#Jaartii_bareedduu_fi_jaarsa_fokkataa .
➛Guyyaa tokko Intala bareedduu Abbaan manaa ishee akka malee fokkataa takkaan akkana jedhan,ati isa akkana fokkataa wajjiin jiraachuun kee kuni hangam takka si gammachiisa jedhanii gaafataniin ?
Achumaa akkana jettee deebisteef jedhan ;
Maasha'allaah jedhaa .
Share👇
@tafak_or

" Maaltu beeka,yookaa jidduun isaatii fi jidduun Rabbii isaa toltee jennaan ana galata(Sawaaba ) isaa na godhee,Jidduun tiyyaa fi jidduun Rabbii bannaan isa adabbii (Azaaba ) kiyya naaf godhee,Sila waan Rabbiin kiyya naaf jaalate ani akkamitti hin jaalanne..!
?" jettee deebisteef jedhan .Maasha'allaah jedhaa .
Share👇
@tafak_or
@tafak_or