🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ•ΉDhimma anaaf barreessitan sana ilaalchisee, dhiirri tokko dubartii utuu hin tuqu taΚΌee #gaarii dha
(1Qπš˜πš›πš˜πš—πšπš˜πšœ 7:1).


πŸ•ΉKana akka gootu nan amana; wantan siin jedhe #caalaa iyyuu akka gootu waanan beekuuf kana siif barreesseera.
Kana malees, kadhannaa isin anaaf gootaniin gara keessanitti akkan deebiΚΌu waanan abdadhuuf #bakkan itti #boqodhu naa qopheessi
(Filmoon 1:21-22)


πŸ•Ή kunis #iccitii_qulqulluu sirnoota darbanii fi dhaloota darban jalaa dhokatee ture dha. Amma garuu warra qulqulloota isaa taΚΌaniif #ifa taΚΌeera
(Qolosaayis 1:26)