𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
12.1K subscribers
596 photos
23 videos
32 files
2.08K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Hayyoonni asiin dura (#Ummanni_Salafaa )dabran akkana jedhan;

➨Ilma namaa keessaa gosa lamarraa (2) fagaadhaa ;

1ffaan ; Nama fedhii lubbuu isaa jala osoo deemu,fedhii isaatiin mokkorame .

2ffaan ; Nama osoo duniyaa jala fiigu duniyaan ija jaamsite .

Ammas nama 2rraa baqadhaa jedhan ;

1ffaan ; Beekaa (Aalima ) beekaa jallatee fi

2ffaan ; Nama wallaalaan Rabbiin gabbaru,jara lamaan addunyaan guutuun galaafatamuu dandeessi jedhan .
Inni duraa;
غير المغضوب عليهم
Ykn,warra dhugaa baranii hirdofuu didan sanatti fakkaata jedhan.
Inni 2ffaa ;
ولا الضالين
Ykn warra beekkumsa malee waa dalagu sanatti fakkaata jedhan .

#Ibnu_Teymiyaa irraa
Share godhaa👇👇
@tafak_or
@tafak_or