πΉDhimma anaaf barreessitan sana ilaalchisee, dhiirri tokko dubartii utuu hin tuqu taΚΌee #gaarii dha
(1Qπππππππ 7:1).
πΉKana akka gootu nan amana; wantan siin jedhe #caalaa iyyuu akka gootu waanan beekuuf kana siif barreesseera.
Kana malees, kadhannaa isin anaaf gootaniin gara keessanitti akkan deebiΚΌu waanan abdadhuuf #bakkan itti #boqodhu naa qopheessi
(Filmoon 1:21-22)
πΉ kunis #iccitii_qulqulluu sirnoota darbanii fi dhaloota darban jalaa dhokatee ture dha. Amma garuu warra qulqulloota isaa taΚΌaniif #ifa taΚΌeera
(Qolosaayis 1:26)