๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
Baga Geessan Hundi keessan (27)
Yeroo Kiristoos fannifamee sana Mootiin Philaaxoos Afaanii #sadiin(3) bareefama tokko bareesee โ jechi kuni iddoo #lama_qofatti bareefame argama
โžŠโž›๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ค๐™›๐™›๐™–๐™– Luqaas 23:38
2โž›๐™ก๐™–๐™ข๐™–๐™›๐™›๐™–๐™– Yohaannis 19:20

๐Ÿ™ˆkitaaba warra #pheenxee kani Oromiffaa sana irraa Luqaas 23:38 irraa kani jiruu #balleessan jiruu โŒ

โœ… Kani #Orthodoksi irraa jira๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ Afaanii Kitaabni jalqabaa ittiin barreeffame irratti ni argama "Orthodoksi bara bara yaa jiratuu.

๐Ÿ“ฎ Luqaas 23:38 irratti akkasii jedha ยซBarreeffamni isa olitti bareefame turee Afaanii #Girikiitiin, Afaanii Roomaatti fi Afaanii Ibraayisxiitiin inni kuni Mootii Yihudootatiยป jedha.

๐Ÿ“ฎYohaannis 19:20 irratti immoo akkasii jedha ยซiddoon Iyyaasus itti fannifame waan magaalaatti dhiสผoo tureef Yihuudoonni hedduun bareefama sana dubbisaniiru; bareffamani sunis afaan #Ibraayisxiitiin, Roomaatti (Laatiinii) fi Giriikiin barreeffame.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžง Ragaa bira ilaala
Afaanii #Ingiliffaa
Afaanii #Amaariffa
Afaan #Giriikii durii

โžก๏ธAyyana gaarii isiniif Haataโ€™u