#BEEKSISA_QACARRII
Yuunivarsiitiin Wallaggaa fi Yuunivarsiitiin D/Doolloo waliin tahuun Bara 2015f mana barumsaa Bultii S/2ffaa #Najjoof (#Nedjo_Boarding_High_School)tiif barsiisota dorgomsiisee qacaruu barbaada. Kanaafuu barsiisotni fedha qabdanii fi ulaagaalee gaditti tarreffaman kan guuttan galmaa'uudhaan akka dorgomtan isin afeerra.
1) Gosabarnootaa fi Baayyina barbaadamu፡
• Afaan Oromoo, Amaariffa, Baayooloojii, Kemistirii, Fiiziksii, Ji'oogitraafii, Seenaa, Lammummaa fi amala gaarii, Area study, Physics Lab Tech., ICT, ICT lab. Tech., fi HPE ta’ee gosa barnootaa tarreeffaman kanarratti kan barbaadamu Nama tokko tokko yoo ta’u, Ingiliiffaa fi Herrega irratti Nama lama lamatu barbaadama.
2) Ulaagaalee guutamuu qaban፡
• Qophii barnootaa= Physics Lab fi ICT Lab(Digiriii 1ffaa) irraa kan hafe gosa barnootaa hundaanuu digirii 2ffaa kan qaban
• Qabxii barnootaa isa xiqqaa= Gosa barnootaa ittiin dorgomaniin digirii 2ffaa (CGPA)dhiiraaf: 3.4fi ol; dubaraaf: 3.25 fi ol; akkasumas qabxiinn digrii 1ffaa(CGPA) dhiiraaf: 3.00 fi ol; dubaraaf: 2.75fi ol; Qorannoo ebbaa digirii 2ffaatti gaarrii (good) fi isaa ol kan qaban. Gosi barnootaa digrii 1ffaa fi 2ffaa wal-fakkaataa ta’uu qaba.
• Muuxannoo hojii = M/B S/2ffaa barsiisuudhaan waggaa 3 hanga 15tti kan tajaajilan
• Qabxii madaallii raawwii hojii= Kan waggoota lamaan as dhihoo darbanii giddu-galeessaan yoo xiqqaate 85% ta'uu qaba.
• Namni dorgommiif dhiyaatu qormaata filannoof kennamu darbuuf (50% of the exam) fiduun dirqama.
3) Odeeffannoo barbaachisan፡
• Guyyaa galmee= Hagayya 24/12/2014 hanga qaammee 5/13/2014 guyyoota hojii fi saa'atii hojii mootummaatti.
• Bakka Galmee= Yuniversitii Wallaggaa kutaa humna namaa kaampaasii Naqamtee
• Ragaalee Galmeef Barbaachisan= Sertifikeetii digrii 1ffaa fi 2ffaa, raga qabxii ittiin ebbifaman ibsu kan digrii 1ffaa fi 2ffaa (Student Copy), Ragaa muuxannoo hojii ibsu, raga qabxii raawwii hojii ibsu fi waraqaa raga eyyama ogummaa barsiisummaa (yoojiraate) [Kan hindeebine koppii tokko tokko].
• Guyyaa qormaataa= Fulbaana 07/01/2015 ganama sa'a 4:00
• Bakki qormaataa= Yuniiversitii Wallaggaa kaampaasii Naqamtee, Kolleejjii Barnootaa fi Saayinsii Amalaa (Block=029)
• Bakka hojii= Mana Barumsaa Bultii S/2ffaa Najjoo(Magaalaa Najjoo)
• Haala Mindaa=Iskeelii Miindaa Barsiisota Yuniversitii
Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoobsa bilbilaa armaan gadii fayyadamaa
(0989098650 ykn 0917819138)
GG፡-
Waajjira Pirezidantii Yuniversitii Wallaggaatiif
Waajjira I/A/A/ Yuniversitii Wallaggaatiif
Waajjira Pirezidantii Yuniversitii Dambi Doollootiif
Yuniversitii Wallaggaatti Kaampaasii Gimbiitiif
Waajjira Barnootaa Godiina Wallag Lixaatiif
Waajjira Barnootaa bulchiinsa Magaaalaa Najjootiif
Kolleejjii barnootaafi Saayinsii Amalaaf
Mana barumsaa Bultii Najjoo sad.2ffaaf
Waajjira komunikeeshinii Yuniversiitii Wallaggaaf
Yuniversitii Wallaggaa
@segnigudeta @wabisegni

#Beeksisa Qacarrii Waliif #Share
Namoota 147 ol barabaada
Hayyama Qacarrii Biiro Fayya Oromiyaa Dhaabbilee Fayyaa Godina Arsii keessaa jiranii fi Kolleejjii poolisii Oromiyaatiif akka qacarruu Xalayaa lakk BFO/Go.Ars/2295 Guyyan 28/06/2015 fi Xalayaa Lakk BFO/Go-18/1821 Guyyaa 19/05/2015 nu barreesseen ogeessota gosa ogummaa adda addaa qaban Dhanbbilee Fayyaa Godina keessaa jiraniif fi Kolleejjii poolisii Oromiyaatiif akka qacarruu nuu beeksise jira.
Haaluma kanaan ogeessonni Fayyaa Ulangan beeksisa kanaan wajjiin maxxanfame guutan gaafa guyyaa 4/07/2015 irraa eegalee hanga 15/07/2015 ttii qofa ragaalee barbaachison ta'an hundaa
qabachuudhaan Waajjira Fayyan Godina Arsii Garee Bulchiinsa Qabeenya Namnatti qaamaan dhiyaachuun akka galmooftan isin beeksifna. Telegiramii t.me/segnigudeta irraa odeffannoo beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu argachuuf

#Beeksisa_qacarrii Baankiin #Awaash
Duraan dursee Eebbifamtoonni bara kanaa
hundi baga geessan jechaa.
●Muuxannoo hojii: Duwwaan( zeeroodhaan)
●Bakki hojii: District Dirree Dhawaa
●Eebbifamtoota bara: 2022 fi 2023 qofaaf.
●Qabxii: 2.5 fi isaa ol.
●Umurii: 27 fi isaa gadi.
●Muummee barnootaa: Business related.
●Gita hojii: CSO/DSR/DCO.
●Galmeen: District Dirree Dhawaafi ●Dameewwan fi Beeksisichi eerametti #qaamaan.
●Guyyaan Galmeen; 21/07/2023 irraa eegalee guyyoota walitti aanan torbaaf. #Share godhaa ijoollee keenya biraan gaha t.me/segnigudeta

#Beeksisa_Qacarrii!
Baratttoota Digrii Appilaayidiin Yuunivarsiitii Mootummaa irraa Eebbifamtaniif
Gosa barnootaa garaagaraan
Baayina: 49 barbaada.
Itti fayyadamaa

#Beeksisa_Qacarrii
👁🗨#Galmee Ogeessota Haaraa.
Ogeessotni ogummaa Anesthesia Professional ,Midwifery Professional ,Optometry professional fi Radiology professional qofa,kan hanga ammaatti mana hojii mootummaati qacaramtanii hin beekne bakka jirtaniitti ulaagaalee galmeef qopha'aan ogeeyyiin guuttan #Google form armaan gadiittiin akka galmooftan beeksiifna.
https://docs.google.com/forms/d/1LWgwXJIfCWeZBq06LWbCbQRgxVtYOU1KdFRtICxC4G0/edit