Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
KUTAA 7ffaa

Fayyisaan dhugaa Waaqa moo Yesuus?

Dogongorri kan kitaaba (Macaafa Qulqulluu) ti moo kan worra kitaaba hordofna jedhuuti laata?

Kitaabni kan jedhu, fayyisaan Waaqa, kan rakkoo kamuu nama irraa furuu dandaโ€™uu jedha.

Worroonni amantii Kiristaanaa ni hordofnaa ufiin jedhan ammoo dubbiin kitaabaa sirrii mitii fayyisaan Waaqaa osoo hin taane Yesuus jedhu. Kanaafuu eenyutuu dogongore haa jennu?
Mee ragaawwan armaan gadii 3n wojjiin haa dubbisnuu:-

โ†ช Ibroota 5:7 ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
" Yesus biyya lafaa kana irra yeroo jiraachaa turetti, sagalee guddaadhaan #imimmaaniin, #kadhataa fi #waammata #gara #isa #du'a #isa #oolchuu #danda'uutti #dhi'eesse ; sababii inni ulfina Waaqayyoof gad of deebisee, isatti of kennateefis, kadhanni isaa in dhaga'ameef." (#Yesuus)
แ‹ˆแ‹ฐ แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 5:7 แŠฅแˆญแˆฑแˆ แ‰ แˆตแŒ‹แ‹ แ‹ˆแˆซแ‰ต #แŠจแˆžแ‰ต #แˆŠแ‹ซแ‹ตแŠแ‹ #แ‹ˆแ‹ฐแˆšแ‰ฝแˆ #แŠจแ‰ฅแˆญแ‰ฑ #แŒฉแŠธแ‰ตแŠ“ #แŠจแŠฅแŠ•แ‰ฃ #แŒ‹แˆญ #แŒธแˆŽแ‰ตแŠ•แŠ“ #แˆแˆแŒƒแŠ• #แŠ แ‰€แˆจแ‰ แฅ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ•แˆ แˆตแˆˆ แˆ˜แแˆซแ‰ฑ แ‰ฐแˆฐแˆ›แˆˆแ‰ตแค

2โƒฃ โ†ช Yohannis 12:27๐Ÿ‘‡๐Ÿป
" #Yesus #itti #fufee, "#Amma #lubbuun #koo #dhiphatteetti; egaa, #Yaa #abbaa #yeroottii #kana #na #oolchi!' jedhu moo ree? Garuu sababiidhuma kanaaf ani immoo gara yerottii kanaa dhufe."
แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 12:27 แŠ แˆแŠ• แŠแแˆด แ‰ณแ‹แŠซแˆˆแ‰ฝ แˆแŠ•แˆต แŠฅแˆ‹แˆˆแˆ? #แŠ แ‰ฃแ‰ต #แˆ†แ‹ญแฅ #แŠจแ‹šแˆ… #แˆฐแ‹“แ‰ต #แŠ แ‹ตแŠแŠแข แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แ‹ˆแ‹ฐแ‹šแˆ… แˆฐแ‹“แ‰ต แˆ˜แŒฃแˆแข
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
3โƒฃ โ†ช Macaafa Isaayaas Raajichaa 43:10-11 ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
10 Waaqayyo, "Yaa saba nana, isin dhuga-baatuu koo ti, garbichi ani fo'adhes isinuma, isin akka beektaniif akka amantanitti, isa kana kan godhe ana Waaqayyo akka ta'e akka hubattanitti, ana dura Waaqayyo kan biraa hin turre, ana booddees Waaqayyo kan biraa hin jiraatu.
11 #Ana #duwwaatu #Waaqayyoodha, #ana #malee #fayyisaan #kan #biraa #hinjiru.โœ…โœ…โœ…
แ‰ตแŠ•แ‰ขแ‰ฐ แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 43 10แค แ‰ณแ‹แ‰แŠ“ แ‰ณแˆแŠ‘แ‰ฅแŠ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠฅแŠ”แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ†แŠ•แˆ แ‰ณแˆตแ‰ฐแ‹แˆ‰ แ‹˜แŠ•แ‹ตแฅ แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‹จแˆ˜แˆจแŒฅแˆแ‰ตแˆ แ‰ฃแˆชแ‹ซแ‹ฌ แˆแˆตแŠญแˆฎแ‰ผ แŠ“แ‰ฝแˆ แ‹ญแˆ‹แˆ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแค แŠจแŠฅแŠ” แ‰ แŠแ‰ต แŠ แˆแˆ‹แŠญ แŠ แˆแ‰ฐแˆ แˆซแˆ แŠจแŠฅแŠ”แˆ แ‰ แŠ‹แˆ‹ แŠ แ‹ญแˆ†แŠ•แˆแข
11แค #แŠฅแŠ”แฅ #แŠฅแŠ” #แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ #แŠแŠแฅ #แŠจแŠฅแŠ” #แˆŒแˆ‹แˆ #แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ตแŠ• #แ‹จแˆˆแˆแข

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olitti dhiyaatan 3n irraa hubannu:-

1ffaa- Yesuus nama fayyiisuuf dandeettii fi aangoo tokkollee akka hin qabne, inumaayuu Rabbii waa hunda irratti dandeetti qabuuf booyichaan akka duโ€™a isa oolchuuf Rabbii fayyisuus taโ€™ee duโ€™a oolchu dandeetti qabu kadhataa yookaa waamataa akka ture ifatti muldhisa.

2ffaa- Yesuus sababa inni aangoo fi dandeettiin hundi kan Rabbii taโ€™uu beekuuf Rabbii isaatiif of gad deebisee Rabbitti of kennee imimaaniin isa kadhateef Rabbiinillee isaa awwaatu mudhisa.

3ffaa- Rabbiin fayyisaan dhugaa isa jalqabaa kan wonti tokkoo isa dura hin turin, akkasumas isa xumuraa kan wonti tokkoo isa booda hin taane san taโ€™uu mirkaneessa. Waaqni fayyisaan dhugaa sun kan waa hundaa fayyisu kan Yesuusiinillee fayyise taโ€™uu nuuf addeessa.

4ffaa. Akkuma wolii galaatti worroonni Yesuus fayyisaadhaa jedhanii dhaadatan, Yesuus ufiifuu gaafa rakkatu akka Rabbiin (Waaqni) waan hundaa dandaโ€™u rakkoo Isa oolchuuf ( isa fayyisuuf ) akka isaa birmatuuf kadhataa turuu fi dabalataanis Waaqni ana malee fayyisaan biroo hin jiruu jedhee jira. Kanaafuu yoo dubbiin Macaafa Isaayaas Raajichaa 43:10-11 sirrii mitii, yookaa dubbiin Waaqni dubbate sirrii mitii jechuu taate malee, Fayyisaan dhugaa kan Yesuusii fi uumama hundaatuu Waaqa qofa taโ€™uu beektanii Yesuus fayyisa jechi jedhu dubbii sirrii akka hin taane ifatti mirkaneefattuu jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐Ÿ‘‡
https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #23 ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa #Maarqos 10:17-18 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Maarqos 10:17-18
" Yesus adeemuudhaaf karaa irra yommuu bu'utti, namichi tokko itti fiigee, fuula isaa durattis jilbeenfatee, "#Yaa #barsiisaa #gaarii! #แ‰ธแˆญ #แˆ˜แˆแˆ…แˆญ #แˆ†แ‹ญ/ #Good #Master) Jireenya barabaraatti galuudhaaf maal gochuutu anaaf ta'a?" jedhee gaafate."
" Yesus immoo, "#Maaliif #gaarii #naan #jetta? #Waaqayyo #isa #tokkicha #duwwaa #malee, #namni #gaariin #tokkoillee #hinjiru. "
#แ‹จแˆ›แˆญแ‰†แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 10:17 แŠฅแˆญแˆฑแˆ แ‰ แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆฒแ‹ˆแŒฃ แŠ แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹ แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแˆญแˆฑ แˆฎแŒฆ แ‰ฐแŠ•แ‰ แˆจแŠจแŠจแˆˆแ‰ตแŠ“แข แ‰ธแˆญ แˆ˜แˆแˆ…แˆญ แˆ†แ‹ญแฅ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ตแŠ• แŠฅแ‹ˆแˆญแˆต แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆแŠ• แˆ‹แ‹ตแˆญแŒ? แ‰ฅแˆŽ แŒ แ‹จแ‰€แ‹แขแŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆแข #แˆตแˆˆ #แˆแŠ• #แ‰ธแˆญ #แ‰ตแˆˆแŠ›แˆˆแˆ…? #แŠจแŠ แŠ•แ‹ฑ #แŠจแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ #แ‰ แ‰€แˆญ #แ‰ธแˆญ #แˆ›แŠ•แˆ #แ‹จแˆˆแˆแข
And when he was gone forth into the way, there came one running, and kneeled to him, and asked him, #Good #Master, what shall I do that I may inherit eternal life?
And Jesus said unto him, #Why #callest #thou #me #good? there is none good but one, that is, God.

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa #Maarqos 10:17-18 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Yesuus namticha itti fiigee yaa barsiisaa gaarii isaan jedheen, ani barsiisaa gaarii dhugaa jette jedhee galatooffate.โŒ

B. Yesuus Waaqayyo sadi jedhee barsiise.โŒ

C. Yesuus Waaqayyo tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokkollee hin jiruu jedhe.โœ…

D. Hunduu deebii sirrii ta'e.โŒ

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช Worroonni Amantii Kiristaanaa mee dhugaa jiru xiinxallaa laalaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maarqos 10:17-18 irraa argannu;

1ffaa- Yesuus yeroo namni tokko itti fiigee, fuula isaa duratti jilbeenfatee, jireenna bara baraatti galuudhaaf (#Jannata #argatuuf) maal gochuu qabaa gaafatu, ka jireenna bara baraa kennu eennuu (Waaqaa taโ€™uu) , inni kana barsiisaa jiru eennuu (#nama #aangoo #homaatuu #hin #qabne ta'uu) dursee himeef. (Maaliif gaarii naan jetta?/#แˆตแˆˆ #แˆแŠ• #แ‰ธแˆญ #แ‰ตแˆˆแŠ›แˆˆแˆ…?/ #Why #callest #thou #me #good?

2ffaa- Yesuus Rabbiin/Waaqni tokko ta'uu (#Waaqayyo #isa #tokkicha yeroo jedhu) akka Rabbiin lamaa fi sadi jechi jedhu olola ta'e, namicha hubachiise.

3ffaa- Rabbiin tokkichi Yesuus jedhaa ture sunillee, Yesuusiin (isa) osoo hin taane, Rabbii mootii waa hunda akka ta'eef, inni ammoo aangoo homaatuu akka hin qabne, aangoon yaa barsiisaa gaarii jettuu, dubbii dogongoraa, ta namichi jireenna bara baraa hajamu sirreeffatu malee, jireenna bara baraa argachuu akka hin dandeenne isa dhoorgitu ta'uu ifatti himeef ("#Maaliif #gaarii #naan #jetta? #Waaqayyo #isa #tokkicha #duwwaa #malee, #namni #gaariin #tokkoillee #hinjiru. " Yeroo jedhu).

4ffaa- Gaariin (arjaan arjaan isaa olii hin jirre), handhurfatan waan hundaa ( #Good #Master) waan hundaa, Rabbii tokkicha qofa ta'uu, Yesuus ammoo kana hundaanuu waamamuun dogongora ta'uu, nama sammuu waa hubatuu danda'u adda baasee hubachiise. (#Waaqayyo #isa #tokkicha #duwwaa #malee, #namni #gaariin #tokkoillee #hinjiru. " Yeroo jedhu).

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504