๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
11.7K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
2K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Masjida_Umaralfaaruuq(RA)
#ู…ุณุฌุฏ_ุนู…ุฑ_ุจู†_ุงู„ุฎุทุงุจ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡

Masjdidni #Umar_binu_kaxxaab kan Aanaa #Dowmatul_jandal/Dumah Al-janda(Al-jouf)jedhamtu kan kallattii kaaba dhiha #Su'uudiitti argamtu keessatti argamu kun, masjiidota umrii dheeraa lakkoofsisan keessaa isa tokko

Masjida kana #Umaralfaaruuq yeroo karaa #Beytal-maqdas(Jerusalem) deemuu akka L.H bara 16 keessa ijaare.

Rabbiin isarraa haa jaalatu.
#tafakkur

Share godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Durummaa_fi_Hiyyummaa

Sheekni Islaamaa #Ibnu_Teymiyaan akkana jedhan;

โž›Gurguddaa Anbiyootaa fi Rusultootaa keessaa,akkasuma Sahaabota keessaa warroota durummaadhaan beekaman ;

๐Ÿ‘ค~Nabiyyallaahi #Ibraahim (AS) .
๐Ÿ‘ค~Nabiyyallahi #Ayyuub (AS) .
๐Ÿ‘ค~Nabiyyallaahi #Daawud (AS) .
๐Ÿ‘ค~Nabiyyallaahi #Suleymaan (AS) .
๐Ÿ‘ค~#Usmaan_Binu_Affaan (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Abdurrahmaan_binu_Owufi (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Xalhaa (RA ) .
๐Ÿ‘ค~#Zubeyri (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Sa'adi_binu_Mu'aaz (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Useydi_binu_Kudeyri (RA)
๐Ÿ‘ค~#As'ad_binu_Zuraaraa (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Abii_Ayyuubal_Ansaarii (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Ubaadaa_binu_Saamit (RA) fi kkf hedduudha....

โž›Ammas Isaan keessaa nama hiyyummaa qabantu ture ;

๐Ÿ‘ค~#Iisaa_binu_Mariyam (AS) .
๐Ÿ‘ค~#Yahyaa_binu_Zakariyyaa (AS) .
๐Ÿ‘ค~#Aliyyi_binu_Abiixaalib (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Abiizarri_Algifaarii (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Mus'ab_binu_Umeyri (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Salmaan_Alfaarisii (RA) fi warroota isaan fakkaatan hedduudha....

โž›Warroota lameenuu walitti qabatan keessaa ;

๐Ÿ‘ค~#Nabiyyii keenna (SAW) .
๐Ÿ‘ค~#Abii_bakri (RA) .
๐Ÿ‘ค~#Umar_binu_Kaxxaab (RA) .

maddi isaa
[ู…ุฌู…ูˆุน ุงู„ูุชุงูˆู‰ (ูกูขูค/ูกูก)]
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Tafsiira_Qurโ€™aanaa

#Suuraa_Qiyaamaa
#ุชูุณูŠุฑ_ุณูˆุฑุฉ_ุงู„ู‚ูŠุงู…ุฉ

โžฌ Suuraan tuni #makkiyyaadha(hijraa dura buute).
โžฌ Tartiiba bu'iinsa Qurโ€™aanaa keessatti suuraa 31ffaadha.
โžฌ Suuratul_qaari'aa(ุงู„ู‚ุงุฑุนุฉ) dura, suuratul_Humazaa(ุงู„ู‡ู…ุฒุฉ) booda buufamte.
โžฌ akka tartiiba Qurโ€™aanaatti ammoo tartiiba 75ffaa irratti argamti.
โžฌ Baa'y'inni Aayata ishee 40.
โžฌ Aayanni tuni dandeettii waaโ€™ee cinqaa guyyaa qiyaamaa fi dandeettii Rabbii keenyaa kan guyyaa qiyaamaa irraa haasofti.
โžฌ #Umar_binu_kaxxaab akkana jedhe;
"Namni waa'ee guyyaa qiyaamaa gaafatu yoo jiraate, akkasuma namni haqiiqaa/dhugaa guyyaa qiyaamaa beekuu barbaade suuraa tana haa qaraโ€™uu jedhe."

ุจูุณู’ู…ู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุงู„ุฑู‘ูŽุญู’ู…ูŽูฐู†ู ุงู„ุฑู‘ูŽุญููŠู…ู

ูก- ู„ูŽุง ุฃูู‚ู’ุณูู…ู ุจููŠูŽูˆู’ู…ู ุงู„ู’ู‚ููŠูŽุงู…ูŽุฉู
"Guyyaa qiyaamaatti kakadhe".

โžฌ#Rabbiin_maaliif_kakuudhaan_eegale ?
โžฌ #"Laa" jecha jedhu fiduun ergaa maalii uf keessaa qaba ?
#Itti_fufa...
Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Eennuma_jettanii_yaaddu!

โž›Sahaabichi kun nama waraana 600 qofaan guutuu pershiyaatti/Fursitti duulee, osoo sahaabota 600 keessaa lubbuun nama tokkoo hin bahin, biyyattii peershiyaa guutuu cabsee erga kolonii ufii jalatti deebifatee booda deebi'e. #Eennu laata_?
Gootummaa sahaabicha kanaa #Umar_ibu_Kaxxaab, kaliifaan 2ffaan ummata islaamaa (Radiyallaahu Anhu) yeroo nutti himu,...:

โž›Dhugamatti namni kun nama lola Badrii, lola Uhudii fi kandaq keessattis qooda guddaa fudhate,
โž›Akkasuma nama guyyaa lola Yamaamaas gootummaa isaa addunyaan guutuun ragdeef,
โž›Nama Xiyyi inni waraana keessatti darbate, waa fuutu malee lafa hin buune,
โž›Namni kun nama Hijraa lamaanuu sahaabota wajjiin godaane,
โž›Islaamummaa qabachuu keessatti warroota dura Islaamummaa seenan san keessatti 7ffaadha.
Gadaa bulchiinsa Umar keessatti #Umar_binu_kaxxaab waraanni harkaa xiqqaatee jennaan, ganama akka lafaa kaโ€™een nama kana (Ebaluun sadaa๐Ÿ˜) naa fiddan malee jedhee barbaadee, ajajaa waraana 300 isa godhee ta hafte laalii ufumaa akka tolu godhi jedheen.
#Eennu_laata__?๐Ÿ‘‡ dafaa naa deebisaa kaa๐Ÿ‘Œ
Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ โ€“ Du'a Rasuulaa... kutaa 2ffaa
#Garaa_nama_raasa...

โœ Jecha #Umar_binu_Kaxxaab (Radiyallaahu anhu) guyyaa Rasuulli keenya (SAW) addunyaa tanarraa godaanan dubbate keessaa jecha armaan gadii tana:

‏ููŽุนูŽุฑูุชู ุฃู†ู‡ ู‚ุฏ ู…ุงุชูŽ ‏ูุฎูŽุฑูŽุฌู’ุชู ุฃุจุญุซู ุนู† ู…ูƒุงู†ู
‏ุฃุจูƒูŠ ููŠู‡ ูˆุญุฏูŠ ! ๐Ÿ’”
" Akka inni du'e ifa naaf galee jennaan... bakka kophaa koo taa'ee itti boohu, barbaadachuudhaaf manaa bahe.... "

Fidaaka....

share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or