๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
11.6K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
2K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Fataawaa

#Gaafattuu :๐Ÿ‘‡
Jaarsi obboleettii tiyyaa takka gaduma bahee osoo wal hin dhabin karaa deeme. Gara biyya Ameerikaa kana jira, daaima tokko walirraa qaban, waggaa sadi erga turee booda mesagedhan an si hiikee jiraa jedheen, isheen guyyaa sana booda yoo itti bilbiltullee jalaa dubbatuu dide nikaan sun hiikame moo akkam____?

โž›#Deebii ๐Ÿ‘‡
Waleykumussalaam waraahmatullaahi wabarakaatuhuu. Missagiin isarraa dhufuun qulqulleeffatamnaan xalaaqni argamee jira waan taheef, Iddaa eeggattee heerumuu ni dandeessi yoo barbaadde.
Sheek/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii keessan๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

โž›#Gaafataa :๐Ÿ‘‡
Yoo inni galfatu fedhee isin galuufi didde ho ? Innii hikuu irraa fedha hin qabu. Isiin naa hikki jeettin, inni immoo sin hikku naf gaalli jeโ€™aani. Maharinis kul'ii uf godhi jeenan ni didde, isaan na hikki jetti.  Falli gurbaa kanaa akkami jettu_?
โž›#Hubachisa. Isiin galuus hin fetu, kul'iis of godhus hin fetu. garuu na hiiki isaan jetti. Inni galfachuu barbada.  Hiikuus hin fedhu..mee tun hoo akkami____?

โž›#Deebii ๐Ÿ‘‡
Murtiin xalaaqa isaanii manguddoon laallatuudha, saniin dadhabaamu immoo Qaadii bira deemuudha. (Sh/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii gaafachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fataawaa

โž›#Gaafattuuu ;๐Ÿ‘‡
As.w.w. gaafiin kiyya : Jaarsaafii jartiin  hojjattoota mootummaa yoo taโ€™anii qabenya walitti horan, booda akka tasaa yo waldhaban, qabenya san irra qodamu  dandetti isiin__?

โž›#Deebii๐Ÿ‘‡
Waleykumussalaam, warahmatullaahi wabarakaatuh. Deebiin gaafii keetii akkana : "Qabeenyi isiin hojjattee argamsiiste kama isiiti. Qabeenya sanii fi mahrii isheetis fudhachuu ni dandeessi. "(Sh/#AbdussalaamXaahir)
Gaafii gaafachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tef_akkur2
Deebii argachuuf๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Fala_naa_barbaadaa____โ—

As wr wb Gaafiin koo akkas jedha :
โž›Intala kiristaanaa takka waliin baranna ture. Yeroo karaa deemnu waa'ee islaamummaa itti himaan ture, yeroo kanatti fayyadamee waan islaamummaa hunda ishee barsiise. amma amantaa islaamummaa kana ni fudhadhaa na fuutaa___? naan jette. Animoo ishii fuudhuu hin barbaadu. Ishiin yoon ani islaamummaa qabadhe maatiin ofirraa na ari'anii, dhiira taatee bakka fedhe deemuu waan hin dandeenyeef,kanaafuu ati nafuudhi. Yoo nan fuudhin namni kufrii keessatti na dhiise sihii, situ itti naa gaafatamaa naan jette.
Kanaafuu mee kun akkam ta'a naa hima__?

Deebii isaa Ustaaza keenya Sheeka #AbdussalaamXaahir wajjiin qabannee dhufaa jirra nu hordofaa๐Ÿ‘‡
@tafak_or