๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ‘kutaa_34ffยชยช.๐ŸŒบ๐ŸŒน
โŒ=Gaafi fi Deebi
โ˜‚ Muslimootaโ˜‚
โšœโšœโšœโšœโšœโšœโšœ
1=โœYohaannis 10:14
Ani tiksee gaarii
dha. Ani
#hoolota_koo beeka, hoolonni koos ana beeku.
2=โœ Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Iyyaasuus(kiristoos) gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: โ€œilaa,
#Hoolicha Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa kanaa balleessu(haquu)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“โžGaaffii isaanii
#Kiristoos_hoolaa jedhamee jira.โ“
โž›
#isiinis hoolotaa jedhee jira .โ“
โ“ต๐Ÿ‘‰=kanafuu
#hoolaan hoolota akkamitti eeguu danda'a jedhuu....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebii keenya๐Ÿ‘‡
โž›lakki kuni
#dogoggora keessan, #jechi hoolaa fi hoolota jechuu #fakkeenya
malee, "wanta biraa
mitii โŒยป
โ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ข
Ragaa kitaaba

1โƒฃ=Yohaannis 10:6
Iyyaasus(Kiristoos)
โ€œ
#fakkeenya โ€ kana isaanitti dubbatus, isaan garuu wanta inni isaanitti dubbachaa ture hin hubanne.
๐Ÿ’’ gara olitti wa'ee hoolota fakkeenyani itti dubbate ofuma isan jechuudha
(Yoh 10:1-5) dubbisaa.

*โƒฃ walii_galatti waee hoola fi hoolota yoo,jedhamuu fakkeenya.dha.
*
โนakkuma
#Waaqayyo ofii isa hoola ofi fakkeessee #namoota immoo hoolota fakkeessu, โ€akkuma ani #Qulqulluu taโ€™e isin immoo Qulqulloota ta'a jedhaยป

2โƒฃ = 1.Pheexiroos 1:16
#Ani_qulqulluu
waanan taeef, isinis
#qulqulloota tauu qabduโ€ jedhamee barreeffameera
(Seera.lewwota 19:2) dubbisi.

๐Ÿ“yaada biraa Akkuma Ani
garaa lafeessa taโ€™e isin immoo gara lafeeyyi ta'a jedha.

3โƒฃ=Luqaas 6:36
Akkuma
#Abbaan keessan gara #laafessa tae, isinis gara #laafeyyii taaa.

4โƒฃ=matewoos 5:48
#akkuma Abbaa keessan
isa samii
#mudaa hin qabne sanaa, isinis mudaa kan #hin qabne taaa.

โžงWaaqayyo namaa bifaa isaan wani uummeef Amaloota kani nammi ni wamama (ser.Um 1:16-28)

๐Ÿ”ป Haaluma kana. inni foonii keenya wani uffateefi โ€ Waaqayyo ergaa foonii keenya uffatee nuu yookiin ,(nama fakkatee) dhufee sababa kanafi Yohaannis cuphaan hoola jedhe wamame (Yoh 1:29).
๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””
๐Ÿ”‰*Seera Durii keessatti Waaqayyo
#hoolotaa jedhee #nama wamame jira "hoolotaa koo jedhee kuni immoo kani ibsu, ๐ŸŽฏKiristoos hoolota koo, jechuun isaa Waaqayyo ta'u isaa ibsufi.

6โƒฃ=Raajii_Hisqi'el 34:11
#Waaqayyo Gooftaa hunda oli akkana jedha: โ€œKunoo, ani jira anumti #hoolota koo nan barbaada, nan kunuunsas.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž› jechi hoolota koo
jedhu
#Uumu ibsaa.(Sababiin isaa akkuma hoolota koo, jedhuu "namoota koo, jedhuu ta'a)

โžง yero kami iyyuu yoo, taโ€™e Waaqayyo malee
#hoomtuu hoolota jedhee kana nama โ€โ€œ wamamu gonkumaa hin jiruu ยป Haaluma kana Kiristoos hoolota koo.jedhe jira Waaqummaa isaa ibsee jira.

โ“ต= Yohaannis 10:16
#Ani_hoolota kan biraa golakana keessaa hin taane qaba; isaaniinis fiduun qaba, isaan sagalee
koo ni dhagau, tuuta
#tokkos ni tau;tikseen isaaniis #tokko taa.
(แŠจแ‹šแˆ…แˆ แ‰ แˆจแ‰ต แ‹ซแˆแˆ†แŠ‘ แˆŒแˆŽแ‰ฝ แ‰ แŒŽแ‰ฝ แŠ แˆ‰แŠแค แŠฅแŠแˆญแˆฑแŠ• แ‹ฐแŒแˆž แˆ‹แˆ˜แŒฃ แ‹ญแŒˆแ‰ฃแŠ›แˆ แ‹ตแˆแ„แŠ•แˆ แ‹ญแˆฐแˆ›แˆ‰แฅ แŠ แŠ•แ‹ตแˆ แˆ˜แŠ•แŒ‹ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ‰ แŠฅแˆจแŠ›แ‹แˆ แŠ แŠ•แ‹ต (แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 10:16)

๐Ÿ’’ link kan xuqaa hordofuu dandeessu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
~โ‹•โ‹•โ‹•~~~~โœ
๐ŸŒนโŒ kutaa+35ffยชยชยป ๐Ÿ‘‡๐ŸŒท

Gaafii fi Deebi
๐Ÿ‘‰ ๐Ÿฆ†Musiliimota ๐Ÿฆ† ๐Ÿ‘ˆ

โœYohaannis 10:27๐Ÿ‘‡
#Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau,
#Ani isaan beeka, isaanis Ana duukaa ni bu'uu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Gaaffii isaanii.
1= kanafuu isin hoolota jedhamtu, " Arasa cubbuu tti isin,..... โ“
โžงFakkeenyaaf Kiristoos hoolaa kani jedhamee sababa cubbuu nama haqee(balleessif).

โœ kanafuu isin sababa. maalif hoolota jedhamatu cubbuu haquuf moo, Arasa ta'uf jedhu....โ“โ“
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
โžงDeebii keenya ๐Ÿ‘‡
โœ kutaa 34ffยชยช keessaatti
kana ilaale jira.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/425
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
โžงnuuti hoolota kani jedhamnee Fakkeenyaafi
๐Ÿ’’ Haaluma kana Namni fakkeenya hedduu qaba

๐ŸŒนkitaaba-Iyyobi 5:25
# sanyii kee,akkuma guddaa taโ€™e, akkuma kana ijoollee kee, akka
#Margaa lafa ni ta'u (แ‹˜แˆญแˆ…แˆ แ‰ณแˆ‹แ‰… แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ•แฅ แ‰ตแ‹แˆแ‹ตแˆ…แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆแ‹ตแˆญ #แˆฃแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ• แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…*แŠขแ‹ฎแ‰ฅ 5:25)

โžงiddoo kana irratti fakkeenya nama kani taโ€™e Margaa jechudha. yeroo akkasii jennuu namni sababa baayacha deemuu Margaa fakkaata malee wanta biraaf mitii**sababa namni Margaa fakkatu hiika biraa dubbisa
๐Ÿ‘‰ Far 37:2* Far 103:15* kitaaba_iyyobi 18:3

โœ Haaluma kanaa nutti Fakkeenyaaf hoolota jedhamnee male
#cubbuu haquu fi #Arasaa ta'u hin dandeenyuu..
โžงlakki isaan dirqama cubbuu haquu fi Arasaa ta'u qabduu yoo, jedhanii immoo =
#Ragaa kitaaba nuuf kennu qabu male yaada mataa ofii Odeessuun fayyida hin qabu.

๐Ÿ’’ yaadaa lamaffaa bara
#durii osoo Amantaa #Musiliimaa hin dhufni dura Waaqayyo akkasi jedhee namoota wamee #hoolota_koo,jedhee jira. (isayaas 40:11, Hisqi'el 34:15=
๐Ÿ‘‰kanafuu yeroo sana Muslimoota irree hoolota jedhee jira., lakki nuuni hin jennee yoo, jedhanii immoo eenyu irraa
#dhalatni guyyaa kana geessan jennee isaani gaafana...๐Ÿ˜œ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐ŸŒนโžงmee,
#nuuti sababa hoolota jedhamnee yookiin Fakkeenyaaf hoolotatin kani wamamne qabxii muraasa ilaala.

1โƒฃ=Wanta gaarii yoo, hojjane fi Amantaa dhugaa yoo, qabnee
#hoolota jedhamna =kanafi murtii dhugaaf dhiyanna.

๐Ÿ“โžง Maatewoos 25:32-33
Saboonni
#hundi isa
duratti walitti ni qabamu; innis akkuma
#tikseen tokko #hoolota fi #reoota irraa gargar foo'uu, namoota gargar foa. #Hoolotae karaa #mirga isaa, reoota garuu karaa bitaa isaa dhaaba.

2โƒฃ= sagalee Waaqayyo yoo,
#dhageenye hoolota jedhamana.

๐Ÿ“โžง Yohaannis 10:26-27
#Isin garuu hoolota
koo waan hin
#taaneef hin amantan
#Hoolonni koo #sagalee
koo ni dhagau, ani isaan beeka, isaanis ana duukaa ni buu

3โƒฃ=nuuti sababa yeroo baay'ee caalisne namoonni kuni
#midhaan nuura wani gahaniif hoolota jedhamne

๐Ÿ“โžง Far 44:22
Nuti sababii
#keetiin guyyaa hundumaa ni ajjeefamna; Akka hoolota qalamuuf jedhaniittis ilaalamneerra.

4โƒฃ= Waaqayyo wani nuu,
#tiksuuf hoolotaa jedhamnee

๐Ÿ“โžง Far 95:7
Inni Waaqa keenya dha,
Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota
#kunuunsa// #tikaa ) isaa jala jirru dha. Hara sagalee isaa yoo dhageessan,gaariidha

5โƒฃ=
#Tokkummaa tokko wani qabnuuf hoolota jedhamnee

๐Ÿ“โžง miikiyaas 2:12
Yaa Yaaqoobi, ani hunda
keessan dhugumaan
#walitti nan qaba;
Warra Israael keessaa hafan dhugumaan walitti nan qaba.
Akkuma hoolota goorannoo keessa jiraniitti,
Akkuma bushaayee kaloo
isaanii irra jiraniitti walitti
isaan qabee
#tokkummaa
akka qabaatan nan godha;e Bakki sun waca namootaatiin ni guutama.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqaa
hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//==๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
๐ŸŒธโžก๏ธ kutaa_38 ffยชยช.โ™จ๏ธโ™จ๏ธ

โš ๏ธ Gaaffii fi Deebi
โฏ Musiliimota.

โœ๐Ÿ”ดYohaannis 10:30
Anii fi Abbaan Tokko dha ยป
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…พ gaaffii isaanii iddoo kana irratti Kiristoos anii fi Abbaa tokko dha wani jedheef Kiristoos Abbaa wajjin qixa ta'u hin ibsuu.
โžก๏ธ kanafuu Ani fi Abbaan tokko dha jechuun
#kaayyoo fi #yaada tokko wani qabaniif jedhuu.
โž›Jechi tokko jettu kana ibsaa jedhuu

๐Ÿ”ปRagaa isaanii immoo
โ“ต=mat 19:5 fi ser.um 2:24
namni abbaa isaa
fi haadha isaa ni dhiisa, haadha isaattis ni maxxana; isaan
#foon_tokko tau.

โž= 1Qor 3:5_8
Ani nan dhaabe,
Apholos bishaan obaase, kan guddise garuu Waaqayyo dha; kanaaf,
ulfina argachuu kan qabu Waaqayyo isa guddisu malee, isa dhaabus
tae isa bishaan obaasu miti. Inni dhaabus tae inni bishaan obaasu
#tokko dha; taus, namni hundi akkuma #hojii isaatti badhaasa isaa ni fudhata.

โ“ท=Yohaannis 17:22-23
 Akkuma nuyi
#tokko taane, isaanis #tokko haa ta'aniif, ulfina ati anaaf kennite isaaniif kenneera*.

Ani isaan keessa atis na keessa jiraachuu keetiin isaanis raawwatanii
#tokko haa ta'an; biyyi lafaas ati na erguu kee, akkuma na jaallattes isaan immoo jaallachuu kee haa beeku
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒธ Deebi keenyaa
๐Ÿฅฅโœ๏ธ deebi 1ffaa

1โž›Mat 19:5 fi ser.Um 2:24
=isaan foonii tokko jedhee
malee kaayyoo tokko fi yaada tokkoo hin jennee kuni dogoggora isaanitti.
โž›Kanaaf Jechi foonii tokko jedhuu dubartiin dhira irraa argamtee jechuu ibsuf. (ser.Um 2:23)

โž›lakki yoo,jedhanii immoo
erga yaada fi kaayyoo tokko tani
โ“ต Abrahaamiifi saaran yaani Isaani maalif gargaara taโ€™e (ser.um 18:13-14)
โž looxi fi haati mana looxi maalif. tokko hin tain.(ser.u 19:26)

=Deebii 2 ffaa
1Qor 3:5-8
โž›iddoo kana irratti Tajaajila ibsa malee kaayyoo tokko fi yaada tokko miti.

โš ๏ธ Fakkeenyaaf tokkoo bishaanii ni obsa
๐Ÿ‘ tokko immoo ni dhaba yoo, taโ€™e,
โž› Affuurri tokko kenna nama gargaara jecha
(1 Qor 12:1)
Yaa obboloota ko! Waa'ee
#kennaa_garaagaraa #Afuurri qulqulluun kennuu, akka hubattan nan barbaada


โž›Jechi inni dhabuus taโ€™e inni bishaanii obsuu tokko jedhuu immoo (Phaawuloos fi appolos) nama jechudha
โž›erga namaa tani immoo foonii walii fakkaata qabuu tokko jechudha.
( 1Qor 15.39 )
 
#Foon hundinuu akaakuu tokko #miti;
#foon namootaa akaakuu #tokko, foon horii kan biraa ti, foon simbirrootaa kan biraa ti, foon qurxummiis kan biraa ti

=Deebi 3 ffaa
Yoh 17:22-23
โž›akkuma nuu tokko tanee isaan nuu, wajiin tokko haatan jechuun.

โž›ergaa murtii addunyaa kan xumurame booda Abbaa fi Kiristoos wajjin bara baran jirachuu ibsaa.
kuni immoo tokko isaan godha.

โ“ตYoh 17:24
 Yaa abbaa, isaan ati anaaf kennite kun
#iddoon_ofii #jiraadhu haa jiraataniif, ulfina isa ati biyyi lafaa utuu hin uumamin waan na jaallatteef anaaf laattes, haa arganiif nan fedha
โž Yoh 14:2-3
#Mana_abbaa koo keessa iddoon #jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; #iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema*.
โ“ทMulโ€™ata 21:22_25
Manni qulqullummaa ishee
#Waaqayyo gooftaa isa hundumaa danda'uu fi #hoolicha waan ta'eef, ani mana qulqullummaa tokko illee mandarattii keessatti hin argine #Biiftuun yookiis ji'i mandarattii irratti ibsuun barbaachisaa miti; ulfinni Waaqayyoo ifa ishee ti, hoolichis ibsaa ishee ti*!

#Sabni ifa isheetiin in deddeebi'u, mootonni biyya lafaas wanta ulfina qabu isaan bira jiru gara isheetti in fidu Karri ishee matumaa guyyaadhaan hin cufaman, halkan immoo achi hin jiru
โ“ธMulโ€™ata 22:5
Halkanis deebi'ee hin argamu; Waaqayyo gooftaan ifa isaanii ta'uuf waan jiruuf, ifni ibsaa, ifni aduus isaaniif hin barbaachisu.
#Isaan baraa hamma bara #baraatti mo'uuf jiru*.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž›โžก๏ธ Yohaannis 10:30
Ani fi Abbaan tokko dha jechuun Kiristoos Waaqa ni ibsaa.

โœ jecha Kiristoos jechuu gara ilmatti jijjiirama jalqabaa dura. yeroo kana immoo.

ilmi fi Abbaan tokko ta'u ibsaa.
โž›Yohaannis 10:33_36
Yihudoonni immoo, โ€œAti Waaqayyoon waan
#arrabsiteef malee, hojii gaarii waan hojjetteef dhagaadhaan kan si dhoofnu miti. #Ati nama taatee utuma jirtuu Waaqayyoon of #goota' hoo jedhanii deebisaniif*
Kiristoos immoo, โ€œโ€˜Anoo, isin waaqayyoota isiniin jedheeraโ€™ kan jedhu seera keessan keessatti caafamee jira mitii*?