βͺοΈ π΄ kutaa -63- ffaa π€π²
πgaafii fi deebi
π·Muslimoota
βYohaannis 14:13
Abbaan karaa #Ilmaa ulfina akka argatuuf, wanta isin maqaa kootiin kadhattan hunda
ani isiniif nan raawwadha.
β¬β¬
β‘οΈ #gaaffii isaanii Kiristoos ilma kani jedhamuu isaa akkuma namoota kanitti jedhuuββ
βββββ
βDeebi keenya.
Jalqabaa duraa hiika ilmaa Kitaabni maali jedha laata isaa ilaala, isaa booda Kiristoos akkamitti ilma jedhama kani jedhuu ilaala.
πΊ ilma Waaqayyo yeroo jennee hiika gargaara qaba,
1 ffaan jalqabaa inni wani Uumeef ilma jedhamu
((sera Uum 1:1))
A)) ergamoonni Waaqayyo ilma Waaqayyo jedhamu
Iyyobbi 38:7
Urjiileen ganamaa yommuu
waliin ililchan,#Ilmaan_Waaqayyoo hundis gammachuudhaan yommuu iyyan ati eessa turte?
(Iyoobi 1:6),
B)) Seexanni jalqabaa dura ilma Waaqayyo jedhamee ture.
Isayaas 14:12-13
Yaa urjii ibsitu nana, yaa
#ilma_barraaqaa, Ati akkamitti samii irraa;kufte! Ati inni saboota injifatte,Akkamitti muramtee lafa irra ciiste
Ati garaa keetti akkana jettee turte: βAni gara samiiwwaniitti ol nan baa,Teessoo koo urjiilee Waaqayyoo gararraatti ol nan
kaasa,
C)) nifiloonni ilma Waaqayyo jedhamu ture jalqabaa duraa
Seera.Uum 6:4
Bara sanattii fi sana booda Nefiliimonni lafa irra jiru turan. Yeroo sanatti #ilmaan_Waaqa
dhugaa ijoollee durbaa ilmaan
namootaa wajjin saalqunnamtii
ni raawwatan; isaanis ijoollee
dhiiraa isaaniif ni daan. Ijoolleen isaanii kunis bara duriitti namoota jajjaboo beekamoo taan turan
D)) namni jalqabaa adaami
Ilma Waaqayyo jedhama
Luqaas 3:38
Qaayinaan ilma Eenosh,
Eenosh ilma Seet,
Seet ilma Addaam,
#Addaam_ilma Waaqayyoo
Seera Uum 2:27
Egaa Waaqayyo akka bifa isaatti nama uume, akka bifa Waaqayyootti isa uume; dhiiraa fi dubartii isaan uume*;
2 ffaa akka seera isaati yoo, bultee ilma Waaqayyo jedhamata.
β¬β¬β¬β¬β¬
A))πErmiyaas 31:9
Isaan booaa ni dhufu Fudhatama argachuuf yommuu kadhatanitti deebisee
isaan nan fida Gara yaaaawwan bishaaniitti isaan nan fida Daandii wal qixa taee fi isaan hin gufachiisne irra isaan nan geggeessa.Sababiin isaas, ani Abbaa Israaeli, Efreemis #ilma koo isa angafaa ti.
Sera Uum 48:13
Kana booddees #Yoseef isaan lachuu fudhatee, #Efreem isa harka isaa mirgaa ture gara harka #Israa'el isa bitaatti, Minaasee isa harka isaa bitaa ture gara harka Israa'el isa mirgaatti dhi'eesse.
(Seera Uumamaa 46:20)
B))πmaatewos 5:45βdiina kee,yoo,jalate ilma Waaqayyo
C))πRoome 8:14-15βAfuura Qulqulluun yoo,jirate ilma Waaqayyo
D))π2 Qor 6:17-18βhojii hama dhiste hojii gaariin ilma Waaqayyo
E))π Ibroota 12:10βAjaja Waaqayyo yoo,fudhate ilma Waaqayyo
F))πYohaannis 1:12βyoo,kani amanamu taβe ilma Waaqayyo.
G))πYohaannis 12:36βilmaan ifa
ββββ
dabalataaπ
isaayaas 45:11,Ermiyaas 3:19*10:20*31:20*
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π hiika biraa ilma jedhamuuf
A))β‘οΈgara foonii dhalachuun
Ser.Uum 4:1
Addaam, Hewwaan haadha manaa isaa bira ga'e; isheenis ulfooftee #ilma_Qaayeel jedhamu deessee, βAni gargaarsa Waaqayyootiin nama tokko godhadheeraβ jette;
B))β‘οΈilma Seexanaa
Maatewos 8:12
#ilmaan_Mootummichaa garuu dukkana isa alaatti gatamu.
Achittis ni boou; ilkaan isaaniis ni qaru.β (HDB 13:10))
C))β‘οΈ gara sanyiin ilma
Yoh 8:33-37
Isaanis deebisanii, βNuti #ilmaan_Abrahaami, eenyuuf iyyuu matumaa garboota taanee hin beeknu. Ati akkamitti βBilisa baatuβ nuun jetta
ree?β jedhaniin
((Farfannaa 105:6))
D))β‘οΈgara jalalaani ilma jedhamta
Yohaannis 19:26
Kanaaf Iyyaasus(Kiristoos) haati isaa fi barataan inni jaallatu achi dhaabatanii yommuu argu,haadha isaatiin #Dubartii nana, ilaa #ilma kee!β jedheen
E)).β‘οΈgara wadaan ilma jedhamata.
Hdb 3:25
Isin #ilmaan raajotaa fi #ilmaan
#kakuu Waaqayyo abaabilii keessanii wajjin gale sanaa ti; Waaqayyo Abrahaamiin, βMaatiiwwan lafa irraa hundi sanyii keetiin ni eebbifamuβ jedheera.
F))β‘οΈ yoo,guddiste ilma jedhamta
Hdb 7:21
Yommuu gatametti
garuu, intalli Faraoon isa fudhattee akka #ilma_ishiitti isa guddifte.