Kiristaanaa jechuun maqaa Amantii ta'uu namni hunduu ni beekaa, #Kiristaanaa jechi jedhu maal irraa #moggaafame?#Hiikni isaa maali? Fi #Eennutu #moggaasee hoo beektuu?
1๏ธโฃffaa- '#Kiristaan' jechi jedhu maal irraa mogaafame kan jedhuuf deebiin isaa
Answer ๐๐ป
Christian โก๏ธ drives from the Greek word '#Christos' (Oxford Dictionary )
Hiikkaan isaa ๐๐ป
#Kiristaana โก๏ธ jecha #Griik, '#Kiristoos' jedhamu irraa kan mogaafameedha .
2๏ธโฃffaa. #Hiikni '#Kiristaan' jechuu hoo maal jechu?
Answer ๐๐ป
The word "#Chritstain" literally means, #belonging to the party of #Christ or a #followers of #Christ . ( www.gotquestions.org)
Hiikkaan Isaa ๐๐ป
Jechi "#Kiristaana" jedhu, jecha jechaan yoo ibsamu, #Woldaa #Kirstiitii ( #Yesuus #Kirstoosii) miseensa ta'u. Yookaa ammoo #Hordoftoota #Kiristii ( #Yesus #Kiristoosi) jechu.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
3๏ธโฃffaa- '#Kiristaana' maqaan jedhu maqaa #eennuu #mogaase?
Answer ๐๐ป
Followers of Jesus Christ were first called "Christians" in Antioch ( Acts 11:26 ) because their behavior , activity and speech were like Christ. ( www.gotquestions.org )
Hiikni isaas ๐๐ป
Hordoftoota Yesuus Kiristoositu, #yeroo #jalqabaatiif #Anxokiyaa keessatti Kiristaana jedhamanii waamamanii.
#Eennuun?
#Waaqaan moo? Miti
#Yesuuusiin moo ? Miti
#Ajaja #Yesuusi Maqaa Kirstaanummaan mogaafadhaa jedheef moo? Miti
Maaf ree?
Sababa
โก๏ธamalli/ haalli jaraa,
โก๏ธhojiin / sochiin/ dalaggaan jaraa,
โก๏ธ haasofni / dubbiin / qaaqni jaraa
Kiristoos ( Yesuus Kiristoosi ) fakkaatuuf jedhanii (#worroonni #Yahuudaa) Kiristaanummaa mogaasaniif.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โช๏ธ Ragaan isaa Baayibilii keessaa eddoo meeqatti argama?
Hojii Ergamootaa 11:26๐๐ป
Yeroo isa argatettis, gara Anxokiyaatti isa fide; waggaa sana guutuu waldaa sanaa wajjin wal arganii, namoota danuu barsiisaa turan. #Bartoonni #jalqaba #duraa #Anxokiyaatti #Kristiyaanota #jedhamanii #waamaman.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#HUBACHIISA ๐๐ป
Moggaasni maqaa Kiristaanummaa , Waaqaan yookaa Yesuusiin osoo hin taane, Hordoftoota Yesuus jedhamee Namoota yaadamuun, Anxokiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif mogaafamee.
Ragaan mogaasa isaallee eddoo tokko qofatti argamaa, sunisi โคต๏ธ
Hojii ergamtoota 11:26 yoo ta'u
Jechi Kiristaana jedhu Kakuu haaraa ( New Testament ) keessatti eddoo 3 qofatti argamaa.
SUNISI ๐๐ป
โช๏ธ Hojii ergamtoota 11:26
โช๏ธ Hojii ergamtoota 26:28
โช๏ธ Phexiros Isa Duraa 4:16
Keessatti qofa,dubatamee.
Kana jechuun, #Kiristaanummaan #Amantii #Waaqni yookaa #Yesuus #mogaase yookaa #filata yookaa #jaalate jechoo osoo hin taane, mogaasa yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti (#Worroonni #Yahuudotaa) namoonni Hordoftoota Yesuus jedhamanii yaadaman waamanii fi namoonni Gara garaa woliin jedha qofa ta'uu ragaa hayyoota gara garaa irraa argannee fi Baayibilii keessa arganne ibsa.
#Kanaafuu๐๐ป
#Kiristaanummaan Amantii #Waaqaa #filate yookaa #jaalate yookaa Amanti #Waaqni #ilma #nama #irratti #uume akka hintaane hubannaa jechu.
Kanaafuu, Amantiin Rabbiin ilma nama irratti uume #Islaamumma qofa ta'u nuuf addeessaa jechu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
@Xaalibu6504

Islaamummaan Amantii Rabbiin jaalate/filate ta'uu ragaan mirkaneessuu dura, #wonti #Islaamumman #ala #jiru #kamuu akka #hundee #hin qabne ibsuun dirqama. Kanaafuu gaafii namni Islaamumman ala jiru hundi maalumma isaa ittiin ufi madaalu gaafiiwwan Buโuuraa tana dhiheessuufiin barbaachisa. ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐
1โฃffaa- '#Kiristaan' jechi jedhu jecha maal jedhamu irraa mogaafame?
Akkasumas hiikni 'Kiristaan' jechuu hoo maal jechu?
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
2โฃffaa- '#Kiristaana' #maqaan #jedhu maqaa eennuu #mogaase? Fi
Akkasumas #Ragaan isaa Baayibilii keessaa eddoo meeqatti argama?
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
3โฃffaa- #Kiristaanummaan Yookaa #Amantiin #Kiristaanaa #yoom #jalqabde yookaa eennuun irraa eegalte? Fi
Ragaan isaa hoo Baayibilii keessa eessatti argama?
Dabalatanis namoonni achi dura jiraatan hoo amantiin isaanii maal ture? Fi
Ragaan isaa hoo?
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
4โฃffaa- " #Amantii #Kiristaan" jedhama:
โก akka theology Kiristaanaatti #Amanti" jechuunuu maal jechu? Fi namni tokko Amantii osoo hin qabne, nama Waaqaa ta'uu danda'aa?
Yookaa namni tokko, nama Waaqaati jedhamuuf ( nama Amanee jedhamuuf ) hulaagaaleen guutatuu qabu, akka Amantii Kiristaanaatti maali? Ragaan hoo?
Ammas akka theology Kiristaanaatti, ilmi namaa ka Amantiin Kirstaana dura ture:
โก jiruu bara Baraa argatuu ( Jannata argatuu)?
I. Yoo Ka argatan taate, akkamiin argatuu?
II. Yoo ka hin arganne taate hoo
โกmaaf dhabu? ( Badii maaliitiif dhabuu?)
โก eessa jiraatulle, eega Jannata hin arganne?
AKKA WORRA Amantii Kiristanatti jechuu kooti?
Ragaani isaa hoo?
III. Waaqni Yeroo isaan uumu hoo, KAAYOO wohiitiif moo kaahoo malee isaan uume?
Yoo kaahoo wohiitiif isaan uume, kaayoo maaf isaan uume?
Yoo kaahoo malee isaan uume ka jedhamu taate,
โก Waaqni isaanuma qofa moo Ilma namaa hunda kaahoo malee isaan uume?
Ragaan hoo?
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
5โฃffaa- Abraaham ( Ibraahim), Muusee ( Musa), Yesuus ( Isa), nagahaa fi Rahamannii Rabbii isaan Irratti haa jiraatuu,
๐ ฐ. Amantiin Isaanii maal ture?
๐ ฑ. Ragaan isaa hoo?
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
6โฃffaa- pheenxee, Kaatolikii, Ortodoksii, kkf
dameewwaan Amantii Kiristaanummaa keessatti dubataman jiru.
๐ ฐ. Fkn #Peenxee jechuun maal jechu?
๐ ฑ. Eenutuu moggaase?
C. Ragaan hoo?
Akkasuma hunda isaatuu, hiikni isaa maal jechu? Ennutu moggase? Ragaan isaanii Bayibilii kessatti eessatti argama?
Kkf......................
#Gabaabinnaan mee worroonni Islaamumman ala jiraatan, gaafiiwwan asii olii tanneeniif #deebii #ragaan #mirkanaahu qabuu?
๐๐๐๐๐๐๐
#Wolumaa #galatti, Hayyoonni Islaamaa akka dubbatanitti, nama jallinna keessa jiru tokko itti himtee ragaan dhugaa jiru ibsuufii dura, jallinnaa fi dukkana inni keessa jiru gaafii irraan gaafii dabaltee hubachiisuun, eega namni sun jiruun isaa fi adeemsi isaa baduu hubate furmaata dhabuu amane waan furmaata isaa ta'uu itti himuun isaaf fayyaa jireenna isaa ta'aa jedhu. Maaliif jennaan namni adeemsa isaa keessatti furmaata dhabe, furmaata rakkoo isaatii ta'uu ati yoo fidde waan carraa biroo hin qabneefii diduun isa hin baasu jechuu beeka waan taateef jecha.
Karaan jallinnaa hagam haga fagaatuu fi hagam akka dukkane ta'e eega ifa baafnee, #xurreen #qajeelluma ta namni hordofe #milkaahu hoo #tamii ka jedhu kutaa itti aanutti yoo Rabbiin nuuf fedhe kan laallu ta'aa obsaan nu eegadha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
https://t.me/Xaalibu6504

#Maqoota #Nabi #Iisaan (#Yesuus) ittiin #waamamu keessaa tokko, '#Masiih' kan jedhu yoo ta'u, #mootii #ummata #Israa'elii #qofa gabrummaa jalaa baasuuf ergame ta'u ragaa baha.
แจแแขแฉ #แขแฐ (#แขแจแฑแต) แจแแแจแ แตแแฝ แ แแฑ โ#แแฒแโ แฒแแ #แจแฅแตแซแคแแ #แแแฅ #แฅแป แจแฃแญแแต แแ แแแแฃแต แจแฐแแจ แแแฅ แฅแแฐแแ แซแณแซแแข
What does Messiah mean?
Messiah means, (from Hebrew mashiaแธฅ, โanointedโ), in Judaism, the expected king of the Davidic line who would deliver Israel from foreign bondage and restore the glories of its golden age.
https://www.britannica.com/topic/messiah-religion#:~:text=messiah%2C%20(from%20Hebrew%20mashia%E1%B8%A5%2C,glories%20of%20its%20golden%20age
Masihiin jechuun maal jechuudha?
Masihii jechuun, (afaan Ibrootaa mashiaแธฅ, irraa kan fuudhame yoo taโu, hiikni isaa โdibameโ jechuudha). Amantii Yihudootaa keessatti, mootii hidda Daawit irraa eegamu, kan Israaโel garbummaa ormaa jalaa baasee ulfina bara warqee sana deebisu jechuudha.
แแฒแ แแแต แแ แแแต แแ?
แแฒแ แแแตแฃ (แจแแฅแซแญแตแฅ แแบแซแ แฃ แตแญแแ โแจแฐแแฃโ แแแต แแ)แข แ แ แญแแต แฅแแแตแฃ แฅแตแซแคแแ แจแฃแแต แฃแญแแต แแ แจแแซแแฃ แฅแ แจแแญแ แแแแ แญแฅแญ แจแแแแตแฃ แจแแ แ แแ แจแณแแต แแญ แแแฅ แแแต แแแข
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
Kanaafuu, akka Insaayikloopiidiyaan Biritaanikaa ragaa bahutti, #Yesuus #ummata #Israaโelii #qofaaf #akka #ergame #mirkaneessaa jechuudha.
แตแแแ แขแแณแญแญแแแฒแซ แฅแชแณแแซ แฅแแฐแแแแฃ #แขแจแฑแต #แจแฐแแจแ #แแฅแตแซแคแ #แแแฅ #แฅแป แแแแ แซแจแแแฃแแข
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
Kakuun Haarofnis yaaduma kana mirkaneessa.
แ แฒแต แชแณแแ แญแ แแ แแณแฅ แซแจแแแฃแแข
Wangeela #Maatewos 15:24
โInni immoo deebisee (Yesuus) , "#Ani warra akka hoolotaa karaa irraa goranii #mana #Israa'elii #badan #duwwaaf #malee #hin #ergamne" jedheen.โ
แแดแแต 15แฅ24 โแฅแญแฑแ แแแถ (แฅแจแฑแต)แฆ #แจแฅแตแซแคแ #แคแต แแ แแต แ แแฝ #แ แแญ #แ แแฐแแญแแ แ แแขโ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
Kan Insaayikloopiidiyaalle soba jettanii yaaddanis, #jecha #Yesuus #soba #jechuun #isin #hin #baasu waan ta'eef, asumaan dhaamsi kiyya worroota Muslimaa hin taanee (#Kiristaanaa), kan #lammii #Itoophiyaa taatani hundaaf, #Yesuus #Itoophiyaaf #hin #ergamnee, yeroon amantii Islaamummaa furmaata ilma namaa taate hordofaa.
แจแขแแณแญแญแแแฒแซแ แแธแต แแ แฅแแฝแ แขแฐแตแกแแฃ แจแขแจแฑแตแ แแแแญ แแฐแต แแ แแแต แ แซแแฃแฝแแแแฃ
แฅแแ แแญ แจแแตแฐแแแแ แแแฅแญแต แแตแแ แแแแ (#แญแญแตแฒแซแ) #แขแตแฎแตแซแแซแ #แแแฝแฃ #แขแจแฑแต #แแขแตแฎแตแซแแซแ #แ แแฐแแจแแฃ แ แแ #แแฐแ #แแแฝ #แแแตแ #แจแแแแ #แจแฅแตแแแแ #แแญแแแต #แฐแจแฐแแข
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
https://t.me/Xaaliburidallah
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ

Encyclopedia Britannica
messiah
Messiah, in Judaism, the expected king of the Davidic line who would deliver Israel from foreign bondage and restore the glories of its golden age. More loosely, the term denotes any redeemer figure; and the adjective messianic is used to refer to beliefsโฆ
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Dhugaan gaafumaan ifa baatii obsumaan eegadhaa.
Namni waa xiinxalluu dandeettan lammiiwwan keenna #Kiristaanaa tun #dhugaa jirtuu ima #fudhaa.