🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.59K subscribers
54 photos
3 videos
10 files
117 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
β†ͺ️ πŸ”΄ kutaa -63- ffaa πŸŸ€πŸ”²
πŸ”‡gaafii fi deebi
πŸ”·Muslimoota
✍Yohaannis 14:13
Abbaan karaa
#Ilmaa ulfina akka argatuuf, wanta isin maqaa kootiin kadhattan hunda
ani isiniif nan raawwadha.
β–¬β–¬
➑️
#gaaffii isaanii Kiristoos ilma kani jedhamuu isaa akkuma namoota kanitti jedhuu❓❓
β–­β–­β–­β–­β–­
βž›Deebi keenya.
Jalqabaa duraa hiika ilmaa Kitaabni maali jedha laata isaa ilaala, isaa booda Kiristoos akkamitti ilma jedhama kani jedhuu ilaala.

🌺 ilma Waaqayyo yeroo jennee hiika gargaara qaba,
1 ffaan jalqabaa inni wani Uumeef ilma jedhamu
((sera Uum 1:1))
A)) ergamoonni Waaqayyo ilma Waaqayyo jedhamu
Iyyobbi 38:7
Urjiileen ganamaa yommuu
waliin ililchan,
#Ilmaan_Waaqayyoo hundis gammachuudhaan yommuu iyyan ati eessa turte?
(Iyoobi 1:6),

B)) Seexanni jalqabaa dura ilma Waaqayyo jedhamee ture.
Isayaas 14:12-13
Yaa urjii ibsitu nana, yaa
#ilma_barraaqaa, Ati akkamitti samii irraa;kufte! Ati inni saboota injifatte,Akkamitti muramtee lafa irra ciiste
Ati garaa keetti akkana jettee turte: β€˜Ani gara samiiwwaniitti ol nan baa,Teessoo koo urjiilee
Waaqayyoo gararraatti ol nan
kaasa,
C)) nifiloonni ilma Waaqayyo jedhamu ture jalqabaa duraa
Seera.Uum 6:4
Bara sanattii fi sana booda Nefiliimonni lafa irra jiru turan. Yeroo sanatti
#ilmaan_Waaqa
dhugaa ijoollee durbaa
ilmaan
namootaa wajjin saalqunnamtii
ni raawwatan; isaanis ijoollee
dhiiraa isaaniif ni daan. Ijoolleen isaanii kunis bara duriitti namoota jajjaboo beekamoo taan turan
D)) namni jalqabaa adaami
Ilma Waaqayyo jedhama
Luqaas 3:38
Qaayinaan ilma Eenosh,
Eenosh ilma Seet,
Seet ilma Addaam,
#Addaam_ilma Waaqayyoo
Seera Uum 2:27
Egaa Waaqayyo akka bifa isaatti nama uume, akka bifa Waaqayyootti isa uume; dhiiraa fi dubartii isaan uume*;


2 ffaa akka seera isaati yoo, bultee ilma Waaqayyo jedhamata.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
A))πŸ‘‰Ermiyaas 31:9
Isaan booaa ni dhufu Fudhatama argachuuf yommuu kadhatanitti deebisee
isaan nan fida Gara yaaaawwan bishaaniitti isaan nan fida Daandii wal qixa taee fi isaan hin gufachiisne irra isaan nan geggeessa.Sababiin isaas, ani Abbaa Israaeli, Efreemis
#ilma koo isa angafaa ti.
Sera Uum 48:13
Kana booddees
#Yoseef isaan lachuu fudhatee, #Efreem isa harka isaa mirgaa ture gara harka #Israa'el isa bitaatti, Minaasee isa harka isaa bitaa ture gara harka Israa'el isa mirgaatti dhi'eesse.
(Seera Uumamaa 46:20)
B))πŸ‘‰maatewos 5:45βž›diina kee,yoo,jalate ilma Waaqayyo
C))πŸ‘‰Roome 8:14-15βž›Afuura Qulqulluun yoo,jirate ilma Waaqayyo
D))πŸ‘‰2 Qor 6:17-18βž›hojii hama dhiste hojii gaariin ilma Waaqayyo
E))πŸ‘‰ Ibroota 12:10βž›Ajaja Waaqayyo yoo,fudhate ilma Waaqayyo
F))πŸ‘‰Yohaannis 1:12βž›yoo,kani amanamu ta’e ilma Waaqayyo.
G))πŸ‘‰Yohaannis 12:36βž›
ilmaan ifa
β–­β–­β–­β–­
dabalataaπŸ‘‡
isaayaas 45:11,Ermiyaas 3:19*10:20*31:20*
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰ hiika biraa ilma jedhamuuf
A))➑️gara foonii dhalachuun
Ser.Uum 4:1
Addaam, Hewwaan haadha manaa isaa bira ga'e; isheenis ulfooftee
#ilma_Qaayeel jedhamu deessee, β€œAni gargaarsa Waaqayyootiin nama tokko godhadheera” jette;
B))➑️ilma Seexanaa
Maatewos 8:12
#ilmaan_Mootummichaa garuu dukkana isa alaatti gatamu.
Achittis ni boou; ilkaan isaaniis ni qaru.” (HDB 13:10))
C))➑️ gara sanyiin ilma
Yoh 8:33-37
Isaanis deebisanii, β€œNuti
#ilmaan_Abrahaami, eenyuuf iyyuu matumaa garboota taanee hin beeknu. Ati akkamitti β€˜Bilisa baatu’ nuun jetta
ree?” jedhaniin
((Farfannaa 105:6))
D))➑️gara jalalaani ilma jedhamta
Yohaannis 19:26
Kanaaf Iyyaasus(Kiristoos) haati isaa fi barataan inni jaallatu achi dhaabatanii yommuu argu,haadha isaatiin
#Dubartii nana, ilaa #ilma kee!” jedheen
E)).➑️gara wadaan ilma jedhamata.
Hdb 3:25
Isin
#ilmaan raajotaa fi #ilmaan
#kakuu Waaqayyo abaabilii keessanii wajjin gale sanaa ti; Waaqayyo Abrahaamiin, β€˜Maatiiwwan lafa irraa hundi sanyii keetiin ni eebbifamu’ jedheera.
F))➑️ yoo,guddiste ilma jedhamta
Hdb 7:21
Yommuu gatametti
garuu, intalli Faraoon isa fudhattee akka
#ilma_ishiitti isa guddifte.