuf ta'uf akka qoramee sirriitti hubbanne jira๐Ÿ’ฏ

๐Ÿ›œ yoo fakkeenya nuuf ta'u qofa Qorame  malee Seexanni Kiristoos fuula isaa dhabatee hin beekuu.

โžŒโžงYaaqoob 2:19
Akka Waaqni tokkichi jiru ati ni amanta. Kun gaarii dha! #Hafuuronni hamoon iyyuu waan kana ni amanu; #sodaadhaanis ni hollatu

โžโžงMaarqoos 3:11
#Hafuuronni xuraaสผoonis yeroo isa argan #fuula isaa duratti #kufanii, โ€œAti Ilma Waaqaa ti!โ€ jedhanii iyyu turan.

โžŽโžงMaarqoos 7:26
Dubartittiinis nama Giriik, kan biyya Sooriyaa keessatti Finiiqeetti dhalatee dha. Isheen akka inni intala ishee keessaa hafuura hamaa sana baasuuf Yesuusin kadhatte.

โžโžงMaarqoos 9:20
Isaanis gurbicha isatti fidan. Hafuurichis akkuma Yesuusin argeen gurbicha dhidhiitachiise; gurbichis lafa dhaสผee hoomacha afaaniin baasee gangalate.

๐Ÿ›œ Kiristoos Aangoo isaattin humna isaatiin Seexanaa basuu isaa

โžโžงLuqaas 4:36
Namoonni hundinuu dinqifatanii, โ€œMaal barsiisni akkanaa! Inni taayitaadhaan, humnaanis hafuurota xuraaสผoo ni ajaja; isaanis ni baสผuโ€ waliin jedhan.(Maarqoos 1:27)

๐Ÿ•นNamootaaf Seexanaa akka basanif Kiristoos Aangoo kenuu isaa.

โž‘โžงMaarqoos 3:14-15
Innis akka isaan isa wajjin jiraatanii fi akka lallabaaf isaan erguuf namoota kudha lama muudee barattoota jedhee moggaase; akka isaan hafuurota hamoo baasaniifis taayitaa kenneef.

Namoonni immoo maqaa Kiristoos Seexanaa basuu isaanii.

โพโžงLuqaas 10:17
Namoonni torbaatamii lamaan sunis gammachuudhaan deebiสผanii, โ€œYaa Gooftaa, hafuuronni hamoon iyyuu maqaa keetiin nuu ajajamaniiruโ€ jedhan.

=โžป๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘“๐‘ข๐‘ข ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘“๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘– ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘Ž๐‘› ๐‘ž๐‘œ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘š๐‘’ ๐‘›๐‘ข๐‘ข๐‘“ ๐‘“๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘Ž ๐‘ก๐‘Ž๐‘’ : ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘“๐‘ข๐‘ข #๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘ _๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘ž๐‘Ž๐Ÿ’ฏ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐™ฆ๐™ช๐™ง๐™–๐™ฃ๐™– ๐™›๐™ž ๐™๐™–๐™™๐™ž๐™จ๐™– ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™– ๐™ ๐™š๐™š๐™จ๐™จ๐™–๐™ฉ๐™ž.
1=๐š–๐šŠ๐šš๐šŠ๐šŠ ๐šŠ๐š•๐šŠ๐š‘๐šŠ๐š— ๐šœ๐šŽ๐šŽ๐šก๐šŠ๐š—๐š’ ๐š—๐šŠ๐š–๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐š๐š˜๐š”๐š”๐š˜ ๐š”๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šŠ ๐š‹๐šŠ๐š‘๐šŽ ๐š‘๐š’๐š— ๐š‹๐šŽ๐šŽ๐š”๐šž.
2=๐š”๐šŠ๐š๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐šŠ ๐š—๐šŠ๐š–๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐š‘๐šŠ๐š—๐š๐šŠ ๐š‘๐šŠ๐šŠ๐š›๐šŠ๐š๐š๐š’ ๐šœ๐šŠ๐š‹๐šŠ๐š‹๐šŠ ๐šœ๐šŽ๐šŽ๐šก๐šŠ๐š—๐šŠ๐š๐š’ ๐š๐š‘๐š˜๐š›๐š”๐šŠ๐š–๐šŽ ๐š“๐š’๐š›๐šŠ

ุญูŽุฏู‘ูŽุซูŽู†ูŽุง ู…ูุญูŽู…ู‘ูŽุฏูŒุŒ ุฃูŽุฎู’ุจูŽุฑูŽู†ูŽุง ุนูŽุจู’ุฏูŽุฉูุŒ ุนูŽู†ู’ ู‡ูุดูŽุงู…ู ุจู’ู†ู ุนูุฑู’ูˆูŽุฉูŽุŒ ุนูŽู†ู’ ุฃูŽุจููŠู‡ูุŒ ุนูŽู†ู ุงุจู’ู†ู ุนูู…ูŽุฑูŽ ู€ ุฑุถู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ู…ุง ู€ ู‚ูŽุงู„ูŽ ู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑูŽุณููˆู„ู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ‏"‏ ุฅูุฐูŽุง ุทูŽู„ูŽุนูŽ ุญูŽุงุฌูุจู ุงู„ุดู‘ูŽู…ู’ุณู ููŽุฏูŽุนููˆุง ุงู„ุตู‘ูŽู„ุงูŽุฉูŽ ุญูŽุชู‘ูŽู‰ ุชูŽุจู’ุฑูุฒูŽุŒ ูˆูŽุฅูุฐูŽุง ุบูŽุงุจูŽ ุญูŽุงุฌูุจู ุงู„ุดู‘ูŽู…ู’ุณู ููŽุฏูŽุนููˆุง ุงู„ุตู‘ูŽู„ุงูŽุฉูŽ ุญูŽุชู‘ูŽู‰ ุชูŽุบููŠุจูŽ ‏"โ€Œ‏.‏ ‏"‏ ูˆูŽู„ุงูŽ ุชูŽุญูŽูŠู‘ูŽู†ููˆุง ุจูุตูŽู„ุงูŽุชููƒูู…ู’ ุทูู„ููˆุนูŽ ุงู„ุดู‘ูŽู…ู’ุณู ูˆูŽู„ุงูŽ ุบูุฑููˆุจูŽู‡ูŽุงุŒ ููŽุฅูู†ู‘ูŽู‡ูŽุง ุชูŽุทู’ู„ูุนู ุจูŽูŠู’ู†ูŽ ู‚ูŽุฑู’ู†ูŽู‰ู’ ุดูŽูŠู’ุทูŽุงู†ู ‏"โ€Œ‏.‏ ุฃูŽูˆู ุงู„ุดู‘ูŽูŠู’ุทูŽุงู†ู‏.‏ ู„ุงูŽ ุฃูŽุฏู’ุฑููŠ ุฃูŽู‰ู‘ูŽ ุฐูŽู„ููƒูŽ ู‚ูŽุงู„ูŽ ู‡ูุดูŽุงู…ูŒ‏.‏

Narrated Ibn `Umar:Allah's Messenger (๏ทบ) said, "When the (upper) edge of the sun appears (in the morning), don't perform a
prayer till the sun appears in full, and when the lower edge of the sun sets, don't perform a prayer till it
sets completely. And you should not seek to pray at sunrise or sunset for the sun rises between two
sides of the #head of the #devil (or #Satan).
Afaanii Oromottin hikaa isa
Ergamaan alaha muhammad akkasii jedhee ยซ ganama yeroo biiftuu Baatuu kadhannaa hin godhin ,galgalaas yeroo biiftuu lixuu kadhannaa hin godhin " yeroo sana biiftuun mataa ykn addaa Seexanaa irratti baatii jedhe ยป (Sahih al-Bukhari 3272)
๐Ÿ‘‰kanafuu Seexanni hanga guyyaa kanatti Namoota fi Allaha kadhannaa dhorkee jira.
Kuni qorumsa Seexannati๐Ÿ‘ˆ

๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘ก๐‘’๐‘™๐‘’๐‘”๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘š๐‘Ž ๐‘˜๐‘œ๐‘ก๐‘Ž๐Ÿ‘‡
๐ŸŒนBaga-Gessaan๐Ÿ’ž
1Phexros 1:10-12
#Raajonni waaสผee ayyaana isinii kennamuuf jiru sanaa dubbatan sun itti jabaatanii waaสผee #fayyina kanaa #qorachaa, #iyyaafachaas turan; isaanis yommuu #Hafuurri Kiristoos inni isaan keessa ture sun waaสผee dhiphina #Kiristoosiitii fi waaสผee ulfina itti aanu sanaa duraan dursee dubbatetti #yoomii fi #haala akkamii keessa akka taสผu #beekuuf #yaalaa turan.

#Namoonni Hafuura Qulqulluu isa #samiidhaa ergameen #wangeela isinitti lallaban sun waan amma isinitti himan keessatti utuu ofii isaanii hin taสผin isin akka #tajaajilan ifa ni taสผeef; waan kana #ergamoonni iyyuu #gad-fageenyaan arguu #hawwu.

โžงAyyaana Gaarii isiniif Haataโ€™u
Audio
๐Ÿ’žMormii Orthodoksi fi Muslimaa. Jidduu taโ€™e
๐Ÿ•นGutema,Gelana(orthodoksi
๐Ÿ•นseyfedin Abdelah(Muslima


โœGaaffii Kiristiyaanaa (orthodoksif) dhiyaatee

๐Ÿ›œ #Kiristoos Waaqayyo ta'u isaa qabxii ibsuu
โถ.Yohannis 1:9-11
โž‹.Maarqoos 12:28-29


โœ Gaafii Muslimaaf dhiyaate

โถ.โžง Waaqni Muslimoota Allah #Qullaa ta'u isaa qabxi ibsuu
Sahi Al- Bukari 6524๐Ÿ‘ˆ


โž‹.โžง Amantaa Muslimaa #aadaadha

Ashi-Shamali-Al-Muhammadiyah 417๐Ÿ‘ˆ


โžŒโžง #Dhukkee namni miilla isaa irratti yoo naqee jeenata mooโ“siol Lixa โ“

Sahi Al- Bukari 2811๐Ÿ‘ˆ


๐™œ๐™–๐™ง๐™– ๐™ฉ๐™š๐™ก๐™š๐™œ๐™ง๐™–๐™ข๐™– ๐™ ๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โœBaga Geessan :
โถโžปYohaannis 1:30
inni ani, ยซ Namni na duubaan dhufu na #caala; inni na #dura tureetiiโ€™ jedhee waaสผee isaa dubbadhe sun isa kana

=๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘ž๐‘ข๐‘š๐‘š๐‘Ž ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘› ๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘ข๐‘ข ๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘ข๐‘ข ๐‘‘๐‘ข๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘ก๐‘ข๐‘Ÿ๐‘’.

โœgaruu immoo foonii nama uffatteef ,barii lakkaaโ€™ame waggaa 30tti cuuphame.

โž‹โžปLuqaas 3:23
#Iyyaasuus yeroo tajaajila isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa soddomaa ture. Innis akka waan ilma Yoosef tureetti yaadamaa ture:
ilma Eelii

๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘ข๐‘ข ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘š๐‘– ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘‘โ„Ž๐‘ข๐‘“๐‘’:
โžŒโžปYohaannis 6:62
Yoos yoo utuu #Ilmi Namaa #iddoo_dur_turetti ol baสผuu argitan akkam taสผinna ree?

โžโžปYohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf #samii irraa #gad hin buuneetii.


๐‘Ž๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘”๐‘Ž๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘– ๐‘–๐‘ ๐‘–๐‘›๐‘–๐‘“ โ„Ž๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž'๐‘ข.
๐ŸŒนGuyyaa sadiif Farfannaa akka bishaanii Roobaa ganna fakkatun Waaqayyo waaqeesssa ture.

Seexanaa pheenxee fi Muslimaa rakkisaa jiru irraa qulqulleessine jira.


Akkasumas hafuura xuraaโ€™oo magaalaa keeessaa jiru fi naannoo sana jiruu gadi tumne jira.


๐ŸŒนROOMEE 16:20
Waaqayyo inni nagaa kennu immoo dafee #Seexana #miilla keessan jalatti in #caccabsa( burkuteessa) ayyaanni #gooftaa keenya Iyyaasus isinii wajjin haa ta'u


๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฆ๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™ค ๐™—๐™–๐™ง๐™– ๐™™๐™๐™ช๐™›๐™ช๐™ฃ ๐™ฃ๐™ช๐™ช ๐™๐™–๐™– ๐™œ๐™–๐™๐™ช๐™ช.
๐™ฃ๐™–๐™œ๐™–๐™– ๐™ฌ๐™–๐™Ÿ๐™Ÿ๐™ž๐™ฃ ๐™ค๐™ง๐™ฉ๐™๐™ค๐™™๐™ค๐™ ๐™จ๐™ž ๐™ ๐™ค๐™ค ๐™—๐™–๐™–๐™ฎ๐™š๐™š ๐™ž๐™จ๐™ž๐™ฃ ๐™Ÿ๐™–๐™ก๐™–๐™™๐™๐™– ๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค
Amanta Muslima dura biyya Araba kessatti Waaqni waaqeessa ture inni jalqaba โ #Hubal โž jedhama
โžปHubal kuni immoo #obboolleetti dubartoota sadi(3) qaba* yookiin immoo isaa afanii Ingiliffatiin (daughters ) jennu.
Maqaan dubartoota sadan immoo isanii kana๐Ÿ‘‡
โถโžปAllat
โž‹โžปAl-Uzza
โžŒโžปManat.


โœ yeroo Amma Muslimoonni maqaa Allat jettu sana xumura irraa qubee takka balleessaan Allah jedhuu.

Inni jalqaba=Allat๐Ÿ‘ˆ
Inni lamaffa=Allah๐Ÿ‘ˆ

Kanafuu Allah jechuun maqaa durii kani dubartii Allat irraa dhufee malee gara bira eessaa iyyuu hin dhufne.

Kanaafu Allah dubartii dha๐Ÿ˜œ๐Ÿ

Fakkeenyaaf maqaa kana Allah eessaa fidee jeete osoo Muslimaa gaafate iddoo inni fidee hin beeknuu siin jedhuu ๐Ÿ˜œ

Maqaa dubartii lamaffaa immoo Al-uzza jedhama kuni immoo Qubee โ #Al โž jedhuun jalqabaa.
Maqaan Allah 99 keessa tokko

ุงู„ู…ุงู†ูุน - Al-Mani#

kana jedhun Al + Mani jechudha
Kani dubartii sana immoo
Al-Uzza=Al+ uzza jechudha.

Kanafuu Qubee Al jettu kuni eessa dhufte osoo Muslimaa gaafatee deebii isaa hin jiru๐Ÿ˜œ

Link kana xuqaa dubbisa mee