๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12K subscribers
586 photos
23 videos
32 files
2.07K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Fataawaa

โž›#Gaafataa : Assalaamu aleykum warahnatullahi wabarakaatu. Gaafiin koo akkas jetti ; Mahrii intalaa kenname tokko warri nyachuun ni  danida'amaa____?

โž›#Deebii ๐Ÿ‘‡
" Mahriin haqa isheeti waan ta'eefi, Yoo isiin fedha isheetiin kenniteef ni danda'ama".
(Sh/#AbdussalaamXaahiriin)
Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
https://t.me/tef_akkur2
#Fataawaa

#Gaafattuu :๐Ÿ‘‡
Jaarsi obboleettii tiyyaa takka gaduma bahee osoo wal hin dhabin karaa deeme. Gara biyya Ameerikaa kana jira, daaima tokko walirraa qaban, waggaa sadi erga turee booda mesagedhan an si hiikee jiraa jedheen, isheen guyyaa sana booda yoo itti bilbiltullee jalaa dubbatuu dide nikaan sun hiikame moo akkam____?

โž›#Deebii ๐Ÿ‘‡
Waleykumussalaam waraahmatullaahi wabarakaatuhuu. Missagiin isarraa dhufuun qulqulleeffatamnaan xalaaqni argamee jira waan taheef, Iddaa eeggattee heerumuu ni dandeessi yoo barbaadde.
Sheek/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii keessan๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

โž›#Gaafataa :๐Ÿ‘‡
Yoo inni galfatu fedhee isin galuufi didde ho ? Innii hikuu irraa fedha hin qabu. Isiin naa hikki jeettin, inni immoo sin hikku naf gaalli jeโ€™aani. Maharinis kul'ii uf godhi jeenan ni didde, isaan na hikki jetti.  Falli gurbaa kanaa akkami jettu_?
โž›#Hubachisa. Isiin galuus hin fetu, kul'iis of godhus hin fetu. garuu na hiiki isaan jetti. Inni galfachuu barbada.  Hiikuus hin fedhu..mee tun hoo akkami____?

โž›#Deebii ๐Ÿ‘‡
Murtiin xalaaqa isaanii manguddoon laallatuudha, saniin dadhabaamu immoo Qaadii bira deemuudha. (Sh/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii gaafachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

โž›#Gaafattuuu ;๐Ÿ‘‡
As.w.w. gaafiin kiyya : Jaarsaafii jartiin  hojjattoota mootummaa yoo taโ€™anii qabenya walitti horan, booda akka tasaa yo waldhaban, qabenya san irra qodamu  dandetti isiin__?

โž›#Deebii๐Ÿ‘‡
Waleykumussalaam, warahmatullaahi wabarakaatuh. Deebiin gaafii keetii akkana : "Qabeenyi isiin hojjattee argamsiiste kama isiiti. Qabeenya sanii fi mahrii isheetis fudhachuu ni dandeessi. "(Sh/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii gaafachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fala_naaf_himaa___โ—

Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatuh.
Gaafiin koo akkas jedha :
Intala kiristaanaa takka waliin baranna ture. Yeroo karaa deemnu waa'ee islaamummaa itti himaan ture, yeroo kanatti fayyadamee waan islaamummaa hunda ishee barsiise. amma amantaa islaamummaa kana ni fudhadhaa na fuutaa___? naan jette. Animoo ishii fuudhuu hin barbaadu. Ishiin yoon ani islaamummaa qabadhe maatiin ofirraa na ari'anii, dhiira taatee bakka fedhe deemuu waan hin dandeenyeef,kanaafuu ati nafuudhi. Yoo nan fuudhin namni kufrii keessatti na dhiise sihii, situ itti naa gaafatamaa naan jette.
Kanaafuu mee kun akkam ta'a naa hima__?

#Deebii๐Ÿ‘‡
โž›Namni amanuu fedhe tokko amanuudhaaf ulaagaa namarra kaahachuu hin barbaachisu. Dursi nama nama san amansiisu/gara amantiitti yaamu irraa wanti eegamu, akka dhugaan namni kun amantii kana jaalatu gochuudha malee uf isa jaalachiisuu miti. Namni dhugaan amantii kana jaalate ulaagaa tokko malee ufumaan seena waan taheef.
โž›#Hubachiisa : Jechi yoo ani amanuu dhabe situ itti gaafatama isheen siin jettu sun jecha dogoggoraati.
โž›Wanti sirraa eeggamu hubachiisuudha malee, amantii qabachiisuu miti. Ati Walumaagalatti ittigaafatamummaa kee baatee jirta.
โœ(#SheekAbdussalaamXaahir)
Ustaaza keenyaan hara nu baafachiisuu keessaniif galatoomaa jennaan.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Gaafii yoo qabaattan๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf ๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

#Gaafataa :๐Ÿ‘‡
โž›Zakaan mallaqa keessatti qarshii meeqa irraa namatti wajjabdi_?

โž›#Deebii :๐Ÿ‘‡
Qarshii giraama warqii ykn fiddaa 595 bituu dandeessutti wajjaba.
๐Ÿ‘‰#Yaadachiisa : Warqiin kuni immoo kan faayaa osoo hin taane kan mallaqaati. San kan addaan isiniif baasuu danda'u warra warqii sana gurguruudha.
(@Sheek/AbdussalaamXaahir)
-------------
-------------
Gaafii qabdaniif๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa
(#Gaafii_garaa_nama_nyaattu)

As wr wb ngh fi kabajaa Rabbin irra isinif haa tahu jecha gafii koo wahe nikahaa irrati.
Dubartiin takka heerumtee, ergaa heerumtee bodaa abba manaa ishee ergaa mana ufitin gahe guyya 45 wajin jirate biraa biyya alaa kute. Turti wagga afurii bodaa Walitti debi'an yero alaa jiru sanis inni baay'ee hin qarqaru hadha fi abba isiittu qarqara ture, inni qarqaarsa baay'ee (gahaa mitii ). Isiin haqaa isaa egdee isa eegaa turte. Turtii wagga 4 boda wal gahanii ilmo walirraa argatan.

Inni kuni guyya nikaahaa san qubee harkaa fi mormaa akkasuma kan gurraa fi meshaa mana keessaa-isiin haadha ufii biraa demte dahuf- yoo isiin debitu hin jiru kun hundi.๐Ÿ˜ญ meshanis haa taa'uu kana irratti dubbi sobaa fakkeessee hasaya,.... Ilmo san wolins isii gatee biraa demaa guyya barbade ni gaalaa...๐Ÿ˜ญ Nama kana isiin hiikuuf yaltee irra hikuu dide. Amma ergaa garga bahani wagga lamaa f ji'a sadi. Nikeenni isaanii akkam taha____?

#Deebii: ๐Ÿ‘‡
Duraan dursee abbootiin ijoollee kan haadha manaa keessan akkanatti azzabdan Rabbii keessan sodaadhaa. Rabbiin dubartii tana akka jabeessinu nuuf dhaamee jira. Rasuullis yeroo addunyaa tanarraa deeman waa'ee dubartii nuuf dhaamaa deeman.
โž› Deebii kankeetiif immoo : Nikeenni isaanii ni jira. Yoo inni irraa buusee fi yoo qaadiin irraa buuse malee. Gargar fagaachuun isaanii Nikaaha hin buusu.
Gaafii yoo qabaattan๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebiidhaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
#Gaafii... 1) Rasuulli ( Sallallaahu aleyhi wasallam) Hajjii meeqa hajjan ? bara kam keessa ? hajjiin Suni maal jedhamti? 2) Rasuulli yeroo meeqa Umraa godhan ? Umraa sana yaamuu dandeessaa ? comment ๐Ÿ‘‡
#Deebii

1) Rasuulli Sallallaahu aleyhi wasallam Muslimtootaan Hajjii takka qofa hajje, waggaa 10ffaa keessa... hajjiin suni hajjatal wadaa'i/Hajjii dhaamannaa jedhamti.
2) Rasuulli Umraa afur godhร n. isaanis:
A) Umraa hudeybiyyaa, waggaa 6ffaaa..
B) Umraa Qadaa'aa, waggaa 7ffaa keessa.
C) Umraa ji'iraanaa waggaa 8ffaa fi
D) Umraa hajjiin wajjiinii..
Sadan duraa baatii Zul-qa'adaa keessa ture.

Hedduun keessan yaaltanii jirtu
Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or