Firii Qulqulloota
1.46K subscribers
19 photos
1 video
83 links
๐Ÿ”ˆ"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
#Abbooliin_Keenya_Akkas_Jedhu!

#1. #Kadhannaan gaariin " Yaa #Gooftaa ati hunda ni beekta kan #eeyyama kee naaf raawwadhu" jechudha.
#Baayitawii_Teewufin

#2. "#Jaalalli Waaqayyo #cubbamootaf qabu jaalala #qulqulloonni Waaqayyoof qaban ni caalaa"

#Abba_Arsaaniyoos

#3. Nan #bayyada jedhanii cabsuun akka hin jirree #gaabbiin nan gala jedhanii #cubbuu hojjechuun sirrii miti"

#Maari_Yisihaq

#4. "#Hangam nama gara gaabbiitti deebiste? #Tajaajilli jechaan yk #oduun miti, #tajaajilli tokkoo #aarsaa inni nama biraaf kennu malee"

#Abbaa_Shinoodaa

#5. #Rakkoon akka ofii #kadhannuu nu kakaasa, #jaalalli garuu #nama_biraaf akka #kadhannuu nu #kakaasa.

#Qulqulluu_Yohaannis_Afaan_Warqee.

#6. #Laphee kee #qajeelumman jiraachis,  #hundumaa gadiifi tajaajila hundaa ta'uuf jabaadhu, #dubbii ma'i hin baasneef duudafi dhibaawa ta'i, haa ta'u garuu #jechoota kitaaba #Qulqulluu beekuuf, dhaga'uuf #gamna ta'i fayyina kan kennaniiti.

#Baasiliyoos_Qisaariyaa_isa_Guddichaa

#7. "#Wanti baay'ee barbaachisaan #eenyummaa nuti yeroo #kitaaba_Afuurummaa dubbisnutti qabnu #osoo hin taane, #eenyummaa nuti dubbisnee yeroo #xumurrutti qabaannuu dha"

#Abbootarra

https://t.me/firiqulqulloota
Ibroo 13:7 "#Warra isin geggeessanii, #dubbii Waaqayyoo isinitti himanii turan #yaadadhaa. #Attamitti akka #jiraatan akka du'anis, #jireenya isaanii keessaa wanta argames #ilaalaa, #fakkeenya amantii isaanii #fudhadhaa duukaa bu'aa." (#แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ•_แ‰ƒแˆ แ‹จแ‰ฐแŠ“แŒˆแˆฉแŠ แ‰ฝแˆแŠ• #แ‹‹แŠ–แ‰ปแ‰ฝแˆแŠ•_แŠ แˆตแ‰กแฅ แ‹จแŠ‘แˆฎแŠ แ‰ธแ‹แŠ•แˆ แแˆฌ #แŠฅแ‹จแ‰ฐแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ณแ‰ฝแˆ #แ‰ แŠฅแˆแŠแ‰ณแ‰ธแ‹ แˆแˆฐแˆ‰แŠ แ‰ธแ‹)

#Fakkeenyummaa Fi #firii ilaaluu kan qaban Abbaa Keenyaa #Abuna_Takla_Hayimaanoti #kadhaanna isaanii #Hundumaa keenyaa waliin haa ta'uu Ameen ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

"#Wantumaa hundaaf #waaqayyoof galanii haa ta'uu" ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

https://t.me/firiqulqulloota
"#Kiyyoo keessan #Gara_mirgaatin #darbaadha ni #argatu"Yoh 21:6

kanas kan dubbaate #kiristoos erga du'a ka'e booda yeroo #sadaffaa yeroo isaaniti mula'atedha.

Yoh. 21:1-6

๐ŸŒนKana booddee #Iyyasuus ciisa bishaan #Xiberiyaados bukkeetti ammas #bartootatti of mul'ise; akka kanatti aanee jirutti of mul'ise.

๐ŸŒน#Simoon_Phexros, #Toomaas inni "Diidimos" jedhamu, #Naataanaa'el inni Qaanaa Galiilaa, ilmaan Zabdewos lamas bartoota warra kaan keessaa walii wajjin turan.

๐ŸŒนYommus Simoon Phexros, "#Ani_qurxummii qabuu nan dhaqa" isaaniin jedhe; isaanis, "#Nuyis sii wajjin ni #dhaqna" jedhaniin; gad ba'anii bidiruu yaabbatan. #Halkan sana garuu waan tokko hin qabne.

๐ŸŒนErga barii'e immoo #Iyyasuus qarqara bishaanii dhaabatee ture; #bartoonni garuu #Iyyasuus ta'uu isaa hin barre.

๐ŸŒน #Iyyaasuus yommus, "#ljoollee_Qurxummii waa of biraa hin qabdanii?" isaaniin jedhe; isaan immoo,"#Waawuu"ykn hin qabnu jedhanii deebisaniif.

๐ŸŒนInni immoo, "#Bidiricha bukkee gara #mirgaatiin kiyyoo #darbadhaa ni#argattus" isaaniin jedhe. #Isaanis kiyyicha darbatanii, baay'ina #qurxummii irraa kan ka'es isa #harkisuu dadhaban."

Gara #mirgaatin_darbaadha jechuun #yaada keessan #ana irraati #gata ykn anati #amana jechuudha. #Isaanis amananii #qurxumii barbaada bulan yeruuma #tokkicha argata.

1Phe 5:6-7
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
๐ŸŒน #Waaqayyo yeroon isaa yommuu ga'u akka ol isin qabutti, #harka isaa isa #aango-qabeessa jalatti gad of deebisaa.

๐ŸŒนInni #isiniif waan yaaduuf, #yaaddoo keessan #hundumaa #Waaqayyotti #gataatii dhiisaa."

#Dhugumaati baratooni isaa yeroo #yaada isaani isaa irraati gataaniti ykn #amananiti_kiyyoon isaani #guute ol $fuudhu dadhabani jedha.

Maatii #waaqayyoo har'a nutis #yaada keenya hundaa #waaqayyoo irraati yoo gane inni #wanta nuf barbaachisu nuf kennaa.

#Waaqayyoo_baratoota isaaf #akkaa_of mul'ise har'as #arjumaa ,#jaalala fi #nageenya isaa #nuf haa kennuu.

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu ."
"#Maaliif_dhaabbaatanii_Samii keessa ilaaltu"? H/erg 1:11

Jecha Kana Kan dubbate #ergaamota. Kunis guyyaa ol baay'insa #Kiristoos jechudha.

H/erg 1:11"#Ergamoonis Isin namoota Galiilaa, maaliif dhaabattanii #Samii keessa ilaaltu? Iyyaasus inni isin biraa gara #Samiiti olbahe kun, akkuma amma gara samii olbahu isaa argitan kanatti immoo, deebi'ee in dhufa" jedhaniin .

๐ŸŒน@#Ergaamonnii_Waaqayyoo Maaliif dhaabachuu duuka bu'oota gaafatanii?

โžก๏ธ#Kiristoos olbahu isaa akkaa lalaabaniif
#Ergaamoonii akkuuma du'aa ka'uumsa isaa dursaa lalaban olbahinsaa isaa lalabaanii akkaa lalabamuu taasisaniiru

Mat. 28:6-7
๐ŸŒน#Ergaamoonii akkaas jedhanii "#Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera; kottaa iddoo reeffi isaa ka'ame ture iyyuu ilaalaa.

Ammas #dafaa dhaqaa bartoota isaatti, 'Inni du'aa ka'eera, kunoo, inni isin dura #Galiilaa in dhaqa, achitti isaa ni argitu jedhaatii himaa. Kunoo, #ani isinitti himeera" jedhanii.

Kanaf #Ergamooni_duuka bu'ootaf akkuuma #lalaban yeroo kamiiyyuu nu #dursuun isaanii nuf ragaadha.

S.bahu 23:20"#Kunoo, ani karaa irratti akka si eeguuf, #iddoo ani qopheessettis akka si geessuuf #ergamaa si dura nan erga.โ€

โžก๏ธ#Addunyaa guututi deemanii akkaa lallabaniif
โœ… Isaanis Kan gidduu isaanii hir'ate bakkaa buusun #tajaajila isaanii adduunyaa guutu geesisan.
Bakkaa yihudaa #Maatiyaas buusun #tajaajila isiin caalatii ciman.

Mat 28:19โ€œ#Egaa dhaqaa, maqaa #abbaa , #ilmaafi kan #afuura qulqulluutin isaan cuuphuudhaan, saba #hundumaa_bartoota koo godhaaโ€jedheniirre #kiristoosis

Kanaf maatii #waaqayyoo nuti #amantaa keenya keessatii dhaabachaa jira moo wanta jedhamne akkaa #duuka bu'oota raawwacha jira???

Nuti har'a
โœ…#Gaabbii galaa
โœ…#Icciiti raawwadha
โœ…#kadhaana jabbaadha
โœ…#sagalee waaqayyoo
dhagaahaa
โœ…Kan #sagalee waaqayyoo hin dhageenyee dhaagesisaa
yoo jedhamne dhaabachaa jira moo raawachuf ariifacha jira???

๐ŸŒน#Duuka bu'oonnii yoo dhaabbatanile hara #Samii ol ilaalu ture jechuu #yaadni isaa waa'ee kiristoos ture .

#Nuti hoo #eessaa ilaala Jira laata???
#Abboonii yeroo hundaa yaada #laphee keessan #Samii taasifadha jedhuu.
"Kan #waaqayyoo Kan ta'e #sagalee waaqayyoo ni dhagaha"

#Waaqayyoo laphee sagalee isaa #dhagahu nuf haa kennuu.

https://t.me/firiqulqulloota

#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu."