๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.35K subscribers
41 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ‡kutaa-9-ffaa:-
๐Ÿ“Gaafii fi Deebii Muslimoota.
1=๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™–๐™ ๐™ ๐™–๐™จ๐™ž ๐™ฉ๐™ช๐™ง๐™š"ยซ #Kiristoos gara #Qifirnaahom kani deemee kophaa isaa mooโ“barattoota isaa wajjiin jedhuu โ“
๐™ง๐™–๐™œ๐™–๐™– ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™ž๐™ข๐™ข๐™ค ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™– ๐™ฉ๐™ช๐™ง๐™š.
โžŠโž›Maarqoos 1:21
Achiis gara #Qifirnaahom #deeman. Akkuma guyyaan Sanbataa gaสผeenis mana sagadaa seenee barsiisuu jalqabe
=โž›iddoo kanatti jechii ยซ#Deeman ยป jedhuu #Kiristoos fi #barattoota ibsa.

โž‹โž›Luqaas 4:31
#Innis gara #Qifirnaahom, magaalaa Galiilaa keessaatti gad buสผe; guyyaa Sanbataas namoota barsiise
=โž›iddoo kanatti jechi ยซ#inniยป jedhu #Kiristoos qofa ibsa.

๐Ÿ•น๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–.
โœ jechi #Qifirnaahom jedhuu jechoota #Ibraayisxiitti lama irraa kani argamee sii taโ€™u " #Qifir " jechuun #ganda jechudha.
" #Naahom jechun immoo #mijataa(#qananii) jechuudha.
walitti immoo =Ganda mijata ykn Ganda Qanani qabdu jechudha. ykn magaalaa qanani qabdu jedhudha.

โœganda Qifirnaahom Kiristoos fi barattootni dhaqanii jiruu. Maarqoos Kiristoos fi barattoota jedhe ibse, Luqaas immoo Kiristoos  jedhee malee barattootnii hin jiran hin jenne.akka barattootni wajjin jiran qabxii ibsu.

๐Ÿ’ž jecha #guyyaa_Sanbataas #mana_sagadaa jedhuu Maarqoos(Mar 1:21) fi Luqaas(Luq 4:31) irratti ni argama.   โ kana booddee mana sagadaa keessa yeroo gadi bahan eessaa dhaqanii

โ“ตโž›Maarqoos 1:29-30
#Isaanis akkuma #mana #sagadaatii baสผaniin #Yaaqoobii fi #Yohannis wajjin mana #Simoonii fi #Indiriiyaas dhaqan. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; #isaanis yommusuma waaสผee ishee Iyyaasusitti(kiristoos) himan.
=โž›eenyudha Kiristoositti kan himme barattoota ๐Ÿ’ฏ


โ“ถโž›Luqaas 4:38
#Iyyaasuus #mana sagadaatii #baสผee mana #Simoon dhaqe. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaa hamaadhaan qabamtee dhiphachaa turte; #isaanis akka Iyyaasus ishee gargaaru isa #kadhatan.
=โž›eenyuudha Kiristoos kani kadhatan barattoota๐Ÿ’ฏ.

๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘“๐‘ข๐‘ข ๐‘š๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ ๐‘Ž๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘Ž ๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘ ๐‘ ๐‘Ž ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘ข๐‘š๐‘Ž ๐‘๐‘Žโ„Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘š๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ ๐‘–๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘– ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘š๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘๐‘Ž๐‘Ž, ยซ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘› ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘– ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘ค๐‘Ž๐‘—๐‘—๐‘–๐‘› ๐‘š๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ ๐‘Ž๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘Ž ๐‘ก๐‘ข๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘› ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž, ๐‘–๐‘›๐‘›๐‘– ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘๐‘ ๐‘ข ๐‘ค๐‘Ž๐‘—๐‘—๐‘—๐‘› ๐‘ž๐‘–๐‘“๐‘–๐‘Ÿ๐‘›๐‘Ž๐‘Žโ„Ž๐‘œ๐‘š ๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž.

Fakkeenyaaf.-
Luqaas yeroo ibsuu Adaam jalqabee hanga Kiristoos jiruu dhaloota jiru Luqaas ibsee jira (luq 3:26-38).
Maarqoos garuu hin ibsinee. Kiristoos akka foonii nama uffatee walalle miti Maarqoos

๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž.
yaada dabalataa tokkoo yoo bareesse tokkoo immoo bareessu dhisuu danda'a. 

โ“ทโž›Yohaannis 20:30-31
Iyyaasuus(kiristoos) barattoota isaa duratti mallattoowwan biraa kanneen #kitaaba kana keessatti #hin barreeffamin hedduu hojjete. Wantoonni kunneen garuu akka #Iyyaasus inni Kiristoos Ilma Waaqayyoo taสผe akka amantaniif, amanuudhaanis akka #maqaa isaatiin #jireenya qabaattaniif barreeffame.

โ“ธโž›Yohaannis 21:25
Kana malees Iyyaasus(kiristoos) waan biraa #baayสผee hojjeteera. Utuu #tokkoon tokkoon isaanii barreeffamanii jiraatanii silaa ani waan addunyaan mataan ishee iyyuu kitaabota barreeffaman sanaaf  #iddoo gaสผu qabdu hin seสผu.


๐Ÿ’ฏ๐š๐šŠ๐š›๐šŠ ๐š๐šŽ๐š•๐šŽ๐š๐š›๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐š˜๐š๐šž๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha