🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.35K subscribers
41 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹kutaa-8-ffaa:
πŸ‘‰gaaffii fi deebii Muslimoota.
➊=gaaffii isaanii akkasii ture Β« Kiristoos barattoota isaa Pheexiroos, Indiriyaas, Yohaannis fi Yaaqoob iddoo kami waamee.❓
AπŸ‘‰Galiilaa..❓
BπŸ‘‰Geensereex..❓
CπŸ‘‰Beetisayidaa... ❓

✍Maarqoos 1:16
Iyyaasuus utuu qarqara Galaana #Galiilaa irra deemaa jiruu #Simoonii fi obboleessa isaa #Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii.

✍Maarqoos 1:19
Iyyaasuus takka adeemee, #Yaaqoobii fi #Yohannisin ilmaan Zabdewos, bidiruu isaanii keessa taa'anii kiyyoota isaanii utuu tottolfatanii arge.
[Maatewos 4:18-22] dubbisaΒ« kani #Maarqoos wajjiin tokkummaa Β»

✍Luqaas 5:1
Gaaf tokko Iyyaasus utuu Haroo #Geensereex bira dhaabatee jiruu, utuu namoonnis isatti naannaΚΌanii dubbii Waaqayyoo dhagaΚΌaa jiranuu

✍Luqaas 5:10
ilmaan Zabdewoos warri michoota #Simoon turan jechuunis #Yaaqoobii fi #Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasus SimΚΌooniin, β€œHin sodaatin; ati ammaa jalqabdee qabduu namootaa ni taataa” jedhe.

✍Yohaannis 1 :44
Fiiliphoosis akkuma #Indiriiyaasii fi #Phexros nama magaalaa #Beetisayidaa ture

🌷=Deebi keenya=πŸ‘‡
baratootanni 4n kuni namoota Magaalaa Beetisayidaatti.

Beetisayida jechuun immoo hikaa isaa Β« Mana Qurxummii Β»jechudha, sababi mana Qurxummii jedhameef Qurxummii nannoo sanatti ni bittaa, ni gurguramaa kanaafi.
✍ haroo #Gaalilaa jechuu fi haroo #Geensereex jechuun tokkummaa.

maqaan bara durii haroo Gaalilaa ittin wamama turee Geensereex jedhama.

geensereex jechun immoo baganaa Farfannaa jechudha

𝙭π™ͺ𝙒π™ͺ𝙧𝙖 π™žπ™§π™§π™–π™–π™©π™ž

Kitaabni walitti bu'ee ykn wali falleessa isaa jedhufi. deebi gara olii sirriitti ilaali.
Kiristoos barattoota jalqabaa kani argee Magaalaa beetisayidati.(Yohaannis 1:44)

#lamaffaa immoo haroo Gaalilaati. (Maarqoos 1:19)

#sadaffa immoo ammasi (Geenerseex) Luqaas 5:1

baratoonni guutummaatti Kiristoos wajjiin kani deemanii iddoo kani isaa booda gara mana isaanitti hin deebine.

Luqaas 5:8
Simoon Phexrosis yommuu waan kana argetti jilba Iyyaasuusiti  kufee, β€œYaa Gooftaa, ani nama cubbamaa dha; narraa fagaadhu!” jedhe.

Luqaas 5:10-11
ilmaan Zabdewoos warri michoota Simoon turan jechuunis Yaaqoobii fi Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasuus SimΚΌooniin, β€œHin sodaatin; #ati_ammaa #jalqabdee qabduu namootaa ni taataa” jedhe. Isaanis bidiruuwwan isaanii gara qarqaraatti ol baasanii waan #hunda_dhiisanii isa duukaa buΚΌan. [Mat 4:22,Marq 1:20]
βž›π‘—π‘’π‘β„Žπ‘– π‘Žπ‘šπ‘šπ‘Ž π‘—π‘Žπ‘™π‘žπ‘Žπ‘π‘‘π‘’ π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘’ 𝑓𝑖
βž›π‘€π‘Žπ‘› β„Žπ‘’π‘›π‘‘π‘Ž π‘‘β„Žπ‘–π‘ π‘Žπ‘Žπ‘›π‘– π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘’ Β« πš‘πšžπš–πšžπš›πšŠ πš’πš‹πšœπšŠ : πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πš˜πšœ πšπšžπšžπš”πšŠ πš‹πšž'𝚞 πš’πš‹πšœπšŠ.

πŸ•Ή=Kanaafuu Kiristoos barattoota isaa kana jiratoota magaalaa beetsayida kani ta'ani fi namoota Qurxummii hojjatan Haroo nannoo magaalaa isaanii jiruu Gaalilaa(geenresex) irraa waamee. (hundu sirriidha).

link telegramaπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha