KAKU MEDIA
5.87K subscribers
43 photos
1 video
187 links
Ati yaa Abbaa Kaayyoo
Hin ta'in nama laayyoo

https://youtube.com/@KAKUMEDIA-2016
Download Telegram
Forwarded from Nehemiah Promotion
Kitaabolee Afuurawaa kanneen keessaa isa kam barbaaddu?

💠 Kitaaba Qulqulluu Abbaa 81
💠 Kitaaba Qulqulluu Abbaa 66
💠 Kitaaba Sirna Qiddaasee
💠 Raajii Maariyaam
💠 Kitaaba Hiikoo Andimtaa
💠 Sirna Mana Kiristaanaa
💠 Seenaa Mana Kiristaanaa

💠 Kitaaba Aksimaaroos
💠 Kitaabolee Kadhannaa
💠 Dubbii Maariyaam
💠 Seenaa Mana Kiristaanaa Itoophiyaa
💠 Qabsuura Duuka Bu'ootaa fi k.k.f mobile kanaa gadi jiru keessaa argadhaa!

👇👇👇
Forwarded from Nehemiah Promotion
Kitaabolee Afuurawaa kanneen keessaa isa kam barbaaddu?

💠 Kitaaba Qulqulluu Abbaa 81
💠 Kitaaba Qulqulluu Abbaa 66
💠 Kitaaba Sirna Qiddaasee
💠 Raajii Maariyaam
💠 Kitaaba Hiikoo Andimtaa
💠 Sirna Mana Kiristaanaa
💠 Seenaa Mana Kiristaanaa

💠 Kitaaba Aksimaaroos
💠 Kitaabolee Kadhannaa
💠 Dubbii Maariyaam
💠 Seenaa Mana Kiristaanaa Itoophiyaa
💠 Qabsuura Duuka Bu'ootaa fi k.k.f mobile kanaa gadi jiru keessaa argadhaa!

👇👇👇
"Waan hafe osoo hin lakkaa'in guyyaa guyyaatti kan natti ulfaatu yaada Manneen Kiristaanaati" (2Qor 11:28)
፠፠፠፠፠ Marii Afuurawaa ፠፠፠፠፠
Hagayya 26/2016
Guyyaa kana dhimmi tajaajila Afaanii eessaa garamitti fi maal akka fakkaatu Abboota, Amantoota fi qooda fudhattoota biroo waliin irratti ni mari'atama!"
Gabaasni WDB Wiirtuu Shawaa Bahaa kan bara tajaajilaa 2016 ni dhiyaata.
Karoorri WDB Wiirtuu Sh/B bara tajaajila 2017 ni dhiyaata irrattis ni mari'atama.
Sagantaaleen biroo guyyaa sanaaf yaadaman hedduutu jiru, nurraa hin hafinaa!
Kottaa waliin dhimma tajaajila fi Rakkoo Mana Kiristaanaa mari'anna isiniin jedha Waldaan Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Shawaa Bahaa!
Ganama Sa'aatii 3:00 irraa eegalee!
☞ Iddoon:- Galma Mana lubummaa Kutaa biyya lallaba shawaa bahaatti
Beellamni qabanne gahuuf guyyoota 3 qofatu hafe. "Hubaachiisa"
Sagantaa kana Waraqaa Seensaa tokko malee namni quuqama tajaajilaa qabu kamuu hirmaachuu danda'a!.
           Hagayya 26/2016
♦️ Egereen Mana Kiristaanaa kan isin yaadessu kottaa waliin haa mari'annu!
♦️ Dhimma tajaajilaa fi Rakkoo tajaajila Afaaniin wal-qabatee Mana Kiristaanaa keenya irra gaheef furmaanni isaa maal ta'uu akka qabu gadi teenyee waliin mari'anna isiniin jecha jira Waldaan Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Shawaa Bahaa!
Guyyaa jedhame Ganama Sa'aatii 3:00 irraa eegalee!
☞ Iddoon:- Galma Mana lubummaa Kutaa biyya lallaba shawaa bahaatti
፠፠፠ Hin hafamu! ፠፠፠
𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭

Baga guyyaa Yaadannoo abbaa keenya Abuna Takla Haymaanoot nagaadhaan geessan!

🌹 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚?
🌹 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐭𝐚𝐦𝐮?
🌹 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐛𝐮'𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐨𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐮𝐮𝐬𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐝𝐡𝐚?
🌹 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐬𝐮𝐮𝐫𝐚 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭
🌹 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚? 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?

𝐋𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐰𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐚𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚!

👇👇👇

https://bit.ly/3qFhlAO
https://bit.ly/3qFhlAO
Happy New Year
❀❀❀2✿17❀❀❀
Kanneen Garee kana jala jirtan hundi keessan 🌼🌼🌼🌼🌻🌻🌻
Baga bacaqii gannaa baatanii booqaa birraa geessan! 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Barri haaraa 2017 kun:
~Kan Jaalala
~kan Gammachuu
~Kan Nagaa
~Kan Araraa
~Kan Milkii
Nuuf haa ta'uu!!!
𝗔𝘆𝘆𝗮𝗮𝗻𝗮 𝗚𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶!!
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
HAPPY NEW YEAR
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Forwarded from M3 ADVERT
Ayyaana Fannoo bara 2017 dhufaa jiruuf Dizaayinii garagaraan T-shartii ni hojjenna. Nu ajajaa!
amumma Bilbilaa
0968555752
0703636300
Teessoon:- Adaamaa
#MeskelTishirt #M3Advert #Irreecha #Newyear #2017 #Adama
Telegram:- https://t.me/M3_Advert