KAKU MEDIA
5.87K subscribers
43 photos
1 video
187 links
Ati yaa Abbaa Kaayyoo
Hin ta'in nama laayyoo

https://youtube.com/@KAKUMEDIA-2016
Download Telegram
Sagantaa Keessummaa #KAKU_MEDIA  torban kanaatif boru galgala nu eegaa hangasitti #link kanaa gadi jiruun gara chaanaalii keenyaatti goraa sagantawwan darban dawwadhaa youtube keenya immoo #Subscribe gochuu hin dagatinaa! Yaada qabdanis nuuf barreessaan dhaamsa keenya!
https://youtube.com/@KAKUMEDIA-2016
Forwarded from Mulugeta Tesfa
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Qulqulleettii Dubroo Maariyamiin anan warra du'an keessaa jiraataa na taasifte jedha Dn Tasfaan. Fakkiin Haadha keenya Qulqulleetti Dubroo Maariyamii ani hiriyaa kan koof akka kennatti laachuuf qabadhee deema ture baala konkolaata lubbuun nama Kudhanii olii battalatti ittiin darbe keessaa anan na oolchee jira jedhee ragaa baha. Taatee guyyaa sanaa hunda dhagahuuf jirtu Sanbata Duraa galgala sa'aatii 2:00tti Youtube #KAKU_MEDIA irratti nu eegaa!
Hangasitti youtube keenya link kanaan seenuun ☞https://www.youtube.com/@KAKUMEDIA-2016 ☞ Subscribe ☜ gochuun Sagantaawwan kana dura darban dawwadhaani fi erga kanas hunda bira akka gahuuf #Share godhaan dhaamsa keenya isin hordoftoota keenya jaalatamoof dhaamu barbaannudha.
Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti Kutaan lallaba (biyyi lallaba) Shawaa Bahaa haala kabaja Ayyaana Cuuphaa bara 2016 sababeeffachuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii gaggeesanii jiru.
Maricha irratti duree Phaaphaasii mana lallabaa shawaa bahaa eebbifamoo Abuna Gorgooriyoos , hoji gaggeessaa biyya lallabaa Shawaa bahaa Abbaa G/Madihin, Itti gaafatamaa waajiira bulchiinsaa fi nageenyaa magaalaa Adaamaa Obbo Makuriyaa Dinquu Abbootii Amantaa fi qaamoleen garaagaraa argamaniiru.
KAKU MEDIA follow gochu hin dagatinaa Qophii laf-jalee fi kabajaa Ayyaanicha Kataraa irra jalqabnee karaa #KAKU_MEDIA kallattin isin biraan gahuuf qophiitti jirra.
TELEGRAM:- https://t.me/KAKU_MEDIA
FACEBOOK PROFILE:- https://www.facebook.com/finfinnee.oromoof.3
FACEBOOK PAGE:- https://www.facebook.com/KakuMedia2016
YOUTUBE:- https://youtube.com/@KAKUMEDIA-2016
TIKTOK:- https://www.tiktok.com/@kakumedia2016
#Deebiinee_Jirra!
Keessummaan #KAKU_MEDIA kan torban kanaa har'a galgala kan dhiyaatu eenyu tilmaamaa badhaasaa qaba!
Har'a galgala sa'aatii 2:00tti karaa Youtube #KAKU_MEDIA nu eegaa hangasittis link kanaa gadi jiruun chaanaalii kana #Subscribe gochuu hin dagatinaa!
https://youtube.com/@KAKUMEDIA-2016?si=eRq0HNXXdojN0uf9
#MIIDIYAA_HAWAASAA/SOCIAL_MEDIA
Miidiyaa hawaasaa jechuun karaa qunnamtii sirrii hawaasaa fi neetworkii dhugaa keessatti odeeffannoo fi yaada uumuu, qooduu agarsiisa. Miidiyaa hawaasaa gurguddoon hordoftoota hedduu qaban
☞ Facebook
☞ X/Twitter
☞ Instagram
☞ LinkedIn
☞ YouTube
☞ Tiktok fi
☞ Telegram fa'a fudhachuu dandeenya!

Miidiyaa hawaasaa waan gaariif haa fayyadamnu!
#KAKU_MEDIA_hordofaa!