#Tafsiira_Qurโaanaa
#Suuraa_Qiyaamaa
#ุชูุณูุฑ_ุณูุฑุฉ_ุงูููุงู ุฉ
โฌ Suuraan tuni #makkiyyaadha(hijraa dura buute).
โฌ Tartiiba bu'iinsa Qurโaanaa keessatti suuraa 31ffaadha.
โฌ Suuratul_qaari'aa(ุงููุงุฑุนุฉ) dura, suuratul_Humazaa(ุงููู ุฒุฉ) booda buufamte.
โฌ akka tartiiba Qurโaanaatti ammoo tartiiba 75ffaa irratti argamti.
โฌ Baa'y'inni Aayata ishee 40.
โฌ Aayanni tuni dandeettii waaโee cinqaa guyyaa qiyaamaa fi dandeettii Rabbii keenyaa kan guyyaa qiyaamaa irraa haasofti.
โฌ #Umar_binu_kaxxaab akkana jedhe;
"Namni waa'ee guyyaa qiyaamaa gaafatu yoo jiraate, akkasuma namni haqiiqaa/dhugaa guyyaa qiyaamaa beekuu barbaade suuraa tana haa qaraโuu jedhe."
ุจูุณูู ู ุงูููููู ุงูุฑููุญูู ููฐูู ุงูุฑููุญููู ู
ูก- ููุง ุฃูููุณูู ู ุจูููููู ู ุงููููููุงู ูุฉู
"Guyyaa qiyaamaatti kakadhe".
โฌ#Rabbiin_maaliif_kakuudhaan_eegale ?
โฌ #"Laa" jecha jedhu fiduun ergaa maalii uf keessaa qaba ?
#Itti_fufa...
Join๐
@tafak_or