๐บ ๐๐ก๐ข๐โปNamni akkamitti ilma waaqayyoo jedhama...โ
๐ณ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐,
โป๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐,๐๐๐๐๐๐๐,
โป๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โป๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐
โฌโฌโฌโฌ
โถโปRaaji-Ermiyaas 31:20
Efreem #ilma koo #jaallatamaa,
mucaa ani itti #gammadu mitii?
Ani yeroo baayสผee yoon isaan morme iyyuu amma illee isa nan yaadadha.
Kanaafuu #garaan koo isaaf ni yaada; garaas nan #laafaafโ
jedha Waaqayyo.
โปiddoo kanatti Efreem ilma Waaqayyo karaa ittiin jedhamee ibsee jira ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
โทโปSera.Uumama 41:51-52
#Yoosefis, โWaaqni rakkina koo hundaa fi mana abbaa koo hunda na irraanfachiiseeraโ jedhee maqaa ilma isaa hangaftichaa #Minaasee jedhee moggaase. โWaaqni biyya ani itti rakkadhe keessatti na baayสผiseeraโ jedhee ilma isaa isa lammaffaa immoo #Efreem jedhee moggaase
โธโปSera.Lakkoofsa 26:28
Ilmaan #Yoseef akka #maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: #Minaasee fi #Efreem.
โนโปKitaaba iyasu 16:4
#sanyii_Yoseef kan taสผan Minaasee fi Efreem biyya isaanii #dhaalaan ni fudhatan.
โบโปLuqaas 3:38
ilma Enoos,ilma Seeti, ilma #Addaam_ilma_Waaqaa.
โปโปIbroota 12:5-7
isa akka #ilmaaniitti akkana jedhee isin gorsu sana guutummaatti irraanfattaniittu: โYaa ilma koo, adaba waqayyoo akka laayyootti hin ilaalin, yeroo inni sirreeffama sii kennus abdii hin kutatin #waqayyoon warra #jaallatu ni adaba, #nama akka #ilma isaatti fudhatu hundas ni garafa.โ Jabaattanii dhaabbachuun keessan karaa adaba itti argattan keessaa tokko akka taสผetti ilaalaa. #Waaqayyo akka #ilmaan isaatti #isin ilaala. Ilmi abbaan isaa isa hin adabne eenyu?
๐ณ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐,๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐๐๐ #๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐ณ Kiristoosif nutti yaaka keenya irraa deebinee yoo, jirane, akkasumas gara Isaatii yoo,deemne ilma isaa ni jedhamna.
โผโปMaatewoos 9:2
#nama lamshaaสผee #siree irra ciise tokko gara isaatti fidan. #Iyyaasus amantii namoota kanaa ilaalee, #namicha lamshaaสผe sanaan โ jabaadhu #ilma_koo! Cubbuun kee siif dhiifameeraโ jedhe โ.
๐ณ ๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐๐ฉ๐.
Yoo nuu ilma jedhamnee Waaqayyo immoo Abbaa Hafuuraa nuufi ta'a.
โฝโปIbrootaa 12:9-10
Kana malees nu hundinuu #abbootii_foonii kanneen nu adaban qabna turre; isaan kabajnas turre. Yoos #Abbaa_Hafuuraatiifi immoo hammam caalaa ajajamnee jiraachuu qabna ree! Abbootiin keenya akkuma isaanitti gaarii fakkaatetti yeroo gabaabaaf nu adabaa turan; #Waaqni garuu akka nu qulqullummaa isaa keessatti hirmaannuuf faayidaa keenyaaf jedhee nu adaba.
โปiddoo kanatti Abbaa hafuuraa kani jedhamee ยซ #Waaqayyo ยป
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐gฮฑัฮฑ ััโัgัฮฑะผฮฑ๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ฃ๐๐ข๐ฃ๐ ๐ฌ๐๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฎ๐ค๐ #๐๐๐ค๐ค๐ก๐ก๐๐ ๐๐ ๐ ๐๐ข๐๐ฉ๐ฉ๐ ๐๐๐๐๐๐ข๐ ๐ ๐๐ฃ๐ ๐๐๐๐๐ช ๐๐ข๐ข๐ค๐ค ๐๐๐๐ ๐๐๐๐.....

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)