๐=sa'aatiin,itti hirribaa dammaqxan amma.
โง แจแฅแแ แแ แจแแตแแกแ แต แฐแแต แ แแ แฅแแฐ แฐแจแฐ แแแแ แฅแแแค แซแแแแ แต แแ แญแแ แแณแแฝแ แแฌ แแฐ แฅแ แแญแฆแ แแ
โง Rom 13:11
โง แฎแ 13:11
โฌโฌโฌโฆโฌโฌโฌ
โฆ Matadureen kuni hiriba keessa dammaqaa, yookiin namii rafee yoo,jirate kaha
(=Phaawuloos =)
โงhikaa dubbii kan kallattiidhaan kan ilaalamu miti
Maaliifi yoo,jennee hiribaa Uumaman Waaqayyo nafi wani Uumeefi yookiin hiribaa nama qofa osoo hin tanee bineensota, bineeldoota, allaattiiwwan fi bishaanii keessa warra jirtan hundumaafis akka rafan beekamaadha
โงKanaafuu hiribaa kan jedhamee bakkaa kanatti hiribaa isaa Uumama kan osoo hin tanee. #Hiribaa cubbuu keessa ka'a jechuudha
โงdhugumaa namoonni bayyeen hojii gaarii dhisani jiruu.
โงWaaqayyo irraa namoonni laphee ofii fagoo wanii godhanif
โฆamma dammaqaaโฆ.
โQulqulluu=Phaawuloos maalif jedhee ilaala ๐โ
โWaaqayyo biraa yoo tae malee Aangoon waan hin argamneef,namni hundi abbootii taayitaa
iddoo ol aanaa qabaniif haa bitamu,abbootiin taayitaa amma jiran aangoo isaanii isa daangaa qabu kan argatan Waaqayyo biraa ti
โ Kanaaf,namni aangoo mormu hundi qophii Waaqayyoo morma; warri qophii kana morman of irratti murtii fidu
โBulchitoonni kan sodaachisan namoota wanta #gaarii hojjetan utuu
hin tain, namoota wanta gadhee hojjetani dha
= #Nama aangoo qabu akka
hin sodaanne ni barbaaddaaโ Wanta gaarii hojjechuu kee itti fufi,isa biraas galata ni argatta
โ sababiin isaas inni #tajaajilaa Waaqayyoo isa faayidaa keetiif muudame dha. Haatau malee, inni goraadee kan hidhate kaayyoo malee waan hin taaneef,
wanta #gadhee yoo hojjette sodaadhu,Inni nama wanta hamaa hojjetutti dheekkamee haaloo bauuf tajaajilaa Waaqayyoo ti.
โ Kanaaf dheekkamsa isaa sodaachuudhaan qofa utuu hin tain, #qalbii keetiin kan kaes isaaf bitamuuf sababii gaaa qabda
โ Qaraxa kan kaffaltanis kanumaafi,sababiin isaas isaan tajaajiltoota Waaqayyoo uummata tajaajilani dha, tajaajila kanas yeroo hunda raawwatu
โ Hundumaaf wanta
isaaf malu, jechuunis isa qaraxa gaafatuuf qaraxa, isa gibira gaafatuuf gibira, isa sodaatamuu barbaaduuf
sodaa, isa ulfina barbaaduuf ulfina kennaa
โWal jaallachuu malee idaan eenyuu illee isin irra hin jiraatin,sababiin isaas namni nama jaallatu hundi
seericha raawwateera
โSeericha keessatti, โHin ejjin, hin ajjeesin, hin
hatin, hin gomjainโ jedhameera. Ajajawwan kunis taan ajajawwan kan biraan ajaja, โNama akka ofii keetti jaalladhuโ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.
โ Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu; kanaaf,
namni nama jaallatu seera hundumaa hojii irra oolcha.
โจ๏ธ Isinis yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma #fayyinni keenya waan dhihaateef, saa'atiin
itti hirribaa dammaqxan amma.
โจ๏ธHalkanichi darbuu jala gaeera; guyyichis dhihaateera. Kanaaf, hojii dukkanaa of irraa gatnee #meeshaa
waraanaa ifaa haa uffannu
(Rom 13:1-12)
โง แแแฑ แ แแแ แ, #แแแ แแญแฆแ แ แฅแแแฒแ แจแจแแแแ แฅแซ แ แแฅแฐแ #แจแฅแญแแแ แแป แฆแญ แฅแแแ แต
(แฎแ 13:12)
โฌโฌโฌโฌโฆโฌโฌโฌโฌ
=Galani Waaqayyof Haataโu
Ameen.
โงYaada yoo,qabatanii
@Gutema123

โ #Samii irratti Waaqayyoof ulfinni haatau #lafa
irrattis namoota
inni jaallatuuf
nagaan haatau.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=Tiksee #hoolota naannoo
Sana jirachuun isaa
immo Yookin Sababi
isaa dursanii
Wamaamnif, osoo
namoonni Beekumsa
hedduu qabanii osoo
Jiranu
โ Hooloni fakkeenya
Nama
โTikseen immoo
fakkeenya Waaqayyoti
Kiristoos garuu tiskee
#Gaari Waani taโef
Gara isaa deemnaani
Jiruu....
Bakka tiske gaariin
Jiru deemuun gammachuu
Gudda isaa caaluu hin jiruu
Kanaafi
#ergamaan Waaqayyo
Misirachoo gammachuu
Guddaan isinitti himma
Jedheni
โYoh 10:1-11
Iyyaasuus akkana jedhe โDhuguma dhuguman
isiniin jedha,
inni #karaa balbalaa
utuu hin tain,
karaa gara biraa
utaalee gola hoolotaatti
seenu, hattuu fi saamtuu dha.
โInni karaa balbalaa
seenu garuu
#tiksee hoolotaa ti
#Inni balbala eegus
isaaf ni bana; hoolonnis
sagalee isaa ni dhagau
#Inni hoolota isaa
#maqaa maqaa
isaaniitiin waamee
gadi ni yaasa
โ Hoolota isaa hunda
erga gad yaasee booda
isaan dura buee deema
isaanis #sagalee
isaa waan beekaniif
isa duukaa ni buu
โ #Hoolonni sagalee keessummaa waan hin beekneef, isa irraa
ni baqatu malee
matumaa keessummaa
duukaa hin buan.โ
โIyyaasus fakkeenya
kana isaanitti dubbatus,
isaan garuu wanta inni
isaanitti dubbachaa
ture hin hubanne
โKanaaf, Iyyaasuus ammas akkana jedhe
โDhuguma dhuguman
isiniin jedha
ani #balbala hoolotaa ti.
โWarri maqaa kootiin
dhufanii turan hundi
hattootaa fi saamtota
dha
โhoolonni sun garuu
isaan hin dhageenye.
Ani balbalicha
#namni karaa koo
seenu hundi ni #fayya;
inni ol ni seena,
gadis ni baa, bakka dheedichaas ni argata
โ #Hattuun, hatuuf,
qaluu fi balleessuuf
malee wanta kan
biraadhaaf hin dhufu
Ani isaan #jireenya
akka argatanii fi jireenya
irraa hafaa akka
qabaataniif dhufeera
โAni tiksee #gaarii dha
tiksee gaariin immoo
hoolota isaatiif jedhee
#lubbuu isaa
dabarsee ni kenna.
===============
Ayyaanna Gaari isiniif
Haataโu
โ link kan xuqaa ๐
#haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||=======

๐นkutaa_ยณโถ ffยชยช๐ทdubbisa
๐ ฑGaafi fi Deebi.
โฉMusiliimota๐ผ
โYohaannis 10:28๐
Ani #jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman(hoomtu hin badu) eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu(fudhatu)
๐ "Kiristoos jireenya akkamii kenuu danda'u jedhuu...โisaa booda immoo ofuma isaanii jireenya inni jedhee kan turee jedhuu.โ ๏ธ
๐ ฑ Yohaannis 17:2-3
akkuma ati namoota hunda irratti Aangoo
isaaf kennite, innis warra ati isaaf kennite hundaaf #jireenya_bara baraa akka kennuufi. Jireenya bara
baraa #argachuu akka dandaaniif, si isa #Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu.
โkanafuu akka yaada isaanitti jireenya jechuun kan turee jedhu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebii keenya๐
Akka deebii isanitti Abbaa fi Kiristoos beeku qofatu jireenya bara baraa fida
โก๏ธ gaaffii keenya kana irratti akkamitti Kiristoos fi Abba beekuu qofa hiikaa isaa maali dha kani jedhu ta'a ... ๐
โiddoo kana irraatti Kiristoos #dubbii dhokta dubbate maale hiika isaa ifa hin goonee * Sababiin Kiristoos kan duraa waee #hiika jireenya bara bara dubbachaa waani tureefi amma garuu xinnoo ishe dubbatee. kunis Jechi kuni iddoo kana irratti ifa mitii (Yoh 17:2-3)*akkamitti akka taโe hooma hin ibsu.
๐ yaadaa Bira immoo namni jireenya bara bara kana argatu Kitaabni haalagaragaraan ni ibsaa.
โต=seera egudhan
=Mat 19:16-17)
โ=wanta Addunyaa kana dhisani Kiristoos duuka budhan
=Mat 19:29)
โท=Hojii gaarii hojjachuun
Mat 25:46
โธ=Affuuri Qulqulluun jireenya akka kenuu
=Roome 8:11)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ค ยซ amma gara deebii keenyatti kootaโง Kiristoos jireenya bara bara isiniif nan keenna kan jedhee,maalif sababi jalqabaa barsiisa turee ammas irraa deebi'ee itti himme. โ๏ธยป
๐ พ Ragaa Kitaabaโ๏ธ
โถ=Yohaannis 1:3-4
Wanti hundi karaa isaa tae wanta tae keessaas isa malee wanti tae tokko
illee hin jiru. Wanti karaa isaa tae #jireenya
ture; jireenyi immoo #ifa namootaa ture.
โท=Yohaannis 3:14-15
Akkuma Museen lafa onaa keessatti #bofa
fannise, Ilmi namaas fannifamuu qaba; kunis, isatti kan #amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuuf
โธ=Yohaannis 5:21
Akkuma Abbaan namoota duan kaasee #jireenya isaaniif kennu, #Ilmis
nama barbaadeef jireenya ni kenna.
โน=Yohaannis 5:29
warri wanta #gaarii hojjetan duaa kaiinsa jireenyaatiif warri wanta gadhee hojjetan immoo duaa kaiinsa murtiitiif awwaala keessaa ni bau.
โ=Yohaannis 5:39-40
โIsin Kitaabota Qulqulluudhaan #jireenya bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif #kitaabota sana qorattu; kitaabonni kunis
waaeedhuma koo dhugaa bau. Taus, isin jireenya #argachuuf gara koo dhufuu hin barbaaddan.
โป=Yohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin hojjetinaa; kanaa mannaa #nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi namaa isiniif kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan
chaappaa isaa Ilma irratti godhee
mirkaneesseera.โ
โผ=Yohaannis 6:35
Iyyaasus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: โ #Ani nyaata jireenyaa ti. Namni
#gara koo dhufu hundi matumaa hin #beelau; namni anatti amanu hundis matumaa hin #dheebotu.
โฝ=Yohaannis 6:40
#fedhiin Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa
dhumaatti #duaa isa nan kaasa.โ
โพ=Yohaannis 6:53-54
Iyyaasus(Kiristoos)akkana
isaaniin jedhe: โ#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #foon Ilma namaa yoo nyaattanii fi dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin #jireenya hin qabdan. Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo
dhugu hundi jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti #duaa
isa nan kaasa;
โฟ=Yohaannis 7:38
Akkuma #Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan amanu hundi: โLagni #bishaan_jireenya kennuu isa keessaa ni yaaa.โ
โซ=1Yohaannis 5:12-13
#Namni Ilma sana
qabu jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana hin qabu. Ani wantoota kana kanan isiniif #barreessu, isin warri #maqaa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
link xuqa hordofa.
@haadha_Waaqa_naJaladha
++++๐๐

๐
ฑkutaa-70-ffยชยช.๐๐
ฑ๐
=๐gaaffii fi deebi
=๐Musiliimota
โYohaannis 15:1
Ani muka wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo Abbaa koo ti.
===================
#Gaaffii isaanii.
1โฉKiristoos Waaqayyo mitii muka waynii tti malee jedhuuโ
๐ฅ Deebii keenya.
Lakki kuni fakkeenya malee dhuguma muka wayni isaa lafaa biqiluu sana mitii kani jedhuu ta'a.
๐Fakkeenyaaf sabnii Israa'el waynii ni fakkaata. Ture.
โต๐Farfannaa.Daawit 80:8-9
#Mukti_wayinii #Gibxii keessaa akka baสผu goote. #Saboota(Uumata) #ariitees isa dhaabde Ati iddoo isaaf ni qopheessite, Innis #hidda godhatee biyyattii guute
โ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐ข๐๐ wayni ๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐๐ # ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐๐i male ๐ค๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐ก๐.
๐ ฑ musiliimonni lakki fakkeenya mitii yoo, jedhan immoo .nutti gaaffii qabna Kiristoos samii irraa dhufee (Yohaannis 3:13) kanafuu wayni samii irraa ni biqila jenne gafanaโ
Eeyyee yoo,jedhanii raga fidiโ
Ragaa hin qabdu yoo,taโe immoo ni sobdaโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉgara mata duree keenya yeroo deebinu ยซ Kiristoos maalif muka waynii ofiin jedhee ยป โ
๐บSababaa #Tokkoffaa(-1ffยชยช)
Kiristoos waaee malummaa isaa yeroo ibsu Fakkeenyaaf wani fayyadamufi.
โฉAni bishaanii jireenya kenuu ofin jedha
โถ๐Yohaannis 7:37-38
#Guyyaa xumuraatti jechuunis guyyaa ayyaanichaa isa guddaatti #kiristoos dhaabbatee sagalee isaa olii kaasee akkana jedhe: โNamni #dheebote yoo jiraate, gara #koo dhufee haa dhugu. Akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan, anatti kan amanu kam iyyuu, #Lagni_bishaan jireenya kennuu isa keessaa ni yaaสผa.โโ
(Yoh 4:13-14)
โakkuma bishaanii jireenya kenuu jedhuu kana immoo Ani waynii dhugumaati ,ana malee jireenya hin qabdiin jedha.
โท๐Yohaannis 15:5
#Ani_muka wayinii ti,isin immoo dameewwan isaa ti. Namni Anaa wajjin tokkummaadhaan jiraatuu fi anis isaa wajjin tokkummaa qabu hundi #firii hedduu ni godhata sababiin isaas isin Ana #irraa_gargari baatanii matumaa homaa gochuu #hin dandeessan
โฉakkuma namni bishaanii malee hin jiraanne halumma kana Kiristoos malee jirachuu hin danda'u.
Kiristoos ana malee hoomaa gochuu hin dandeessani ergaa jedhe kuni enyuu laataโ
A=Waaqa mooโ
B=Nama laata โ
โ deebiin isaa Kiristoos Waaqa ta'u isa ibsaa kuni.
Akkuma jalqabaa waynii jirate isaa booda immoo damee wayni jiruu. โ kuni immoo Kiristoos malee namni kamiyyuu jireenya akka hin qabnee ibsaa.โ
โธ๐Efesoon 2:12
isin yeroo sanatti saba Israaสผel irraa fagaattanii, kakuu abdichaa sanaaf keessummoota taatanii #Kiristoos_malee jiraachaa turtan; addunyaa keessattis abdii malee fi #Waaqayyo_malee jiraachaa turtan.
๐บSababa #lammaffaa(-2ffยชยช.)
Kiristoos wayni kani fakkaatee .
Jalali Kiristoos akka wayni kani miโaawaa wani taeef.
โน๐Farfannaa.Daawit 34:8
Waaqayyo #gaarii taสผuu isaa #dhandhamaa ilaalaa; Namni isatti kooluu galu gammadaa dha.
โบ๐1Pheexiroos 2:3
isin #Gooftaan_gaarii taสผuu isaa dhandhamtaniittu.
โป๐Roome 8:35
#Jaalala_Kiristoos irraa gargar nu baasuu kan dandaสผu eenyu? Rakkina moo, dhiphina moo, ariสผatama moo, beela moo, daaruu moo, balaa moo goraadee dha?
๐บsababa #sadaffaa(-3ffยชยช)
Akkuma Ani Qulqulluu taโe isaan immoo Qulqulloota ta'a akkuma jedhamuu.(1Phex 1:15)
โkana yeroo jedhuu jalqabaa Qulqulluu ta'u qaba,
โhasluma wali fakkata jalqaba dura kiristoos wayni tau qaba isaa booda namooni kuni damee wayni ta'u( Yoh15:4
โฌโฌโฌ
Jechi immoo wayni kani dhabee Abbaa kooti jedhuu ,immoo Kiristoos Ani Abbaa irraa dhaladhe jedhee jedhu ibsaa.
โผ๐Farfannaa 2:7
Labsii Waaqayyo nan labsa Inni akkana naan jedhe: โ #Ati_ilma koo ti; Ani harสผa si #dhalcheera
(Ibroota 1:5-6).
โerga kiristoos Abbaa irraa #dhalate dhufe Kiristoos fakkeenya waynii taโe #Abbaan illee fakkeenya #wayni ni jedhama.ta'a
Sababii isaa Kiristoos fi Abbaan Tokko wani ta'aniif.
โฝ๐Yohaannis 10:30
#Anii fi #Abbaan tokko dha.
โ akkuma Kiristoos jireenya kenuu Abbaan illee jireenya keena ,kanafis Yohaannis akkasii jedhee.
โพ๐1Yohaannis 5:11-12
Wanti inni ragaa baสผes isa kana, #Waaqayyo_jireenya bara baraa nuu kenneera, jireenyi kunis #Ilma isaa keessa jira Namni Ilma sana qabu jireenya kana qaba namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana #hin qabu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฒlink kana xuqaa qabxiiwwan jiran hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ

๐นkutaa-96-ffaa๐๐
โปGaafi Deebi Muslimoota.
โ=๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐(๐๐๐๐๐๐) ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐(๐ข๐๐ 1:1) : โยซ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ suni Kiristoos hin ibsuu Waaqayyo qofa tokkichuma sana malee jedhuu โ
##Ragaa isaanii.
Galatiyaa 2:5
Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
1Yohaannis 1:5
Ergaan isa irraa dhageenyee fi isinitti beeksisaa jirru isa kana: #Waaqayyo_ifa dha, dukkannis matumaa isa keessa hin jiru.
Raajii_Dani'eel 2:22
Inni waan gad fagoo fi waan dhokfame ni mulสผisa;
waan dukkana keessa jiru ni beeka #ifnis_isa_wajjin jiraata
โฌโฌโฌ
๐ท #Deebii_keenya ๐ซธ
jecha bira yookaan Waaqayyo wajjiin ture jechuu afaanii Giriikii yaa ilaaluu.
โ.Wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiru ๐ #ฯฯแฝธฯ ๐
โ.Ergaa Galatiyaa 2:5 irraa kani jiru ๐ #ฯฯแฝธฯ ๐
โ.Rajii Dani'eel 2:22 irraa kani jiruu ๐ #ฮผฮตฯ ๐
โฃ๏ธkana booda jechoota Giriikii kana fayyadamne akka galumsa isaatti ilaala deemnaa
โปjechaโป(ฮผฮตฯ) Meti jechuun Oromiffaan = #wajjin jechudha
โโปsera.Uumama 3:6
#Dubartittiinis yommuu akka iji mukichaa nyaataaf gaarii, kan ija namaatti tolu, ogummaa argachuufis akka nama gojomaasisu argitetti fudhattee nyaatte. #Dhirsi ishees ishee #wajjin_ture; isaafis ni laatte; innis ni nyaate.
โ๏ธ#Dubartii_wajjin kani ture eenyu โ
Adaami๐ฏ =Kanaafuu #qaama_lamatu jira isaaniis Adaam fi hewwani
โฃamma jecha ฯฯแฝธฯ prosi Oromiffaa sii wajjiin jechudha kunis
โโปSeera.Uumama 6:18
#Si_wajjin garuu kakuu nan gala; atis doonii seenta; atii fi ilmaan kee, niitiin keetii fi niitonni ilmaan keetiis ni seentu
๐ทEenyuu wajjiin Kakuu gala Waaqayyo โ
Nohii wajjin=ok
=kanafu #qaama_lamatu jira isaaniis Waaqayyo fi Nohi
๐นKanaafuu Haaluma walii fakkaata wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiruu qaamaa lama malee tokko miti. Isaanis Kiristoos fi Abbaa dha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฃ๏ธmee ammaa immoo Galatiyaa 2:5 irraa kani jiruu ilaala iddoo sanatti akkasii jecha ยซ Nus akka dhugaan wangeelaa #isin_bira jiraatuuf jennee battala tokkoof illee isaaniif hin ajajamne.
โปakka dubbisaa kanatti qaama meeqatu jira meeโ
Qaamaa lamatuu jira malee tokko miti.
Qaamni tokkoffaan Namaa jira
Qaamni inni bira immoo misiraachoo Kitaabni ofii irraa qabuu kani namni fudhatuu.
=Kanaafuu qaama lamatuu jira isaaniis namaa fi misiraachoo Kitaabni ajajuu kani namni ittiin bullu.
โโปRaji isaayaas 52:7
#Miilli warra #wangeela fidanii,
kan nagaa labsanii, kan oduu #gammachiisaa fidanii,
kan fayyina labsanii, kan Xiyooniin,โWaaqni kee moสผeera!โ jedhanii tulluuwwan irratti akkam miidhagaa dha!
โปmiili kani namatti yookaan namaa jechuudha.
โปOddu gammachisa immoo wangeela.
Kanaafuu qaama lamatu jira.
โโป1Pheexiroos 1:25
#dubbiin Gooftaa garuu bara baraan ni jiraata.โ
Dubbiin kunis #wangeela #isinitti lallabame sana
โปDubbin wangeela
โปkani itti lallabamee eenyu nama .
=kanafuu yoo xiqqaate qaama lama isaa oli ibsaa
โฌโฌ
Raajii Daani'el 2:22 irraa kani jiru ilaala Innis akkasii jedha ยซ inni waan gadi fagoo fi waan dhokfame ni mulสผisa;

โปinni kani jedhame Waaqayyo
โปifni isaa wajiin jirata jedha
Iddoo kanatti wanta lama ibsaa tokkoffaan Waaqayyo, lamaffaa immoo #Amala_Waaqayyo kani taโe ifa jechudha.
โkanaafi Waaqayyo ifa jedhe 1Yohaannis 1:5

= #Waaqayyo_ifa_jechuun immoo # dhugaa qabeesa kani taee jallinna tokko kani hin qabnee jechuudha.
Fakkeenyaaf
โโปKitaaba fakkeenya 13:9
#Ifni nama #Qulqullu akka #gaarii ifa #ibsaan nama #hamaa garuu ni dhaama
=suni Qulqulluu wani taโefi Qulqulluu ta'uf immoo jallina irraa fagachuudha. Kanafu namni Qulqulluun suni akka ifu kani godhee maalidha reeโdhugaan jiradha miti ree.
Ifa nama Qulqulluu yeroo jennuu =dhugaan warra jiratanii dhugaa dubbatani jedhuudha

๐kuta-103-itti fufa.๐
#Gorsa tokko Raajii Naahomi
โRaajii-Naahoom 1:7
Waaqayyo #gaarii dha
yeroo rakkinaattis daสผoo dha.
Inni warra isa amanatan ni beeka
โRaajii-Naahoom 1:3
Waaqayyo aariidhaaf #suuta kan jedhuu fi humna guddaa kan qabu dha, Taสผus waaqayo adaba barbaachisu kennuu irraa matumaa duubatti hin jedhu. Daandiin isaa bubbee fi obomboleettii badiisa geessisu keessa jira, Duumessoonnis akkuma awwaara miila isaa jala jiruu ti.
โRaajii-Naahom 3:19
Badiisa si irra gaสผu irraa boqonnaa hin argattu. #Madaan kee fayyuu hin dandaสผu. Namoonni waaสผee kee oduu dhagaสผan hundi harka isaanii walitti rukutu; Sababiin isaas, gara jabina kee isa wal irraa hin cinneen kan hin miidhamne hin jiru.โ
๐hanga sanatti dubbisa๐๐

๐นDhimma anaaf barreessitan sana ilaalchisee, dhiirri tokko dubartii utuu hin tuqu taสผee #gaarii dha
(1Q๐๐๐๐๐๐๐ 7:1).
๐นKana akka gootu nan amana; wantan siin jedhe #caalaa iyyuu akka gootu waanan beekuuf kana siif barreesseera.
Kana malees, kadhannaa isin anaaf gootaniin gara keessanitti akkan deebiสผu waanan abdadhuuf #bakkan itti #boqodhu naa qopheessi
(Filmoon 1:21-22)
๐น kunis #iccitii_qulqulluu sirnoota darbanii fi dhaloota darban jalaa dhokatee ture dha. Amma garuu warra qulqulloota isaa taสผaniif #ifa taสผeera
(Qolosaayis 1:26)