๐ป iji wantoota isin argaa jirtan kana argu gammadaa dha,
แจแแณแฉแตแ แจแแซแฉ แแญแแฝ แฅแแแ แแธแ
=Luq 10:23
=แแแต 10:23
โณ______________โณ
๐ ๐๐ ๐
โฌโฌโฌโฌโฌ
โ= nutti garuu iji keenya badee jira wanta tokko illee arguu hin dandeenyee,,garuu carraa nuu, qabnuu guddaa turee
โ iddoo ilaalamu qabuu dhisnee kan jireenya nuufi hin kennine ilaala jira
Koota mee, ija keenya gara Waaqa keenyatti akka ilaaluu goona
โ yoo Waaqayyo argine iji keenya kan,eebbifamee ta'a
Ija jechuun ija,qaamaa foonii kan osoo hin tanee ija laphee keenya jechuudha
๐ป Namoonni Qulqulluun maali jedhan,
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
#kiristoos waaqni keenya hoo,akka jedhu
โโSana booda gara barattoota isaatti garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate #Iji wantoota isin argaa jirtan kana argu
gammadaa dha
โโ Ani isiniin nan edha, raajonnii fi mootonni hedduun wantoota isin argaa jirtan kana
arguuf kan hawwan taus hin argine; wantoota isin dhageessan kana
dhagauuf kan hawwan taus hin dhageenye.โ
โโ #Abrahaam abbaan
keessan guyyaa koo arguuf gammachuu guddaadhaan eeggachaa ture, guyyaa koo argees gammadeera.โ
(Yoh 8:56)
โ #Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu sana ilaalchisee raajii dubbatan sun, waaee #fayyina kanaa cimsanii barbaadaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.
Affuurri isaan keessa ture dhiphina hedduu #Kiristoos irra gauu fi ulfina sana booda dhufu dursee yommuu dhugaa bau, waaee yeroo isa kamii yookiin waaee waqtii akkamii akka argisiisu beekuuf qorannaa gochuu isaanii itti fufanii turan.
isaan ofii isaanii #tajaajilaa akka hin turre isaanitti mulifamee ture,Kanaa mannaa, #Afuura_Qulqulluu samiidhaa ergameen karaa namoota misiraachoo isiniif labsan sanaatiin wantoota isinitti himamanii wajjin haala wal qabateen isin tajaajilaa turan. #Ergamonni.Maleekonni iyyuu wantoota kana xiyyeeffannaadhaan ilaaluuf hawwii guddaa qabu
(1 Phex 1:10-12)
โ Namoonni kun hundi #amantii isaanii eeganii kan duan taanis, abdiiwwan sun yommuu raawwataman
hin argine; kanaa mannaa fagootti ilaalanii isaan simatan, akkasumas biyyicha keessatti #keessummootaa
fi yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan tauu isaanii ifatti labsan
โ Namoonni wantoota akkasii lallaban kun, iddoo isa kan ofii isaanii cimsanii barbaadaa akka jiran ifatti argisiisu
(ibr 11:13-14).
โโจ Namoonni kun hundi sababii #amantii isaaniitiin dhugaa kan isaaniif baame tau illee, abdiin Waaqayyo kenne yommuu raawwatamu hin
argine
#sababiin isaas isaan nu
malee mudaa kan hin qabne akka taan kaayyoo isaa waan hin turreef, Waaqayyo waaee keenya dursee wanta caalu argeera (Ibr 11:39-40)
โ โจ Yaa ijoolle, dubbiidhaan yookiin #afaaniin
utuu hin tain, hojii fi dhugaadhaan wal jaallachuu qabna
โ Kanaan nuti kan dhugaa tauu keenya ni beekna, akka inni nu jaallatus garaa keenya ni amansiisna
โ wanta garaan keenya nutti murteessu hundumaa irrattis kana ni goona sababiin isaas #Waaqayyo garaa keenya irra ni #caala, wanta hundumaas ni beeka.
โ Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti
hin murteessu yoo tae, Waaqayyo duratti dubbachuuf #ija jabina qabna
โ #ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta ija isaa duratti gammachiisaa tae waan hojjennuuf wanta
isa gaafannu hunda isa irraa akka fudhannu ni beekna
โ Dhuguma iyyuu ajajni isaa isa kana: kunis #maqaa Ilma isaa #Iyyaasuus Kiristoositti
akka amannuu fi akkuma inni ajaja nuu kennetti akka wal jaallannu dha
(1 Yoh 3:13-23)
โจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธ
โจ๏ธGalani Waaqayyofโจ๏ธ
๐ผ dubro Maariyaamiifi ๐ผ
โจ๏ธโจ๏ธHaataโu โจ๏ธโจ๏ธ
โจ๏ธAmeenโจ๏ธ
โณ.......................โณ

๐=sa'aatiin,itti hirribaa dammaqxan amma.
โง แจแฅแแ แแ แจแแตแแกแ แต แฐแแต แ แแ แฅแแฐ แฐแจแฐ แแแแ แฅแแแค แซแแแแ แต แแ แญแแ แแณแแฝแ แแฌ แแฐ แฅแ แแญแฆแ แแ
โง Rom 13:11
โง แฎแ 13:11
โฌโฌโฌโฆโฌโฌโฌ
โฆ Matadureen kuni hiriba keessa dammaqaa, yookiin namii rafee yoo,jirate kaha
(=Phaawuloos =)
โงhikaa dubbii kan kallattiidhaan kan ilaalamu miti
Maaliifi yoo,jennee hiribaa Uumaman Waaqayyo nafi wani Uumeefi yookiin hiribaa nama qofa osoo hin tanee bineensota, bineeldoota, allaattiiwwan fi bishaanii keessa warra jirtan hundumaafis akka rafan beekamaadha
โงKanaafuu hiribaa kan jedhamee bakkaa kanatti hiribaa isaa Uumama kan osoo hin tanee. #Hiribaa cubbuu keessa ka'a jechuudha
โงdhugumaa namoonni bayyeen hojii gaarii dhisani jiruu.
โงWaaqayyo irraa namoonni laphee ofii fagoo wanii godhanif
โฆamma dammaqaaโฆ.
โQulqulluu=Phaawuloos maalif jedhee ilaala ๐โ
โWaaqayyo biraa yoo tae malee Aangoon waan hin argamneef,namni hundi abbootii taayitaa
iddoo ol aanaa qabaniif haa bitamu,abbootiin taayitaa amma jiran aangoo isaanii isa daangaa qabu kan argatan Waaqayyo biraa ti
โ Kanaaf,namni aangoo mormu hundi qophii Waaqayyoo morma; warri qophii kana morman of irratti murtii fidu
โBulchitoonni kan sodaachisan namoota wanta #gaarii hojjetan utuu
hin tain, namoota wanta gadhee hojjetani dha
= #Nama aangoo qabu akka
hin sodaanne ni barbaaddaaโ Wanta gaarii hojjechuu kee itti fufi,isa biraas galata ni argatta
โ sababiin isaas inni #tajaajilaa Waaqayyoo isa faayidaa keetiif muudame dha. Haatau malee, inni goraadee kan hidhate kaayyoo malee waan hin taaneef,
wanta #gadhee yoo hojjette sodaadhu,Inni nama wanta hamaa hojjetutti dheekkamee haaloo bauuf tajaajilaa Waaqayyoo ti.
โ Kanaaf dheekkamsa isaa sodaachuudhaan qofa utuu hin tain, #qalbii keetiin kan kaes isaaf bitamuuf sababii gaaa qabda
โ Qaraxa kan kaffaltanis kanumaafi,sababiin isaas isaan tajaajiltoota Waaqayyoo uummata tajaajilani dha, tajaajila kanas yeroo hunda raawwatu
โ Hundumaaf wanta
isaaf malu, jechuunis isa qaraxa gaafatuuf qaraxa, isa gibira gaafatuuf gibira, isa sodaatamuu barbaaduuf
sodaa, isa ulfina barbaaduuf ulfina kennaa
โWal jaallachuu malee idaan eenyuu illee isin irra hin jiraatin,sababiin isaas namni nama jaallatu hundi
seericha raawwateera
โSeericha keessatti, โHin ejjin, hin ajjeesin, hin
hatin, hin gomjainโ jedhameera. Ajajawwan kunis taan ajajawwan kan biraan ajaja, โNama akka ofii keetti jaalladhuโ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.
โ Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu; kanaaf,
namni nama jaallatu seera hundumaa hojii irra oolcha.
โจ๏ธ Isinis yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma #fayyinni keenya waan dhihaateef, saa'atiin
itti hirribaa dammaqxan amma.
โจ๏ธHalkanichi darbuu jala gaeera; guyyichis dhihaateera. Kanaaf, hojii dukkanaa of irraa gatnee #meeshaa
waraanaa ifaa haa uffannu
(Rom 13:1-12)
โง แแแฑ แ แแแ แ, #แแแ แแญแฆแ แ แฅแแแฒแ แจแจแแแแ แฅแซ แ แแฅแฐแ #แจแฅแญแแแ แแป แฆแญ แฅแแแ แต
(แฎแ 13:12)
โฌโฌโฌโฌโฆโฌโฌโฌโฌ
=Galani Waaqayyof Haataโu
Ameen.
โงYaada yoo,qabatanii
@Gutema123

๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐๐ (๐ฆ๐๐) ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐ก๐๐
โTajaajila yookiin Garbicha jechuun Afaanii Giriikiitiin #ฮดฮฟฯฮปฮฟฯ ฯ (Duulosi) jedhama.
Yeroo tokko tokko immoo #ฯฮฑฮฏฮดฮฌ (paiidaa) jedhama.
โป amma garuu ฮดฮฟฯฮปฮฟฯ ฯ/ฮดฮฟแฟฆฮปฮฟฯ fayyadamna.
๐บ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐ #๐๐๐๐๐๐โ๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐๐ #๐ก๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐๐โ๐๐๐....โโ
โตโป #๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐.
โถโป #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐.
โทโป #๐๐๐๐๐ ๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โธโป #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐
โถโปIsayaas 44:21
Ati #tajaajilaa(Garbicha) koo waan taateef Yaa Yaaqoob, yaa Israaสผel, wantoota kana yaadadhu Ani si #tolcheera, ati tajaajilaa(garbicha) koo ti Yaa Israaสผel, ani si hin irraanfadhu.
โทโปSera.Uumama 26:24
Halkan sana waaqayyo isatti mulสผatee, โAni Waaqa abbaa kee Abrahaami. Ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin; #Abrahaam_tajaajilaa(garbicha) kootiif jedhee sin eebbisa, sanyii kees nan baayสผisaโ isaan jedhe.
โธโปSeera.Lakkoofsa 12:8
Ani fuulaa fuulatti, karaa namaaf hin galleen utuu hin taสผin ifatti isatti nan dubbadha; inni fuula waaqayo ni arga. Maarree isin #tajaajilaa(garbicha) koo #Musee mormitanii dubbachuu kan hin sodaanne maaliifi?โ
โนโปSera.lakkoofsa,14:24
#Tajaajilaan koo #Kaaleb garuu ilaalcha adda taสผe waan qabuuf, akkasumas garaa guutuudhaan ana duukaa waan buสผeef, ani dhugumaan biyya inni dhaqee ture sanatti isa nan galcha; sanyiin isaas ishii ni dhaalu.
โบโป2 Samuel 7:5
Dhaqi #tajaajilaa(Garbicha)koo #Daawitiin akkana jedhi Waaqayo akkana jedha: โAti mana ani keessa jiraadhu naaf ijaaruu qabdaa?
โปโปisaayaas 43:10
Waaqayyoo akkana jedha: โIsin dhugaa baatota koo ti, Eeyyee, #tajaajilaa koo #isan filadhe dha; Kunis, isin akka beektanii fi akka natti #amantaniif, Ani isuma taสผuu koos akka hubattaniifi. Ana dura Waaqni bira hin jiru Ana boodas hin jiru.
โผโปMaatewos 25:23
Gooftaan isaas #Garbicha(Tajaajila)gaarii fi amanamaa nana, baสผeessa goote! Ati wantoota muraasa irratti amanamaa taateetta. Ani immoo wantoota hedduu irratti sin muuda. Gara gammachuu gooftaa keetti seeniโ isaan jedhe.
โฝโปYohaannis 15:20.
Wantan isinitti hime kana yaadadhaa #Garbichi tokko gooftaa isaa hin caalu. Isaan na ariสผataniiru yoo taสผe, isiniinis ni ariสผatu; dubbii koo eeganiiru yoo taสผe, dubbii keessanis ni eegu.
โพโปYaaqoob 1:1
Yaaqoob isa #garbicha_Waaqayyoo fi #garbicha_Gooftaa Iyyaasus Kiristoos taสผe irraa, gosoota 12n warra bakka adda addaatti bittinnaaสผaniif: Nagaan isiniif haa taสผu!
โฟโปSera.Uumama 18:3
Achiis akkana jedhe: โYaa waaqayyo, si duratti fudhatama argadheera yoon taสผe, maaloo, ana #tajaajilaa kee bira hin darbin.
โถโถโปKitaba-Nahimiya 9:14
Sanbata kee isa qulqulluu isaanitti ni beeksiste; karaa #tajaajilaa kee #Musees #ajajawwan, #dambiiwwanii fi #seera isaaniif ni kennite.
๐๐ค๐๐ฏ๐ T๐ข๐ฉ๐ข๐ค๐ฏ๐๐ช๐ช๐ K๐๐๐ก๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)

Kutaa-95_ffaa itti fufa.
โงhoji-Duka-Buota 13:1-2
mana kiristanna Anxokiyaa keessa #raajonnii fi #barsiisonni jiru turan; isaanis Barnaabaas, Simiสผoon isa Gurraacha jedhamu, Luukiyos isa biyya Qareenaa, Maanaayin isa Heroodis bulchaa koonyaa taสผee wajjin baratee fi Saaสผol turan. Isaan utuma #Goofta #tajaajilaa fi #soomaa jiranii #hafuurri qulqulluun, โBarnaabaasii fi Saaสผoliin adda naaf baasaa; #ani_hojii tokko akka naaf hojjetan isaan filadheeraโ jedhe
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โง,#sooma gaarii isiniif Haataโu
๐ ฐ gara Telegraama koota๐