#Seenaa_Rasuulaa
#ุณูุฑุฉ_ุงููุจู_ุงูู ุฃู ูู
Kutaa 8โฃffaa
ุงูุญููุฉ8โฃ
92ffaa=Imalli isaanii sun kan eegale Yeroo Jibriil(AS) makkaan keessatti osoo ergamaan Aalamaa(SAW) mana isaanii jiran gara ka'abaa baasuuf itti dhufeedha.
93โพKa'abaa biratti Jibriil (AS) garaa ergamaa Aalamaa baqaqsee qoma isaanii erga keessaa baasee bishaan Zamzamaatiin dhiqee booda,Qalbii Iimaanaa fi Beekkumsaan guutamte keessatti deebisee hodhe.
94โพErgamaan Aalamaa(SAW) Buraaqii yaabbatanii hanga limsuu ijaatti jibriiliin wajjiin #Masjida-Aqsaa seenan.
95โพErgamaan Aalamaa Jibriiliin wajjiin yeroo Masjidal_Aqsaa seenu waan akkaan nama dinqisiisaa wahii achitti argan;
โ"Nabiyyootaa fi Ergamtoota hunda Rabbiin Ruuhii isaanii itti deebisee achitti isaaniin wal agarsiise"
96โพLaakkofsi Nabiyyootaa meeqa laataโ
Nabiyyoonni=Kuma 124.
ุนุฏุฏ ุงูุฃูุจูุงุก ูกูขูค ุฃูู ูุจู
Rusultoonni=315.
ุฃู ุง ุนุฏุฏ ุงูู ุฑุณููู ูฃูกูฅ
Hadiisa Abii_Zarrii keessatti nuuf dubbatame.
97โพMasjidal_Aqsaa keessatti salaanni geessee jennaan akka ergamaan Aalamaa Imaama taโee salaachisuuf jecha Jibriil fuulduraatti dabarseen.
โพKanaafuu Rasuulli keenya Imaama Nabiyyoota hundaa taโan.
98โพImaama Imaamota Uumaa hundaa ta'uu caalaa sadarkaan barbaadamu ni jira jettanii yaadduu.
99fffaa=Erga salaachisanii ka'anii booda kortoon(Maslaaliin) karaa samiitti ittiin ol bahan fidameef.
โGaruu Akkaataa kortoon suni jiruufii hammamtaa isaa Rabbiin qofatu beeka jedhan.
Itti fufa...
Share godhaa๐๐๐
@tafak_or

โBara kam keessa qiblaan jijjiiramte beektuu laata ?
#Hijraa_irraa_waggaa_2ffaa_keessa(Walakkaa_Baatii_Rajabaa)
Bara kana keessa ergamaa keenyarratti (SAW) Beeksisni Qiblaa #Masjida_Aqsaa ( ๐ )irraa gara #ka'abaatti (๐) jijjiiri jedhu dhufe jedhan .

Bara (#Hijraa_Irraa_waggaa_2ffaa ) kana keessa maaaltu uumame โ
Dubbisaa share godhaa๐
โBara kam keessa Qiblaan jijjiiramte
walakkaa baatii Rajabaa,Hijraa irraa waggaa 2ffaatti Wahyiin qiblaa #masjida_Aqsaa Irraa #ka'abaatti jijjiiraa jedhu Rasuuma keenyarratti buufame.
โRamadaana_Soomuun Bara kam keesaa dirqama godhame ?
Ramadaanni Hijraa irraa waggaa 2ffaatti,baatii sha'abaanaa keessa kan karaa godhame .
Achi booda ergamaan keenya (SAW) Ramadaana 9 qofa seenan .
Seensa Hijraa waggaa 11ffaatti addunyaa tanarraa godaanan .
โAmmas baruma kana keessas #Zakaan_Fixriidhaa kan waajiba godhamte .
โAmmas baruma kana keessa lolli_Badrii(Badral_Kubraa ) kan argames jedhan.
โAkkuma lolli Badrii Raawwatameen Ruqayyaan mucayyoon Rasuulaa(Haat manaa Usmaan_binu_Affaan ) gara ganda Aakiraa boqatte .
Ammas Baruma kana keessa ( waggaa 2ffaa,Shawwaal 1 ) Ummanni Islaamaa yeroo jalqabaatiif salaata #Iidal_Fixrii gaggeessan .
โAmmas Baruma kana keessa (Waggaa 2ffaa ) #Aliyyi_binu_Abii_Xaalib #faaximaa_intala_Rasuulaa(SAW) fuudhe .
Achi booda ijoollee kanneen irraa hore,isaanis:
Hasan,Huseen,Muhassin,Ummi_Kulsuum,Zeynabaa (Rabbiin_Isaanirraa_haa_jaalatu ).
โAmmas Baruma kana keessa(Shawwaal/waggaa 2ffaa) Lolli gosa #Banii_Qeynuqaa'a jedhaamtuu argame , ergamaan Aalamaa (SAW) isaan marsee jennaan ummanni kuni harka kennatan,achumaa Ergamaan Rabbii (SAW) Madiinaa keessaaa isaan yaasan .
โBaruma kana keessa Lolli #Gazwaa_Sawiiq jedhamus argame .
โAmmas baruma kana keessa(zilhijjaa 10/waggaa 2ffaatti ) Salaanni #Iidal_Adhaas dhufe,Iidni Adhaadhaa kan muslimoonni yeroo jalqabaaf argan Iida sana ture .
By Tafakkur_media
Share๐๐