Ashama Akkam Jirtu?
Gaafiille #Baankii, #Awaash, #Abyssinia, #Dashen, #Zemen bank, #Bunna ,#CBE fi kitaaba #FanaAptitude PDF namoonni barabadaan #inbox na dubbisaa. Gaafii qormataa kan dura jechuu kiyya kan bara adda addaa

Waamicha Qormataa/Calling exam
Baankii #Awaash/Awash Bank text bilbilan erga jiru hordofa @segnigudeta

#Beeksisa_qacarrii Baankiin #Awaash
Duraan dursee Eebbifamtoonni bara kanaa
hundi baga geessan jechaa.
●Muuxannoo hojii: Duwwaan( zeeroodhaan)
●Bakki hojii: District Dirree Dhawaa
●Eebbifamtoota bara: 2022 fi 2023 qofaaf.
●Qabxii: 2.5 fi isaa ol.
●Umurii: 27 fi isaa gadi.
●Muummee barnootaa: Business related.
●Gita hojii: CSO/DSR/DCO.
●Galmeen: District Dirree Dhawaafi ●Dameewwan fi Beeksisichi eerametti #qaamaan.
●Guyyaan Galmeen; 21/07/2023 irraa eegalee guyyoota walitti aanan torbaaf. #Share godhaa ijoollee keenya biraan gaha t.me/segnigudeta

#Akeekkachiisa Baankii #Awaash irraa.
Namni suurri isaa armaan gaditti argamu kun hojjetaa baankii keenyaa of-fakkeesse maqaa “Firoomsaa Moosisaa” fi kan biroon waraqaa sobaa fayyadamuun hojii isinin qacarsiisa jedhee hojii-barbaaddota irratti yakka waliin-dhahuu raawwachaa jiraachuu isaa irra geenyee jirra.
Kanaafuu, namni kun hojjetaa baankii keenyaa akka hin taane beektanii namichaa fi namoota biroo maqaa baankii keenyaan yakka waliin-dhahuu raawwatan irraa akka of-eegdan akkasumas nama kanaanis ta’e nama biraatiin yakki waliin-dhahuu kan isin irratti raawwatamee jiru baankii keenyatti akkasumas qaamolee seeraatti akka beeksiftan ibsaa baankiin keenyas dhimmicha seeraan hordofaa kan jiru ta’uu isin beeksisna.