🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌸➑️ kutaa_38 ffΒͺΒͺ.♨️♨️

⚠️ Gaaffii fi Deebi
⏯ Musiliimota.

βœπŸ”΄Yohaannis 10:30
Anii fi Abbaan Tokko dha Β»
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…Ύ gaaffii isaanii iddoo kana irratti Kiristoos anii fi Abbaa tokko dha wani jedheef Kiristoos Abbaa wajjin qixa ta'u hin ibsuu.
➑️ kanafuu Ani fi Abbaan tokko dha jechuun
#kaayyoo fi #yaada tokko wani qabaniif jedhuu.
βž›Jechi tokko jettu kana ibsaa jedhuu

πŸ”»Ragaa isaanii immoo
β“΅=mat 19:5 fi ser.um 2:24
namni abbaa isaa
fi haadha isaa ni dhiisa, haadha isaattis ni maxxana; isaan
#foon_tokko tau.

➁= 1Qor 3:5_8
Ani nan dhaabe,
Apholos bishaan obaase, kan guddise garuu Waaqayyo dha; kanaaf,
ulfina argachuu kan qabu Waaqayyo isa guddisu malee, isa dhaabus
tae isa bishaan obaasu miti. Inni dhaabus tae inni bishaan obaasu
#tokko dha; taus, namni hundi akkuma #hojii isaatti badhaasa isaa ni fudhata.

β“·=Yohaannis 17:22-23
 Akkuma nuyi
#tokko taane, isaanis #tokko haa ta'aniif, ulfina ati anaaf kennite isaaniif kenneera*.

Ani isaan keessa atis na keessa jiraachuu keetiin isaanis raawwatanii
#tokko haa ta'an; biyyi lafaas ati na erguu kee, akkuma na jaallattes isaan immoo jaallachuu kee haa beeku
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌸 Deebi keenyaa
πŸ₯₯✏️ deebi 1ffaa

1βž›Mat 19:5 fi ser.Um 2:24
=isaan foonii tokko jedhee
malee kaayyoo tokko fi yaada tokkoo hin jennee kuni dogoggora isaanitti.
βž›Kanaaf Jechi foonii tokko jedhuu dubartiin dhira irraa argamtee jechuu ibsuf. (ser.Um 2:23)

βž›lakki yoo,jedhanii immoo
erga yaada fi kaayyoo tokko tani
β“΅ Abrahaamiifi saaran yaani Isaani maalif gargaara ta’e (ser.um 18:13-14)
➁ looxi fi haati mana looxi maalif. tokko hin tain.(ser.u 19:26)

=Deebii 2 ffaa
1Qor 3:5-8
βž›iddoo kana irratti Tajaajila ibsa malee kaayyoo tokko fi yaada tokko miti.

⚠️ Fakkeenyaaf tokkoo bishaanii ni obsa
πŸ‘ tokko immoo ni dhaba yoo, ta’e,
βž› Affuurri tokko kenna nama gargaara jecha
(1 Qor 12:1)
Yaa obboloota ko! Waa'ee
#kennaa_garaagaraa #Afuurri qulqulluun kennuu, akka hubattan nan barbaada


βž›Jechi inni dhabuus ta’e inni bishaanii obsuu tokko jedhuu immoo (Phaawuloos fi appolos) nama jechudha
βž›erga namaa tani immoo foonii walii fakkaata qabuu tokko jechudha.
( 1Qor 15.39 )
 
#Foon hundinuu akaakuu tokko #miti;
#foon namootaa akaakuu #tokko, foon horii kan biraa ti, foon simbirrootaa kan biraa ti, foon qurxummiis kan biraa ti

=Deebi 3 ffaa
Yoh 17:22-23
βž›akkuma nuu tokko tanee isaan nuu, wajiin tokko haatan jechuun.

βž›ergaa murtii addunyaa kan xumurame booda Abbaa fi Kiristoos wajjin bara baran jirachuu ibsaa.
kuni immoo tokko isaan godha.

β“΅Yoh 17:24
 Yaa abbaa, isaan ati anaaf kennite kun
#iddoon_ofii #jiraadhu haa jiraataniif, ulfina isa ati biyyi lafaa utuu hin uumamin waan na jaallatteef anaaf laattes, haa arganiif nan fedha
➁ Yoh 14:2-3
#Mana_abbaa koo keessa iddoon #jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; #iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema*.
β“·Mul’ata 21:22_25
Manni qulqullummaa ishee
#Waaqayyo gooftaa isa hundumaa danda'uu fi #hoolicha waan ta'eef, ani mana qulqullummaa tokko illee mandarattii keessatti hin argine #Biiftuun yookiis ji'i mandarattii irratti ibsuun barbaachisaa miti; ulfinni Waaqayyoo ifa ishee ti, hoolichis ibsaa ishee ti*!

#Sabni ifa isheetiin in deddeebi'u, mootonni biyya lafaas wanta ulfina qabu isaan bira jiru gara isheetti in fidu Karri ishee matumaa guyyaadhaan hin cufaman, halkan immoo achi hin jiru
β“ΈMul’ata 22:5
Halkanis deebi'ee hin argamu; Waaqayyo gooftaan ifa isaanii ta'uuf waan jiruuf, ifni ibsaa, ifni aduus isaaniif hin barbaachisu.
#Isaan baraa hamma bara #baraatti mo'uuf jiru*.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
βž›βž‘οΈ Yohaannis 10:30
Ani fi Abbaan tokko dha jechuun Kiristoos Waaqa ni ibsaa.

✍ jecha Kiristoos jechuu gara ilmatti jijjiirama jalqabaa dura. yeroo kana immoo.

ilmi fi Abbaan tokko ta'u ibsaa.
βž›Yohaannis 10:33_36
Yihudoonni immoo, β€œAti Waaqayyoon waan
#arrabsiteef malee, hojii gaarii waan hojjetteef dhagaadhaan kan si dhoofnu miti. #Ati nama taatee utuma jirtuu Waaqayyoon of #goota' hoo jedhanii deebisaniif*
Kiristoos immoo, β€œβ€˜Anoo, isin waaqayyoota isiniin jedheera’ kan jedhu seera keessan keessatti caafamee jira mitii*?