Zak Dube
10.7K subscribers
712 photos
124 videos
5 files
83 links
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
FINFINNEE kan eenyuuti?
Afaan Oromoo Afaan Federaalaa?

Mee Abiyootuma Afaan isaa irraa caqasaa waan erga Masaraa Miniliki seene booda jechaa jiruun wol bira qabaa!…

Dubbii masaraa Sanaa Professor Mararaan dhuguma jedhan!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Hiriira mormii Hawaasa Minnesota har’aa Gaazexxeessaa WCCO-TV | CBS Minnesota , @Nick Streiff Gamoo miidichaa gubbaa gadi woraabame.
Inbox
“Abdurazak keenya haali Godinaa harargee bahaa Aanaa midhagaa tola ykn lola jiru haala hamaadha arra guyyan guyyaa magaalatti namnii hedduun magaalaa bahe keessaa ijollee magaalaa dhufte humna guuranii waraanatti oofaa jiru, zak dhamaasa kan ummata biran nuuf gahii hadaraa”
Inbox
=======
አብዶ:- አ.አ ከተማ ዉስጥ ዛሬ ማታ የፓቢሊክሰርቪስ ተሽከርካሪ ወደ ሆለታ የሚሄደዉ ተበለሽቶ በሌላ እስክተካ 2 ሰዓት አለፈ። ሉካንዳ ስንደርስ የኦሮምያ ፖልስ ኦሮምያ አትገቡ ብሎ ከለከሉን። የሚያጠቡ እናቶች፣ አካል ጉዳተኛ፣ በእድሜ የገፉ ጭምር በአንድ መኪና 110 ሰራተኛች መኪና ዉስጥ ለማደር ተገደድን። ከመኪና መዉረድ አይቻልም ተብለን ወደ ሰርቪስ ዲፖ በመኪና ገብተን እዛ ግማሽ ይቆማል ግማሽ ይቀመጣል በዚህ ሁነታ አደርን። ረሀብ፣ ብርድ፣ ቆሞ ማደር.... ጨምሮ ያለዉን ችግር እየዉ እንግድ።”
Inbox

Daaroo labuu magaalaa miicataa kessatti maallaqa humna ol raayyaa ittisa biyyatif fidaa jechuudhan hawaasa cafaqa jiru. Namni maallaqa hanga isaan gaafatan hin kannine hidhama, tumama jira.
Iyyaaffannoo
=======•••=
Fuad Mohammed Abdulqadir jedhama, Shaashamannee gandaa 01 jiraata. Ergaa manaa bahee torbee tokko guutee jiraa namni argitan Lakkoofsoota bilbilaa kanaan nu beeksiisaa jedhu maatiin.

0937046861
0921088118
0962112364
Confirmed / Mirkanaa’eera/
=================================
-Maqaa- Koloneel Mikaa’eel Sarabee Yishaaq! (Mi-35 balaliisa)

-Dhalataa- Gondaar
-Haadha manaa fi Ijoollee 2 qaba

-Plane ( Helicopter) Maqalee fi Wolloo Bombiin nama rukutaa kan ture.
- Miilleetti Rukutamee Ajjeefame
- Co-pilot 1 fi flight technician 1 wojjiin du’e ( total nama 3)

- Jibbinsa Oromoo fi Tigree kan guutameedha ( Haati mana garuu Tigree dha)

-Wiixaata sa’aa 9:00 awwaalamee ( Qaamni isaa Waan hin argamneef saanduuquma duwwaa Awwaalan.
Maal baasuuf dhama raasuu
Bilxiginaan waan qabatuu fi waan gadi dhiistu wallaalte jirti
Ifumatti saamichatti gadi ta'anii jiru.Abbootii qabeenyaa xiqqaa hanga guddaatti dirqamaan qarshii fidaa yoo diddan qabeenya keessaan isin irraa saamama jechuudhaan mallaqa kuma 500 irraa hanga miliyoona lamatti abbootii qabeenyaa dhuunfaa irraa sama jiru.mallaqni saamamu kunis kallattimaan account humna waraanatti akka galuuf ajaja ka'anii jiru.
Namoota dhuunfaa irraa immoo hanga qabeenya dirqiin gurgursiisutti adeema jiru.kana hundaa kan hin qabne immoo dirqiin gara adda waraana akka deemu taasisuu irratti argamu. Kan nama ajaa'ibuu immoo wantootni isaan dirqiin namarraa gurguruuf dhiyeessan kan bitatu mallaqa ittiin bitatu dhabuu isaati.

Lakkoofsa Baankii Deeggarsi RIB itti sassaabbamu:

OBFEC Oromia Dev't Supporting Fund jechuudhaan:

CBE,COOP,Awash
OIB.
Inbox
“Adaamaa keessatti halkan walakkaa sa’aa 9 fi 10 irraa jalqabee mana namaa sakatta’aa jiru. Kanumaan wal qabatee gidduu kana namoota hedduu hidhanii jiru. Sababni hidhamaniif yakka qabaatanii yookaan immoo meeshaan waraanaa mana isaaniitti argamee osoo hin taane, ALAABAA fi uffata Alaabaa ABO qabuu waan manaa qabaniif qofa hidhaman.

Ummanni keenya rakkoo hangana gahu keessa jira, Alaabaa ABO fi uffata alaabaan hojjatame qabaachuun yakka tahee jira. Ummanni keenya hanga dandeessanitti of eeggannoo godhaa.”
Beeksisa ( Please Woliif qoodaa)
=========================
Iddoo Dhalootaa fi Lakkoofsa bilbilaa Maatii Daa’imman ( Woggaa 18 gadii) Raayyaa ittisaaf Abiy dirqiin ergee jiru yoo beektan karaa Inbox dafaa nu dhaqqabsiisaa. Hajaa cimaaf barbaadama.
Karaa Facebook inbox nuuf gochuu dandeessu!
-Maqaa, Endalk Aman
-Hojii- Gargaaraa Balalisaa ( Copilot )
-Dhalataa FINFINNEE
- Dhiyeenya fuudhee daa’ima 1 qaba

Namoota 3 Xiyyaara mi-35 Milleetti Woraana Tigraayiin dhayamtee kufte keessa turan keessa tokko kana.

Namni 3ffaa ( flight Technician ) iddoo kana du’e turrees dhiyeenya isiin beeksifna!
@HermelaTV started milking them very easily!
That is how business work , keep milking them in addition to what a crime minister @AbiyAhmedAli throws into your account girl!

Akkana kana kaa kunoo!
Karoora Business Ajaa’ibaati!
“Abiyyi ilmaan miskiinaa daraa botoroo godhuuf muratee jira.

Guyyaa arraa (19/11/2021) bilxigginnaan waraana huurso irraa konkolaataa TATA 30 ol ta'uun fe'anii dirree dawa keessa darbanii jiru. Jolleen amma dirree waraanatti deemaa jiran kun jollee leenjii gahaa hin qabneedha. Guyyaa muraasa dura walitti guuranii gara dirree leenjii kan fidaniidha jolleen kun.”
Mucaa Obbooleessa Abbaa koo
Eebbisaa Tarressaa Miijenaa Kaleessa galgala Wallaggaa lixaa aanaa Hoomaa Ganda Hoomaa Gorgisii keessati ati Shanee dha jedhanii ajjeesan Guyyaa guutuu reeffa maatii dhowwatanii eda Halkan erga waraanni Mootummaa reeffa gate biraa deemee boddee halkan walakkaa Ijoolleen reeffa kaasanii dhossanii awwalaan
Maatiin keenya akka gadda hin teenyeef Waraanni Mootummaa hunda isaanii qe’e irraa ari’e jira amma maatiin keenya hundinuu waraana mootummaa baqatanii Bosona jiru .
Adaraa Sagalee nuuf ta’a
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Gootatu Kabaja gootaaf Malu beeka!

Jawaar fi Hacee !!
Abiyoot Dr Eleni Gebre-Medhin dhiyoodhuma aangoo guddaa United Nations Development Programme - UNDP keessatti kennisiiseef.

Aangoon kuniis balaa irraa ishee hin hambisne!

Dhuma irratti wolitti garagaluun wonnuna eeggamuu fi kana caalaa ta’uuf deema. Mana ishee sakkata’uu irra darbanii waan maatii ishee irra geessan guutuu isaa Twitter irraa dubbisaa!
“According to the Amhara Regional State, it will take 30 years for the region to recover from the devastation caused by the war.”
Please Hundi keessanuu Bilbilaa
==========•===•••••••••••••••

“Masarat Guddataa jedhamti. Kantibaa Magaalaa Maqiiti. Maatii Daawwit Abdataa guutuu hidhaatti guurtee rakkisaa jirtuudha. Bilbilaa adabadhu ittiin jedhaan”
0912119272
0919470327”
Inbox

“Godina wallagga bahaa aanaa Guutoo giddaa Ganda Horroo alaltu,Luugoo,Meexxii,Lookoo....Hidhattoonni amaaraa ummata ajjeesaa,achiis buqqisaa jiru.

Namni dhufee ilaaluun hinjoru.anuu maatiin kiyya qabeenya midhaaniifi,Horii dhiisani Magaala naqamtee jiru.Sagalee uummata kanaa maaloo dhageessisil”