Sanyii Guddataa
177K subscribers
13.4K photos
196 videos
458 files
13.3K links
Download Telegram
#Beeksisa_qacarrii Baankiin #Awaash
Duraan dursee Eebbifamtoonni bara kanaa
hundi baga geessan jechaa.
●Muuxannoo hojii: Duwwaan( zeeroodhaan)
●Bakki hojii: District Dirree Dhawaa
●Eebbifamtoota bara: 2022 fi 2023 qofaaf.
●Qabxii: 2.5 fi isaa ol.
●Umurii: 27 fi isaa gadi.
●Muummee barnootaa: Business related.
●Gita hojii: CSO/DSR/DCO.
●Galmeen: District Dirree Dhawaafi ●Dameewwan fi Beeksisichi eerametti #qaamaan.
●Guyyaan Galmeen; 21/07/2023 irraa eegalee guyyoota walitti aanan torbaaf. #Share godhaa ijoollee keenya biraan gaha t.me/segnigudeta
#New#🎴Awash Bank SC🎴🚩For Fresh Graduates

▪️🚩Required No :27
▪️Position - Customer Service Officer Direct Sales Representative
▪️Qualifications: BA Degree in Banking & Finance, Accounting, Management, Economics, Marketing Managemeit,
Business Administration, Public Administration and Development Management, International Trade
Investment Management, Cooperative Business Management & Auditing.
Knowledge of computer operation is mandatory
Place of Work : Branches available under East Region
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/awash-bank-july-21-23/

▪️Deadline: July 27/2023
5 BENEFITS OF PERSONAL DEVELOPMENT.

1. Personal development encourages self-reflection and introspection, enabling individuals to gain a deeper understanding of themselves.

2. Continuous Learning and Growth: Engaging in personal development means actively seeking new knowledge, skills, and experiences.

3. Goal Setting and Achievement: Personal development involves setting specific, measurable, achievable, relevant, and time-bound (SMART) goals.

4. Improved Relationships and Communication: Personal development encompasses interpersonal skills.

5. Increased Confidence and Resilience: Personal development helps individuals build confidence and resilience. As they gain new knowledge, skills, and experiences, they become more capable and competent, which boosts their self-confidence.

Don't miss this opportunity

👉Leenjii gahumsa dhuunfaa(Personal development training )

☑️to reprogram our subconscious mind to achieve our conscious goals.


☑️To be a business owner (to get passive income) by team work.
Ayat Share Company
Namoota 100 ol barbaada
kabajamoo hordooftoota toora miidiyaa hawwasaakoo kan taatan martuu ani toora #Facebookiis ta'e #telegiramii kan isin dura ittin na beektan Sanyii Guddataa kan jedhun kanaan addatti akkan hin qabnee akka naaf hubattan kabajaanin isin gaafadha.Namoota maqaa nama daldaluu irraa of eeggannoo godha saaxila #Galatoomaa/ThankYou

Fb koo. https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
#New#🎴Awash Bank SC🎴🚩For Fresh Graduates

▪️🚩Required No :27
▪️Position - Customer Service Officer Direct Sales Representative
▪️Qualifications: BA Degree in Banking & Finance, Accounting, Management, Economics, Marketing Managemeit,
Business Administration, Public Administration and Development Management, International Trade
Investment Management, Cooperative Business Management & Auditing.
Knowledge of computer operation is mandatory
Place of Work : Branches available under East Region
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/awash-bank-july-21-23/

▪️Deadline: July 27/2023
🎴Solyana Trading and Investment PLC🎴🚩For Fresh & Exp

▪️1 – Junior Accountant
▪️2 – IT Officer
▪️3 – HR Manager
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/solyana-trading-and-investment-plc-july-21-23/

▪️Deadline: July 30/2023
🎴Century Addis Real Estate PLC🎴

▪️1 – Structural Engineer
▪️2 – Architect
▪️3 – Senior Mechanical Engineer
▪️4 – Senior Electrical  Engineer
▪️5 – Senior Sanitary Engineer
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/century-addis-real-estate-pvt-ltd/

▪️Deadline: August 03/2023
#New#🎴SAMANU🎴🚩For Fresh Graduates

▪️Position - Graduate Management Trainee
▪️Education:BA degree in Engineering, Procurement/Logistics and other related fields.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/samanu-july-21-23/

▪️Deadline: July 31/2023
Abdii kutuun Diina milkaa’inaati

"Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessu
Isa amansiisaadha!" Genaa Showaalter

Wantonni jireenya dhalaa nama jijjiiruu danda'an hedduun galma hin ga'iin kan hafan abdii kutannaa dhala nama irraa kan ka'edha. Namni mo'u abdii hin kutatu, namni abdii kutatu immoo hin mo'u....!

Naannoon keessatti dhalatan kamuu carraa gaarii kan mataa Isa qaba. Rakkoo naannoon kee qabu irratti xiyyeeffattee abdii kutuu manna, carraa gaarii naannoon kee qabuti fayyadamuu irratti xiyyeeffadhu.

Seen~duubee kee ilaltee abdii hin kutiin, dandeettii qabduun sochii eegali, awwaala dhiibbaa seen duubee kee kan gara fuula duraatti akka hin deemne si daangesse keessaa ba'i.

Waan tokko hojjechuu yaaltee itti milkaa'uudha yoo baattee, sun kufaatii otoo hin taane muuxannoo dha
Muuxannoo san irraa waan guddaa tokko baratta. Jireenya kee keessatti abdii kutannoon diina kee isa guddaadha.

Fayyaa guutuu qabaannaan abdii kutachuuf sababa tokko ille hin qabdu. Jireenya kee keessatti sagalee wacaa naannoo kee jiruuf iddoo hin kennin. Qeeqa namoota sodaachuunis kaayyoo kee irraa gara boodaa hin deebi'in. Hojii kamiyyuu yoo hojjettee gaarii ta'u hamaa namonni si qeeqan yeroo hundaa ni jiru either Negative attitude or Positive attitude.

Jireenya kee raawwattee namoota kanniin hin madaaliin. Eenyuu iyyuu hin dorgomiin. Ga'umsa dhokataa keessa kee jiru gadi baastee ittin hojjechuuf qofa of dorgomi. Milkaa’ina Kees ta'e kufaatii kee kan nama kamiitti iyyuu hin dorgomsiisin.

Namni kan ittin madaalamu madaallii sirriin namummaa isa qofa. Sanan ala madaalliiwwaan
jiran hunduu madaalliiwaan dogoggoraati.
Qoramaanni ati qoramtu kan namni qorame hin beekne miti. Haa guddatu haa xiqqaatus namni kam iyyuu rakkoo mataa isaa qaba. Kanafuu haala keessa jirtu ilaaltee abdii hin kutiin.

Kaayyoo dhaabbata malee rakkoo dhaabbata hin jiru! Namoonni yeroo baay’ee maaliif abdii kutu......? Yoo #jaallattan #like #share #comment godha

Positive mind find opportunity in everything. While negative mind find fault in everything

https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
#Safuu: komii dheengadda irratti komii biraa"Ministeerri Barnootaa Barattoota 'Accounting & Finances' Muraasaaf dhoksaan qabxii dabale..."Viv Abdisa Bancha Baratoonni mee #Check godha
🎴Awash Bank SC🎴🚩For Fresh Graduates

▪️🚩Required No :27
▪️Position - Customer Service Officer Direct Sales Representative
▪️Qualifications: BA Degree in Banking & Finance, Accounting, Management, Economics, Marketing Managemeit,
Business Administration, Public Administration and Development Management, International Trade
Investment Management, Cooperative Business Management & Auditing.
Knowledge of computer operation is mandatory
Place of Work : Branches available under East Region
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/awash-bank-july-21-23/

▪️Deadline: July 27/2023
#New#🎴Amhara Bank S.C🎴

▪️1 - Messenger & Cleaner I

▪️2 - Security Guard I (Female)
▪️3 - Administrative Assistant I
▪️4 - Security Guard I (Male)
▪️5 - Senior Finance Analyst
▪️6 - Branch Manager Grade I
▪️7 - Senior Credit Analyst
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/amhara-bank-s-c-july-20-23/

▪️Deadline: July 25/2023
"Qarshii Hamma Barbaadde Irratti Barreeffadhu!"

Guyyaa tokkodha gaazexeessituu tokkotu Duureessa Addunyaa kanaa kan ta'e Bill Gate waliin af-gaaffii (interview) gooti. Gaazexessitittiin gaaffii ishee keessatti, "dhoksaan fiixaan ba'insa keessanii maaliidhaa?" Jettee isa gaafatti.

Duuressi kunis gaazexeessituu kanatti check qullaa itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheenis, akka nama fedhii hin qabneetti check sana ofirraa dhiibaa, "lakki ani akkas jechuu barbaadeen miti,  dhoksaan fixaan ba'insa keessanii maal akka ta'e isin gaafachuu barbaadeeni" jetti.

Bill Gate ammas irra deebiin check kana itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheen garuu ni didde. Duureessi addunyaa kun check kana itti argisiisaa, "dhoksaan fiixaan ba'insakoo carraa amma akkan siin si qaqqabee kana otuu of jalaa gubiin itti fayyadamuukoodha, dhoksaan milkaa'inakoo carraan argadhe hundaasaatti fayyadamuukoodha.

Otuu ati carraa amma siif kenname kanatti fayyadamte, silaa yoona kana gaazexeessituu duureetti addunyaa kanaa ta'uu dandeessa ture. Ani carraa laman siif kenne. Addunyaan kun carraa lama namaaf hin kennitu, carraa tokkittii si qaqqabeen itti fayyadamuun dhoksaa fiixaan ba'umsaati" ittiin jedhee

Bill Gate gaazexeessituu sanaaf carraa lama kennee ture isheen garuu itti hin fayyadamne. Otuu itti fayyadamtee silaa akkuma inni jedhe dureettii addunyaa kanaa taati ture. viv Tadele Fekadu TD

Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a Jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba.

Positive mind find opportunity in everything.
While negative mind find fault in everything
https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
Dhaloonni kun garagarummaa ilaalchaatti hanga hin amanetti eessa iyyuu hinga'u. Waan irratti waliif gallu irratti waliif gallee dabarra. Waan irratti waliif hingalle ammoo akka irratti waliif hingalle waliif gallee ilaalcha walii waliif kabajnee waliin jiraanna! Ilaalchi dhuunfaa kiyya kanuma kiyyaa; keetis akkasuma. Ilaalchi keef kiyya wal dhiibuun anaaf ati wal dhabuu hinta'u. Garuu; "Ilaalcha koo qofaatu sirriidha, waanan dubbadhu qofaatu haqa, akkana ta'i, akkasitti dubbadhu, akkanatti yaadi!....." jedhanii ilaalcha dhuunfaa ofii nama biroo irratti fe'uun wal garboomsuudha. Garaagarummaa ilaalchaa waliif kabajuunis dirqama ta'uu hubannee garaagarummaa ilaalchaa keenya moggaatti dhiisnee wal kabajnee jaalalaan waliin haa jiraannuu! Akkaataa itti nyaannu malee akkaataan itti yaadnu tasumaa wal hinfakkaatu!
Please add More*

Namoota #jaallattan

Positive mind find opportunity in everything.
https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Build Your Home By your Company
Namonni barabaadan keessan na dubbisaa

https://youtu.be/Erl2pDl6q-c
https://youtu.be/Erl2pDl6q-c
Build Your Home By your Company
Namonni barabaadan keessan na dubbisaa
Sababoonni jijjiiramarraa fayyadamoo ta`uu dhabuu Dargaggootaa qorannoon ifoome. Rakkoon guddaan dargaggoon jijjiiraamarraa akka hin fayyadamne danqaa ta’e hojii dhabdummaa, qaala'iinsa jireenya, taasgabbii fi nageenyaa dhabamuufi qoodni dargaggoonni gaggeessummaa keessaatti qaban gad aanaa ta’uu Waldaan Qorannoo Oromoo ifoomse.Viv OBN
Dargaggummaan umurii dhala namaa keessaa yeroo baay'ee hawwamaadha. Bara humni jiru, bifa tolan, bara hojjechuuf yeroo qaban, bu'anii ba'uun namaaf salphatuudha. Filannoon jireenyaa kan heddummatu umurii kanatti. Boca jireenya keenya gara duraa kan murteessus sadarkaa kana!

Egaa jireenya keenya gara duraa kan bareechinus ta'e kan balleessinu daangaa umurii dargaggummaa keessatti. Dargaggoonni kaan har'a keessa taa'anii borii isaanii ibsatu, warreen biroon immoo borii isaanii har'a keessatti dukkaneessaa jiraatu. "Youth is the best time to be rich, and best time to be poor" jedhu warri adii!

Please add More*

Namoota #jaallattan

https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
🎴Awash Bank SC🎴🚩For Fresh Graduates

▪️🚩Required No :27
▪️Position - Customer Service Officer Direct Sales Representative
▪️Qualifications: BA Degree in Banking & Finance, Accounting, Management, Economics, Marketing Managemeit,
Business Administration, Public Administration and Development Management, International Trade
Investment Management, Cooperative Business Management & Auditing.
Knowledge of computer operation is mandatory
Place of Work : Branches available under East Region
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/awash-bank-july-21-23/

▪️Deadline: July 27/2023