#Inbox
Fantaalle Naannoo qorkee muka gubaa naannoo amaaratti humni dhufe makkalaakayaan gooba gubbaa ta'ee tikfamaa lafa oromoo irratti manneen hedduminaan ijaarsisaa jiru karaa Adaamaa ka'ee Mataharaa geessu daanddii guddaa qabatanii taapheellaa (Barjaa)Naannoo amaara dhaabaniiru. Humnoota kanaafi horsiise bultoota oromoo karrayyuu jidduutti walitti bu'iinsa guyyaa lama dura uumameen lubbuun oromoo tokkoo darbeera. Babballifannaan lafaafi buqa'insi uummata keenyaa akkuma itti fufetti jira. Makkalaakayaan isaanirra goreet lafa isaan irraa nu biqqisan akka isaan itti ijaarrattan tiksaa jira. Dubbiin jajjabduu oromoon quba nu qabaadhaa jedhiin!!

#INBOX
Akkuma beekkamu waraanni shhiftaa mootummaa bistiginnaa tan Humna addaa jechuun of waamtu Dargaggoo Xaahaa Tunaa Huseen kan jedhamu jiraataa godina arsii aanaa sirkaa magaalaa xareetaa ganda 01kan ta'e gaafa guyyaa 12/10/2013A.L.I. aanama sirkaa magaalaa Gobeessaa keessaa waraanni Humna addaa qabuun erga yeeroo dheeraaf tumaa fi ifaan osoo darartuu Lubbuu Isaa baaftee booda reeffi akka shamee waraabessaan nyaatamuuf tursiisuun halkan edaa jechuunis gaafa guyyaa 17/10/2013 tti Gaalamaa geessitee gatte guyyaa har'aa ijoolleen horii eeydu akka carraa argitee osoo bineensaan hin nyaatamin namatti himtee achumaan waajjira poolisaatti bilbiluun reeffa fuudhanii gara Hospitala magaalaa Gobeessaa fidan achumaan namni beeku maatitti bilbilee maatiin dhaqanii fudhatan Sirni awwaalcha isaa Guyyaa boruu gaafa guyyaa 19/10/2013 ni gaggeeffama jedhamee eeggama😭
Firaafi Ummataa oromootii jajjabina Hawwina

#Inbox_Dodola
Godina Arsii lixaa Magalaa Dodolaa keessatti guyyaa har'aa Hoogganaan Bulchiinsaaf Nageenya magaalattii namni Seeyfuu Oogatoo jedhamu, konkolaachiftoota bajaajii fi hojjattoota wolitti qabee maqaa wolgahitiin
Wollaga nu bulchuu irra Nafxanyaa fi Woyyaaneen nu bulchuu woyya jedhe dhaadataa oleera.
Ummata Oromoo kutaan qooduuf tattaaffii godhaa jirti fakkaata nu Oromoon tokko. kijiba isaaniitiin gargar hin qodamnu.

Inbox
“#inbox!
uummanni keenyi Bara 2010 Naannoo daangaa Soomaalee irraa buqqa'anii Godina Wallagga bahaa qubatanii turan yeroo ammaa kana rakkoo hamtuuf saaximanii jiru. Yeroo ammaa kanas mana isaaniif kenname keessa Humna amaaraa hidhateen buqqaafamanii gara godina Horro Guduruu Wallaggaatti Baqataa jiru. Hanga ammaattis qaamni rakkoo kana furus tasa hin argamne.
#Adaraa Oromoo mara biraan nuuf gahi koodee!”

#Inbox-
Erga-Ariifachiisaa
Godina Harargee Lixaa
#Aana-mi.eessoo waraanni badhaadhina karaa ganda Daalacha, bakka waangayyoo ykn haroo Abdullee bakka jedhamtu qabate karaa gubbaa adda fafacaa'ee taa'aa waan jiruuf ijoollee keenyan akka of Eegan naaf #Maxxansa Lammiitoo.
#Facebook kiyya Aanarratti Cuftee jirtii.
Bilsxiginanin tanaafin karaa keessattin isiniifi Eerga jiraatti Lammiitoo.
maxxansuun dirqamaa keessaanii foonkoo”

#inbox
==========
Ani ogeessa fayyaa hospitaala mootummaa keessan dalaga.
Roorroo waraanni/milishaan bilxiginnaa Maatii tokkorraan gahen isiniif qooda.
Iddoon ; Shawaa kaabaa magaalaa Garba Gurraachaa
Guyyaan; kaleessa , muddee 18/2021
====================
Waraanni bilxiginnaa guyyaa keessaa naannoo sa'aa 7:00tti ajaja tokko malee mana maatii kiyyaa seenanii haadha tiyya jaartii waggaa 60 yakka tokko maleetti mana jireenya tii fuudhanii erga hidhanii booda qabeenya mana jiru hunda saamanii jiru. Erga qabeenya jiru saamanii booda immoo milishaan bilxiginnaa manichatti maatii isaa waliin itti galchanii jiru.
Kana malees obboleeyyan kiyya lamatu mana hidhaatti yakka tokko malee waggaa tokkoo oliif hanga ammaa dararamaa jiru.