Turullee Dhugatu Mo'ata
11.6K subscribers
537 photos
141 videos
118 files
432 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #3ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa Wangeela Maatewos 23:8-9 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

Maatewos 23:8-9
โธ "Isin garuu '#Barsiisaa guddaa ofiin hin jechisiisinaa! Barsiisaan keessan inni guddaan #tokkicha (#Yesuus); isin immoo hundumti keessan obboloota.
โน Lafa irratti nama akka abbaatti hin waammatinaa! #Abbaan #keessanoo #tokko, innis #isa #waaqa irraa ti.

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

Akkaataa Wangeela
Maatewos 23:8-9 ibsutti, #Yesuus #gaheen isaa maali?

A. #Yesuus #barsiisaa akka ture, kan ammoo abbaa namaa kamiituu jechuun dhoorgaa ta'ee fi yaadni Wangeela Maatewos 23:8-9 #sirrii akka ta'e.โœ…โœ…โœ…

B. Yesuus barsiisaa jechuun waan fedhii worroota Amantii Kiristaanaa hordofan faallessuuf, fedhii isaaniitti akka galuuf, Yesuus Gooftaa waan jedhaniif (Gooftaa jechuun ammoo Waaqa jechutti waan hiikaniif, Waaqa jechuun ammoo abbaa waan jedhaniif) kanaafuu, Wangeelli #Maatewos 23:8-9 yaadni isaa #guutumatti yaada kana waan faallessuuf (akka worra Kiristaanaatti jechuudhaa) #soba #akka #ta'e.

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

Qabxiin ijoon nuti asitti argannu ๐Ÿ‘‡

#Yesuus #barsiisaa jechutuu (ummata Israa'eliif) dhugaa fi fudhatama malee, akka namoonni tokko tokko yaadnitti, Yesuus abbaa ilma namaati jechuun akkuma hin tolle, #Yesuus #waaqaa jechuunille #dogongora guddaa akka ta'e hubadhaa.

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1แŠ› แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฐแˆฐแˆŽแŠ•แ‰„ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 5:21 แˆแˆ‰แŠ• แˆแ‰ตแŠ‘ #แˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ•แˆ #แ‹ซแ‹™แค ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #4ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa Wangeela Maatewos 12:50 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

Maatewos 12:50
โ€œJaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu eenyu iyyuu, #obboleessa #koo ti, #obboleettii #koo ti, #haadha #koo tis" jedhe.โ€

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

Akka Wangeelli Maatewos 12:50 ibsutti, namoota akkamtu #oboleessa, #oboleettii fi #haadha Yesuus?

A. Namoota akkuma Yesuus jaalala Waaqaa (ajaja Rabbii) godhe (raawwate), isaanis ajaja Waaqaa guutan hundi, isaannan sun yoo dhiira taate oboleessa, yoo shamarran taate oboleettii yookaa yoo dubartii gurguddoo taate ammoo haadha Yesuus jedhamuu, yaadni Wangeela #Maatewos #12:50 lle #sirri.โœ…โœ…โœ…

B. Nama #Yesuusuun yaa #gooftaa jedhee ganamaa galgalaa #sirbutu yoo dhiira taate oboleessa, yoo shamarran taate oboleettii yookaa yoo dubartii gurguddoo taate ammoo haadha Yesuus ta'uu, yaadni Wangeela #Maatewos #12:50 ammoo #soba jechuudha.

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Maatewos #12:50 irraa barannu;

Yesuus Waaqa dubbiin jedhu guutumatti dubbii ololaa akka ta'e, ragaan Wangeela Maatewos 12:50 qofti gahaadha. Akkamitti? yoo jettan:

1ffaa- Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu Jedhe malee jaalala kiyyaa kan godhu (raawwatu) hin jenne.

2ffaa- Namni jaalala (ajaja) abbaa (Waaqa) raawwate hundi anaaf gabricha kiyyaa hin jenne, maal malee? Oboleessa, oboleettii yookaa haadha jedhe malee. Kanaafuu, Yesuus Waaqaa dubbiin jedhu haasawa sobaa hidda hin qabnee jechuudha.

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1แŠ› แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฐแˆฐแˆŽแŠ•แ‰„ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 5:21 แˆแˆ‰แŠ• แˆแ‰ตแŠ‘ #แˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ•แˆ #แ‹ซแ‹™แค ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #5ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa Wangeela Maatewos 12: 28 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

Maatewos 12: 28
โAni (#Yesuus) garuu #hafuura #Waaqayyootiin hafuurota hamoota kanan baasu erga ta'ee, mootummaan Waaqayyoo isin irratti dhufeera.โž

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Yesuus hafuura #Waaqayyootiin hafuurota hamoota baasuu jechuun maal jechuudha?

A. #Yesuus #qarqaarsa yookaa #hayyama Waaqaatiin, ka #dandeettii #isaatiin #hin #taane hafuura hamootaa baasuu isaa mudhisaa.โœ…โœ…โœ…

B. Yesuus qarqaarsa yookaa hayyama #Waaqaatiin #malee, dandeettii isaatiin hafuura hamootaa baasuu isaa mudhisaa.

C. #Yesuus #tooftaaf akkas jedhe malee, dubbiin Wangeela #Maatewos 12: 28 irratti ibsame hundi waan dandeettii Yesuus ni qaba jedhanii worroonni amantii Kiristaanni hordofan yaadan faalessuuf, kanaafuu dubbiin Wangeela kanaa #soba ta'aa jechu.

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Maatewos #12:28 irraa barannu;

Yesuus wonta hojjatu kamuu dandeettii isaatiin osoo hin taane qarqaarsa yookaa hayyama Waaqaatiin akka ta'ee fi Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasna jedhan hundi, haasofni isaanii hundi akka hidda hin qabne fi haasawa soba ta'e ifatti mudhisaa.

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1แŠ› แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฐแˆฐแˆŽแŠ•แ‰„ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 5:21 แˆแˆ‰แŠ• แˆแ‰ตแŠ‘ #แˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ•แˆ #แ‹ซแ‹™แค ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii  asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah
#Maqoota #Nabi #Iisaan (#Yesuus) ittiin #waamamu keessaa tokko, '#Masiih' kan jedhu yoo ta'u, #mootii #ummata #Israa'elii #qofa gabrummaa jalaa baasuuf ergame ta'u ragaa baha.

แŠจแŠแ‰ขแ‹ฉ #แŠขแˆฐ (#แŠขแ‹จแˆฑแˆต) แ‹จแˆ›แ‹•แˆจแŒ แˆตแˆžแ‰ฝ แŠ แŠ•แ‹ฑ โ€˜#แˆ˜แˆฒแˆ•โ€™ แˆฒแˆ†แŠ• #แ‹จแŠฅแˆตแˆซแŠคแˆแŠ• #แˆ•แ‹แ‰ฅ #แ‰ฅแ‰ป แŠจแ‰ฃแˆญแŠแ‰ต แŠแƒ แˆˆแˆ›แ‹แŒฃแ‰ต แ‹จแ‰ฐแˆ‹แŠจ แŠ•แŒ‰แˆฅ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ†แŠ แ‹ซแˆณแ‹ซแˆแข

What does Messiah mean?

Messiah means, (from Hebrew mashiaแธฅ, โ€œanointedโ€), in Judaism, the expected king of the Davidic line who would deliver Israel from foreign bondage and restore the glories of its golden age.

https://www.britannica.com/topic/messiah-religion#:~:text=messiah%2C%20(from%20Hebrew%20mashia%E1%B8%A5%2C,glories%20of%20its%20golden%20age

Masihiin jechuun maal jechuudha?

Masihii jechuun, (afaan Ibrootaa mashiaแธฅ, irraa kan fuudhame yoo taโ€™u, hiikni isaa โ€œdibameโ€ jechuudha). Amantii Yihudootaa keessatti, mootii hidda Daawit irraa eegamu, kan Israaโ€™el garbummaa ormaa jalaa baasee ulfina bara warqee sana deebisu jechuudha.

แˆ˜แˆฒแˆ… แˆ›แˆˆแ‰ต แˆแŠ• แˆ›แˆˆแ‰ต แŠแ‹?

แˆ˜แˆฒแˆ… แˆ›แˆˆแ‰ตแฃ (แŠจแ‹•แ‰ฅแˆซแ‹ญแˆตแŒฅ แˆ›แˆบแ‹ซแˆ…แฃ แ‰ตแˆญแŒ‰แˆ™ โ€œแ‹จแ‰ฐแ‰€แ‰ฃโ€ แˆ›แˆˆแ‰ต แŠแ‹)แข  แ‰ แŠ แ‹ญแˆแ‹ต แŠฅแˆแŠแ‰ตแฃ แŠฅแˆตแˆซแŠคแˆแŠ• แŠจแ‰ฃแ‹•แ‹ต แ‰ฃแˆญแŠแ‰ต แŠแƒ แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ˆแŒฃ แŠฅแŠ“ แ‹จแ‹ˆแˆญแ‰… แ‹˜แˆ˜แŠ•แŠ• แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹จแˆšแˆ˜แˆแˆตแฃ แ‹จแˆšแŒ แ‰ แ‰€แ‹ แ‹จแ‹ณแ‹Šแ‰ต แ‹˜แˆญ แŠ•แŒ‰แˆฅ แˆ›แˆˆแ‰ต แŠแ‹แข

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

Kanaafuu, akka Insaayikloopiidiyaan Biritaanikaa ragaa bahutti, #Yesuus #ummata #Israaโ€™elii #qofaaf #akka #ergame #mirkaneessaa jechuudha.
แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แŠขแŠ•แˆณแ‹ญแŠญแˆŽแ”แ‹ฒแ‹ซ แ‰ฅแˆชแ‰ณแŠ’แŠซ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆˆแ‹แฃ #แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แ‹จแ‰ฐแˆ‹แŠจแ‹ #แˆˆแŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ #แˆ•แ‹แ‰ฅ #แ‰ฅแ‰ป แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แ‹ซแˆจแŒ‹แŒแŒฃแˆแข

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

Kakuun Haarofnis yaaduma kana mirkaneessa.
แŠ แ‹ฒแˆต แŠชแ‹ณแŠ•แˆ แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ• แˆƒแˆณแ‰ฅ แ‹ซแˆจแŒ‹แŒแŒฃแˆแข

Wangeela #Maatewos 15:24
โ€œInni immoo deebisee (Yesuus) , "#Ani warra akka hoolotaa karaa irraa goranii #mana #Israa'elii #badan #duwwaaf #malee #hin #ergamne" jedheen.โ€
แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 15แฅ24 โ€œแŠฅแˆญแˆฑแˆ แˆ˜แˆแˆถ (แŠฅแ‹จแˆฑแˆต)แฆ #แŠจแŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ #แ‰คแ‰ต แˆˆแŒ แ‰แ‰ต แ‰ แŒŽแ‰ฝ #แ‰ แ‰€แˆญ #แŠ แˆแ‰ฐแˆ‹แŠญแˆแˆ แŠ แˆˆแขโ€

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

Kan Insaayikloopiidiyaalle soba jettanii yaaddanis, #jecha #Yesuus #soba #jechuun #isin #hin #baasu waan ta'eef, asumaan dhaamsi kiyya worroota Muslimaa hin taanee (#Kiristaanaa), kan #lammii #Itoophiyaa taatani hundaaf,  #Yesuus #Itoophiyaaf #hin #ergamnee, yeroon amantii Islaamummaa furmaata ilma namaa taate hordofaa.
แ‹จแŠขแŠ•แˆณแ‹ญแŠญแˆŽแ”แ‹ฒแ‹ซแŠ• แ‹แˆธแ‰ต แŠแ‹ แ‰ฅแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‰ขแ‰ฐแˆตแ‰กแˆแฃ แ‹จแŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แŠ•แŒแŒแˆญ แˆแˆฐแ‰ต แŠแ‹ แˆ›แˆˆแ‰ต แŠ แ‹ซแ‹ˆแŒฃแ‰ฝแˆแˆแŠ“แฃ
แŠฅแ‹šแˆ… แˆ‹แ‹ญ แ‹จแˆ›แˆตแ‰ฐแˆ‹แˆแˆแ‹ แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ต แˆ™แˆตแˆŠแˆ แˆ‹แˆแˆ†แŠ‘ (#แŠญแˆญแˆตแ‰ฒแ‹ซแŠ•) #แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแ‹แ‹ซแŠ• #แ‹œแŒŽแ‰ฝแฃ #แŠขแ‹จแˆฑแˆต  #แˆˆแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแ‹แ‹ซแŠ• #แŠ แˆแ‰ฐแˆ‹แŠจแˆแฃ แ‰ แŒŠแ‹œ #แˆˆแˆฐแ‹ #แˆแŒ†แ‰ฝ #แˆ˜แแ‰ตแˆ„ #แ‹จแˆ†แŠแ‹แŠ• #แ‹จแŠฅแˆตแˆแˆแŠ“แŠ• #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แ‰ฐแŠจแ‰ฐแˆ‰แข

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

https://t.me/Xaaliburidallah

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#แŠฅแ‹แŠแ‰ตแŠ• แ‰ แˆ›แŒ แˆแ‹˜แ‹ #แ‹ˆแ‹ฐ #แ‹แˆธแ‰ต แ‰€แ‹ญแˆฎ แ‹จแˆแˆปแŒˆแˆฉแ‰ต แ‹ˆแŠ•แ‹ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆŒแˆˆ  (แ‰ แ‰ฐแˆˆแ‹ญ แ‰แˆญแŠฃแŠ• แŠฅแŠ“ แ‹จแŠ แˆ‹แˆ… แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ฐแŠ› แˆ€แ‹ฒแˆต) แˆ˜แˆจแ‹ณแ‰ต แ‰ฅแˆแŒ แ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ†แŠ แˆ˜แ‰ณแ‹ˆแ‰… แŠ แˆˆแ‰ แ‰ตแข

#Dhugaan micciiranii #soba_taatee laga ittiin ce'an (keessattuu Qurโ€™aana fi Hadiisa ergamaa Rabbii) akka hin jirre beekuun, qaroominnaa ta'uu nuuf hubadhaa.

https://t.me/Xaaliburidallah