🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹Gaaffii tokko Muslimoonni akkasii jedhanii naa gaafatanii
#Maariyaami kani #ajjeesee Iyyaasuus #Kiristoos , kanaafu Kiristoos akkamitti #haadha isaa ajjeesaa kuni #safuudha nani jedhanii 😁

➻ yeroo kana ani immoo gaafii tokko gaafadhee Raaji #muhammadi Kani #ajjeesee eenyu jedhee gaafadhee #Allaha nan jedhee.
➻erga akkasii ta’e kana hunda Allaha muhammadi tti fayyadama ture maalif ajjeese ,Allahan maaliif #garaa itti jabate kuni #safuu dha jedhanii 😁😁😜

Yeroo kana #deebii fidu didee caalise 😁


🌹gaaruu ani wanta tokko isinitti nan himma yaa ijoollee #orthodoksi.

Du’aa jechuun #boqonnaa dha , Waaqayyo immoo namni yeroo boqachuu qabatu nama boqachisaa.

Kanaafuu Waaqayyo boqonnaa namaaf yoo kenne kuni akkamii safuu ta'a mee,akkamitti boqonnaa cubbuu ta'a


🌹yaa Muslimaa akkanumaan ofii keessatti hin fincaanii jennani.
Forwarded from 🎯hanga ammaatti kosii addunyaa fi xurii wantoota hundaa taaneerra እስከ አሁን ድረስ የዓለም ጥራጊ የሁሉም ጉድፍ (1Qor 4:13)
🕹Namoonni dhimma qabdan keessa iyyuu hordofa #Muslimaa fi #pheenxee kani ta’e yoo jiratee.
Falmii ykn mormii gochuuf Namni fedhii qabuu yoo jiratee.
Link kana xuqa na dubbisa👇

👉 @Gutema123 👈

👆👆👆
Kutaa-2-ffa itti fufaa
Mee amma dhuguma wangeela Maarqoos 1:1 irratti jechi Kiristoos #ilma Waaqayyo jedhu hin jiru laata .
بِسْمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ🌹

ذٰ لِكَ مِنۡ اَنۡۢبَآءِ الۡـقُرٰى نَقُصُّهٗ عَلَيۡكَ‌ مِنۡهَا قَآٮِٕمٌ وَّحَصِيۡدٌ‏
That is from the news of the cities, which We relate to you; of them, some are [still] standing and some are [as] a harvest [mowed down].

𝙝𝙞𝙞𝙠𝙖 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙖𝙛𝙖𝙖𝙣 𝙤𝙧𝙤𝙢𝙞𝙛𝙛𝙖𝙖𝙣
#𝙤𝙙𝙪𝙪 kuni magalaa irraa sii irratti odeessine ,isaani dhabatuu fi hamadhudha
(suuraa 11:100)
➊➻kunoo Allaha Oduu #magalaa keessa demee #fidee muhamadi irratti odessa jira🤷‍♀

Kanafu Qur’aani Oduudha jechudha🕺
▬▬▬▬

بِسْمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ

نَحۡنُ نَقُصُّ عَلَيۡكَ اَحۡسَنَ الۡقَصَصِ بِمَاۤ اَوۡحَيۡنَاۤ اِلَيۡكَ هٰذَا الۡقُرۡاٰنَ ‌ۖ وَاِنۡ كُنۡتَ مِنۡ قَبۡلِهٖ لَمِنَ الۡغٰفِلِيۡنَ‏
We relate to you, O Muhammad the best of stories in what We have revealed to you of this Qur'an although you were before it among the unaware.

ℎ𝑖𝑖𝑘𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑎𝑓𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑜𝑟𝑜𝑚𝑖𝑓𝑓𝑎𝑎𝑛👇
Nuti wanta kana gara keetii ergine yaa muhammad kuni #𝙨𝙚𝙚𝙣𝙖𝙖 bareda dha  nuti Qur’aanaa irraa seenaa kana,Ati garuu duraa iyyu ni #irafta.😁
(suuraa 12:3)
🌷kutaa-2-ffaa.👇
➻gaafi fi deebi Muslimoota
Maarqoos 1:1
jalqaba wangeela Iyyaasus Kiristoos #Ilma Waaqayyoo
➊=gaaffii isaani akkasii turee « jechi #ilma waaqayyo jedhuu sunii iddoo sana hin jiru jedhuu
======//======
🕹Deebii keenya.
-jechi #ilma Waaqayyoo jedhuu suni jira kani jedhuu ta'a.

🍇,ℎ𝑎𝑎𝑡𝑎'𝑢 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑠𝑎𝑏𝑎𝑏𝑎,𝑚𝑢𝑠𝑖𝑙𝑖𝑚𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑖 #𝑖𝑙𝑚𝑎 #𝑤𝑎𝑎𝑞𝑎𝑦𝑦𝑜 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢 ℎ𝑖𝑛 𝑗𝑖𝑟𝑢 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑛𝑖𝑓 « 𝑘𝑖𝑡𝑎𝑏𝑜𝑜𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 #𝑑ℎ𝑖𝑦𝑜𝑜 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑓𝑓𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑤𝑎𝑛𝑔𝑒𝑙𝑎 𝑚𝑎𝑟𝑞𝑜𝑜𝑠 1:1 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎𝑡𝑖 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑎 𝑖𝑙𝑚𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑎𝑦𝑦𝑜 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢 𝑘𝑖𝑡𝑎𝑏𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑠𝑎 #𝑏𝑎𝑙𝑙𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑖𝑟𝑢. 𝑚𝑢𝑠𝑙𝑖𝑚𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑟𝑎𝑔𝑎 𝑔𝑜𝑜𝑑ℎ𝑎𝑡𝑢 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑎 𝑏𝑖𝑟𝑎 𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖.

Luqaas 21:33👇
#Samii fi #lafti ni darbu; #dubbiin koo garuu #gonkumaa hin darbu.

👉Namoonni kuni yoo akkasii godhan illee dubbii Kiristoos yoomiyyuu hin baduu.

📍𝚊𝚖𝚖𝚊 𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒 𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊𝚝𝚒 𝚔𝚘𝚘𝚝𝚊

➻kallattiin jechoota #Giriikii ilaala iddoo kanatti 𝚜𝚊𝚋𝚊𝚋𝚒𝚗 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚔𝚒𝚝𝚊𝚋𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚊 𝚚𝚘𝚙𝚑𝚊'𝚊𝚗 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊𝚝𝚒 𝚗𝚒 𝚊𝚛𝚐𝚊𝚖𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚝𝚊'𝚎𝚏 .

Ἀρχὴ τοῦ  εὐαγγελίου Ἰησοῦ Χριστοῦ   #Υἱοῦ  Θεοῦ

= #Υἱοῦ=👈 𝑗𝑒𝑐ℎu 𝑖𝑙𝑚𝑎 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑑ℎ𝑎.
= #Θεοῦ= 👈jechun Waaqayyo jechudha.

jechoota lamaan yoo walitti finnee immoo👇
= #Υἱοῦ_Θεοῦ 👈𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚞𝚍𝚑𝚊.

🕹kanafuu jechi suni iddoo sana jira.
🕹𝑓𝑎𝑘𝑘𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑏𝑖𝑟𝑎 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑖 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑖𝑑𝑑𝑜𝑜 𝑏𝑖𝑟𝑎 𝑖𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑛𝑖 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑚𝑎 namoonni kuni wangeela Maarqoos irraa qofaa balleessan malee wangeela bira irraa gonkumaa balleessu hin dandeenye #𝚠𝑎𝑛𝑔𝑒𝑒𝑙𝑎_𝑦𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠  𝑓𝑖 #𝑒𝑟𝑔𝑎_𝑟𝑜𝑜𝑚𝑒𝑒.

➊➧Yohaannis 3:18
Kan isatti amanutti hin muramu; kan isatti hin amanne garuu waan inni maqaa #Ilma_Waaqayyoo tokkichaatti hin amaniniif ammuma iyyuu itti murameera.
𝑖𝑑𝑑𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑡𝑖 𝑔𝑖𝑟𝑖𝑘𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎 𝑘𝑢𝑛𝑜= #Υἱοῦ_Θεοῦ 👈

➋➧Yohannis 5:25
Ani dhuguman, dhuguman isinitti hima; yeroon warri duʼan itti sagalee #Ilma_Waaqayyoo dhagaʼan tokko ni dhufa; ammuma iyyuu dhufeera; warri dhagaʼanis ni jiraatu.
𝑖𝑑𝑑𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑡𝑖 𝑔𝑖𝑟𝑖𝑘𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎 𝑘𝑢𝑛𝑜= #Υἱοῦ_Θεοῦ 👈

➌➧Roome 1:3-4
Wangeelichis waaʼee #ilma isaa kan akka namummaatti sanyii Daawit irraa dhalatee, akka Hafuura qulqullummaatti immoo warra duʼan keessaa kaʼuu isaatiin #Ilma_Waaqayyoo humna qabeessa taʼuun isaa labsamee dha; innis Gooftaa keenya Iyyaasus Kiristoos
𝑖𝑑𝑑𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑡𝑖 𝑔𝑖𝑟𝑖𝑘𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎 𝑘𝑢𝑛𝑜= #Υἱοῦ_Θεοῦ 👈

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
𝑤𝑎𝑛𝑔𝑒𝑒𝑙𝑎 𝑚𝑎𝑎𝑟𝑞𝑜𝑜𝑠 1:1 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑖 #𝙞𝙡𝙢𝙖 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙪 𝙟𝙞𝙧𝙖 𝙖𝙢𝙖𝙣𝙖 𝙮𝙖𝙖 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙤𝙩𝙖.

𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🕹gaaffii suukaneessaa tokko Muslimootaf.
#Hibboo Allaha fi Muhammad wajjiin taphachaa turan tokko jira Qur’aanaa keessa😁😜

Suuraa 41:1👇

حمٓ : Ha_Meem#
Yeroo tokko immoo « #ha_Mim » jedhama

👉afaanii Allaha « Ha Meem ykn ha Mim » jedha hiikaa isaa maalidha.

𝙤𝙛𝙞 𝙚𝙚𝙜𝙜𝙖𝙣𝙣𝙤:𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊,𝚚𝚞𝚛𝚊𝚗𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚔𝚊𝚕𝚕𝚊𝚝𝚒𝚗 𝚏𝚒𝚍𝚊 ,
Lakkii yoo jeette immoo rakkoo keessa buttaa

👉bashannanaa gaarii hiibboo Allaha wajjin tura 😁😜😜
🍇kutaa-3-ffaa👇
👉𝑔𝑎𝑎𝑓𝑖 𝑓𝑖 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖 𝑚𝑢𝑠𝑖𝑙𝑖𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎.
Maarqoos 1:2-3
Kitaaba #Isaayyaas raajichaa keessatti akkana jedhamee #barreeffameera#Kunoo, ani #ergamaa koo isa karaa kee qopheessu si dura nan erga❞

#Sagalee nama #Gooftaaf #karaa qopheessaa daandii Qajeelaas isaaf hojjedhaa’ jedhee #gammoojjii keessaa iyyu tokkoo ❞
➊➻𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙨𝙞 𝙩𝙪𝙧𝙚👇
#jechi kunoo akkasii jedhuu sana ( ❝ #Kunoo, ani #ergamaa koo isa karaa kee qopheessu si dura nan erga❞ jedhuu sana Raajii isaayaas yoomi bareesse, kani bareesse Raajii Milkiyaas malee jedhu.
𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙪 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙨𝙤𝙗𝙚 𝙚𝙣𝙮𝙪𝙪
1=𝙢𝙖𝙖𝙧𝙦𝙤𝙤𝙨𝙞 𝙢𝙤𝙤
2=𝙖𝙛𝙪𝙪𝙧𝙖 𝙦𝙪𝙡𝙦𝙪𝙡𝙡𝙪𝙙𝙝𝙖 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙪
▬▬▬▬▬▬▬
🕹Deebii keenya.
➻Maarqoos fi Afuurri Qulqulluun irree hin sobne kani jedhuu ta'a.📤

🪭 jalqabaa dura kani Raajii Milkiyaas ta’e ,Raajii isaayaas wajjiin kani turee Waaqayyo.
Haata’u malee jalqabaa duraa kani bareffame Raajii Isayaas ,isaa booda immoo raajii milkiyaas. 𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙪 𝙟𝙖𝙡𝙦𝙖𝙗𝙖 𝙚𝙧𝙜𝙖𝙢𝙖𝙣 𝙩𝙤𝙠𝙠𝙤 𝙜𝙤𝙤𝙛𝙩𝙖𝙖𝙛 𝙠𝙖𝙧𝙖𝙖 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙦𝙤𝙥𝙝𝙚𝙚𝙨𝙨𝙪 𝙙𝙪𝙧𝙨𝙚 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙖𝙩𝙚 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙮𝙖𝙨𝙞, yeroo kanatti sabnii suni Ergamaa kani ta’e Yohaannis Cuuphaa erga turan, yeroo kanatti Waaqayyo yeroo lamaffaa Raajii milkiyaas akka dubbatuu godhee .

Raajii isaayaas dhaloota Kiristoos duraa raajii kani dubbate bara 688-740=52 kana jechuun waggaa 52 ture jedhudha.


Raajii milkiyaas dhaloota Kiristoos duraa raajii kani dubbate bara 440-470=kana,jechuun waggaa 30 ture jechudha.

🪭amma wali irraa fageenya Raajii isaayaas fi Raaji Milkiyaas ilaalaa.
740-440=300 kana jechuun wali irraa fageenyi isaani,waggaa 300 dha .
➻Kanaafuu sabni Israa'el bara Raajii isaayaas keessa Yohaannis Cuuphaan akka dhufuu raajii isaayaas irraa sirriitti hubbatani jiruu.

Garuu waggaa 300 irratti sabnii Israa'el gammachuun Yohaannis cuuphaa osoo erga jiran iyyuu Rajji kuni milkiyaas lamaaffaa dubbate 𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙪𝙪 𝙚𝙧𝙜𝙖,𝙖𝙠𝙠𝙖𝙨𝙞 𝙨𝙖𝙗𝙣𝙞 𝙞𝙨𝙧𝙖𝙖'𝙚𝙚𝙡 𝙖𝙠𝙠𝙖 #𝙜𝙤𝙤𝙛𝙩𝙖𝙖𝙣 𝙙𝙝𝙪𝙛𝙪 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙙𝙝𝙖𝙜𝙖'𝙖𝙣𝙞 𝙜𝙖𝙢𝙢𝙖𝙙𝙖𝙣𝙞 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙠𝙖𝙢𝙞 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖🙋‍♀yaa Muslimoota Raajii milkiyaas bari gammachuu saba Israa'el sana idduma sanatti bareesse jira👇

➊➻Raaji Milkiyaas 3:1
#Kunoo ani #ergamaa koo isa fuula koo duraan #karaa naaf qopheessu nan erga. Ergasii #Gooftaan isin eeggattan akkuma tasaa gara #mana qulqullummaa isaa ni dhufa; #ergamaan_kakuu kan isin #hawwitan sun ni dhufa” jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu ❞

➋➻Raajii Isaayaas 40:3-4
#Sagalee akkana jedhee #iyyu tokko:“Gammoojjii keessatti
#Waaqayyoof_karaa qopheessaa;gammoojjii keessatti Waaqa keenyaaf
#karaa guddicha qajeelchaa.
#Sululli hundi ni guutama;
tulluu fi gaarri hundinuus gad deebifama;lafti wal caalu, wal qixxeeffama;lafti buʼaa baʼiinis dirree taʼa.”

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
➻raajii jalqabaa dubbatame raji isaayaas , raji isaayaas kana immoo rajjin milkiyaas irraa deebi'ee dubbate malee.
𝙠𝙖𝙣𝙖𝙛𝙪𝙪 𝙙𝙤𝙜𝙤𝙜𝙤𝙧𝙞 𝙢𝙖𝙖𝙧𝙦𝙤𝙤𝙨𝙞 𝙝𝙤𝙤𝙢𝙩𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙟𝙞𝙧𝙪 kanaafi Maarqoos abba jalqabaa biraa madde Dubbiin kuni raajii isaayaas wani ta’ef « rajin isayaas akka barreessite jedhee »
𝙩𝙤𝙠𝙠𝙪𝙢𝙢𝙖 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙮𝙖𝙨 𝙛𝙞 𝙢𝙞𝙡𝙠𝙞𝙮𝙖𝙖𝙨𝙞
Raaji isaayaas
1-= #𝚜𝚊𝚐𝚊𝚕𝚎 𝚒𝚢𝚢𝚞 𝚐𝚊𝚖𝚖𝚘𝚓𝚒 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎 𝚒𝚗𝚗𝚒 𝚜𝚞𝚗𝚒 #𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 𝚌𝚞𝚞𝚙𝚑𝚊𝚍𝚑𝚊.
2-= #𝚠𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘𝚘𝚏 𝚔𝚊𝚛𝚊𝚊 𝚚𝚘𝚙𝚑𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎 𝚒𝚗𝚗𝚒 𝚜𝚞𝚗𝚒 #𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜.𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚎
Raaji Milkiyaas
1-=𝚔𝚞𝚗𝚘 #𝚎𝚛𝚐𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚎 #𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 𝚌𝚞𝚞𝚙𝚑𝚊𝚊𝚍𝚑𝚊.
2-= #𝚐𝚘𝚘𝚏𝚝𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚜𝚒𝚗 𝚎𝚐𝚐𝚊𝚝𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚎1 #𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜. 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚏𝚞𝚞 𝚐𝚘𝚘𝚏𝚝𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜💯
▬▬▬▬▬▬▬
Yohaannis 1:23
#Yohannisis dubbii Isaayyaas raajichi dubbate sanaan deebisee, “Ani sagalee gammoojjii keessaa #Gooftaaf karaa qajeelchaa’ jedhee iyyu sanaa dha” jedheen

𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌷kitaaba lallabaa 11:7
#ifni mi'aawaa dha
#aduu arguunis #ija ni gammachiisa.

መክብብ 11:7
#ብርሃን ጣፋጭ ነው ፀሐይንም ማየት #ለዓይን መልካም ነው
🌹kunoo ilaala Kitaabni #hiika jechoota Maqaa #Allaha jedhu akkatti hiikee « Allah jechuun maqaa Waaqa Muslimoota » jechudha jedhee.
➻አላህ #የሙስሊሞች አምላክ ስም ነዉ

Kanaafuu Allahan Waaqa warra Muslimoota malee Waaqa warra Kiristiyaanaa miti ⚠️

Waaqni warra Kiristiyaanaa Kiristoos 💯💯💯

➻kitaaba kana fuula 30👈 irratti ni argatu

🥣Madda isaa:
Dictionary Advanced Level (Hirkoo).

By Legesse Geleta Koro
Email:- legesse97@yahoo.com

First Edition July, 2008
Reprinted August, 2008

Publisher:- Aster Nega publishing Enterprise.
Baga Geessan Hundi keessan (27)
Yeroo Kiristoos fannifamee sana Mootiin Philaaxoos Afaanii #sadiin(3) bareefama tokko bareesee ❝ jechi kuni iddoo #lama_qofatti bareefame argama
➊➛𝙩𝙤𝙠𝙠𝙤𝙛𝙛𝙖𝙖 Luqaas 23:38
2➛𝙡𝙖𝙢𝙖𝙛𝙛𝙖𝙖 Yohaannis 19:20

🙈kitaaba warra #pheenxee kani Oromiffaa sana irraa Luqaas 23:38 irraa kani jiruu #balleessan jiruu

Kani #Orthodoksi irraa jira💯💯💯 Afaanii Kitaabni jalqabaa ittiin barreeffame irratti ni argama "Orthodoksi bara bara yaa jiratuu.

📮 Luqaas 23:38 irratti akkasii jedha «Barreeffamni isa olitti bareefame turee Afaanii #Girikiitiin, Afaanii Roomaatti fi Afaanii Ibraayisxiitiin inni kuni Mootii Yihudootati» jedha.

📮Yohaannis 19:20 irratti immoo akkasii jedha «iddoon Iyyaasus itti fannifame waan magaalaatti dhiʼoo tureef Yihuudoonni hedduun bareefama sana dubbisaniiru; bareffamani sunis afaan #Ibraayisxiitiin, Roomaatti (Laatiinii) fi Giriikiin barreeffame.
▬▬▬▬▬▬
➧ Ragaa bira ilaala
Afaanii #Ingiliffaa
Afaanii #Amaariffa
Afaan #Giriikii durii

➡️Ayyana gaarii isiniif Haata’u
👉Dubbisa :- Mee

🕹kitaaba lalaba 12:6-8
Utuu #funyoon meetii hin citin,
yookaan utuu #waciitiin warqee hin cabin isa yaadadhu;
utuu #okkoteen burqaa biratti hin caccabin,
yookaan utuu #geengoon ittiin bishaan warraaban
boolla bishaanii biratti hin cabin

utuu #biyyoon lafa turetti hin deebiʼin,utuu hafuurris Waaqa isa kennetti hin deebiʼin isa yaadadhu.

Lallabaanis, “Wanni hundi #faayidaa hin qabu!
Faayidaa hin qabu! Wanni hundi faayidaa hin qabu!” jedha.

🕹Namoonni dubbistan galatoomaa 🤝🤝🤝

𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Audio
🌹Falmii phenxee fi Orthodoksi
❶➛Orthodoksi «Gutema»
➋➛phenxee «Pasteri Tadala

Mata Dure falmii
Luqas 11:27-28
Yohannis 1:4
▬▬▬
Namota Qulqullota sagadu Kitabni ni ibsa.

❶➛Seera.Uumama 37:9
Ergasiis abjuu biraa abjootee obboloota isaatti hime Akkanas jedheen Kunoo, ani abjuu biraa abjoodheera; aduu fi jiʼi urjiiwwan kudha tokkos #gad jedhanii naa #sagadu

➋➛1sena bara 29:20
Sana boddees Dawit yaaʼii guutuudhaan Waaqayyo Waqa keessan galatefadhaa jedhe.Kanaafuu hundi isanii Waqayyo Waqa abbotii isanii ni galateffatan fuula Waqayootii fi fuula moticha duratti addan #gombifamanii ni #sagadan
▬▬
Rome 13:7
Waan nama hundaf kennuun isin irra jiru kenna yoo qaraxa taʼe qaraxa yoo gibira taʼe immoo gibira basaa yoo sodachuu taʼe sodadha yoo ulfina kennuu taʼes, #ulfina kennaa

Gafii pasterii fidu dide.
1=Kiristos #obbolleetti qaba moo hin qabu

2=lakkofsi #1335 Kiristoos wajjin hariroo akkami qaba

3=jechi #Kiristos jedhuu kaku mofa keesa jira moohin jiru
𝙜𝙖𝙧𝙖 𝙩𝙚𝙡𝙚𝙜𝙧𝙖𝙢𝙖 𝙠𝙤𝙩𝙖👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha