๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ‘kutaa_34ffยชยช.๐ŸŒบ๐ŸŒน
โŒ=Gaafi fi Deebi
โ˜‚ Muslimootaโ˜‚
โšœโšœโšœโšœโšœโšœโšœ
1=โœYohaannis 10:14
Ani tiksee gaarii
dha. Ani
#hoolota_koo beeka, hoolonni koos ana beeku.
2=โœ Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Iyyaasuus(kiristoos) gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: โ€œilaa,
#Hoolicha Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa kanaa balleessu(haquu)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“โžGaaffii isaanii
#Kiristoos_hoolaa jedhamee jira.โ“
โž›
#isiinis hoolotaa jedhee jira .โ“
โ“ต๐Ÿ‘‰=kanafuu
#hoolaan hoolota akkamitti eeguu danda'a jedhuu....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebii keenya๐Ÿ‘‡
โž›lakki kuni
#dogoggora keessan, #jechi hoolaa fi hoolota jechuu #fakkeenya
malee, "wanta biraa
mitii โŒยป
โ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ขโ–ข
Ragaa kitaaba

1โƒฃ=Yohaannis 10:6
Iyyaasus(Kiristoos)
โ€œ
#fakkeenya โ€ kana isaanitti dubbatus, isaan garuu wanta inni isaanitti dubbachaa ture hin hubanne.
๐Ÿ’’ gara olitti wa'ee hoolota fakkeenyani itti dubbate ofuma isan jechuudha
(Yoh 10:1-5) dubbisaa.

*โƒฃ walii_galatti waee hoola fi hoolota yoo,jedhamuu fakkeenya.dha.
*
โนakkuma
#Waaqayyo ofii isa hoola ofi fakkeessee #namoota immoo hoolota fakkeessu, โ€akkuma ani #Qulqulluu taโ€™e isin immoo Qulqulloota ta'a jedhaยป

2โƒฃ = 1.Pheexiroos 1:16
#Ani_qulqulluu
waanan taeef, isinis
#qulqulloota tauu qabduโ€ jedhamee barreeffameera
(Seera.lewwota 19:2) dubbisi.

๐Ÿ“yaada biraa Akkuma Ani
garaa lafeessa taโ€™e isin immoo gara lafeeyyi ta'a jedha.

3โƒฃ=Luqaas 6:36
Akkuma
#Abbaan keessan gara #laafessa tae, isinis gara #laafeyyii taaa.

4โƒฃ=matewoos 5:48
#akkuma Abbaa keessan
isa samii
#mudaa hin qabne sanaa, isinis mudaa kan #hin qabne taaa.

โžงWaaqayyo namaa bifaa isaan wani uummeef Amaloota kani nammi ni wamama (ser.Um 1:16-28)

๐Ÿ”ป Haaluma kana. inni foonii keenya wani uffateefi โ€ Waaqayyo ergaa foonii keenya uffatee nuu yookiin ,(nama fakkatee) dhufee sababa kanafi Yohaannis cuphaan hoola jedhe wamame (Yoh 1:29).
๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””
๐Ÿ”‰*Seera Durii keessatti Waaqayyo
#hoolotaa jedhee #nama wamame jira "hoolotaa koo jedhee kuni immoo kani ibsu, ๐ŸŽฏKiristoos hoolota koo, jechuun isaa Waaqayyo ta'u isaa ibsufi.

6โƒฃ=Raajii_Hisqi'el 34:11
#Waaqayyo Gooftaa hunda oli akkana jedha: โ€œKunoo, ani jira anumti #hoolota koo nan barbaada, nan kunuunsas.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž› jechi hoolota koo
jedhu
#Uumu ibsaa.(Sababiin isaa akkuma hoolota koo, jedhuu "namoota koo, jedhuu ta'a)

โžง yero kami iyyuu yoo, taโ€™e Waaqayyo malee
#hoomtuu hoolota jedhee kana nama โ€โ€œ wamamu gonkumaa hin jiruu ยป Haaluma kana Kiristoos hoolota koo.jedhe jira Waaqummaa isaa ibsee jira.

โ“ต= Yohaannis 10:16
#Ani_hoolota kan biraa golakana keessaa hin taane qaba; isaaniinis fiduun qaba, isaan sagalee
koo ni dhagau, tuuta
#tokkos ni tau;tikseen isaaniis #tokko taa.
(แŠจแ‹šแˆ…แˆ แ‰ แˆจแ‰ต แ‹ซแˆแˆ†แŠ‘ แˆŒแˆŽแ‰ฝ แ‰ แŒŽแ‰ฝ แŠ แˆ‰แŠแค แŠฅแŠแˆญแˆฑแŠ• แ‹ฐแŒแˆž แˆ‹แˆ˜แŒฃ แ‹ญแŒˆแ‰ฃแŠ›แˆ แ‹ตแˆแ„แŠ•แˆ แ‹ญแˆฐแˆ›แˆ‰แฅ แŠ แŠ•แ‹ตแˆ แˆ˜แŠ•แŒ‹ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ‰ แŠฅแˆจแŠ›แ‹แˆ แŠ แŠ•แ‹ต (แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 10:16)

๐Ÿ’’ link kan xuqaa hordofuu dandeessu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
~โ‹•โ‹•โ‹•~~~~โœ
๐ŸŒนโŒ kutaa+35ffยชยชยป ๐Ÿ‘‡๐ŸŒท

Gaafii fi Deebi
๐Ÿ‘‰ ๐Ÿฆ†Musiliimota ๐Ÿฆ† ๐Ÿ‘ˆ

โœYohaannis 10:27๐Ÿ‘‡
#Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau,
#Ani isaan beeka, isaanis Ana duukaa ni bu'uu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Gaaffii isaanii.
1= kanafuu isin hoolota jedhamtu, " Arasa cubbuu tti isin,..... โ“
โžงFakkeenyaaf Kiristoos hoolaa kani jedhamee sababa cubbuu nama haqee(balleessif).

โœ kanafuu isin sababa. maalif hoolota jedhamatu cubbuu haquuf moo, Arasa ta'uf jedhu....โ“โ“
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
โžงDeebii keenya ๐Ÿ‘‡
โœ kutaa 34ffยชยช keessaatti
kana ilaale jira.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/425
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
โžงnuuti hoolota kani jedhamnee Fakkeenyaafi
๐Ÿ’’ Haaluma kana Namni fakkeenya hedduu qaba

๐ŸŒนkitaaba-Iyyobi 5:25
# sanyii kee,akkuma guddaa taโ€™e, akkuma kana ijoollee kee, akka
#Margaa lafa ni ta'u (แ‹˜แˆญแˆ…แˆ แ‰ณแˆ‹แ‰… แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ•แฅ แ‰ตแ‹แˆแ‹ตแˆ…แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆแ‹ตแˆญ #แˆฃแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ• แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆˆแˆ…*แŠขแ‹ฎแ‰ฅ 5:25)

โžงiddoo kana irratti fakkeenya nama kani taโ€™e Margaa jechudha. yeroo akkasii jennuu namni sababa baayacha deemuu Margaa fakkaata malee wanta biraaf mitii**sababa namni Margaa fakkatu hiika biraa dubbisa
๐Ÿ‘‰ Far 37:2* Far 103:15* kitaaba_iyyobi 18:3

โœ Haaluma kanaa nutti Fakkeenyaaf hoolota jedhamnee male
#cubbuu haquu fi #Arasaa ta'u hin dandeenyuu..
โžงlakki isaan dirqama cubbuu haquu fi Arasaa ta'u qabduu yoo, jedhanii immoo =
#Ragaa kitaaba nuuf kennu qabu male yaada mataa ofii Odeessuun fayyida hin qabu.

๐Ÿ’’ yaadaa lamaffaa bara
#durii osoo Amantaa #Musiliimaa hin dhufni dura Waaqayyo akkasi jedhee namoota wamee #hoolota_koo,jedhee jira. (isayaas 40:11, Hisqi'el 34:15=
๐Ÿ‘‰kanafuu yeroo sana Muslimoota irree hoolota jedhee jira., lakki nuuni hin jennee yoo, jedhanii immoo eenyu irraa
#dhalatni guyyaa kana geessan jennee isaani gaafana...๐Ÿ˜œ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐ŸŒนโžงmee,
#nuuti sababa hoolota jedhamnee yookiin Fakkeenyaaf hoolotatin kani wamamne qabxii muraasa ilaala.

1โƒฃ=Wanta gaarii yoo, hojjane fi Amantaa dhugaa yoo, qabnee
#hoolota jedhamna =kanafi murtii dhugaaf dhiyanna.

๐Ÿ“โžง Maatewoos 25:32-33
Saboonni
#hundi isa
duratti walitti ni qabamu; innis akkuma
#tikseen tokko #hoolota fi #reoota irraa gargar foo'uu, namoota gargar foa. #Hoolotae karaa #mirga isaa, reoota garuu karaa bitaa isaa dhaaba.

2โƒฃ= sagalee Waaqayyo yoo,
#dhageenye hoolota jedhamana.

๐Ÿ“โžง Yohaannis 10:26-27
#Isin garuu hoolota
koo waan hin
#taaneef hin amantan
#Hoolonni koo #sagalee
koo ni dhagau, ani isaan beeka, isaanis ana duukaa ni buu

3โƒฃ=nuuti sababa yeroo baay'ee caalisne namoonni kuni
#midhaan nuura wani gahaniif hoolota jedhamne

๐Ÿ“โžง Far 44:22
Nuti sababii
#keetiin guyyaa hundumaa ni ajjeefamna; Akka hoolota qalamuuf jedhaniittis ilaalamneerra.

4โƒฃ= Waaqayyo wani nuu,
#tiksuuf hoolotaa jedhamnee

๐Ÿ“โžง Far 95:7
Inni Waaqa keenya dha,
Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota
#kunuunsa// #tikaa ) isaa jala jirru dha. Hara sagalee isaa yoo dhageessan,gaariidha

5โƒฃ=
#Tokkummaa tokko wani qabnuuf hoolota jedhamnee

๐Ÿ“โžง miikiyaas 2:12
Yaa Yaaqoobi, ani hunda
keessan dhugumaan
#walitti nan qaba;
Warra Israael keessaa hafan dhugumaan walitti nan qaba.
Akkuma hoolota goorannoo keessa jiraniitti,
Akkuma bushaayee kaloo
isaanii irra jiraniitti walitti
isaan qabee
#tokkummaa
akka qabaatan nan godha;e Bakki sun waca namootaatiin ni guutama.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqaa
hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//==๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ