โ #kutaa_3_ffaa
โKiristoos xalayaa
Du'a balleessee jira
Kunis dinna balleesse
โ Qol 2:12-15๐
๐isin #cuuphaa
isaatiin isaa wajjin awwaalamtanii turtan
walitti dhufeenya
isaa wajjin qabdaniinis
amantii humna Waaqa isa
duaa isa kaase sanaa
irratti qabdaniin isaa
wajjin duaa kaataniittu
Kana malees isin
sababii
#cubbuu keessaniitiin, akkasumas foon
keessan dhaqna
waan hin qabamneef
duutanii kan turtan taus, Waaqayyo isaa wajjin
jiraataa isin godheera.
๐ #Balleessaa keenya
hundas gaarummaadhaan
nuuf dhiiseera
๐akkasumas #seera
#harkaan_barreeffamef
isa labsiiwwan
qabatee fi nu mormu sana
#haqeera
fannoo irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa
irraa kaaseera
#Kanaanis mootummootaa fi
abbootii taayitaa boojiee qullaatti hambisuudhaan
#hiriira injifannootiin geggeessee uummatatti
isaan mulise
โฌโฌโฌโฌโฌ
kan taboota immoo
โ ser.lakkoofsa 10:33-36๐
๐isareloonni gaara
Waaqayyo irraa kaanii
adeemsa #guyyaa sadii
deemuu jalqaban
#Taabonnik kakuu
Waaqayyo iddoo #boqonnaa isaaniif barbaaduuf
adeemsa guyyaa sadii
isaan dura deeme
๐Yeroo isaan buufaticha keessaa baanii deemuu jalqabanitti #duumessi
Waaqayyo guyyaa
guyyaa isaan gararraa
ni taa ture.
โYeroo #Taabotichi
sochou hundumaatti
#Museen "#Yaa Waaqayyo
kai, #diinonni kee haa
#bittinnaaan
#warri si #jibbanis
si duraa haa baqatanโ
jedha ture.
๐Yommuu Taabotichi
boqotu immoo, โYaa waqayyo
gara Israaelota #kumaatama ta'an warra lakkaaamuu
hin dandeenyetti
deebiiโ jedha ture
โkan jechuun Taaboni
Akkamiti harka diinaa
Keessa isin olche ni ibsa
โakkuma Kiristoos
Dalla du'a digee
Taabooni Waaqayyo
Dalla iyarikoo ni
Baleesse
โ Ibroota 11:30๐
Sabichi guyyaa #torbaaf
erga itti #naannaee booda dallaan iYerikoo
amantiidhaan jige.
โ kitaaba Iyyaasuus 6:1-5๐
IYerikoon dalla akka
gaariitti cufamtee
waan turteef eenyu illee
ishii keessaa bauus tae
ishiitti seenuu hin
dandau ture.kanafuu
Israa'eloni Itti seenu
hin dandeenye
๐Waaqayyo Iyyaasuudhaan
akkana jedheโKunoo, ani iYerikoo, mootii ishii fi loltoota
ishii warra jajjaboo harka
keetti dabarsee kenneera Dhiironni loltoota
taatan hundi sia tokko magaalattiitti #marsaa naannaaa. Guyyaa ja'aaf
akkana godhaa
#Luboonni torbas
xurumbaa #torba qabatanii
Taaboticha dura akka
buan godhaa
๐Guyyaa #torbaffaatti
garuu, sia torba
magaalattiitti marsaatii naannaaa; luboonnis
xurumbaa sana haa
afuufan
#Xurumbaan sun yeroo
afuufamutti, sagalee
xurumbaa sanaa akkuma dhageessaniin,
guutummaan sabichaa guddisee iyya waraanaa
haa dhageessisu
Achiis #dallaan magaalattii
ni #jiga;e namoonni
sunis ol baanii,
tokkoon tokkoon isaanii kallattiidhaan gara
fuulduraatti ni qajeelu
โ kanafuu Tabooni
Dalla akkuma dige
Kiristoos dalla du'a
Nuura dige jira
โyeroo cuuphaa xurumbaa
Ni afuufama yoo, argitee
Jirate. Sababiin isaa isuma
Kan Ture
๐Walii fakkeenyi Taaboota
Fi Kiristoos hedduun jira
โขsababa Kanaafi
Taabooni fakkeenya Kiristoos
Wani qabuuf gara lagaati
Bahaa inni jedhamee isuma
Kan Ture.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
xumuree jira
-yaanni hedduun jira
Garuu ammafi ni gahaa
--------------------------------
Nagaa Waaqayyo
Hunduma keessaniif
Haataโu
------------------------------

Kitaaba kaaku haaraa boqonnaa fi lakkoofsa isaanii
โ Phaawuloos=100โ2328
โท Luqaas =52 โ2158
โธ Yohaannis =50 โ1416
โน maatewos =28 โ1071
โบ Maarqoos =16 โ678-
โป Pheexiroos =8 โ176
โ Yaaqoob =5 โ108
โฝ yihudaa =1 โ25
๐บ#boqonnaa kitaabota kana argachuuf๐
100+52+50+28+16+8+5+1=260
๐บ #lakkoofsa isaanii argachuuf๐
=2328+2158+1416+1071+678+176+108+25=7960
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
yoo isin galuu didee link kana xuqaa @Gutema123
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ

๐ณ Bagaa geesaan
#Boqonnaa_Qulqulloota
โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐
โถโปpheexiros- #ฮ ฮญฯฯฮฟฯ
kunis jecha #Giriikiiti
Hiika isaa =kaataa
โทโปkeefa- #ฮฮทฯแพถฯ-
kunis jecha #Aramikitti.
Hiika isaa =kaataa
โธโปSimoon -ืฉึดืืึฐืขึฝืึนื#
kuni jecha #Ibraayisxiitti
Hiika isaa = ni dhaga'a Waaqayyo jedhudha.
โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐
โถโปPhaawuloos #ฮ ฮฑแฟฆฮปฮฟฯ
kunis afaanii #Giriikiiti
Hiikaa isaa = xiqqaa
โทโปsaool- ืฉึธืืืึผืึ#
kunis afaanii #Ibraayisxiitti.
Hiika isaa = gaafadhu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณ ๐๐๐ข๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐ณแดแดษดษช #แดสแดแดxษชสแดs
1 ๐๐๐๐ก 2:14
akkuma #Gooftaan keenya Iyyaasus Kiristoos anaaf ibsetti, #yeroo_dhihootti dunkaana kana #dhiisee akkan deemu beeka.
๐ณแดแดษดษช #แดสแดแดกแดสแดs.
2 ๐ฅ๐๐๐๐ก๐๐ 4:8
Ammaa jalqabee #gonfoon qajeelinaa, Gooftaan inni abbaa murtii qajeelaa taสผe guyyaa sana akka badhaasaatti kennu naaf qophaaสผeera; taสผus warra mulสผachuu isaa #hawwiidhaan eeggatan hundumaatiif malee anaaf qofa miti.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โEebbi isaanii dachaa 2 nuuf Haataโu
๐๐๐๐๐๐ T๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/+FURINwJs2KpmZDU0

๐นGaaffii tokko Muslimoonni akkasii jedhanii naa gaafatanii
#Maariyaami kani #ajjeesee Iyyaasuus #Kiristoos , kanaafu Kiristoos akkamitti #haadha isaa ajjeesaa kuni #safuudha nani jedhanii โโ๐
โป yeroo kana ani immoo gaafii tokko gaafadhee Raaji #muhammadi Kani #ajjeesee eenyu jedhee gaafadhee #Allaha nan jedhee.
โปerga akkasii taโe kana hunda Allaha muhammadi tti fayyadama ture maalif ajjeese ,Allahan maaliif #garaa itti jabate kuni #safuu dha jedhanii โ๐๐๐
Yeroo kana #deebii fidu didee caalise ๐
๐นgaaruu ani wanta tokko isinitti nan himma yaa ijoollee #orthodoksi.
Duโaa jechuun #boqonnaa dha , Waaqayyo immoo namni yeroo boqachuu qabatu nama boqachisaa.
Kanaafuu Waaqayyo boqonnaa namaaf yoo kenne kuni akkamii safuu ta'a mee,โakkamitti boqonnaa cubbuu ta'a โ
๐นyaa Muslimaa akkanumaan ofii keessatti hin fincaanii jennani.

๐ Rakkoo Qurโaanaa โeenyutu itti dabaleโkan irraa hirisee eenyuโ
โทโฅ Qurโaani jecha Allah miti โ
โฆ๏ธ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ฆ๐
โ.Tasfir Ibn Kathir
โ.Volume-1*๐๐ข๐ข๐๐-35
โ.ISBN 9960892719
โฌโฌโฌโฌ
โฉ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐จ๐๐.
lakkoofsa #Ayyati_Quraanaa:-Ayyati Qurโaanaa jechuun Fakkeenyaaf Kitaabni Tokko Boqonnaa qaba, boqonnaa sana jalati lakkoofsa jiruu jechuudha.
(8:1)
(8:2)
(8:3)
(8:4)
iddoo kanatti #boqonnaa kani jedhame =8
#Ayyati kani jedhame =1,2,3,4..
๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐ง๐ ๐ข๐๐ฉ๐ ๐๐ช๐ง๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐ ๐ ๐ค๐ค๐ฉ๐
#๐๐ฆ๐ฆ๐๐ก๐ ๐๐ข๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ก๐ก๐ 6000, ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ ๐ฆ๐๐๐๐๐ก๐ #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ก๐ข ๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐ข 6000 irratti 204 dabalu, kunis isani 6000 irraa 14 dabalu, kuni isaani 6000 irraa 219 dabaluu, kuni isaani 6000 irratti 225 dabalu ykn 226 dabalu, kuni isaani 6000 irratti 236 daba๐๐
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
โโป6000
โโป6000+204=6204
โโป6000+14=6014
โโป6000+219=6219
โโป6000+225=6225
โโป6000+226=6226
โโป6000+236=6236
๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐
1.๐๐ข๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐ข ๐๐ ๐๐ โ๐ข๐๐๐๐โ๐ ๐๐ข๐๐โ
2.๐๐๐๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐ก๐ ๐๐ ๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐โ
3. #๐๐๐ ๐ 7๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ ๐ฆ๐๐ ๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐โ