Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Worroonni #Amantii hordofan irratti #ragaa #hin #qabne, Amantii nuti hordofnu Amantii dhugaa, ta Rabbiin filate ta'uuf ragaa hin qabnuu jechuu #saalfatanii, Amantiin akkanumaan ufiin waamne malee, ka jireenna bara baraa (Jannata) argataniin Yesuusitti qofatti amanuun malee Amantii ragaa qabu hordofuunii miti jedhan.

Rakkoon worra #haqa #Rabbii #irraa #maqee, jallinna ufii qaban dhossuuf #mala #baasuu malee, dhugaa jiru barbaaduuf sammuu Rabbiin isaanii kennetti fayyadamuu hin dandeenne.

#Sammuun ilma nama wonti Rabbiin nama kenneef waa'ee #nyaataa #dhugaatii #qofa yaaduuf osoo hin taane, jiruu guyyaa *#boodaa/#Aakeraa* waan isaanii tolu barbaadu ture.

Worroonni #sammuu faayidaa #duniyaa #qofaaf itti hin fayyadamne, #Amantii jechuun #hiikni isaa maali? #Amantii Rabbiin #jaalate/#filate tami? #Ragaan hoo maal? Gaafiiwwan jedhuuf deebii quubsaa qabu waan ta'eef mee ka beekuuf yaadannoo kan beekneef hubannoo akka ta'uuf #Amantii #jechuun #maal akka ta'e fi #jechi #Amantii jedhu #kitaabota duraa keessatti #dubbatamuu wojji ilaalla, yoo Rabbiin nuuf fedhe.

#Amantii (#Religion) jechuun hiikni isaa maal?
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
1โƒฃffaa- Religion:
The English word "religion" is derived from the Middle English "religioun" which came from the Old French "religion." It may have been originally derived from the Latin word "religo" which means "#good faith," "#ritual,"

#Oxford #dictionaries:
#Religion:๐Ÿ‘‡๐Ÿป
1- The #belief #in and #worship of a superhuman controlling power, especially a personal #God or #gods

๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ

The #Free #Dictionary
โ†ช #Religion:๐Ÿ‘‡๐Ÿป
1- The #belief #in and #reverence for a supernatural power or powers, regarded as creating and governing the universe:
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
Kanaafuu Amantii jechuun amanuu fi waaqefatu yookaa gabbaru (#Believe + #worship) dhaa jechu.

#Namni #waan itti #amanu qabuu fi #waan #gabbaru (waaqeffatu) qabu kamuu #Amantii ni qabaa jechu. Namni tokko Amantii hin qabu jechuun hiikni isaa namni sun waan itti amanu fi waan gabbaru (waaqeffatu) hin qabuu jechuudha.
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
Jechi #'Amantii' jedhu hoo kitaabota asiin duraa keessatti dubbatamuu hoo quba qabduu?

Ragaa 1โƒฃffaa- ๐Ÿ‘‡
*#Yihudaan #Erge 1:3* Michoota ko! Waa'ee fayyina walii wajjin qabnuuf duruma iyyuu isiniif caafuudhaaf dhama'aa utuun jiruu, amma #Amantii isa al tokkicha yeroo hundumaaf akka ta'utti warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti dabarfame sanaaf akka loltaniif, caafee isin gorsuun giddiitti barbaachisaa ta'uu isaa argeera.
แ‹ˆแ‹ณแŒ†แ‰ฝ แˆ†แ‹ญแฅ แˆตแˆˆแˆแŠ•แŠซแˆแˆˆแ‹ แˆตแˆˆ แˆ˜แ‹ณแŠ“แ‰ฝแŠ• แˆแŒฝแแˆ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŒ…แŒ แ‰ฐแŒแ‰ผ แˆณแˆˆแˆแฅ แˆˆแ‰…แ‹ฑแˆณแŠ• แŠ แŠ•แ‹ต แŒŠแ‹œ แˆแŒฝแˆž แˆตแˆˆ แ‰ฐแˆฐแŒ  #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒ‹แ‹ฐแˆ‰ แŠฅแ‹จแˆ˜แŠจแˆญแŠ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŒฝแแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŒแ‹ต แˆ†แŠแ‰ฅแŠแข
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
Ragaa 2๏ธโƒฃffaa ๐Ÿ‘‡
*#Ximotewos #Isa #Duraa 3:9*
Yaada garaa qullaa'aadhaan dhoksaa #amantiitti qabamanii jiraachuun isaaniif in ta'a
แŠแ‹แˆจแŠ› แˆจแ‰ฅ แ‹จแˆ›แ‹ญแ‹ˆแ‹ฑแฅ แ‰ แŠ•แŒนแˆ• แˆ•แˆŠแŠ“ #แ‹จแˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ตแŠ• แˆแˆฅแŒขแˆญ แ‹จแˆšแ‹ญแ‹™ แˆŠแˆ†แŠ‘ แ‹ญแŒˆแ‰ฃแ‰ธแ‹‹แˆแข
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ

Ragaa 3๏ธโƒฃffaa ๐Ÿ‘‡
*#Tiitoo 1:4.*
Gara Tiitoos isa karaa #amantii walii wajjin qabnu, ilma koo dhugaa ta'e!
แ‰ แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต แŠ…แ‰ฅแˆจแ‰ต แŠฅแ‹แŠแ‰ฐแŠ› แˆแŒ„ แˆˆแˆšแˆ†แŠ• แˆˆแ‰ฒแ‰ถแค
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
#Wolumaa #galatti ๐Ÿ‘‡

Amantii jechuun #amanuu + #gabbaru (#Believe + #worship) yoo ta'u beekne akkasumas Jechi #'Amantii' jedhu kitaabota asiin duraa keesattisi dubbatame yoo hubanne, #Amantii #dhugaa ta Rabbiin filate ta ragaan mirkaneessuu dandeennu hoo tamii? kutaa itti aanu keessatti nu eegadha yoo Rabbiin fedhe......

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #23 ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa #Maarqos 10:17-18 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Maarqos 10:17-18
" Yesus adeemuudhaaf karaa irra yommuu bu'utti, namichi tokko itti fiigee, fuula isaa durattis jilbeenfatee, "#Yaa #barsiisaa #gaarii! #แ‰ธแˆญ #แˆ˜แˆแˆ…แˆญ #แˆ†แ‹ญ/ #Good #Master) Jireenya barabaraatti galuudhaaf maal gochuutu anaaf ta'a?" jedhee gaafate."
" Yesus immoo, "#Maaliif #gaarii #naan #jetta? #Waaqayyo #isa #tokkicha #duwwaa #malee, #namni #gaariin #tokkoillee #hinjiru. "
#แ‹จแˆ›แˆญแ‰†แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 10:17 แŠฅแˆญแˆฑแˆ แ‰ แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆฒแ‹ˆแŒฃ แŠ แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹ แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแˆญแˆฑ แˆฎแŒฆ แ‰ฐแŠ•แ‰ แˆจแŠจแŠจแˆˆแ‰ตแŠ“แข แ‰ธแˆญ แˆ˜แˆแˆ…แˆญ แˆ†แ‹ญแฅ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ตแŠ• แŠฅแ‹ˆแˆญแˆต แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆแŠ• แˆ‹แ‹ตแˆญแŒ? แ‰ฅแˆŽ แŒ แ‹จแ‰€แ‹แขแŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆแข #แˆตแˆˆ #แˆแŠ• #แ‰ธแˆญ #แ‰ตแˆˆแŠ›แˆˆแˆ…? #แŠจแŠ แŠ•แ‹ฑ #แŠจแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ #แ‰ แ‰€แˆญ #แ‰ธแˆญ #แˆ›แŠ•แˆ #แ‹จแˆˆแˆแข
And when he was gone forth into the way, there came one running, and kneeled to him, and asked him, #Good #Master, what shall I do that I may inherit eternal life?
And Jesus said unto him, #Why #callest #thou #me #good? there is none good but one, that is, God.

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa #Maarqos 10:17-18 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Yesuus namticha itti fiigee yaa barsiisaa gaarii isaan jedheen, ani barsiisaa gaarii dhugaa jette jedhee galatooffate.โŒ

B. Yesuus Waaqayyo sadi jedhee barsiise.โŒ

C. Yesuus Waaqayyo tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokkollee hin jiruu jedhe.โœ…

D. Hunduu deebii sirrii ta'e.โŒ

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช Worroonni Amantii Kiristaanaa mee dhugaa jiru xiinxallaa laalaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maarqos 10:17-18 irraa argannu;

1ffaa- Yesuus yeroo namni tokko itti fiigee, fuula isaa duratti jilbeenfatee, jireenna bara baraatti galuudhaaf (#Jannata #argatuuf) maal gochuu qabaa gaafatu, ka jireenna bara baraa kennu eennuu (Waaqaa taโ€™uu) , inni kana barsiisaa jiru eennuu (#nama #aangoo #homaatuu #hin #qabne ta'uu) dursee himeef. (Maaliif gaarii naan jetta?/#แˆตแˆˆ #แˆแŠ• #แ‰ธแˆญ #แ‰ตแˆˆแŠ›แˆˆแˆ…?/ #Why #callest #thou #me #good?

2ffaa- Yesuus Rabbiin/Waaqni tokko ta'uu (#Waaqayyo #isa #tokkicha yeroo jedhu) akka Rabbiin lamaa fi sadi jechi jedhu olola ta'e, namicha hubachiise.

3ffaa- Rabbiin tokkichi Yesuus jedhaa ture sunillee, Yesuusiin (isa) osoo hin taane, Rabbii mootii waa hunda akka ta'eef, inni ammoo aangoo homaatuu akka hin qabne, aangoon yaa barsiisaa gaarii jettuu, dubbii dogongoraa, ta namichi jireenna bara baraa hajamu sirreeffatu malee, jireenna bara baraa argachuu akka hin dandeenne isa dhoorgitu ta'uu ifatti himeef ("#Maaliif #gaarii #naan #jetta? #Waaqayyo #isa #tokkicha #duwwaa #malee, #namni #gaariin #tokkoillee #hinjiru. " Yeroo jedhu).

4ffaa- Gaariin (arjaan arjaan isaa olii hin jirre), handhurfatan waan hundaa ( #Good #Master) waan hundaa, Rabbii tokkicha qofa ta'uu, Yesuus ammoo kana hundaanuu waamamuun dogongora ta'uu, nama sammuu waa hubatuu danda'u adda baasee hubachiise. (#Waaqayyo #isa #tokkicha #duwwaa #malee, #namni #gaariin #tokkoillee #hinjiru. " Yeroo jedhu).

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504