Kiristaanaa jechuun maqaa Amantii ta'uu namni hunduu ni beekaa, #Kiristaanaa jechi jedhu maal irraa #moggaafame?#Hiikni isaa maali? Fi #Eennutu #moggaasee hoo beektuu?
1๏ธโฃffaa- '#Kiristaan' jechi jedhu maal irraa mogaafame kan jedhuuf deebiin isaa
Answer ๐๐ป
Christian โก๏ธ drives from the Greek word '#Christos' (Oxford Dictionary )
Hiikkaan isaa ๐๐ป
#Kiristaana โก๏ธ jecha #Griik, '#Kiristoos' jedhamu irraa kan mogaafameedha .
2๏ธโฃffaa. #Hiikni '#Kiristaan' jechuu hoo maal jechu?
Answer ๐๐ป
The word "#Chritstain" literally means, #belonging to the party of #Christ or a #followers of #Christ . ( www.gotquestions.org)
Hiikkaan Isaa ๐๐ป
Jechi "#Kiristaana" jedhu, jecha jechaan yoo ibsamu, #Woldaa #Kirstiitii ( #Yesuus #Kirstoosii) miseensa ta'u. Yookaa ammoo #Hordoftoota #Kiristii ( #Yesus #Kiristoosi) jechu.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
3๏ธโฃffaa- '#Kiristaana' maqaan jedhu maqaa #eennuu #mogaase?
Answer ๐๐ป
Followers of Jesus Christ were first called "Christians" in Antioch ( Acts 11:26 ) because their behavior , activity and speech were like Christ. ( www.gotquestions.org )
Hiikni isaas ๐๐ป
Hordoftoota Yesuus Kiristoositu, #yeroo #jalqabaatiif #Anxokiyaa keessatti Kiristaana jedhamanii waamamanii.
#Eennuun?
#Waaqaan moo? Miti
#Yesuuusiin moo ? Miti
#Ajaja #Yesuusi Maqaa Kirstaanummaan mogaafadhaa jedheef moo? Miti
Maaf ree?
Sababa
โก๏ธamalli/ haalli jaraa,
โก๏ธhojiin / sochiin/ dalaggaan jaraa,
โก๏ธ haasofni / dubbiin / qaaqni jaraa
Kiristoos ( Yesuus Kiristoosi ) fakkaatuuf jedhanii (#worroonni #Yahuudaa) Kiristaanummaa mogaasaniif.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โช๏ธ Ragaan isaa Baayibilii keessaa eddoo meeqatti argama?
Hojii Ergamootaa 11:26๐๐ป
Yeroo isa argatettis, gara Anxokiyaatti isa fide; waggaa sana guutuu waldaa sanaa wajjin wal arganii, namoota danuu barsiisaa turan. #Bartoonni #jalqaba #duraa #Anxokiyaatti #Kristiyaanota #jedhamanii #waamaman.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#HUBACHIISA ๐๐ป
Moggaasni maqaa Kiristaanummaa , Waaqaan yookaa Yesuusiin osoo hin taane, Hordoftoota Yesuus jedhamee Namoota yaadamuun, Anxokiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif mogaafamee.
Ragaan mogaasa isaallee eddoo tokko qofatti argamaa, sunisi โคต๏ธ
Hojii ergamtoota 11:26 yoo ta'u
Jechi Kiristaana jedhu Kakuu haaraa ( New Testament ) keessatti eddoo 3 qofatti argamaa.
SUNISI ๐๐ป
โช๏ธ Hojii ergamtoota 11:26
โช๏ธ Hojii ergamtoota 26:28
โช๏ธ Phexiros Isa Duraa 4:16
Keessatti qofa,dubatamee.
Kana jechuun, #Kiristaanummaan #Amantii #Waaqni yookaa #Yesuus #mogaase yookaa #filata yookaa #jaalate jechoo osoo hin taane, mogaasa yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti (#Worroonni #Yahuudotaa) namoonni Hordoftoota Yesuus jedhamanii yaadaman waamanii fi namoonni Gara garaa woliin jedha qofa ta'uu ragaa hayyoota gara garaa irraa argannee fi Baayibilii keessa arganne ibsa.
#Kanaafuu๐๐ป
#Kiristaanummaan Amantii #Waaqaa #filate yookaa #jaalate yookaa Amanti #Waaqni #ilma #nama #irratti #uume akka hintaane hubannaa jechu.
Kanaafuu, Amantiin Rabbiin ilma nama irratti uume #Islaamumma qofa ta'u nuuf addeessaa jechu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
@Xaalibu6504