Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Kiristaanaa jechuun maqaa Amantii ta'uu namni hunduu ni beekaa, #Kiristaanaa jechi jedhu maal irraa #moggaafame?#Hiikni isaa maali? Fi #Eennutu #moggaasee hoo beektuu?

1๏ธโƒฃffaa- '#Kiristaan' jechi jedhu maal irraa mogaafame kan jedhuuf deebiin isaa

Answer ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Christian โžก๏ธ drives from the Greek word '#Christos' (Oxford Dictionary )

Hiikkaan isaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
#Kiristaana โžก๏ธ jecha #Griik, '#Kiristoos' jedhamu irraa kan mogaafameedha .

2๏ธโƒฃffaa. #Hiikni '#Kiristaan' jechuu hoo maal jechu?

Answer ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
The word "#Chritstain" literally means, #belonging to the party of #Christ or a #followers of #Christ . ( www.gotquestions.org)

Hiikkaan Isaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Jechi "#Kiristaana" jedhu, jecha jechaan yoo ibsamu, #Woldaa #Kirstiitii ( #Yesuus #Kirstoosii) miseensa ta'u. Yookaa ammoo #Hordoftoota #Kiristii ( #Yesus #Kiristoosi) jechu.
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
3๏ธโƒฃffaa- '#Kiristaana' maqaan jedhu maqaa #eennuu #mogaase?

Answer ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Followers of Jesus Christ were first called "Christians" in Antioch ( Acts 11:26 ) because their behavior , activity and speech were like Christ. ( www.gotquestions.org )

Hiikni isaas ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Hordoftoota Yesuus Kiristoositu, #yeroo #jalqabaatiif #Anxokiyaa keessatti Kiristaana jedhamanii waamamanii.
#Eennuun?
#Waaqaan moo? Miti
#Yesuuusiin moo ? Miti
#Ajaja #Yesuusi Maqaa Kirstaanummaan mogaafadhaa jedheef moo? Miti
Maaf ree?
Sababa
โžก๏ธamalli/ haalli jaraa,
โžก๏ธhojiin / sochiin/ dalaggaan jaraa,
โžก๏ธ haasofni / dubbiin / qaaqni jaraa
Kiristoos ( Yesuus Kiristoosi ) fakkaatuuf jedhanii (#worroonni #Yahuudaa) Kiristaanummaa mogaasaniif.
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
โ†ช๏ธ Ragaan isaa Baayibilii keessaa eddoo meeqatti argama?

Hojii Ergamootaa 11:26๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Yeroo isa argatettis, gara Anxokiyaatti isa fide; waggaa sana guutuu waldaa sanaa wajjin wal arganii, namoota danuu barsiisaa turan. #Bartoonni #jalqaba #duraa #Anxokiyaatti #Kristiyaanota #jedhamanii #waamaman.
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
#HUBACHIISA ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Moggaasni maqaa Kiristaanummaa , Waaqaan yookaa Yesuusiin osoo hin taane, Hordoftoota Yesuus jedhamee Namoota yaadamuun, Anxokiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif mogaafamee.
Ragaan mogaasa isaallee eddoo tokko qofatti argamaa, sunisi โคต๏ธ
Hojii ergamtoota 11:26 yoo ta'u
Jechi Kiristaana jedhu Kakuu haaraa ( New Testament ) keessatti eddoo 3 qofatti argamaa.

SUNISI ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
โ†ช๏ธ Hojii ergamtoota 11:26
โ†ช๏ธ Hojii ergamtoota 26:28
โ†ช๏ธ Phexiros Isa Duraa 4:16
Keessatti qofa,dubatamee.

Kana jechuun, #Kiristaanummaan #Amantii #Waaqni yookaa #Yesuus #mogaase yookaa #filata yookaa #jaalate jechoo osoo hin taane, mogaasa yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti (#Worroonni #Yahuudotaa) namoonni Hordoftoota Yesuus jedhamanii yaadaman waamanii fi namoonni Gara garaa woliin jedha qofa ta'uu ragaa hayyoota gara garaa irraa argannee fi Baayibilii keessa arganne ibsa.
#Kanaafuu๐Ÿ‘‡๐Ÿป
#Kiristaanummaan Amantii #Waaqaa #filate yookaa #jaalate yookaa Amanti #Waaqni #ilma #nama #irratti #uume akka hintaane hubannaa jechu.

Kanaafuu, Amantiin Rabbiin ilma nama irratti uume #Islaamumma qofa ta'u nuuf addeessaa jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐Ÿ‘‡

@Xaalibu6504