"#α¨ααα½αα_αα_α α΅αα α αα»αΈαα’
"(#Wanta_innii isiinin jedhee #hundaa raawwadha.)" Yoh 2:5
#Mana_cidhaati argamuun
Guyyaa #Qulqulleeti_Dubroo_Maariyaam Guyyaa ittii #Dubbii tokkoon #addunyaa guutu ittii barsiiste Fi hir'uu mana cidhaa kana ittii guutedha."
Yaa #Qulqulleeti_Durboo_Maariyaam #arjummaa Fi #dhifaama keen hir'uu Tokkoo Tokkoon keenyaa Nuuf guutuni Fi #ajajjaa_Ilmaa Kee akkaa eegnu nu gargarii."
https://t.me/firiqulqulloota
#Wantumaa_hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu."

Telegram
Firii Qulqulloota
π"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
"#Anan_jiraadha #anis isin wajjiinan #jiraadha."Yoh 15:4
#Waaqayyoo nu wajjiin #jiraachuuf kan barbaachisu....
1. #Ajaaja_isaa_eegudha.
Yoh 14:23 "#Isin yoo na jaallattan #abboommota koo ni eegdu."
2. #Balbala Laphee keenyaa #waaqayyoof banuudha.
Mul Yoh 3:20 #Kunoo, ani #balbala dura dhaabadhee #balbala nan rukuta; namni sagalee koo dhaga'ee balbala yoo anaaf bane, ani ol nan lixa, isaa wajjinis maaddiitti nan dhi'aadha, innis #anaa wajjin ni nyaata."
#Waaqayyoo akkaa isaa wajjiin Jiraanuu dhifaamni Fi #arjummaa isaa nuf haa baay'atuu....
https://t.me/firiqulqulloota
#Wantumaa hundaaf #waaqayyoof galanii haa ta'uu πππ

"#Garbicha_kee bira hin #darbin"(#α£αͺα«α
α_α α΅ααα)
Seera Uma 18:3
#Ayyaanni_Adoollessa_7 yaadannoo Guyyaa qulqulleettii #Sillaaseen #Mana_Abrihaamitti argamanidha.
#Abrihaam abbaan isaa biyya #karaan keessatti #waaqa_tolfamaa kan waaqessuufii kan hojjettee gurgurus ture.
#Maqaan_abbaa isaas #Taaraa jeehama ture. #Abrihaam garuu waaqa tolfamaa kana irratti #qorannoo guddaa geggeessee waaqa dhugaa akka hin taane erga amanee booda waaqa #dhugaa isa ta'e uumama irraa barachuudhaan nama amaneedha. Akkuma #kitaabani qulqulluu jedhutti #Waaqayyo karaa #tokkos karaa #biraas ni barsiisa jedhu. Iyob 33:14
#Waaqayyos_amantii isaa ilaalee #biyya#karaan keessaa #kanaa'anitti ol bu'i sin #Eebbisaa yeroo ittiin jedhu waamicha Waaqayyoo kana dhaga'ee #haadha warraa isaa #Saaraa wajjiin achitti ol ba'ee kan eebba Waaqayyoo argatteedha. Seer.uum 12:1
#Abrihaam umrii mucaa namaa yoo baay'atee #wagga_300 waan ittiin jedhameef kanaaf jedhee mana hin ijaarradhu jechuudhaan #dunkaana hodhatee keessa jiraachaa nama tureedha. Bakka #dunkaana isaa itti dhaabbates #karaa wal qaxxaamuraa ta'e irratti ture. #Sababnii isaas #namoota karaa adeemanii fi keessummoota haala gaariin nama #simachaa tureedha. #Fuula_Waaqayyo fi #namaa durattis nama #yaada_qajeelaa qabu ture. Kanarraan kan ka'e #seexanni itti inaafee sababa garaa garaa #uumuudhaan akka #namoonni mana Abrihaam hin seenne taasisuudhaan
#Abrihaamii fi #nama addaa
baasa turee. Yeroo kana #Sillaaseen gaarummaa #Abrihaamiin arge isa eebbiisuuf,#hojii_seexana barbaddeessuuf ykn ifachuuf akkasumas hir'uu mana isaatti immoo guutuudhaaf #Adoolessa_7_Sillaaseen ykn Waaqa #Abbaa, Waaqaa #Ilma,Waaqaa #Afuura_qulqulluun maanguddoo fakkaatanii gara #mana isaa dhufan.
#Abrihaamis_faara tolaan #simatee isaan #keessumeesse. #Sillaaseen #haadha manaa isaaf ykn #Saaraaf mucaa #Ilmaa akka argatu waan barbaadeef #misiraachoo itti hime. Seer.uum 18:1
#Raajaan_Waaqayyoo #Isaayiyaas immoo gara #abbaa keessaanii #gara #Abrihaam, gara #Haadha keessanii #gara_Saaraa ilaalaa jedheera. Isaay 51:1-2.
Akkas jechuunis #hojii_gaarii #Abrihaam hojjete #hojjedhaa jechuudha.
#Yaa"waaqayyoo Akkaa #Arjummaa Fi #dhifaama keeti Har'as nu #ijoollee Kee biraa hin darbiin #nuu eebbisii.
#Hojii_Abrihaam hojjenne eebba #sillaasee_uumaa keenyaa akka argannuuf #waadaan abbaa keenya #Abrihaam sugni isa nu waliin haa ta'uu."
https://t.me/firiqulqulloota
#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof"galanii haa ta'uu"