Zak Dube
11.3K subscribers
712 photos
124 videos
5 files
83 links
Download Telegram
Odeeffannoo Xiyyeeffannoo guddaa barbaadu
==================================
Akka odeeffannoo nu gahaa jirutti manneen hidhaa federaalaa iddoo adda Addaa jiru irraa namoota heddu halkan baasaa iddoo hin beekamne geessaa jiru. Madaan keenya
- Nadhii Gammadaa
- Dabbasaa Guyyoo
- Baqqalaa Dawwaanoo fi namoota kumaatamaan laakkawaman biroo hanga har’a hin qoorre.

Shawaa Roobiit osoo harka humnoota TDF fi WBO osoo hin seenne dura ammas hidhamtoota siyaasaa heddu mana hidhaa federaalaa fi magaalaa irraa baasanii jiru.

Ammas Akkuma Lolli Kuni itti fuufeen manneen hidhaa FINFINNEE fi Baatuu jiran Xiyyeeffannoo yoo itti kennine malee dubbiin madaan qabnu osoo qoorre madaa biraa akka nutti hin daballe of-eeggannoo cimaa gochuun nurraa eeggama.

Oromiyaan Amma booda namicha guyyaa isaa dhumee sa’aa 11ffaa jiru kana irraa ilmaan ishee Qaalii baafachuu dadhabnaan rakkoo hammana jedhee himuu him dandeenyeef saaxilamuuf deemna!
Ayi Yuuniveesiitii Haramaayaa….
========================
Ummanni keenya Baalee, Booranaa, Walloo Balaa Bilxginnaan itti Fiddeen rakkoo keessa jiruuf Birr 1 kan hin kennine Bulchiinsi Jamaal Yuusuuf ( Haramaya University) Woraana Quufee Lafa nama weeraruuf Lolaa jiruuf Birr 2.7 ?

Namicha kana namuma gorsuutu dhabamee dhiiroo?
Osoo Birr kana ummata Naannoo sanaaf faayidaa woyii irra oolchee faayidaa guddaa ture.

Maal godhan kaa!…
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Namichi Kuni kanaas jedhee ture!...

Hidhadhu,Loli, Woraani wonti jedhu Itoophiyaaf hin fayyadu ~ Abiy Ahmed

ታጠቅ : ዘመት ለኢትዮጵያ አይጠቅምም ተብለን ነበር እኮ just ከ 2 ሳምንት በፊት!
“Oduu Gaddaa :Qerroo #kadir Tukkash abdoo jedhama ,Hararge bahaa Anaa goroo guutu keessatti milishan mana maatii isaa keessati ajjeefte.manattis duuti hin haftuu oromoo ka'i hidhadhu diina kee ofirraa qoladhu”
Ammee :-
==========
1ffaa- passport,n dhuunfaa aangawoota Federaalaa fi Naannoo gurguddoo irraa fuudhaamee jira.

2ffaa- Worra Waa’ee Lolaa kana propaganda Bilxiginnaa cimsanii him barreessineeef fi media irratti hin dubbanneef of-eeggannoon cimaan kennamee jira.
3ffaa- Aangawoota Federaalaa fi Naannoo Amaaraa Jidduu waa’ee Lolaa kanaa wol-qoodddan guddaan uumamee jira. garee Lolli Kuni haa dhaabbatu ummata Amaaraa miidhaa hamaaf saaxilaa jira jechuu fi Abiyoot wojji lolli Kuni itti haa fuufu jedhu jiddutti.

4ffaa- Wol-qooddaa uumameen wol-qabatee hidhaan dhaabii fi aangawoota muraasa irratti darbuu odeeffannoon madda dhiyeenya qabu irraa nu gahe ni ibsa!

Gara Dirree Lolaa deema kan jedhuus rakkinoota kanniin irraa maddee jedhu keessa beektoonni.
Yeroo Ammaatti kiiloon 4 Abiyootiif dirree Lolaa caalaa itti ulfaachaa dhufuuti himama.
ጠቅላይ ሚንስትሩ በቃላቸው መሰረት ግንባር በመገኘት ጦሩን መምራት ጀመሩ የምል በጥቅት ፎቶግራፎች የታጀበ ዜና ከኢትዮጵያ ሚዲያዎች ይጠብቁ!
Itoophiyaa maaltu adda godhe?

Sababa #WaraanaAddunyaa2ffaan walqabatee addunyaan ummata miliyoona 70 ol dhabde. #WaraanaAddunyaa1ffaan ummata milyoona 40 ol tau du’aa fi madoo godhe. Kun hundi erga ta’ee booda, hardha biyyoonni waraana kana keessaa qooda guddaa qaban kanniin akka Germany, Russia, UK, France, Japan, USA, Italy, kkf nagaan waliin jiraatu.

#Ameerikaan #Japan irratti atomic bomb darbattee si’a tokkotti lubbuu nama 355,000 galaafatte. Amma Japaanii fi Ameerikaa jidduu hariiroo gaaritu jira.
Ummanni #Rwanda fi Burundi, kan duguuggiin sanyii keessatti geggeeffame, isa hafes fixuu odoo hin taane, lubbuu hafte kunuunfachuu, nagaan jiraachuu filatan.
#Liberia, #Angola, Colombia, Nigeria, Algeria, Ivory Coast, Indonesia, Mozambique, Sera Leon kasaaraa meeqa booda, waraana dhaabanii naga buusanii nagaan jiraataaru.

Ganna 27 darbe qofaa miti jaarraa tokkoo oliif kasaaraan hoogganoonni Itoophiyaa ummata irraan gayan salphaa miti. Lubbuun karaa malee galaafatame hisaaba hin qabu. Oromoon #Miniliikii fi #Tewodiroos jalatti dhumate isa Woyyaaneen tasuma waan walbira qabamuu miti. Yoo waan hundaaf guma abaasuu irra kan jirruu gumaan warra Miniliik fi Tewodiroos, Haylasillaaseen fixee jalqaba bayuu qaba. Isa Dargii, Woyyaanee fi PP itTI dhufna. Garuuu…
Dogoggora darbe irraa barachuun waan tokko. Waanuma hundaaf haloo walitti bayuuf albee walitti qarachuun kaayyoo biyya diiguu fi dhumaatii ummata irratti labsuun alatti waan bira ta’uu hin danda’u. Abiyyii fi naf@#$nyoonni isa marsan daandii nagaa filachuu odoo danda’an, humnaan sirna atseewwanii deebisuuf Itoophiyaa hallayyaa kana buusanii akkasitti haa hubatamu. Ummanni lubbuu miliyoonota wolirraa fixes rakkoo isaa mariidhaan furachuu filateera. Itoophiyaa qofa kan lubbuu lukuu baraaruuf sangaa kitima agodhutti jiru. Amma seexana dhiigaan jiraatu, isa maqaa Itoophiyaan kakatu, Waaqni Itoophiyatti erge. Rakkoon kanuma.
FINFINNEEN kan duraa caalaa guututti harka diinaa jirti. Wonti ta’u hunda beekuun nama rakkisa. Haalli Nageenyaa sodaachiisaa ta’uu irra darbee iddo adda Addaatti dhukaasni dhagahamaa jiraachuu gabaasni nu dhaqqabaa jira.

Bilisummaa aarsaa barbaachiisaa hin taane kafallee argannu Feetu dachii haa seentu malee Gama hundaan sochoonee Qarriffaa diinaa jalaa Qaroo ija teenyaa baafachuu qabna.

Diaspora’niis sirbaa irraa darbinee yeroon Oromiyaaf dhaqqabuu qabnu Amma. Yeroo Sirbaa 1000 , yeroo hiriiraa Fi Wolgahii 10 ta’aa dhaabbachuun immediately dhaabbachuu qaba. Dhugaan Oromoof dhimmamna taanaan.

Madaan Haacee osoo hin qoorre madaa biraa onnee itti dandeenyee baannuun hin qabu. Wonti Amma booda turree finnu hin jiru. Bakka jirru hundaa Hawaasa Keessa jirru faana mari’annee yeroo kaanu Amma. Worri Minnesota har’a dhimma hoggantoota keenya irratti bakka buutootaaf bilbilaa, Xalayaa erga oolan.

Team Jabdu: Oromo American Women’s Council kana irratti waan Ajaa’iba gochaa jiru. Europe niis waa qopheessaa akka jiran quba qaba. Yeroon isaa murteessaa waan ta’eef ka’aa Qaroo keenya baraaraa!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Waamicha Wolgahii Arifachiisaa Hawaasa Minnesota Hundaaf:

Friday,November 26/2021, 3:00 pm
Bara kana, Dhaloota Teeknoloojiin kute kana sobuun tasuma hin danda’amu !

Bakka Abiyoot Waan dirree Woraanaa deemeef qabanne jedhan tana Torbaan tokko duraas qabanne jedhanii bifa argitan kanaan faana gubbatti dabarsanii turan.

Abiyoot garuu footoo Shallaayii muraasa gaci godhee fiigiichaan deemee fiigichaan deebi’ee jira!
Inbox
“Dabalataan haala adda waraanaa yeroo ibsu;
**Dhiyoo kana Masqal addabaabaayii masqalaatti republic guard n agarsiisa waraanaa godhe akka jiruun dhumateera.
Kaan ni ajjeefame, kaan miilli, harkii fi qaamni biroon irraa citee mana yaalaa jira.
Kaanimmoo karaa argateen keessaa badaa jira.
Oromoo Walloo fi uummata keenya naannoo buufata yaalaa Zuwaay kan gammoojji sana keessatti argamu nuuf galateeffadhu. Yeroo ijoolleen keenya uffata waraanaa gatanii mooraa sanaa dhokatanii miliqan uffataa fi waan barbaachisuun ijoollee keenya tajaajilaa jiru.

*Harki caalaan ijoollee oromooti, keessumaa warri dhiyoo leenjii'anii garas dhufan, ajajallee fudhachuu hin beekani.
Yoo ciisi jedhan ni taa'u, yoo duubatti deebi'i jedhan afootti deemu( sababa afaan Amaariffaallee hin beekneef salphaatti ajjeeffamuu fi booji'amuuf saaxilamoodha) jedhe.”
Statement by the Oromo Community of Minnesota - On the situation of Oromo political prisoners in Ethiopia.
********************************************************

Ethiopia is currently embroiled in a fully-fledged civil war. Years-long deadly fighting started in the northern part of the country between the Ethiopian government led by Abiy Ahmed and the allied forces, TPLF, and the Oromo Liberation Army are fast approaching Ethiopia’s capital Addis Ababa. The international media, such as the BBC world, CNN, are reporting on the situation unfolding in Ethiopia citing the crisis looming large. Fearing imminent military showdown over the capital and ensuing chaos, the United States has called on its citizens to leave Ethiopia immediately. The US has decided to repatriate non-essential staff of the US embassy in Addis Ababa and also dispatched the Horn of Africa Special Ambassador Jeffrey Feltman in a bid to facilitate a negotiated settlement to the conflict. So far, the Ethiopian government has turned down a peaceful approach and continues to pursue the military path despite sustaining significant battlefield loss against advancing rebel forces. As a last desperate attempt to hold off the advancement of rebel forces, the Ethiopian government has called upon all able civilian citizens to take the arm and fight the rebel forces. We members of the Oromo community of Minnesota are deeply concerned by the escalating military conflict and irresponsible move of militarizing the society on the side of the Ethiopian government.

While we appreciate the diplomatic effort of the US government to end the conflict through dialogue and negotiation, we are dismayed by the lack of attention and concern to release detained Oromo political prisoners including Jawar Mohammed, a long-time resident of Minnesota. As per the account of family members of political prisoners, recently (November 18, 2021) there has been an attempt to make unlawful intrusion into their prison cell by federal police forces without prior notice to prison guards in what could be considered an assassination attempt. We feared some rogue elements within the government who wanted to exploit the current security crisis, owing to ongoing civil war that may cause harm to our political leaders.

As the fighting is approaching the capital, we are concerned that the life and safety of Oromo political prisoners are at stake. We have a well-founded fear that either the government or individuals who have animosity emanating from political and ideological differences could harm the political prisoners. We want to bring to your attention at this juncture that these political prisoners received credible life-threatening threats from their political adversaries before and after their arrests. Against this background, we are pleading with the US government to take action to ensure the safety and security of Oromo political prisoners. Importantly, we request the US government to call for the immediate release of Oromo political prisoners and participate in a post-Abiy Ahmed political settlement.

Therefore, we ask the US government

1. To issue a public statement calling for the release and safety of the Oromo political prisoners.
2. To call on the International Humanitarian Organizations such as the ICRC to ensure the safety and wellness of the Oromo political prisoners.
3. In collaboration with like-minded international actors to ratchet up pressure on the Ethiopian government to release Oromo political prisoners.
Addisuun kaasahuun Gofee waan hambise hin fakkaatu… lol
Oromoon hundi kana quba qabaadhaa!

Keessattuu worri Washington jara nu ajjeesaa Hiriira nutti bahan kana Guyyaa, sa’aa fi yeroo wol-fakkaataa irratti osoo sagantaa Hiriiraa qabattanii gaariidha!

Jara Kuni sodaattuudha, Akkas goonaan torbee 1 tti dhaabu!
Daaroo labuu magala miicata kessatti leenjii dirqamaan fudhattan jechun nama galmeessa jiru. Namni leenjii kanarra hafe qarshii 500 adabam jedhani dirqiin nama geessa jiru
Sirni Gadaa Meeshaa Siyaasaa Bilxginnaa miti !
=======================
Kana dura gumiin Abbootii Gadaa Gujii “Shaneen” diinaa Oromooti, Ormeessinee jirra murtii jedhu dabarsan jettee Bilxiginnaan maashiniiwwan propaganda ishee karaa media Adda addaa nutti himte, nutiis diraamicha waan beeknuuf kolfinee bira kutne.

Sa’aa muraasa dura immoo Abbootiin Gadaa Sikkoo Mandoo Woraanni Shanee Guyyaa 15 harka haa kennatu murtee jedhu dabarsuu isaanii ammallee PP irratti maxxansanii arge.
Osoo sirna gadaaf kabaja qabaatanii :-

- Akkamitti Sabboonummaan Oromoo , Oromoo xiqqeesse jedhu ?
- Dubartii gudeedu
- Woraana Obbolleessa irratti labsu
- Daa’imman xiqqoo lafaa ka’aa jirtu ajjeessu, Hidhu, Woraana ergu, Osoo beelan dhumtu taa’anii ilaalu?
Osoo sirna gadaaf iddoo qabaatanii Silaa Sirna mootoota #Nifxiginnaa nutti Deebisuuf fiigaa jirtu kana jala hin deeman ture.


-Piroojeektiin Bilxginnaa itti aanu Oromoo gandaa fi Amantiin adda qooduu akka ta’e ibsaa turre, kuniis hojiidhuma qaama Sanaati.
Zak akkam oolte. Aanaa Adaamii Tulluu J/k Barsiisaa Saaliyaa Badhaasoo jedhamu hidhaan hiraarsaaruu sagalee ta'aafii. Barsiisaa Saaliyaa barsiisaa Afaan Oromoo buleessa. Bara wayyaanees maa'ikalaawwitti hidhamee reebichi hamaan irratti raawwatee yoo xiqqaate yeroo sadii ol operation ta'eera. Ammas Shanee waliin hidhata qabda jechuun osoo dhibeen waliin rakkatu hidhatti darbataniiru. Magaalaa Baatuu keessatti hidhan.
Inbox
#inbox!
uummanni keenyi Bara 2010 Naannoo daangaa Soomaalee irraa buqqa'anii Godina Wallagga bahaa qubatanii turan yeroo ammaa kana rakkoo hamtuuf saaximanii jiru. Yeroo ammaa kanas mana isaaniif kenname keessa Humna amaaraa hidhateen buqqaafamanii gara godina Horro Guduruu Wallaggaatti Baqataa jiru. Hanga ammaattis qaamni rakkoo kana furus tasa hin argamne.
#Adaraa Oromoo mara biraan nuuf gahi koodee!”
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Gabaasa FRANCE 24 English sochii Woraana Bilisummaa Oromoo irratti
===============================================
FRANCE 24: OROMO LIBERATION ARMY ADVANCES TOWARDS ADDIS ABABA