KAKU MEDIA
5.16K subscribers
30 photos
1 video
177 links
Ati yaa Abbaa Kaayyoo
Hin ta'in nama laayyoo

https://youtube.com/@KAKUMEDIA-2016
Download Telegram
#Deebiinee_Jirra!
Keessummaan #KAKU_MEDIA kan torban kanaa har'a galgala kan dhiyaatu eenyu tilmaamaa badhaasaa qaba!
Har'a galgala sa'aatii 2:00tti karaa Youtube #KAKU_MEDIA nu eegaa hangasittis link kanaa gadi jiruun chaanaalii kana #Subscribe gochuu hin dagatinaa!
https://youtube.com/@KAKUMEDIA-2016?si=eRq0HNXXdojN0uf9
Forwarded from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa!

Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Barnoota Amantaa

Walaloowwan Afuurawaa
Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu.

Join
Join
Join
Forwarded from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa!

Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Barnoota Amantaa

Walaloowwan Afuurawaa
Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu.

Join
Join
Join
Forwarded from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa!

Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Barnoota Amantaa

Walaloowwan Afuurawaa
Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu.

Join
Join
Join
Miidiyaa-Sootiriyaa

"Ummatni koo beekumsa dhabuu irraa kan ka'e bade'' Hos 4:6

Dhalli namaa yeroodhuma uumamu laphee waa hubatu qabateetu. Waaqayyoonis karaa namaaf galuun ofii isaa dhala namaaf of ibsaa ture(Revealation of God). Dhalli namaas dubbii Waaqummaa kana barachuu qaba.

Gaafa Addaam fi Hewaan ajaja isaanif kenname cabsan inni tokko isa tokko jala taa'ee akka baratu ta'e.

Kanumaanis karaa Waaqayyoon dubbatu (karaa tokkos karaa biraas) baratee, isa barateen jiraachuu qaba. Namni beekumsa hin arganne immoo ni bada.

Bara keenya kana miidiyaaleen hawaasaa fi ammayyummaan dhaloota kiristaanummaa keessaa baasaniiru.

Akkaataa itti fayyadama miidiyaa fayyadamuu wallaaluu keenyan dirree waljibbiinsaa fi walqoqqooddaa ta'eera. Wantoota gurra namaatti hin tolle hedduu dhagahaa ooluun baramaa ta'eera.

Dhaloota itti aanu maal dhaalchifna? Kan jedhus waan yaadamee jiru hin fakkaatu.

Teenyee rakkoo odeessurra fala barbaadnee baraaramuu qabna. Kanaaf immoo falli isaa #Sagalee #Waaqayyoo qofa.

Sootiriyaanis ummata dheebuu sagalee Waaqayyoo qabanii fi barsiisota Waaqayyoon sagalee isaa akka dubbataniif isaanif eyyame wal agarsiisuf dhalatte.
Gurri kiristaanotaa #hokkoraa fi #hammeenya dhagahuu keessaa bahee barumsa afuuraa isa qulqulluu akka dhagahuuf ;Doogmaa, Qannoonaa fi Darbi-darboo mana kiristaanaa barsiisuuf kaayyeffatee ka'e.


Miidiyicha hunda dura kadhannaa fi gorsaan akka cinaa dhaabbattan isin kadhachaa liinkiwwan armaan gadii fayyadamuun irraa baradhaa, dhala namaa sagalee wangeelaa dhagahuu hawwan hunda biraan gahaa!

''Missiraachoo Abdii Abbootaa Isinitti Lallabna'' HDB  13;32


YouTube   https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg


Telegram

t.me/Soteriamedia

Facebook

https://www.facebook.com/share/Fism921qf9FupwCN/?mibextid=oFDknk




Yeroo dhiyootti
Forwarded from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa!

Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Barnoota Amantaa

Walaloowwan Afuurawaa
Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu.

Join
Join
Join
Baga Ayyaana Yaadannoo Du'aa Ka'uu Gooftaa fi Fayyisaa keenya Iyyasuus Kiristoos nagaan Geessan!
Ayyaana Gaarii!
Forwarded from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa!

Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Barnoota Amantaa

Walaloowwan Afuurawaa
Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu.

Join
Join
Join
#MIIDIYAA_HAWAASAA/SOCIAL_MEDIA
Miidiyaa hawaasaa jechuun karaa qunnamtii sirrii hawaasaa fi neetworkii dhugaa keessatti odeeffannoo fi yaada uumuu, qooduu agarsiisa. Miidiyaa hawaasaa gurguddoon hordoftoota hedduu qaban
☞ Facebook
☞ X/Twitter
☞ Instagram
☞ LinkedIn
☞ YouTube
☞ Tiktok fi
☞ Telegram fa'a fudhachuu dandeenya!

Miidiyaa hawaasaa waan gaariif haa fayyadamnu!
#KAKU_MEDIA_hordofaa!
Forwarded from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa!

Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Barnoota Amantaa
Walaloowwan Afuurawaa

Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu.

Join
Join
Join
Forwarded from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa!

Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Barnoota Amantaa
Walaloowwan Afuurawaa

Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu.

Join
Join
Join
WAQTII GANNAA
✞ Akka seeraa fi sirna mana kiristaanaatti, akkasumas akka lakkoofsa baraa kan biyya keenya Itiyoophiyaatti waqtiileen bakka afuritti akka qoodaman beekamaadha. Isaanis Bona, Arfaasaa, Gannaa fi Birraa jedhamu. Waqtiileewwan kana keessaas waxabajjii 26 hanga Fulbaana 25 kan jiru waqtii gannaa jedhamun beekama. Ganna jechuun immoo waqtii roobaa, yeroo sanyiin midhaanii itti facaafamu, yeroo biqiltuuwwan itti dhaabaman, yeroo aramaan itti aramamu, yeroo dacheen kun guutummaan guututti magariisa uffattee faayoftee mul’atu, akkasumas yeroo lageewwan bishaaniin guutaman jechuudha.
✞ Manni Kiristaanaa keenya Qulqulleettii Tawaahidoonis sagalee uumaashee kan ta'e Wangeela yeroo lallabdu yeroowwan, waqtiileewwanii, akkasuma baroota irratti hundooftee dhimma yeroo wajjiin waliin qabsiiftee uummatashee tajaajilti. Haaluma kanaan waqtii kana keessa waa’ee seenuu Gannaa, waa’ee sanyii facaasuu, akkasumas waa’ee duumessaa ilaalchisee bal'inaan lallabama, faaruu dabalatee walumaagala tajaajila mana kiristaanaa gaggeessitu hunda keessatti seenuun gannaa ni ibsama.
✞ Dache ykn lafti kun samiirraa rooba (bokkaa); lafarraa immoo sanyii fudhatteetu biqilchitee firiidhaaf geessifti. Lafaan ykn dacheen kan fakkeeffamu dhala namaati. Kanaafuu namni hundumtuu kennaa Waaqayyorraa aragateen fayyadamee, kitaaba qulqulluu fi barsiisotarraa kan barate (sanyiidhaan kan fakkeefamu sagalee Waaqayyoo fi seera isaa) hojiitti jijjiiruun firii gaarii argamsiisuun akka irraa eegamu agarsiisa.
Wangeela (Maat...13:1—23) fi (Luq...8:4—15) irratti akkuma caqasamee sanyiin facaafamuuf qopheeffame sun gosni sanyii inni
1ffaan daandii irratti harca’uu fi osoo hin biqilin simbirroon funaantee nyaatamuusaa,
inni 2ffaan lafa rincicaatti facaamafuu fi battaluma biqiletti aduun gubee gogsuusaa,
inni 3ffaan qoraattii (qoree) gidduutti facaafamuu fi biqilee guddachuu eegalee booda akka qoreen sun hudhee qabee fi achumaan firii dhabee akka hafe,
inni 4ffaan garuu haala hunda irraa adda ta’een lafa gaarii lafa mijataa irratti facaafamuu fi guddatee boodas firii gaarii 30,60 fi 100 akka argamsiise caqasameera. Lafni (iddoon) addaa addaa sanyiin irratti facaafame sun laphee (keessa ykn onnee) namoota adda addaati.
✞ Hiika fakkeenyichaa yeroo ilaallu:-
❖ Inni jalqabaa amantaa guutuu waan hin qabaanneef qorumsa dandamachuu dadhabee kan dafee kufudha
❖ Kan lammaffaa sagalee Waaqayyoo dhaga’ee gammachuun kan fudhatu. Garuu kan dhaga’e sana hojiitti jijjiruuf kan rakkatu,sababii amantaaf jecha qorumsa dhufu dandamachuu dadhabanii hamma amantaa (Waaqayyoon) ganuutti kan ga’anidha.
❖ Warri sadaffaan jireenyi addunyaa kanaa hudhee kan isaan qabe kan boodatti isaan hambisuu fi firii malee kan hafaniin fakkeeffamu.
❖ inni afraffaan garuu fakkenya kiristaanota warra sagalee Waaqayyoo dhaga’nni hojiitti jijjiiraniiti. Kiristaanni akkasii kun barumsa barataniin jabaatanii jiraachaa, hojii gaarii hojjechaa, naamusa kiristaanummaas kan qaban, qorumsa kallattii kamiinuu dhufu dandamatanii, waan kamiifuu kan hin raafamne, amananii amanamanii; Waaqayyoon humna taasifatanii kan jiraataniidha. Dhuma irrattis gatii dadhabbii isaanii Waaqayyo duratti firii amantaa gaarii argamsiisu. Eebba Waaqayyoo isa dhuma hin qabne keessa bara baraaf jiraatu.
✞ Maarree nuti hoo isaan olitti caqasaman keessaa isa kamiin hawwina, isa kamiin hojiitti jijjiiraa jirra, dhumni ykn xumurri keenya hoo kamiin xumuramuu danda’a kan jedhu itti yaaduun nurraa eegama. Waaqayyo arjummaa Isaatiin nu haa gargaaru. Araarsummaan haadha keenya dubroo Maariyaamii, kadhannaa fi araarri Qulqulloota hundaa nu waliin haa ta'u.
Ameen!!!!

TELEGRAM:- https://t.me/KAKU_MEDIA
FACEBOOK PROFILE:- https://www.facebook.com/finfinnee.oromoof.3
FACEBOOK PAGE:- https://www.facebook.com/KakuMedia2016
YOUTUBE:- https://youtube.com/@KAKUMEDIA-2016
Forwarded from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa!

Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Barnoota Amantaa
Walaloowwan Afuurawaa

Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu.

Join
Join
Join
Forwarded from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa!

Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Barnoota Amantaa
Walaloowwan Afuurawaa

Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu.

Join
Join
Join
Forwarded from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa!

Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo
Barnoota Amantaa
Walaloowwan Afuurawaa
Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu.

Join
Join
Join