๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
11.7K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
2K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
โž›Bara kam keessa qiblaan jijjiiramte beektuu laata ?

#Hijraa_irraa_waggaa_2ffaa_keessa(Walakkaa_Baatii_Rajabaa)

Bara kana keessa ergamaa keenyarratti (SAW) Beeksisni Qiblaa #Masjida_Aqsaa ( ๐Ÿ•Œ )irraa gara #ka'abaatti (๐Ÿ•‹) jijjiiri jedhu dhufe jedhan .
Share godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
Dachee tanarratti waa hundaan wal bira milkaaโ€™uu hin dandeessu,https://t.me/tafak_or
Iddoon ati hirdhinna qabdu inuma hin dhabamne

#Yeroo_Ijoollummaa

โž›Humna .โœ…
โž›Mallaqa.โŒ
โž›Yeroo.โœ…
#Yeroo_dargaggummaa

โž›Humna .โœ…
โž›Mallaqa .โœ…
โž›Yeroo .โŒ
#Yeroo_dullummaa

โž›Humna .โŒ
โž›Mallaqa .โœ…
โž›Yeroo .โœ…

Rabbiin malee kan waa hundaa wal bira guuttate hin jiru,itti nyaadhaa dhugaa
share godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
โž›#Muslimni filmaata lama(2) qofa qaba,innis ;

1ffaa ; Addunyaa tana jijjiiree argamuu,yookaan

2ffaa ; Addunyaa jijjiiramte tti harka kennachuu .

Nama addunyaa tanarratti seenaa galmeessu nu haa godhu ....
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Seenaa_gabaabduu

Nama tokkotu guyyaa tokko sodaataa,hollataa mana nama gaarii tokko ol seene , achumaan namni kun maaltu si tuqe jedhee gaafate ?

โž›Innis ; Namticha tokko sodaadhee jedheen
achumaa namtichi gaariin kuni akkana jedheen ;

(( Hin sodaatin,Qalbiin nama ati sodaattuu harka nama ati isa kajeeltuu jirti waan taateef...))

Sodaa Isaa Rabbiin nuuf haa kennu...๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Waa_Afur(4)_qaama_namaa diigan ;
ุฃุฑุจุนุฉ ูค_ุชู‡ุฏู…_ุงู„ุจุฏู†:

โžจYaada guddisuu .
ุงู„ู‡ู…ุŒ
โžจRifannoota (Naasuu ) .
ูˆุงู„ุญุฒู†ุŒ
โžจBeela .
ูˆุงู„ุฌูˆุนุŒ
โžจGursaa (Hirriba dhabuu ) .
ูˆุงู„ุณู‡ุฑ...

Maddi; #Axxibbun_nabawii .
#ุงู„ุทุจ_ุงู„ู†ุจูˆูŠยซูขูฆูจยป.
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
Bara (#Hijraa_Irraa_waggaa_2ffaa ) kana keessa maaaltu uumame โ“
Dubbisaa share godhaa๐Ÿ‘‡

โž›Bara kam keessa Qiblaan jijjiiramte
walakkaa baatii Rajabaa,Hijraa irraa waggaa 2ffaatti Wahyiin qiblaa #masjida_Aqsaa Irraa #ka'abaatti jijjiiraa jedhu Rasuuma keenyarratti buufame.

โž›Ramadaana_Soomuun Bara kam keesaa dirqama godhame ?

Ramadaanni Hijraa irraa waggaa 2ffaatti,baatii sha'abaanaa keessa kan karaa godhame .
Achi booda ergamaan keenya (SAW) Ramadaana 9 qofa seenan .
Seensa Hijraa waggaa 11ffaatti addunyaa tanarraa godaanan .

โž›Ammas baruma kana keessas #Zakaan_Fixriidhaa kan waajiba godhamte .

โž›Ammas baruma kana keessa lolli_Badrii(Badral_Kubraa ) kan argames jedhan.

โž›Akkuma lolli Badrii Raawwatameen Ruqayyaan mucayyoon Rasuulaa(Haat manaa Usmaan_binu_Affaan ) gara ganda Aakiraa boqatte .

Ammas Baruma kana keessa ( waggaa 2ffaa,Shawwaal 1 ) Ummanni Islaamaa yeroo jalqabaatiif salaata #Iidal_Fixrii gaggeessan .

โž›Ammas Baruma kana keessa (Waggaa 2ffaa ) #Aliyyi_binu_Abii_Xaalib #faaximaa_intala_Rasuulaa(SAW) fuudhe .

Achi booda ijoollee kanneen irraa hore,isaanis:

Hasan,Huseen,Muhassin,Ummi_Kulsuum,Zeynabaa (Rabbiin_Isaanirraa_haa_jaalatu ).

โž›Ammas Baruma kana keessa(Shawwaal/waggaa 2ffaa) Lolli gosa #Banii_Qeynuqaa'a jedhaamtuu argame , ergamaan Aalamaa (SAW) isaan marsee jennaan ummanni kuni harka kennatan,achumaa Ergamaan Rabbii (SAW) Madiinaa keessaaa isaan yaasan .

โž›Baruma kana keessa Lolli #Gazwaa_Sawiiq jedhamus argame .

โž›Ammas baruma kana keessa(zilhijjaa 10/waggaa 2ffaatti ) Salaanni #Iidal_Adhaas dhufe,Iidni Adhaadhaa kan muslimoonni yeroo jalqabaaf argan Iida sana ture .
By Tafakkur_media
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
โžจMuhaajirtoota(Sahaabaa ) keessaa namni yeroo jalqabaaf iddoo #Baqii'i jedhamtutti awwaalame eennu ?

Zilhijjaa keessa hijraa irraa waghaa 2ffaatti #Usmaan_binu_Maz'uun duโ€™aan asirraa boqate .
Ergamaan Rabbii (SAW ) irratti erga salaatanii booda iddoo #Baqii'i jedhamutti akka awwaalan godhan .
Muhaajirtoota keessaa nama yeroo jalqabaatiif achitti awwaalamewdha .
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Durummaa_fi_Hiyyummaa

Sheekni Islaamaa #Ibnu_Teymiyaan akkana jedhan;

โž›Gurguddaa Anbiyootaa fi Rusultootaa keessaa,akkasuma Sahaabota keessaa warroota durummaadhaan beekaman ;

๐Ÿ‘ค~Nabiyyallaahi #Ibraahim (AS) .
๐Ÿ‘ค~Nabiyyallahi #Ayyuub (AS) .
๐Ÿ‘ค~Nabiyyallaahi #Daawud (AS) .
๐Ÿ‘ค~Nabiyyallaahi #Suleymaan (AS) .
๐Ÿ‘ค~#Usmaan_Binu_Affaan (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Abdurrahmaan_binu_Owufi (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Xalhaa (RA ) .
๐Ÿ‘ค~#Zubeyri (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Sa'adi_binu_Mu'aaz (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Useydi_binu_Kudeyri (RA)
๐Ÿ‘ค~#As'ad_binu_Zuraaraa (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Abii_Ayyuubal_Ansaarii (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Ubaadaa_binu_Saamit (RA) fi kkf hedduudha....

โž›Ammas Isaan keessaa nama hiyyummaa qabantu ture ;

๐Ÿ‘ค~#Iisaa_binu_Mariyam (AS) .
๐Ÿ‘ค~#Yahyaa_binu_Zakariyyaa (AS) .
๐Ÿ‘ค~#Aliyyi_binu_Abiixaalib (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Abiizarri_Algifaarii (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Mus'ab_binu_Umeyri (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Salmaan_Alfaarisii (RA) fi warroota isaan fakkaatan hedduudha....

โž›Warroota lameenuu walitti qabatan keessaa ;

๐Ÿ‘ค~#Nabiyyii keenna (SAW) .
๐Ÿ‘ค~#Abii_bakri (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Umar_binu_Kaxxaab (RA) .

maddi isaa
[ู…ุฌู…ูˆุน ุงู„ูุชุงูˆู‰ (ูกูขูค/ูกูก)]
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Dondhummaa

‏ุงู„ุจุฎูŠู„ ูู‚ูŠุฑูŒ ู„ุง ูŠูุคู’ุฌุฑู ุนู„ู‰ ูู‚ุฑู‡.
Dondhi hiyyeessaa hiyyummaa isaa irratti hin mindeeffamu(Ajrii hin argatu )

#Ibnul_Qayyim irraa
#ุงุจู†_ุงู„ู‚ูŠู…
@tafak_or
ุงู„ู„ู‡ู… ุฎูุฐู†ู€ุง ู…ู† ุงู„ุนูุณุฑ ุฅู„ู‰ ุงู„ูŠุณุฑ ูˆู…ู† ุงู„ุถูŠู‚ ุฅู„ู‰ ุงู„ุณุนุฉ ูˆู…ู† ุจุญุฑ ุงู„ุฎูˆู ุฅู„ู‰ ุจุฑ ุฃู…ุงู†ูƒ ูˆู…ู† ูƒู„ ู‡ุฐุง ุงู„ู‚ู„ู‚ ุงู„ุฐูŠ ูŠุณูƒู†ู†ุง ุฅู„ู‰ ุงู„ุทู…ุฃู†ูŠู†ุฉ ุจูƒ.

#ุตุจุงุญ_ุงู„ุฎูŠุฑ
@tafak_or
Hayyoonni asiin dura (#Ummanni_Salafaa )dabran akkana jedhan;

โžจIlma namaa keessaa gosa lamarraa (2) fagaadhaa ;

1ffaan ; Nama fedhii lubbuu isaa jala osoo deemu,fedhii isaatiin mokkorame .

2ffaan ; Nama osoo duniyaa jala fiigu duniyaan ija jaamsite .

Ammas nama 2rraa baqadhaa jedhan ;

1ffaan ; Beekaa (Aalima ) beekaa jallatee fi

2ffaan ; Nama wallaalaan Rabbiin gabbaru,jara lamaan addunyaan guutuun galaafatamuu dandeessi jedhan .
Inni duraa;
ุบูŠุฑ ุงู„ู…ุบุถูˆุจ ุนู„ูŠู‡ู…
Ykn,warra dhugaa baranii hirdofuu didan sanatti fakkaata jedhan.
Inni 2ffaa ;
ูˆู„ุง ุงู„ุถุงู„ูŠู†
Ykn warra beekkumsa malee waa dalagu sanatti fakkaata jedhan .

#Ibnu_Teymiyaa irraa
Share godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
โžจ#Rabbiin_Yoo_fedhe_akkana_dalaga ;

โž›Imaamu #Ahmad_binu_Hanbal waggaa 78 jiraate,Guyyaa Jum'aa du'ee salaata jumโ€™aa booda gaggeeffame .

โž›Imaam #Abaa_bakr _Almarwazii wagga 78 jiraate,guyaa jumโ€™aa du'ee salaata booda gaggeeffame .

โž›#Gulaamul_kilaal-Saahibuttarjamaa- namni jedhamus yeroo dhukkubbii isaa keessa jirutti namoota gaafii isaatiif dhufanitti seenaa kana erga himee booda,anis hanga guyyaa jumโ€™aa qofa isin wajjiin tura jedhee ture jedhan .
Akkuma jedhe innis waggaa 78tti guyyaa Jum'aa du'ee salaata Jum'aa booda gaggeeffame .

Kitaaba kana ilaalaa
๐Ÿ“œใ€ ุงู„ู…ุฏุฎู„ ุงู„ู…ูุตู„ ู„ู…ุฐู‡ุจ ุงู„ุฅู…ุงู… ุฃุญู…ุฏ (ูฆูงูข/ูข) ใ€‘

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
Imaam #Ashaaxibiin_Rahimahullaah-akkana jedhan ;
ู‚ุงู„ูŽ ุงู„ุฅู…ุงู…ู ุงู„ุดุงุทุจูŠ
- ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ู ุชุจุงุฑูƒ ูˆุชุนุงู„ู‰ -

โžจMallattoo milkaaโ€™innaa keessaa ;

๐ŸŒน~Ibaadaan sitti laafuudha .
๐ŸŒน~Hiriyyaa namoota gaggaarii qabaachuu .
๐ŸŒน~Gochi kee hundi sunnaa Rasuulaatiin wal galuu .
๐ŸŒน~Obboleewwan kankee wajjiin amala gaarii qabaachuu .
๐ŸŒน~Hawaasa keetiif waan gaarii dalaguu .
๐ŸŒน~Dhimma Muslimaa hundatti yaadda'uu .
๐ŸŒน~Yeroo keetiitti seeraan fayyadamuudha .

Maddi; kitaaba #Al_Iitisaam 1/154 laaluu dandeessa .
Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Sheeyxaanni_ni_Rafaa ?

Namtichi tokko Hasan_albasrii akkana jedhee gaafate ?

" Ibliis Rafaa...!? "

Achumaa akkana jedhanii deebisaniif ;

"Osoo Ibliis Rafee silaa nutuu boqonnaa arganne..! "
- ู‚ุงู„ : ู„ูˆ ู†ุงู…ูŽ ู„ูˆุฌุฏู†ุง ุฑุงุญุฉ!.


Maddi isaa

#Talbiisu_ibliis(36)
๐Ÿ“™#ุชู„ุจูŠุณู ุฅุจู„ูŠุณ ูฃูฆ ]
share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Hin_gaddin_Hin_Nahin___โ—

โž›Osoo Rabbiin Qurโ€™aana keessatti hin gaddin siin jedhu maaltu si gaddisiise...โ“

ูก-(ูˆู„ุง ุชุญุฒู† ุนู„ูŠู‡ู… ูˆู„ุง ุชูƒู† ููŠ ุถูŠู‚ ู…ู…ุง ูŠู…ูƒุฑูˆู†).

ูข-(ูˆู„ุง ุชุญุฒู† ุนู„ูŠู‡ู… ูˆู„ุง ุชูƒ ููŠ ุถูŠู‚ ู…ู…ุง ูŠู…ูƒุฑูˆู†).

ูฃ-(ูˆู„ุง ุชุญุฒู† ุนู„ูŠู‡ู… ูˆุงุฎูุถ ุฌู†ุงุญูƒ ู„ู„ู…ุคู…ู†ูŠู†).

ูค-(ู„ุนู„ูƒ ุจุงุฎุน ู†ูุณูƒ ุฃู„ุง ูŠูƒูˆู†ูˆุง ู…ุคู…ู†ูŠู†).

ูฅ-(ู„ุนู„ูƒ ุจุงุฎุน ู†ูุณูƒ ุนู„ู‰ ุขุซุงุฑู‡ู…).

ูฆ-(ู‚ุฏ ู†ุนู„ู… ุฅู†ู‡ ู„ูŠุญุฒู†ูƒ ุงู„ุฐูŠ ูŠู‚ูˆู„ูˆู†).

ูง-(ูˆู„ู‚ุฏ ู†ุนู„ู… ุฃู†ูƒ ูŠุถูŠู‚ ุตุฏุฑูƒ ุจู…ุง ูŠู‚ูˆู„ูˆู†).

ูจ-(ูู„ุง ูŠุญุฒู†ูƒ ู‚ูˆู„ู‡ู…ุŒ ุฅู†ุง ู†ุนู„ู… ู…ุง ูŠุณุฑูˆู† ูˆู…ุง ูŠุนู„ู†ูˆู†).

ูฉ-(ูˆู„ุง ูŠุญุฒู†ูƒ ู‚ูˆู„ู‡ู…ุŒ ุฅู† ุงู„ุนุฒุฉ ู„ู„ู‡ ุฌู…ูŠุนุงู‹).

ูกูก-(ูˆู„ุง ูŠุญุฒู†ูƒ ุงู„ุฐูŠู† ูŠุณุงุฑุนูˆู† ููŠ ุงู„ูƒูุฑ).

ูกูข-(ู„ุง ูŠุญุฒู†ูƒ ุงู„ุฐูŠู† ูŠุณุงุฑุนูˆู† ููŠ ุงู„ูƒูุฑ).

ูกูฃ-(ูˆู…ู† ูƒูุฑ ูู„ุง ูŠุญุฒู†ูƒ ูƒูุฑู‡).
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Qadar

Wanti ati jaalattuu fi wanti ati jibbitus harkuma Rabbii keetii jira ;

โž›Wanta ati jaalattus isuma qofatu sirra tursiisuu danda'a .
โž›Wanta ati jibbitus isuma qofatu sirraa deemsisuu danda'a .
Yeroo kamuu Rabbii kankee yaadadhu .
Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Yahuudota

Yahuudonni Nabiyyoota meeqa kijibsiisan beektuu laata โ“

๐ŸŒนUmmanni yahuudaa waliigalaatti Nabiyyoota afur kijibsiisan,Isaanis:

โž›Suleeymaan .
โž›Daawuud .
โž›Iisaa.
โž›Muhammad .

Hunda isaaniituu nagahaa fi rahmanni Rabbii isaanirra haa jiraatu .
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Dargaggootaaf

" Ibaadaan dargaggeessaa hanga fuudhutti malee hin guutamtu "

ยซ ู„ูŽุง ูŠูŽุชูู…ู‘ู ู†ูุณููƒู ุงู„ุดู‘ูŽุงุจู‘ู ุญูŽุชู‘ูŽู‰ ูŠูŽุชูŽุฒูŽูˆู‘ูŽุฌูŽ ยป.


๐Ÿ“™ ุทุงูˆุณ ุจู† ูƒูŠุณุงู†.
#Xaawus_binu_keysaan
share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
Makkaan keessatti nama yeroo jalqabaaf #Amiira/Hoogganaa taโ€™ee filame beektuu laata ?

#ุนุชุงุจ_ุจู†_ุฃุณูŠุฏ
Islaamummaa keessatti namni yeroo jalqabaaf ergamaan Rabbii (SAW) Makkaan irratti Amiira godhanii isa filan #Attaab_binu_Useyd jedhama(Radiyallaahu Anhu) .
Share ๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Jaartii_bareedduu_fi_jaarsa_fokkataa .

โž›Guyyaa tokko Intala bareedduu Abbaan manaa ishee akka malee fokkataa takkaan akkana jedhan,ati isa akkana fokkataa wajjiin jiraachuun kee kuni hangam takka si gammachiisa jedhanii gaafataniin ?

Achumaa akkana jettee deebisteef jedhan ;

" Maaltu beeka,yookaa jidduun isaatii fi jidduun Rabbii isaa toltee jennaan ana galata(Sawaaba ) isaa na godhee,Jidduun tiyyaa fi jidduun Rabbii bannaan isa adabbii (Azaaba ) kiyya naaf godhee,Sila waan Rabbiin kiyya naaf jaalate ani akkamitti hin jaalanne..! ?" jettee deebisteef jedhan .
Maasha'allaah jedhaa .
Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
Wantoota gurguddoo #Araaramaa_fi_Rahmata Rabbii ittiin argachuu dandeenyu ;
‏ยซ ุฃุนุธู… ุงู„ุฃุณุจุงุจ ู„ู†ูŠู„ ู…ุบูุฑุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุฑุญู…ุชู‡}} .


๐ŸŒป~Iimaana qabaachuu .
๐ŸŒป~Towbaa Rabbitti deebi'uu .
๐ŸŒป~Dalagaa Gaggaarii dalaguu .

๐ŸŒป~ Ibaadaa dalagan kamuu seeraan tolfachuu .
๐ŸŒป~Ilma namaatti tola ooluu .
๐ŸŒป~ Irra waliif dabruu .

Warra araarama isaa argatu Rabbiin nu haa godhu .
Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or