Zak Dube
10.8K subscribers
712 photos
124 videos
5 files
83 links
Download Telegram
Inbox
#inbox!
uummanni keenyi Bara 2010 Naannoo daangaa Soomaalee irraa buqqa'anii Godina Wallagga bahaa qubatanii turan yeroo ammaa kana rakkoo hamtuuf saaximanii jiru. Yeroo ammaa kanas mana isaaniif kenname keessa Humna amaaraa hidhateen buqqaafamanii gara godina Horro Guduruu Wallaggaatti Baqataa jiru. Hanga ammaattis qaamni rakkoo kana furus tasa hin argamne.
#Adaraa Oromoo mara biraan nuuf gahi koodee!”