🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
🅰 kutaa-66-ffªª ‵
     🗳gaaffii  fi  deebi
     📥 Musiliimota
✍ Yohaannis 14:24
Namni na hin jaallanne hundi
#dubbii_koo hin eegu. Dubbiin
isin dhagaaa jirtan, kan
#Abbaa isa na erge sanaa ti malee kan #koo_miti
===========//
➩ gaaffii isaanii.
1=Dubbiin kani Abbaatti malee kana Kiristoos mitii jedhuu.❓
▬▬▬▬▬▬//
▲Deebi keenyaa.👇
🔳 Dubbiin kani
#lamaan isaaniitti .
🚯 ragaa keenya 🚷
⓵➛Yohaannis 17:10
#Wanti kan #koo tae hundi kan kee ti; wanti kan #kee tae #hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera
📍 amma immo dubbii Kiristoos ta'u isaa mirkaneessina.
⓶➛Maatewos 7:28-29
Iyyaasus(kiristoos) yommuu
#dubbii_isaa kana xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise
baayee dinqisiifatan sababiin
isaas inni akka
#barsiisota seeraatti utuu hin tain, akka #Nama_Aangoo qabuutti isaan barsiisa ture
👉 Dubbii isaattif Aangoo qaba,isa ibsaa.
⓷➛Maatewos 8:8
Ajajaan dhibbaa sunis akkana jedhee deebiseef Yaa
#Gooftaa ati baaxii mana koo jala seenuun kee kan anaaf malu miti; akka inni fayyuuf wanta tokko #qofa_dubbadhu, tajaajilaan koos ni fayya.
👉Dubbii tokko qofaa dubbadhu jedhee ,kani dubbatee eenyu Kiristoos kanafuu dubbi isaa ta'u ibsa.
⓾➛Maatewos 13:34-35
Iyyaasus(Kiristoos) wantoota kana hunda fakkeenyaan namoota sanatti
#dubbate Fakkeenyaan malee isaanitti
hin dubbatu ture; kanas kan
godhe wanta
#raajichi, “Ani fakkeenyaan dubbachuuf #afaan_koo nan saaqqadha #uumamuu addunyaatii jalqabee wantoota dhokfaman
nan labsa” jedhee dubbate raawwachuufi
🔳 kanafuu isayaasiti kani dubbate eenyu bara durii Kiristoos jechuudha.
⓹➛Farfannaa 78:1-2
Yaa saba
#koo_seera koo
dhaga
#Gurra kees gara #dubbii_afaan kootti qabi.
#Fakkeenyaan_afaan koo nan
banadha.wanta dhokta bara duriis nan dubbadha.
👉መዝሙር 78:2
አፌን
#በምሳሌ እኚፍታለሁ ኚቀድሞ ጀምሮ፥ ያለውንም ተምሳሊት እናገራለሁ።
➡ erga xumura raji kana ta’e ,jalqabaa duraa iyyuu Kiristoos Waaqayyo akka ta’e ifa,godhee jira, Dubbiin kuni kani isaatti.
🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳
Gara mataa duree keenya koota.amma immoo.
📍Kiristoos Aangoo isaa Abbaa wajjin qixa ta'u erga ibsee booda ,Dubbiin kani Abbaatti jedhee, kuni immoo Abbaa isaaf kabaja kennuuf turee.
⬇ Aangoo isa fi,Abbaa tokko ta'u kani ibsu « Ani fi Abbaan wajjin dhufna»
⓺➩Yohaannis 14:23
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee deebiseef Namni na jaallatu hundi dubbii koo ni eega, Abbaan koos isa jaallata,
#Nutis_gara isaa dhufnee bakka #jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.
➩Dubbii kuni kani Abbaatti jechuun isaa immoo Kabaja Abba ibsuuf.
⓻➩Yohaannis 17:4
#Ani_hojii akkan hojjedhu anaaf kennite #xumuree_lafarratti irratti #ulfina sii kenneera.
➡ Abbaan immoo Kiristoos dhaga,dubbii isaa jedha.
Ⓦ➩Maatewos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge duumessicha keessaas
#sagaleen tokko, “Kun #Ilma_koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha. #Isa_dhagaaa” jedhe
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺
#Link_waldaa kana xuqa hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
========//============
‎📍kutaa -67-ffªª ‵📍
  👉gaaffii fi deebi
  👉Muslimoota
➡ Yohaannis 14:28
Ani nan
#deema, deebiees
gara keessan nan dhufa’ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu. Utuu na jaallattu taee,
#Abbaan ana irra waan #caaluuf gara Abbaa dhaquu #kootti ni #gammaddu turtan
=========//======
🅰 gaaffii isaanii
1=Abbaan Kiristoos ni caala ❓
     Kanaaf Kiristoos waqaa miti jedhuu.❓
▬▬▬▬▬▬▬
🅱➩ deebii keenya👇
sababa Abbaan Kiristoos caaluuf Kiristoos gara lafa kana dhufee foonii
nama uffate,nama ta’e Abbaan immoo gonkumaa foonii nama hin uffaanne.kani jedhuu ta'a.
🅟
#gaaffii tokko Muslimoota gaafachuu qabna wangeela Yohaannis 14:28 irratti abbaa fi Kiristoos Waaqummaan wali caalani jedhee ❓moo, bara baran jirachuun wali caalanii jedhee ❓
🆔 iddoo kana irratti sababa inni caaluuf gonkumaa hooma fiduu hin dandani ❌.
▬▬▬▬▬▬▬
➡ akka dubbisa kanati(Yoh 14:28) irraati Abbaan naa, caalaa kani jedhee Kiristoos
#jecha ani nani #deema jedhuu .#Ani gara Abbaa jedha , kuni immoo kani ibsu yeroo kanatti Kiristoos iddoo jalqabaa ture gara abbaa nan deema jechuu isaatti.* kunis gargaruuma Kiristoos fi Abbaa ibsuuf turee, Abbaan saami irraa Kiristoos immoo lafa irraa jira, ,Kiristoos immoo yeroo gara lafa dhufu foonii nama uffateti ,kanuma qofa gargarummaa isa
⓵👉Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu olii bauu yoo argitan maal jettu ree?
⓶👉Maarqoos 10:45
#Ilmi_namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.” (Luq 15:4-5*(Yoh 10:1-6))
‎ kiristoosi akkamiti dhufe ree? foonii
nama uffatee.
⓷👉Roome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa
#karaa_foonii_sanyii Daawit #irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.
ⓞ👉Ibroota 2:14
#ijoolleen” sun #foonii
fi dhiiga waan taaniif,
#innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, #dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi
▬▬▬▬▬▬▬▬
🏥Kiristoos foonii
nama uffatee lafa irraa dhufee ,Abbaan immoo foonii namaa hin uffanne, sababa kanafuu caala.
malee Aangoo Waaqummaan hin jedhuu Kitaabni Qulqulluun
⓹👉Filiphisiiyus 2:5-8
Isinis ilaalcha Kiristoos iyyaasuus qabu sana qabaadhaa; 
#inni_bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin #qixxee_tauuf hin yaadne. Kanaa #mannaa_duwwaa
of godhe;
#bifa garbummaa #fudhatees_nama tae.  Kana malees, yeroo #nama taee dhufe, #gad of qabuudhaan hamma duaatti, jechuunis hamma Fannoo irratti fannifamee duuutti ajajamaa tae.
🌹Kiristoos Abbaa wajjin qixxee ta'u hin barbannee gadi ofi qabe foonii
nama uffatee erga jedhee.
🌹
#jechi_qixxee ta'u hin barbanne jedhu maali ibsa ree, erga wali qixa hin tanee Abbaan ni caala jechudha bari.
🍃erga qixxee hin tanee sababa kanafi tokko ni caala jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬
✝ Abbaa fi Kiristoos akka waliqixxee tani ilaala.
🅰(1)👉Alfaa fi omega kani tani abba fi Kiristoos qofaa
🏥Mul’ata 1:8
Ani
#Alfaa fi #Omeegaa dha” jedha Waaqayyon inni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.”
🏥Mul’ata 22:13
Ani
#Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.(Mul’ata 22:20),isayaas 44:6*48:12)
🅱(2)👉bara baran jiraachuudhaan
🏥Farfannaa 102:27
Ati garuu
#isuma sana, #waggoonni kees dhuma hin qaban
🏥Ibroota 13:8
Iyyasus
#Kiristoos kaleessa,
hara, bara baraanis
#isuma sana.
🆎(3)👉Abbaa fi Kiristoos tokko
🏥Yohaannis 10:30
Abbaanii fi ani tokko” isaaniin jedhe
🆑(4)👉Addunyaa duraa jirachuun.waliqixa isaanii.
🏥Yohaannis 17:5
yaa
#Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
👉Kiristoos fi Abba qofaati addunyaa duraa jirachu ibsaa.
🔳 link waldaa keenya hordofuu yoo, barbadani kan xuqa👇
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋
Audio
⚛ ortodoksi fi pheenxee
➩ pheenxee gonkumaa Kiristoos hin beektuu.
Kiristoos iddoo #lamatti Addan qooduu.
➛gara tokko Waaqa
➛gara tokko nama
✍✍ nutti orthodoksi biratti
🅰Gara tokko waaqa ❌
🅱Gara tokko nama❌
=Kiristoos gargari qooduu hin dandeenyu.
Sababiin isaa Kiristoos amala lamaa irraa amala tokko jenne amana.
🅟 Ibrootaa 13:8
Iyyaasus Kiristoos #kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
==================
1⃣ pheenxee Kiristoos du'a jalqabaa ka'e jira maalif jenne yoo, gaafane ragaa hin qabduu 😜

🅰 nutti orthodoksin sababa Kiristoos angafa du'a taee ni ibsina.
1Qorontos 15:20-21
Amma garuu #Kiristoos warra duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'e Sababiin isaas akkuma duuti karaa nama
tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama_tokkoo
dhufa

1Qorontos 15:55
Yaa #dua_nana injifannoon kee meerre ree? Yaa dua nana #ilkeen kee meerre ree?”
🌺Raji_hose 13:14
#Du'a jalaas isaan furuu ree? Yaa du'aa, dha'ichi kee #meerre ree?
#Orthodoksi (Gutema)
#pheenxee (Samuel)
🌺kuta-90-ffaa 👇👇👇
      ➻gaafi fi Deebi
      ➻Musiliimota
📍Gaaffii isaanii akkasii jedha.
⓵➻Dubartii magdala(magdalawit)Maariyaam kani jedhamtu « erga jalqabaa  Kiristoos argitee lamaaffaa maalif barbadi jedhuu.❓
Maatewos 28:9
Yeroo kanatti
#Iyyasuus isaanitti dhufee, “Nagaan isiniif haataÊŒu!” jedhe. Isaanis isatti dhihaatanii #miilla isaa qabatanii isaaf sagadan.
Yohaannis 20:15
#Iyyaasuus,“Dubartii nana maaliif #boossa? Eenyuun barbaadda?” jedheen. Ishiinis #nama_ashaakiltii #eeggu waan ishiitti fakkaateef, “Yaa gooftaa, situ fudhate yoo taÊŒe, ani akkan isa fudhadhuuf eessa akka isa keesse natti himi” jetteen.
==========
✍Deebii keenya👇
Sababa ishii Kiristoos jalqabaa argitee booda immoo yeroo lamaffaa barbaduufi.
➻jalqabaa dura kani maatewos irraa jiru osoo dubartoonni karaa deemaa jirani karaatti itti dhufe nagaa gaafatee. Isaa booda isaani miilla isaa qabani sagadaanif. garuuu Kiristoos akkasii jedhanii👇
❶➻Maatewos 28:10
Achiis Iyyaasus “Hin sodaatinaa! Gara Galiilaa dhaqanii achitti akka na
#argan obboloota kootti himaa” isaaniin jedhe.
➻Haata’u malee isaanii yaada kana barattootatti himanii jiruu.
❷➻Maatewos 28:16
Barattoonni isaa 11 garuu, gara gaara Galiilaa Iyyaasuus achitti wal-argina isaaniin jedhe sanaa
#dhaqan.
✍ hanga yeroo kanatti Kiristoos Gaaliila hin dhaqnee.Sababiin isaa namoonni tokko tokko wanta kana kani hin Amanee wani jiraniif.
❞➻Yohaannis 20:8
HaataÊŒu malee,
#isaan wanta #Kitaabni Qulqulluun inni duÊŒaa kaÊŒuu akka qabu dubbatu amma iyyuu #hin_hubanne turan.
❹➻Maarqoos 9:32
#Isaan garuu wanta inni dubbate hin hubanne; isa #gaafachuus ni sodaatan.
❺➻Maatewos 26:32
HaataÊŒu malee,
#ergan_duaa kaÊŒee booda, isin #dursee gara #Galiilaa nan dhaqa.”
✍Ergamoonni(Malakooni) kanuma jedhanii turani.
❻➻Maatewos 28:7
Kanaaf
#dafaa dhaqaatii, ‘Inni duÊŒaa kaÊŒeera, isin #dursee gara #Galiilaa ni dhaqa, isin achitti isa ni argitu’ jedhaa barattoota isaatti himaa. Wanta ani isiniin jedhe kana hin #irraanfatinaa.”
❌➻Maarqoos 16:7
Kanaa mannaa dhaqaatii,
#Inni isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa. #Akkuma inni isinitti himee #tures, isin achitti isa ni argitu’ jedhaa barattoota isaa fi Pheexirositti himaa.”
➑➻Luqaas 24:6-7
Inni duÊŒaa kaÊŒeera, as hin jiru.
#Yommuu_Galiilaa turetti wanta inni isinitti dubbate yaadadhaa;  #Ilmi namaa cubbamootatti dabarfamee kennamuu, Fannoo jirratti fannifamuu fi guyyaa #sadaffaattis duÊŒaa kaÊŒuu akka qabu isinitti himee ture.”
🍇 Walumaagalatti.
Dubartiin tunni jecha Kiristoos fi kani ergamoota sana hin fudhanne . Akkuma Kitaabni jedhuu wanti kuni jala dhokatee ture. Jecha.
➒➻Luqaas 9:44-45
Wanta ani isinitti himuuf jedhu kana xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa, akkasumas yaadadhaa; Ilmi namaa harka namootaatti
#dabarfamee ni kennama.”  #Isaan garuu wanta inni dubbachaa ture hin hubanne. #Dubbiin kun isaan jalaa waan #dhokateef, hubachuu hin dandeenye; waaÊŒee dubbii kanaas isa gaafachuu ni sodaatan.
🌺 dubartiin tuniis yeroo afurii deddeebitee jirti.Kiristoos jalqabaa dura karaa irratti argitee yeroo biraa immoo iddoo awaala deemtee osoo ishiin bo'aa jirtu,
nama biqiltuu eeggu itti fakkatee Sababiin isaa yeroo kunis ganama wanii ta’ef, « akkuma eeggan tokko halkanii guutuu wanta isaa eeguu kuni iddoo kamittiyyuu irraa guddaan isaa haatuun halkanii wani haattuuf halkanii baay'ee ni eeggama, ture, ishin dubartiin sunis yaanni ishii iddoo biqiltuu wani jiruuf nama biqiltuu eeggu kana itti fakkatee Kanaafi,  sababa ishiin Kiristoos walate isaa kana turee.
➓➻Yohaannis 20:14
Erga kana dubbattee booda, duubatti garagaltee Iyyaasus akka achi dhaabate argite; haa taÊŒu malee ishiin inni Iyyaasus taÊŒuu isaa
#hin_hubanne.
11➛Yohaannis 20:15
Iyyaasus immoo, “Dubartii nana, maaliif boossa? Eenyuun barbaadda?” jedhee ishee gaafate; isheen illee, kun
#eegduu dha jettee, waan #yaadeef, “Gooftaa ko, ati asii fuutee iddoo tokkotti isa geessiteetta yoo ta'e, eessa akka isa keesse anatti himi, ani dhaqee isa nan fida” ittiin jette
🌺 kuni rakkoo hubbanna ishee malee wanta biraa miti Eeyyee Kiristoos yeroo lama argitee jirti.
========
link waldaa xuqaa👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌺 𝙞𝙡𝙢𝙖➻Namni akkamitti ilma waaqayyoo jedhama...❓
🍳𝚗𝚊𝚖𝚗𝚒 𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚓𝚎𝚗𝚗𝚞𝚞,
➻𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚒𝚒,𝚓𝚊𝚕𝚊𝚝𝚞𝚞,
➻𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚐𝚊𝚛𝚊𝚊 𝚜𝚒𝚒𝚏 𝚕𝚊𝚊𝚏𝚞𝚞
➻𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚢𝚊𝚊𝚔𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚜𝚒𝚒, 𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒𝚜𝚞𝚞 𝚠𝚊𝚗𝚒 𝚝𝚊𝚎𝚏
▬▬▬▬
❶➻Raaji-Ermiyaas 31:20
Efreem
#ilma koo #jaallatamaa,
mucaa ani itti
#gammadu mitii?
Ani yeroo baayÊŒee yoon isaan morme iyyuu amma illee isa nan yaadadha.
Kanaafuu
#garaan koo isaaf ni yaada; garaas nan #laafaaf”
jedha Waaqayyo.
➻iddoo kanatti Efreem ilma Waaqayyo karaa ittiin jedhamee ibsee jira 𝚑𝚊𝚊𝚝𝚊𝚞 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚎𝚏𝚛𝚎𝚎𝚖𝚒 𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚢𝚘𝚜𝚎𝚎𝚏𝚒 𝚝𝚞𝚛𝚎.
❷➻Sera.Uumama 41:51-52
#Yoosefis, “Waaqni rakkina koo hundaa fi mana abbaa koo hunda na irraanfachiiseera” jedhee maqaa ilma isaa hangaftichaa #Minaasee jedhee moggaase. “Waaqni biyya ani itti rakkadhe keessatti na baayÊŒiseera” jedhee ilma isaa isa lammaffaa immoo #Efreem jedhee moggaase
❞➻Sera.Lakkoofsa 26:28
Ilmaan
#Yoseef akka #maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: #Minaasee fi #Efreem.

❹➻Kitaaba iyasu 16:4 
#sanyii_Yoseef kan taÊŒan Minaasee fi Efreem biyya isaanii #dhaalaan ni fudhatan.
❺➻Luqaas 3:38
ilma Enoos,ilma Seeti, ilma
#Addaam_ilma_Waaqaa.
❻➻Ibroota 12:5-7
isa akka
#ilmaaniitti akkana jedhee isin gorsu sana guutummaatti irraanfattaniittu: “Yaa ilma koo, adaba waqayyoo akka laayyootti hin ilaalin, yeroo inni sirreeffama sii kennus abdii hin kutatin #waqayyoon warra #jaallatu ni adaba, #nama akka #ilma isaatti fudhatu hundas ni garafa.” Jabaattanii dhaabbachuun keessan karaa adaba itti argattan keessaa tokko akka taÊŒetti ilaalaa. #Waaqayyo akka #ilmaan isaatti #isin ilaala. Ilmi abbaan isaa isa hin adabne eenyu?
🍳𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚞𝚞 𝚑𝚊𝚊𝚕𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚊,𝚋𝚊𝚛𝚊 𝚍𝚞𝚛𝚛𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚎 𝚗𝚊𝚖𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘𝚏
#𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚑𝚊𝚊𝚕𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚊
🍳  Kiristoosif nutti yaaka keenya irraa deebinee yoo, jirane, akkasumas gara Isaatii yoo,deemne  ilma isaa ni jedhamna.
❌➻Maatewoos 9:2
#nama lamshaaÊŒee #siree irra ciise tokko gara isaatti fidan. #Iyyaasus  amantii namoota kanaa ilaalee,  #namicha lamshaaÊŒe sanaan ❝ jabaadhu #ilma_koo! Cubbuun kee siif dhiifameera” jedhe ❞.

🍳 𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
Yoo nuu ilma jedhamnee Waaqayyo immoo Abbaa Hafuuraa nuufi ta'a.
❜➻Ibrootaa 12:9-10
Kana malees nu hundinuu
#abbootii_foonii kanneen nu adaban qabna turre; isaan kabajnas turre. Yoos #Abbaa_Hafuuraatiifi immoo hammam caalaa ajajamnee jiraachuu qabna ree! Abbootiin keenya akkuma isaanitti gaarii fakkaatetti yeroo gabaabaaf nu adabaa turan;  #Waaqni garuu akka nu qulqullummaa isaa keessatti hirmaannuuf faayidaa keenyaaf jedhee nu adaba.
➻iddoo kanatti Abbaa hafuuraa kani jedhamee «
#Waaqayyo »
   ▬▬▬▬▬▬
👇gαяα тєℓєgяαЌα👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

𝙣𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙬𝙖𝙖𝙊𝙖𝙮𝙮𝙀𝙛
#𝙞𝙟𝙀𝙀𝙡𝙡𝙚𝙚 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙢𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙪 𝙞𝙢𝙢𝙀𝙀 𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚏𝚞𝚏𝚊.....
✍Bagaa Gessan-19
Maqaan Gabri'el jedhuu afaanii Ibrayisxiittiin גַ֌בְך֎יאֵ֡ל ( #Gabriel) jedhama jechota lamatti irraa walitti dhufeeגַ֌בְך֎👉 👈יאֵ֡ל
Hika isaa immo Nama jabaa//loltuu) Waqayyo jecha.
Maqaan Gabri'el afaanii Giriikiitiin immoo #Γαβριᜎλ (Gabriēl) hiikaa isaa immoo Ergamaa Waaqayyo jedha kani Ibraayisxiitti wajjiin tokkummaa.

✍ #Gabriel Nama baay'ee #jalata
🍳ragaa keenya👇
Raajii-Daani'el 10:18-19
#inni nama fakkaatu sun ammas na tuqee na jabeesse.
Achiis, Yaa #nama baayÊŒee #jaallatamaa taate nana, hin sodaatin. #Nagaan siif haa taÊŒu. Jabaadhu, eeyyee, jabaadhu” naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, Yaa #gooftaa_koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhu” nan jedhe.
➻Ergamonni Waqayyo hanga nama jalatani fi kabajaani argitani
➻Dani'el immo Gabrieli dhan yaa #Gooftaa koo jedhanii.
▬▬
👆jalali kessan Akkuma Gabriel bay'ee isiin jalatu isiin immo Gabriel bay'ee jalatu.
. #jalala_keesan itti fufa...
👁‍🗚 𝑎𝑊𝑊𝑎𝑛𝑛𝑎 𝑔𝑎𝑟𝑖 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑓 ℎ𝑎𝑡𝑎𝑢.
⏭ 𝔀𝔞𝔯𝔞 𝔱𝔢𝔩𝔢𝔀𝔯𝔞𝔪𝔞 ⏏
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
❣Haaluma wali fakkaata burqaan dhugaa Waaqayyo wani ta’efi ifaa jedhamee.
➏➻Luqaas,11:35
akka #ifni si keessaa dukkana hin taaneef of eeggadhu.
➐➻Yohaannis 1 :9
#Ifni dhugaa kan #nama_hundaaf ifa kennu sun gara addunyaa dhufaa ture
➻Amma iddoo kanatti Kiristoos ifa namoota addunyaa hundaafi kennuuf jechuun ibsa kana osoo hin tanee dhugaa namoota addunyaa kanaafi Kanaafi.

🌹akkuma amalii Waaqayyo tokko ifa ta’e ,inni bira immoo Waaqayyo jalala jedha.
➑➻1 Yohaannis 4:8
Namni jaalala hin argisiisne Waaqayyoon hin beeku; sababiin isaas, #Waaqayyo #jaalala.
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞
-➻𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 #𝚒𝚏𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎
-➻𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘 #𝚓𝚊𝚕𝚊𝚕𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎
-# 𝚐𝚊𝚛𝚐𝚊𝚛𝚞𝚖𝚖𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊👇
⓵➻ #𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚊 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚕𝚊 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚕𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚠𝚊𝚓𝚓𝚒𝚗 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚕𝚒 𝚜𝚞𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚑𝚒𝚗 𝚓𝚎𝚗𝚗𝚎❌
⓶➻ #𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚊 𝚒𝚏𝚊 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚒𝚏𝚗𝚒 𝚜𝚞𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚠𝚊𝚓𝚓𝚒𝚗 𝚝𝚞𝚛𝚎, 𝚒𝚏𝚗𝚒 𝚜𝚞𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚑𝚒𝚗 𝚓𝚎𝚗𝚗𝚎❌
⓷➻ #𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚊 𝚜𝚊𝚐𝚊𝚕𝚎 𝚝𝚞𝚛𝚎,𝚜𝚊𝚐𝚊𝚕𝚎𝚗 𝚜𝚞𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚚𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚠𝚊𝚓𝚓𝚒𝚗 𝚝𝚞𝚛𝚎,𝚜𝚊𝚐𝚊𝚕𝚎𝚗 𝚜𝚞𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚝𝚞𝚛𝚎 ✅

❣𝚐𝚊𝚛𝚊 Telegrama kota👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-101-ffaa👇
➻Gaafi fi Deebi Muslimoota
✍Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni #Waaqayyoon arge hin jiru #ilma tokkicha isa taÊŒee fi Abbaa bira jirutu waaÊŒee Isaa ibse.
1=gaaffii isaanii silaa namni Waaqayyo argee hin jiru jedha Ilmi isaa akkamitti argee
jedhuu ❓
Ragaa isaanii.
1ximotewos 6:16
kan hin #duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaÊŒamne keessa jiraata; #namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaÊŒu. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara baraa haa taÊŒu. Ameen.
Seera.Bau 33:20
namni fuula koo argee jiraachuu hin dandeenyeef ati fuula koo arguu hin dandeessu.
▬▬▬
👋 Deebi keenya👇
Namni Waaqayyo argeesi jira kani jedhuu ta'a.
Fakkeenyaaf
➻Abrahaam
➻Isayaas
➻Iyyoobi
➻Yohaannis
➊➻Abrahaami
seera.Uumama 18:1
Utuma #Abrahaam guyyaa saafaadhaan qilxuu Mamree bira balbala dunkaana isaa dura taaÊŒee jiruu #Waaqayyo isatti #mulÊŒate.
➋➻Isaayaas
Raajii isaayaas 6:1
Bara Uziyaan Mootichi duÊŒe keessa, ani utuu #Gooftaan teessoo oli dheeraa fi ulfina qabeessa irra taaÊŒee, handaarri uffata isaa mana qulqullummaa guutee jiruu nan #arge
▬▬▬▬▬
👉Amma gara mataa Duree keenya kootu.
=Kiristoos Akkamitti argee siila hoomtuu Abbaa hin argine isaa jedhuuf « jalqabaa dura Kiristoos isaa Waaqa ta’e dhisii Namoonni Qulqulluu fi Ergamaan iyyuu arganii jiruu kani jedhuu ta'a » .
✍ Kiristoos Maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyatamu hin dandeenyeef keessa jirachuu isaa kunooti 👇
➊➻Raajii Hisqi'el 1:26-27
Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos taÊŒe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture. Teessoo ol gubbaa jiru sana irras #bifti isaa #nama kan fakkaatu tokko taaÊŒee ture.
Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu taÊŒee fi akka #ibiddaa_ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge. #Ifni_guddaan tokko isatti marsee jira ture;

➻❀Nama kani fakkatu inni Tessoo irraa ta’e #Kiristoos
➋➻Raajii Daani'el 7:9_10
Anis hamma #teessoowwan kaaÊŒamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate ni taaÊŒe. #Uffanni isaa akkuma #cabbii_adii ture; #rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa #labooba_ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaÊŒaa jiru turan.
➻❀uffaanni isa Adii akka cabbii jedhee.
➌➻Maatewos 17:2
Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife;  #uffanni isaas akka ifaa calaqqise.
➻❀ #rifeensi+mataa isaas #suufii_adii fakkaata ture
➍➻Mul’ata 1:14-18
#Mataan isaa fi #rifeensi isaa akka #suufii_adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture;   miilli isaa sibiila diimaa baÊŒeessa iddoo ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akka sagalee bishaanota hedduu ture.  Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba; afaan isaa keessaa goraadee qaramaan dheeraa taÊŒee fi karaa lamaan qara qabu ni baÊŒe,  #fuulli isaa akka #aduu humna guutuudhaan #ifuu ture.
Anis yommuun isa argu, akka nama duÊŒee taÊŒeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaÊŒee akkana naan jedhe: “Hin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa fi Isa Dhumaa ti,
isa jiraatu dhas 👉#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha, #furtuuwwan duÊŒaa fi Awwaalaa qaba.
➻❀ dhuguma duee kani ture Kiristoos kanafuu rifeensi isa adii Suufii suni Kiristoos.
➻❀ Kanaafuu Kiristoos maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyachuu hin dandeenya keessa jirata inni jedhamee kanuma.


🌹kani Phaawuloos ibsee nuu illee Kiristoos.
➎➻1 ximotewos 6:16
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taÊŒe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulÊŒisa. Inni #Mootii_moototaa fi #Gooftaa_gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaachuun hin dandaÊŒamne keessa jiraata; namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaÊŒu. Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taÊŒu. Ameen.
C)📍➻🌹amma immoo gara #hikaa #sirriitti koota mee👇

Ergan Abbaan illee samii irraa bahee oli deebi'ee, akkasumas hafuuri Qulqulluun irree samii irraa bu'ee ,oli deebi'ee. Kiristoos maalif Ana qofaa sami irraa gadi bu'ee oli deebii'ee jedhe ree❓
=kunis wangeela Yohaannis 3:13 ergaa akkasii sababii isaa lakkoofsa 3:14-15 𝑛𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎
➀. 𝑠𝑎𝑏𝑎𝑏𝑖 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑠𝑎𝑚𝑖 𝑖𝑟𝑟𝑎 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑏𝑢'𝑒 𝑚𝑎𝑎𝑙𝑖 𝑡𝑢𝑟𝑒...❓
➁.𝑠𝑎𝑏𝑎𝑏𝑖 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑠𝑎𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑜𝑙𝑖 𝑏𝑎ℎ𝑒 ℎ𝑜𝑜 𝑚𝑎𝑎𝑙𝑖 𝑡𝑢𝑟𝑒.❓
🌹sababii inni samii irraa gadi bu'ee lubuu isaa kenne namoota fayyisuu
❟.Yohaannis 3:13-15
#Ilma_Namaa isa samii irraa gad buÊŒe malee eenyu iyyuu samiitti ol hin baane. #Akkuma Museen gammoojjii keessatti bofa fannise sana Ilmi Namaas #fannifamuu qaba. Kunis akka #namni isatti #amanu hundi #jireenya bara baraa qabaatuuf
➻𝚔𝚊𝚊𝚢𝚘𝚘 𝚜𝚊𝚖𝚒 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚐𝚊𝚍𝚒 𝚋𝚞𝚎 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚊𝚏𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚝𝚒𝚗 𝚒𝚋𝚜𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚊.
❿.Yohaannis 12:32
#Ani garuu yeroon #lafa irraa ol fuudhamutti #nama_hunda ofitti nan harkisa.
🌹amma immoo kayyoo innii gara samii olii bahee Kiristoos afaanii isaatiin akkasi jedhee.

➊➊.Yohaannis 14:3
Anis yoon dhaqee iddoo isinii qopheesse, akka isinis iddoo #ani jiru #jiraattaniif deebiÊŒee dhufeen ofitti isin fudhadha.
➊➋.Efesoon 4:7-10
akkuma #safara kennaa #Kiristoositti tokkoo tokkoo keenyaaf ayyaanni kennameera. Kanaafuu « #inni yommuu #olii gubbaa baʌetti #boojuu boojiʌe;
namootaafis kennaa kenne” jedha.Maarree jechi #gara_oliitti baÊŒe” jedhu, #gadi buÊŒeera, jechuunis gara lafaatti gad buÊŒeera jechuu malee maal jechuu taÊŒa? #Inni_gad buÊŒe sun isuma waan #hunda guutuuf jedhee #samiiwwan_hundaa #olitti_olii_baee dha.

➊➌.Farfannaa 68:18
Ati yommuu #oli gubbaa baatetti #boojuu baayÊŒee fudhate yaa #Waaqayyo, yaa #Waaqi, ati achi #jiraachuuf jettee, namoota irraa, finciltoota irraas kennaa fudhatte
▬▬▬▬▬▬
➻𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙩𝙞.
#𝑘𝑎𝑊𝑊𝑜𝑜 𝑠𝑎𝑚𝑖 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎
#𝑎𝑏𝑏𝑎𝑎𝑛 #𝑎𝑓𝑢𝑢𝑟𝑟𝑖 𝑞𝑢𝑙𝑞𝑢𝑙𝑙𝑢𝑢𝑛 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑏𝑢'𝑎𝑛𝑖 𝑜𝑙𝑖 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖𝑛𝑛𝑎𝑛𝑖, 𝑘𝑎𝑛𝑖 #𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑎𝑑𝑑𝑎.
𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑠𝑎𝑚𝑖 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑏𝑢'𝑒 𝑓𝑎𝑛𝑛𝑖𝑓𝑎𝑚𝑒 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑓𝑎𝑊𝑊𝑖𝑠𝑢,
𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑠𝑎𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑜𝑙𝑖 𝑏𝑎ℎ𝑒𝑒 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎 ℎ𝑎𝑟𝑘𝑎 𝑠𝑒𝑒𝑥𝑎𝑛𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑡𝑒 𝑜𝑙𝑖 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖𝑢𝑢𝑓𝑖.
👉𝑘𝑎𝑛𝑎𝑓𝑢𝑢 𝑊𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑡𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑚𝑎 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 « #Ilma Namaa isa #samii irraa gad buÊŒe malee eenyu iyyuu #samiitti oli hin baane » inni jedhuu (yoh 3:13) kanuma ibsaa.
➻Henok, Eliyaas ,eenyuu iyyuu yoomu gara samii oli bahu akkasi hin goonne ❌
▬▬▬▬
𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
114.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 20:15 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/769

115.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 20:16 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/763

116.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 20:17(𝚊) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/780

117.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 20:17(𝚋) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/786

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/787

118.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 20:17(𝚌) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/789

119.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 20:17(𝚍) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/797

120.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 20:17(𝚎) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/799

121.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 20:17(𝚏 ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/801
▬▬▬▬▬▬▬
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖𝙢𝙚 𝙟𝙞𝙧𝙖.
𝑔𝑎𝑙𝑎𝑡𝑎,𝑀𝑎𝑎𝑞𝑎𝑊𝑊𝑜𝑜 ℎ𝑎𝑎𝑡𝑎'𝑢
➻𝑀𝑎𝑛𝑔𝑒𝑒𝑙𝑖 #𝑚𝑎𝑟𝑞𝑜𝑜𝑠𝑖 𝑔𝑎𝑎𝑓𝑖 𝑓𝑖 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖 𝑚𝑢𝑠𝑖𝑙𝑖𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑓𝑢𝑓𝑎.