๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒทโ Soba Muhammad kani warra Muslimaa โž.
-Hiika isaa Nabiyyi Muhammad akkas jedhee ยซ afuufama xurumbaa lamani jidduu waggaa 40 fudhata.(kana jechun xurumbaa jalqabaa ni afuufama inni lamaffaa immoo afuufamuuf waggaa 40 ta'a jechuu isaatti). Namoonni akkasii jedhanii Yaa Abuu hureera guyyoota 40? jedhanii,  ani immoo hoomaa hin deebisnee.  Ammas isaanii akkasii jedhanii waggoota 40 jedhanii, Ani immoo hoomaa hin deebisnee, kana booda muhammad itti dabalee akkasii jedhee ยซ #Qaamni Namaa kamiyyuu ni #Tortoraa garuu #lafee takka qofaa kani hin tortore isheen suni lafee "dugdaa ykn (tail bone) tti.
ishee sana irraa Allah Qaama namaa hunda ijaara.jedhe ยป
(Kitaaba Sahi Al Bukhari 4814) dubbisa.
๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–.
โžŠ mee dhuguma erga lafee dugdaa hin tortore kani nabiyyi ibraahim fi #muhammad fida kaa.โ“
โž‹. Yoo #ibiddii sii gubee fi bineensi lafee dugda yoo nyatee namni kau hin jiru.? moo jira?


==Muslimaa bira duโ€™aa kau jechuun gowwoomsaadha malee wanta bira mitii, maaloo suni soba Muslimaa dhisa lubbuu keessaa olchaa โ—๏ธ
๐Ÿ˜œNyaata jinnii kani warra Muslimaโ“
โžŠ.๐™๐™ž๐™ž๐™ ๐™– ๐™ž๐™จ๐™–๐™–:- Namni tokkoo misensa Ergama Muhamad keessa taโ€™e tokko bishaan okkoteeti baate Muhamad wajjiin qaama salqunnamtii isaanii dhiqachuufi deemanii muhamad akkasi jedhe Ati eenyu jedhen? Ani Abu hureradha jedhanii achuman muhamad akkasi jedhanii #dhagaa walitti nuf qabi qaama #salqunnamtii keenya ittiin qulqullessina jedhani garuu #lafee fi #hudani_binensota dhisi jedhanii kana booda namichi suni dhagaa walitti qabeefi kanaa booda dhagaa bitaa fi mirga keenya godhane itti fayyadamnee isa booda namichi bishanii Batuuf suni muhamad akkasi jedhe gaafate maalidha lafee fi hudani bineensa jedhanii โ“yeroo kana muhamad isanii kuni #nyaata #jinniwanitii jedheen
๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–.
๐Ÿ‘‰kuni soba jinnii lafee nyaatee hin beektu

โžŠ.Erga lafee fi hudaan bineensa jinnii nyaatee eessa dhufee lafee fi hudaan bineensa lafaa guutee ree..?
โž‹.osoo lafee fi hudani hin jiruu taโ€™e siila jinni badee jechu barbade muhamad.โ“
โœRagaa ๐Ÿ‘‡
sahi-Al-Bukhar-3860
Vol-5:-  kitaba-58
              Hadiisa-200
๐Ÿ•นkasala nyaati jinni jedhu?
โœ๏ธRagaa isaa๐Ÿ‘‡
โžงSunan-Abu-Dawud -39
โžงVolume-1: Hadisa -39
โžงfuula -47.
โžงkitaba bara 2008 maxanfamee irraa.

๐™๐™ž๐™ž๐™ ๐™– ๐™ž๐™จ๐™–๐™–:-jinni gara #muhammad dhuftee akkasii jetteen , yaa muhammad lammii(saba) kee kana #lafee#udaan bineensota fi #cillee yookiin (#kasala) yookiin ( #daaraa) ofii qulqulleessuun dhorkaa jetteeni

Ammas jinni itti fuftee Allah guddichi isaanii kana #nyaataa keenyaaf nuuf hojjatee jettani,  Kanaaf muhammad wantoota kana dhorkee (lafee irraa,  udaan bineensota irraa fi cilee irraa).


๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–.
โžŠ.kuni soba #jinni #cillee nyaatee hin beektuu,  yoo nyaatee jettani photo kasa yeroo isheen nyaatu fida...?.

โž‹. cillee #vitamina ofii keessa hin qabuu maalif nyaati...?

โžŒ. #Muhammad barumsa kana eenyu irraa dhagee...?