๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
48 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โ†ช๏ธ ๐Ÿ”ด kutaa -63- ffaa ๐ŸŸค๐Ÿ”ฒ
๐Ÿ”‡gaafii fi deebi
๐Ÿ”ทMuslimoota
โœYohaannis 14:13
Abbaan karaa
#Ilmaa ulfina akka argatuuf, wanta isin maqaa kootiin kadhattan hunda
ani isiniif nan raawwadha.
โ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ
#gaaffii isaanii Kiristoos ilma kani jedhamuu isaa akkuma namoota kanitti jedhuuโ“โ“
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
โž›Deebi keenya.
Jalqabaa duraa hiika ilmaa Kitaabni maali jedha laata isaa ilaala, isaa booda Kiristoos akkamitti
ilma jedhama kani jedhuu ilaala.

๐ŸŒบ
ilma Waaqayyo yeroo jennee hiika gargaara qaba,
1 ffaan jalqabaa inni wani Uumeef
ilma jedhamu
((sera Uum 1:1))
A)) ergamoonni Waaqayyo
ilma Waaqayyo jedhamu
Iyyobbi 38:7
Urjiileen ganamaa yommuu
waliin ililchan,
#Ilmaan_Waaqayyoo hundis gammachuudhaan yommuu iyyan ati eessa turte?
(Iyoobi 1:6),

B)) Seexanni jalqabaa dura
ilma Waaqayyo jedhamee ture.
Isayaas 14:12-13
Yaa urjii ibsitu nana, yaa
#ilma_barraaqaa, Ati akkamitti samii irraa;kufte! Ati inni saboota injifatte,Akkamitti muramtee lafa irra ciiste
Ati garaa keetti akkana jettee turte: โ€˜Ani gara samiiwwaniitti ol nan baa,Teessoo koo urjiilee Waaqayyoo gararraatti ol nan
kaasa,
C)) nifiloonni
ilma Waaqayyo jedhamu ture jalqabaa duraa
Seera.Uum 6:4
Bara sanattii fi sana booda Nefiliimonni lafa irra jiru turan. Yeroo sanatti
#ilmaan_Waaqa
dhugaa ijoollee durbaa ilmaan
namootaa wajjin saalqunnamtii
ni raawwatan; isaanis ijoollee
dhiiraa isaaniif ni daan. Ijoolleen isaanii kunis bara duriitti namoota jajjaboo beekamoo taan turan
D)) namni jalqabaa adaami
Ilma Waaqayyo jedhama
Luqaas 3:38
Qaayinaan
ilma Eenosh,
Eenosh
ilma Seet,
Seet
ilma Addaam,
#Addaam_ilma Waaqayyoo
Seera Uum 2:27
Egaa Waaqayyo akka bifa isaatti nama uume, akka bifa Waaqayyootti isa uume; dhiiraa fi dubartii isaan uume*;


2 ffaa akka seera isaati yoo, bultee
ilma Waaqayyo jedhamata.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
A))๐Ÿ‘‰Ermiyaas 31:9
Isaan booaa ni dhufu Fudhatama argachuuf yommuu kadhatanitti deebisee
isaan nan fida Gara yaaaawwan bishaaniitti isaan nan fida Daandii wal qixa taee fi isaan hin gufachiisne irra isaan nan geggeessa.Sababiin isaas, ani Abbaa Israaeli, Efreemis
#ilma koo isa angafaa ti.
Sera Uum 48:13
Kana booddees
#Yoseef isaan lachuu fudhatee, #Efreem isa harka isaa mirgaa ture gara harka #Israa'el isa bitaatti, Minaasee isa harka isaa bitaa ture gara harka Israa'el isa mirgaatti dhi'eesse.
(Seera Uumamaa 46:20)
B))๐Ÿ‘‰maatewos 5:45โž›diina kee,yoo,jalate
ilma Waaqayyo
C))๐Ÿ‘‰Roome 8:14-15โž›Afuura Qulqulluun yoo,jirate
ilma Waaqayyo
D))๐Ÿ‘‰2 Qor 6:17-18โž›hojii hama dhiste hojii gaariin
ilma Waaqayyo
E))๐Ÿ‘‰ Ibroota 12:10โž›Ajaja Waaqayyo yoo,fudhate
ilma Waaqayyo
F))๐Ÿ‘‰Yohaannis 1:12โž›yoo,kani amanamu taโ€™e
ilma Waaqayyo.
G))๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:36โž›ilmaan ifa
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
dabalataa๐Ÿ‘‡
isaayaas 45:11,Ermiyaas 3:19*10:20*31:20*
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰ hiika biraa
ilma jedhamuuf
A))โžก๏ธgara foonii dhalachuun
Ser.Uum 4:1
Addaam, Hewwaan haadha manaa isaa bira ga'e; isheenis ulfooftee #ilma_Qaayeel jedhamu deessee, โ€œAni gargaarsa Waaqayyootiin nama tokko godhadheeraโ€ jette;
B))โžก๏ธ
ilma Seexanaa
Maatewos 8:12
#ilmaan_Mootummichaa garuu dukkana isa alaatti gatamu.
Achittis ni boou; ilkaan isaaniis ni qaru.โ€ (HDB 13:10))
C))โžก๏ธ gara sanyiin
ilma
Yoh 8:33-37
Isaanis deebisanii, โ€œNuti
#ilmaan_Abrahaami, eenyuuf iyyuu matumaa garboota taanee hin beeknu. Ati akkamitti โ€˜Bilisa baatuโ€™ nuun jetta
ree?โ€ jedhaniin
((Farfannaa 105:6))
D))โžก๏ธgara jalalaani
ilma jedhamta
Yohaannis 19:26
Kanaaf Iyyaasus(Kiristoos) haati isaa fi barataan inni jaallatu achi dhaabatanii yommuu argu,haadha isaatiin
#Dubartii nana, ilaa #ilma kee!โ€ jedheen
E)).โžก๏ธgara wadaan
ilma jedhamata.
Hdb 3:25
Isin
#ilmaan raajotaa fi #ilmaan
#kakuu Waaqayyo abaabilii keessanii wajjin gale sanaa ti; Waaqayyo Abrahaamiin, โ€˜Maatiiwwan lafa irraa hundi sanyii keetiin ni eebbifamuโ€™ jedheera.
F))โžก๏ธ yoo,guddiste
ilma jedhamta
Hdb 7:21
Yommuu gatametti
garuu, intalli Faraoon isa fudhattee akka
#ilma_ishiitti isa guddifte.
๐ŸŒบ ๐™ž๐™ก๐™ข๐™–โžปNamni akkamitti ilma waaqayyoo jedhama...โ“
๐Ÿณ๐š—๐šŠ๐š–๐š—๐š’ ๐š’๐š•๐š–๐šŠ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐š˜ ๐š“๐šŽ๐š—๐š—๐šž๐šž,
โžป๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜๐š˜ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐šœ๐š’๐š’,๐š“๐šŠ๐š•๐šŠ๐š๐šž๐šž,
โžป๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐šŠ๐š›๐šŠ๐šŠ ๐šœ๐š’๐š’๐š ๐š•๐šŠ๐šŠ๐š๐šž๐šž
โžป๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐šข๐šŠ๐šŠ๐š”๐šŠ ๐š’๐š›๐š›๐šŠ๐šŠ ๐šœ๐š’๐š’, ๐š๐šŽ๐šŽ๐š‹๐š’๐šœ๐šž๐šž ๐š ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐šŠ๐šŽ๐š
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โถโžปRaaji-Ermiyaas 31:20
Efreem
#ilma koo #jaallatamaa,
mucaa ani itti
#gammadu mitii?
Ani yeroo baayสผee yoon isaan morme iyyuu amma illee isa nan yaadadha.
Kanaafuu
#garaan koo isaaf ni yaada; garaas nan #laafaafโ€
jedha Waaqayyo.
โžปiddoo kanatti Efreem
ilma Waaqayyo karaa ittiin jedhamee ibsee jira ๐š‘๐šŠ๐šŠ๐š๐šŠ๐šž ๐š–๐šŠ๐š•๐šŽ๐šŽ ๐šŽ๐š๐š›๐šŽ๐šŽ๐š–๐š’ ๐š’๐š•๐š–๐šŠ ๐šข๐š˜๐šœ๐šŽ๐šŽ๐š๐š’ ๐š๐šž๐š›๐šŽ.
โทโžปSera.Uumama 41:51-52
#Yoosefis, โ€œWaaqni rakkina koo hundaa fi mana abbaa koo hunda na irraanfachiiseeraโ€ jedhee maqaa ilma isaa hangaftichaa #Minaasee jedhee moggaase. โ€œWaaqni biyya ani itti rakkadhe keessatti na baayสผiseeraโ€ jedhee ilma isaa isa lammaffaa immoo #Efreem jedhee moggaase
โธโžปSera.Lakkoofsa 26:28
Ilmaan
#Yoseef akka #maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: #Minaasee fi #Efreem.

โนโžปKitaaba iyasu 16:4 
#sanyii_Yoseef kan taสผan Minaasee fi Efreem biyya isaanii #dhaalaan ni fudhatan.
โบโžปLuqaas 3:38
ilma Enoos,ilma Seeti, ilma #Addaam_ilma_Waaqaa.
โปโžปIbroota 12:5-7
isa akka
#ilmaaniitti akkana jedhee isin gorsu sana guutummaatti irraanfattaniittu: โ€œYaa ilma koo, adaba waqayyoo akka laayyootti hin ilaalin, yeroo inni sirreeffama sii kennus abdii hin kutatin #waqayyoon warra #jaallatu ni adaba, #nama akka #ilma isaatti fudhatu hundas ni garafa.โ€ Jabaattanii dhaabbachuun keessan karaa adaba itti argattan keessaa tokko akka taสผetti ilaalaa. #Waaqayyo akka #ilmaan isaatti #isin ilaala. Ilmi abbaan isaa isa hin adabne eenyu?
๐Ÿณ๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š๐šž๐šž ๐š‘๐šŠ๐šŠ๐š•๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ,๐š‹๐šŠ๐š›๐šŠ ๐š๐šž๐š›๐š›๐š’ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜๐š˜ ๐š’๐š›๐š›๐šŠ๐šŠ ๐š“๐šŠ๐š•๐šš๐šŠ๐š‹๐šŽ ๐š—๐šŠ๐š–๐š—๐š’ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜๐š˜๐š
#๐š’๐š•๐š–๐šŠ ๐š‘๐šŠ๐šŠ๐š•๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŠ๐š–๐šŠ
๐Ÿณ  Kiristoosif nutti yaaka keenya irraa deebinee yoo, jirane, akkasumas gara Isaatii yoo,deemne 
ilma isaa ni jedhamna.
โผโžปMaatewoos 9:2
#nama lamshaaสผee #siree irra ciise tokko gara isaatti fidan. #Iyyaasus  amantii namoota kanaa ilaalee,  #namicha lamshaaสผe sanaan โ jabaadhu #ilma_koo! Cubbuun kee siif dhiifameeraโ€ jedhe โž.

๐Ÿณ ๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž.
Yoo nuu
ilma jedhamnee Waaqayyo immoo Abbaa Hafuuraa nuufi ta'a.
โฝโžปIbrootaa 12:9-10
Kana malees nu hundinuu
#abbootii_foonii kanneen nu adaban qabna turre; isaan kabajnas turre. Yoos #Abbaa_Hafuuraatiifi immoo hammam caalaa ajajamnee jiraachuu qabna ree! Abbootiin keenya akkuma isaanitti gaarii fakkaatetti yeroo gabaabaaf nu adabaa turan;  #Waaqni garuu akka nu qulqullummaa isaa keessatti hirmaannuuf faayidaa keenyaaf jedhee nu adaba.
โžปiddoo kanatti Abbaa hafuuraa kani jedhamee ยซ
#Waaqayyo ยป
   โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‡gฮฑัฮฑ ั‚ั”โ„“ั”gัฮฑะผฮฑ๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

๐™ฃ๐™–๐™ข๐™ฃ๐™ž ๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฆ๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™ค๐™›
#๐™ž๐™Ÿ๐™ค๐™ค๐™ก๐™ก๐™š๐™š ๐™–๐™ ๐™ ๐™–๐™ข๐™ž๐™ฉ๐™ฉ๐™ž ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™–๐™ข๐™– ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™ช ๐™ž๐™ข๐™ข๐™ค๐™ค ๐š’๐š๐š๐š’ ๐š๐šž๐š๐šŠ.....