๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.41K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ‘=sa'aatiin,itti hirribaa dammaqxan amma.
โžง แŠจแŠฅแŠ•แ‰…แˆแ แ‹จแˆแ‰ตแŠแˆกแ‰ แ‰ต แˆฐแ‹“แ‰ต แŠ แˆแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‹ฐแˆจแˆฐ แ‹˜แˆ˜แŠ‘แŠ• แŠฅแ‹ˆแ‰แค แŠซแˆ˜แŠ•แŠ•แ‰ แ‰ต แŒŠแ‹œ แ‹ญแˆแ‰… แˆ˜แ‹ณแŠ“แ‰ฝแŠ• แ‹›แˆฌ แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแŠ› แ‰€แˆญแ‰ฆแŠ แˆแŠ“
โžง Rom 13:11
โžง แˆฎแˆœ 13:11
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโœฆโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

โœฆ Matadureen kuni hiriba keessa dammaqaa, yookiin namii rafee yoo,jirate kaha
(=Phaawuloos =)
โžงhikaa dubbii kan kallattiidhaan kan ilaalamu miti
Maaliifi yoo,jennee
hiribaa Uumaman Waaqayyo nafi wani Uumeefi yookiin hiribaa nama qofa osoo hin tanee bineensota, bineeldoota, allaattiiwwan fi bishaanii keessa warra jirtan hundumaafis akka rafan beekamaadha
โžงKanaafuu
hiribaa kan jedhamee bakkaa kanatti hiribaa isaa Uumama kan osoo hin tanee. #Hiribaa cubbuu keessa ka'a jechuudha

โžงdhugumaa namoonni bayyeen hojii gaarii dhisani jiruu.
โžงWaaqayyo irraa namoonni laphee ofii fagoo wanii godhanif
โœฆamma dammaqaaโœฆ.

โ–Qulqulluu=Phaawuloos maalif jedhee ilaala ๐Ÿ‘‡โ“

โœWaaqayyo biraa yoo tae malee Aangoon waan hin argamneef,namni hundi abbootii taayitaa
iddoo ol aanaa qabaniif haa bitamu,abbootiin taayitaa amma jiran aangoo isaanii isa daangaa qabu kan argatan Waaqayyo biraa ti
โœ Kanaaf,namni aangoo mormu hundi qophii Waaqayyoo morma; warri qophii kana morman of irratti murtii fidu

โœBulchitoonni kan sodaachisan namoota wanta
#gaarii hojjetan utuu
hin tain, namoota wanta gadhee hojjetani dha
=
#Nama aangoo qabu akka
hin sodaanne ni barbaaddaaโ“ Wanta gaarii hojjechuu kee itti fufi,isa biraas galata ni argatta

โœ sababiin isaas inni
#tajaajilaa Waaqayyoo isa faayidaa keetiif muudame dha. Haatau malee, inni goraadee kan hidhate kaayyoo malee waan hin taaneef,
wanta
#gadhee yoo hojjette sodaadhu,Inni nama wanta hamaa hojjetutti dheekkamee haaloo bauuf tajaajilaa Waaqayyoo ti.

โœ Kanaaf dheekkamsa isaa sodaachuudhaan qofa utuu hin tain,
#qalbii keetiin kan kaes isaaf bitamuuf sababii gaaa qabda
โœ Qaraxa kan kaffaltanis kanumaafi,sababiin isaas isaan tajaajiltoota Waaqayyoo uummata tajaajilani dha, tajaajila kanas yeroo hunda raawwatu
โœ Hundumaaf wanta
isaaf malu, jechuunis isa qaraxa gaafatuuf qaraxa, isa gibira gaafatuuf gibira, isa sodaatamuu barbaaduuf
sodaa, isa ulfina barbaaduuf ulfina kennaa

โœWal jaallachuu malee idaan eenyuu illee isin irra hin jiraatin,sababiin isaas namni nama jaallatu hundi
seericha raawwateera
โœSeericha keessatti, โ€œHin ejjin, hin ajjeesin, hin
hatin, hin gomjainโ€ jedhameera. Ajajawwan kunis taan ajajawwan kan biraan ajaja, โ€œNama akka ofii keetti jaalladhuโ€ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.
โœ Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu; kanaaf,
namni nama jaallatu seera hundumaa hojii irra oolcha.

โ™จ๏ธ Isinis yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma
#fayyinni keenya waan dhihaateef, saa'atiin
itti hirribaa dammaqxan amma.

โ™จ๏ธHalkanichi darbuu jala gaeera; guyyichis dhihaateera. Kanaaf, hojii dukkanaa of irraa gatnee
#meeshaa
waraanaa ifaa haa uffannu
(Rom 13:1-12)

โžง แˆŒแˆŠแ‰ฑ แŠ แˆแŽแŠ แˆ,
#แ‰€แŠ‘แˆ แ‰€แˆญแ‰ฆแŠ แˆ แŠฅแŠ•แŒแ‹ฒแˆ… แ‹จแŒจแˆˆแˆ›แ‹แŠ• แˆฅแˆซ แŠ แ‹แŒฅแ‰ฐแŠ• #แ‹จแ‰ฅแˆญแˆƒแŠ•แŠ• แŒ‹แˆป แŒฆแˆญ แŠฅแŠ•แˆแ‰ แˆต
(แˆฎแˆœ 13:12)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโœฆโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=Galani Waaqayyof Haataโ€™u
Ameen.


โžงYaada yoo,qabatanii
@Gutema123