๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
10.7K subscribers
557 photos
21 videos
22 files
1.89K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Dubbiin_Imaamaa_tuulachuu_keessan_jirtu .

#Sheekaa_fi_Barataa/Darasicha

Guyyaa tokko sheekaa fi Darasichi harree yaabbatanii osoo deemaa jiran,sheekichi imaamaa mataa irraa fudhatee deema,darasichi garuu akka tasaa imaamaa mataa irraa qaba ture,osoma isaan akkanatti deemaa jiranuu namni tokko karatti isaanitti dhufee darasichaan akkana jedheen ;

๐Ÿง”_#Gaafataa ;
Gaafii wayiittu na dhibee mee deebii itti naaf laataa ?
๐Ÿ‘ณโ€โ™‚_#Darasicha ;
Ani Darasaa isaaniitii mee kunoo sheekuma kiyya gaafadhaa jedheen .
๐Ÿง”_#Gaafataa
Sheekni kee garuu imaamaa hin qabanii bar jedheen .
๐Ÿ‘ณโ€โ™€_#Darasicha
Achumaa darasichi imaamaa mataa irraa buufatee , mataa harree irra kaahee,harree itti muldhisee , eegasuu kunoo isaan imaamaa uffatan kana gaafadhaa jedheen jedhama .
Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Booharsitoonni

Namticha tokkotu dhibamaa gaafachuudhaaf mana namaa seenee...., Achumaa Aabbuu kiyya maaltu si dhukkuba!? Jedhee gaafate.
โžฅ#Dhibamaa; Abboo kalee takkatu garmalee na dhukkubu jedheen.

โžพ#Gaafataa; "Yaa Allaah bar Abbaa kootittuu wanti sababa du'aa itti taโ€™e kalee tanaa....mee ati jabaadhuu ijoollema teetitti waa dhaamadhu...,waan dhufaa hin beekanii" jedheen.
Dhibamaa; Mucaa ufii ufitti yaamee akkana jedheen;
"Ilma koo dhageessaa!,... Amma booda namtichi kun yoo na gaafachuuf dhufe akka mana koo natti hin seenne...,hadaraa Ilma koo๐Ÿ˜." Jedhee dhaamate.
Join๐Ÿ‘‰@tafak_or
@tafak_or
#Fataawaa

โž›#Gaafataa : Assalaamu aleykum warahnatullahi wabarakaatu. Gaafiin koo akkas jetti ; Mahrii intalaa kenname tokko warri nyachuun ni  danida'amaa____?

โž›#Deebii ๐Ÿ‘‡
" Mahriin haqa isheeti waan ta'eefi, Yoo isiin fedha isheetiin kenniteef ni danda'ama".
(Sh/#AbdussalaamXaahiriin)
Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
https://t.me/tef_akkur2
#Fataawaa

โž›#Gaafataa :๐Ÿ‘‡
Yoo inni galfatu fedhee isin galuufi didde ho ? Innii hikuu irraa fedha hin qabu. Isiin naa hikki jeettin, inni immoo sin hikku naf gaalli jeโ€™aani. Maharinis kul'ii uf godhi jeenan ni didde, isaan na hikki jetti.  Falli gurbaa kanaa akkami jettu_?
โž›#Hubachisa. Isiin galuus hin fetu, kul'iis of godhus hin fetu. garuu na hiiki isaan jetti. Inni galfachuu barbada.  Hiikuus hin fedhu..mee tun hoo akkami____?

โž›#Deebii ๐Ÿ‘‡
Murtiin xalaaqa isaanii manguddoon laallatuudha, saniin dadhabaamu immoo Qaadii bira deemuudha. (Sh/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii gaafachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

#Gaafataa :๐Ÿ‘‡
โž›Zakaan mallaqa keessatti qarshii meeqa irraa namatti wajjabdi_?

โž›#Deebii :๐Ÿ‘‡
Qarshii giraama warqii ykn fiddaa 595 bituu dandeessutti wajjaba.
๐Ÿ‘‰#Yaadachiisa : Warqiin kuni immoo kan faayaa osoo hin taane kan mallaqaati. San kan addaan isiniif baasuu danda'u warra warqii sana gurguruudha.
(@Sheek/AbdussalaamXaahir)
-------------
-------------
Gaafii qabdaniif๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or