Sanyii Guddataa
205K subscribers
17.6K photos
291 videos
666 files
17K links
Download Telegram
Beeksisa Qaxarrii

JMN gitoota hojii armaan gadiirratti hojjettoota gahumsa ogummaa qaban dorgomsiisee miindessuu barbaada. Kanneen ulaagaa guuttan CV keessan karaa Email keenyaa jmntv2023@gmail.com irratti erguun galmaa'uu dandeessu.
Iddoon hojii akkuma xalayaa armaan gadii irratti ibsametti; Naannoo Sidaamaa Magaalaa Hawaasaa, Somaalee Magaalaa Jijjigaa, Affaar Magaalaa Samaraafi Finfinnee dha.

. Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
#Finfinnee, #Qarsaa /#Kaazaanchis!
Namni kanaan dura Qarsaa (Kaazaanchis) beeku, har'a magaalaa biraa (biyya biraa) se'ee rifachuunsaa hin oolu. Arbeessuuf miti; dhugaasaatu akkana galatoomi Kanenus #Ani iyyuu ragaadhaa #waggaa 9 oliif Waajjirri koo naannoo kan ture har'aa garuu biyya biraa nati fakkaate

Magaalonni akka Shaggar, Adaamaa, Dirre Dhawaa, Amboo, Naqamtee, Shaashamannee fi kanneen biroos akkanatti akka miidhagfamanii mul'atanin Hawwi hundaa keenyaati.


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
▪️For Fresh & Exp🎴Kerchanshe Equipment🎴

▪️Job Position - Junior Procurement Officer
Education: BA in Logistics and Supply Chain or any related field
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
  
https://kebenajobs.com/job/kerchanshe-equipment-april-23-25/

▪️Deadline: May 02/2025
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
#Shaggar_Waliif Qoodaa!
#Beeksisa_Jijjiirraa keessaafi alaa

Waajirri Paablik Sarvisiifi Qabeenya Humna Namaa Magaalaa Shaggar manneen hojii armaan gadiitiif gitoota banaa qaban irratti ogeessota ulaagaa guutan dorgomsiisee jijjiirraan fudhachuu barbaada.
Namoonni ulaagaa kaa'ame guuttan carraa keessaan yaalaa!


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
#Caccabsaa fi #Itittuu!

Caccabsaan nyaata aadaa kutaalee Oromiyaa garaagaraa keessaa isa tokkoodha. Caccabsaan xaafii diima kan baay'ee jaladha. Affeerraa keef galatoomi Banker Musa @Sada0409



Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
🎴Dashen Brewery Share Company🎴

▪️Job Position - Re-Advertising Accountant

Education: BA Degree in Accounting and Finance
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
 
https://kebenajobs.com/job/dashen-brewery-share-company/

▪️ Deadline: April 29/ 2025
Sanyii Guddataa
Photo
#Imala kee dursii kana #hubadhu!
'Namni maal naan jedhaa?'n waan namni siin jedhu jijjiiree hin argamu; garuu eenyummaan kee gooftaa waan siin jedhamuuti. Kanaaf ofitti amanummaa kee gabbisii qabadhu! Akka siin jedhan ta'uuf osoo hin taane, akka taatee argamtu akka jedhamtuu dalagi. Hamma geessuus hin ibsiin; hammi geessuu sunuu ragaadha. Hundaaf gurra ergisuunis gurra kaayyoo ofiitti dugda gatuu akka ta'e yaadaan qabadhuu deemsa itti fufi. Imala milkii!

Gaafa sochii eegaltu sirrattis sochiitu eegalama. Waa'een kee karaa lamaan odeeffamuu itti fufa. Kaan sababa malee si jibba, sirratti odeessa, maqaa kee faalee dhiisuu dida, dhagaa filee sitti darbata. Kaanimmoo ofitti si waama, harka walitti siif rukuta, dibbee siif reeba! Eeyyeen kanatu jira! Kun jiraachuu isaa hubachuufi kanaaf deebii akkamii akka laattus of harkaa qabaachuutu si ceesisa.

Kan akkan taaneen si hordofu hin hordofiin. "Jaldeessa faana dhahuun hallayyaa nama buusa!" jedha Oromoon yeroo mammaaku. Kan sitti wacu gargaartee sagalee wacaa ol kaasuun, gurra gara kaayyoo kee hin butuchiin, dhagaa sitti darbamuu walitti qabi riqicha ce'umsaafi mana galmaa ittiin ijaarratta, jechoota sin ilaalle sitti maxxanan immoo akka dubbii waa'ee hin baafneefi balfa gatamaatti fageenyatti ofirraa eegi.

Akkanuma, kan si faarsu faana of hin faarsiin; gaafa si arrabsu faana of arrabsuu malta. Sagalee weedduu iddoo siif hin malletti miirri siif kennu dhageessee weedduufi gonfoo gaara mo'ichaa irraa akka hin hafnetti of eegi. Badhaasa siif kennamu adda baasii beeki. Badhaasnifi jajjabeessi siif hin mallee itti quufinsa sobaa si gonfachiisuun karaa jal'uurra si qajeelchu. Eeyyeen, kan siif laatu kennaa isaa dura, eenyummaa isaa adda baasi. Hubataa ta'i!

Kan siif jibbu jaalattee kan si jibbu hin jibbiin. Kan siif reebuu ol kaastee, kan si reebuu reebuuf yeroofi annisaa kee hin gubiin. Kana hundumaa, akka galumsaatti, keessumeessuu akka dandeessuuf ogummaa dabaladhu. Waliif #Share gochuu hin dagatinaa Viv Abdisa Ejeta


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa