#Booharsitoonni
Namticha tokkotu dhibamaa gaafachuudhaaf mana namaa seenee...., Achumaa Aabbuu kiyya maaltu si dhukkuba!? Jedhee gaafate.
โฅ#Dhibamaa; Abboo kalee takkatu garmalee na dhukkubu jedheen.
โพ#Gaafataa; "Yaa Allaah bar Abbaa kootittuu wanti sababa du'aa itti taโe kalee tanaa....mee ati jabaadhuu ijoollema teetitti waa dhaamadhu...,waan dhufaa hin beekanii" jedheen.
Dhibamaa; Mucaa ufii ufitti yaamee akkana jedheen;
"Ilma koo dhageessaa!,... Amma booda namtichi kun yoo na gaafachuuf dhufe akka mana koo natti hin seenne...,hadaraa Ilma koo๐." Jedhee dhaamate.
Join๐@tafak_or
@tafak_or