๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนAkkuma #Museen
lafa onaa keessatti
bofa
#fannise
#ilmi namaas
#fannifamuu qaba
โžข kunis, isatti kan
amanu hundi jireenya
bara baraa akka
qabaatuuf

๐ŸŒป
#แˆ™แˆดแˆ แ‰ แˆแ‹ตแˆจ แ‰ แ‹ณ
#แŠฅแ‰ฃแ‰ฅแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆฐแ‰€แˆˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ
#แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แ‹จแˆšแ‹ซแˆแŠ• แˆแˆ‰ #แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแŠ–แˆจแ‹ แŠฅแŠ•แŒ‚ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแŒ แ‹ #แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ… #แ‹ญแˆฐแ‰€แˆ แ‹ญแŒˆแ‰ฃแ‹‹แˆ
โžขYohaannis 3:14-15
โžขแ‹ฎแˆแŠ•แˆต 3 :14-15
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=
#kutaa_3-ffaa
โ—ˆ Duubi fannoo
โ—ˆakka eeyyema
Waaqayyottin
1โž›museen Maaliif bofa
fanisuu isaa barbaachise _โ“
2โž›Musee bofa meeqa
Fannise=____โ“
3โž›Museen bofaa lubbuu
Qabu dhisee, maalif bofaa.
#Siibila diimaa irraa tolche
Fannise=_________โ“

====||====||====
โ—ˆ jalqabaa dura
Jecha kan kan dubbate
#Waaqa keenyaa Kiristoos
โ—ˆiddoo kana irratti
Kiristoos fakkeenya
Musee kan dubbaate
Fannoon Kiristoos
Akkuma wanta salphaa
Osoo hin tanee karaa
Raajotan dubbatame itti
#fayyadama akka turan
ifa,Gochuuf

โ—ˆakka fakkeenyati
rajji Muse Qofa yaa
fudhannuu malee
Raajooni
#hundinuu
dubbatanii Jiru

โœraajoonni hundinuu
Akka wa'ee fannoo
dubbatan Kitaaba
#Qulqulluu raga qabna

โœYoh 5:39๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰isin
#Kitaabota #Qulqulluudhaan jireenya
bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif kitaabota
sana
#qorattu
#kitaabonni kunis
#waaee dhuma koo
dhugaa bau

โ—ˆแ‹ฎแˆแŠ•แˆต 5 :39๐Ÿ‘‡
#แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ #แ‰ แˆ˜แŒปแˆ•แแ‰ต แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ
#แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‹ญแˆ˜แˆตแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆแŠ“ แŠฅแŠแˆญแˆฑแŠ• #แ‰ตแˆ˜แˆจแˆแˆซแˆ‹แ‰ฝแˆ #แŠฅแŠแˆญแˆฑแˆ แˆตแˆˆ #แŠฅแŠ” #แ‹จแˆšแˆ˜แˆฐแŠญแˆฉ แŠ“แ‰ธแ‹

๐ŸŒนKanaafuu Kitaabni
hundinuu wa'e kiristoos
Ibsu Jedhuu isaatii

๐ŸŒป gara mataduree
Keenya yoo
deebinuu immo

๐ŸŒปfannoo Kiristoos
Raaji Muse akkamitti
ibsame kan jedhu ilaala

๐ŸŒปSer.lakkofsa21:4-9๐Ÿ‘‡
israa'eloonni naanna'anii
biyya
#Edoomi bira darbanii adeemuudhaaf tulluu Heromniii ka'anii karaa galaana #diimaa dhaquf ni deeman garuu karaa irratti baayye ni dadhaban
#Sababa Kanaafi Akkasi jedhan #Lafa onaatti akka dhumnuuf biyya #Gibxii keessaa nu baaftaniiโ“
โ—ˆ Buddeenni hin jiruโ“
โ—ˆ bishaan hin jiruโ“
โ—ˆ nus nyaata kan jibbineโ€ผ๏ธ jedhanii
#Waaqayyoo fi #Musee irratti in dubbatan
yeroo kanati Waaqayyo yommus
#bofoota isaan gidduutti in erge
bofoonni isaan
#iddan(cininan) isaan keessaa #namoonni baay'een in #du'an Kana irratti jarri #Musee bira dhufanii
Nuyi Waaqayyo irratti
si iraati cubbu hojjane
#bofoota kana nu irraa akka #deebisuuf Waaqayyoon nuuf #kadhadhu jedhan
Museenis jaraaf in kadhate Waaqayyo immoo Museedhaan "Bofa
#Nasaa irra tolchii
#Mukati fannisi
#Namni bofni #idde gara isaa yoo #ilaale in #fayya" jedhe. Museen ni hojjate namni bofni idde hundinuu, gara bofa #nasaa irraa tolfame sanaa yeroo ilaaletti in fayyanii

๐ŸŒนqabxii hubbachu qabnuu
Bofa
#lama jiraachuu isatti

=1=tokkoffan bofaa lubbuu
Qabu isaa Namoota hidee.
Ajjeesse.

=2=inni lamata bofa lubbuu
Hin qabnee isaa Naasa irraa
Hojjatame,namoota fayyise
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป

โœFakkeenyaa bofaa
Lubbu qabuu isaa
qoricha
#Nama ajjeesuu

=1=โœbofti qoricha ofii
keessa.Qabu inni
nama ajjeesee
โž›fakkeenyi isaa
#Seexanaa
Ykn
#Daabiloos dha

โ—ˆ Mulโ€™ata Yoh 12:9๐Ÿ‘‡
#jawwee guddaan sun
jechuunis
#bofti inni jalqabaa, inni #Diyaabilosii fi Seexana jedhamu, inni guutummaa
lafaa dogoggorsu sun gadii darbatame; inni gara
lafaatti gad darbatame Ergamooni/maleekonni
isaas isaa wajjin gadi darbataman

=2=โœbofti lubbuu qabu
suni Qoricha nama ajjeesuu
Qoricha kan jedhame soba fi cubbudha

โ—ˆYoh 8:44๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰isin kan
#abbaa
keessan kan Diyaabilosi
fedha abbaa keessaniis
raawwachuu barbaaddu
inni jalqabumaa kaasee
kan
#nama_ajjeesu ture dhugaan isa keessa
waan hin jirreefis dhugaatti jabaatee hin dhaabanne
inni
#sobduu fi abbaa sobaa waan taeef, soba yommuu dubbatu ofii isaa keessaa baasee dubbata
=inni jalqabaa nama
Ajjeessa turee jechuun
Jalqaba Addaami kan
Dogogora soba itti
Dubate isaa Waani ta'ef (ser.Uum3:1-5)

=3=โœfakkeenyi biraa
bofti inni qoricha nama
ajjeesuu
#Adaami
=Maalif sababa Addaamiif
Namoota jiran hundi
#cubbuu
Isaan du'an yookiin
isatu sanyii isaa
ajjeesee (1 Qor 15:49)
====||===||====

โœ Yaada yoo qabatanii๐Ÿ‘‡
#Gutema123

โœ kan channeel ๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha

โœ
#kutaa_4-ffaa๐Ÿ‘‡
๐ŸŒน๐Ÿ’’ kutaa_19 ffยชยช ๐ŸŒน
๐ŸŒนGaaffii fi Deebi ๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ“Musiliimoota๐Ÿ“
โœ Yohaannis 7:34๐Ÿ‘‡
isin na,
#barbaaddu,
garuu na
#hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰ Gaaffii isaanii ๐Ÿ“
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nan hin
#Argatanii ,iddoo inni
Jiruu dhaquu hin dandani
Jedhu.......โ“
๐Ÿ‘‰kanafuu Kiristoos
Akkamitti fannifamee jeetu
Jedhu....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=Deebi keenya =laki
Kiristoos
#fannifamee jira.

๐Ÿ“Ragaa kitaaba Qulqulluu

=1=Yohaannis 2:19_21
Iyyaasuus deebisee
#Mana Qulqullummaa kana #diigaa,
#Anis guyyaa #sadiitti deebisee nan #kasaaโ€ isaaniin jedhe.
Yeroo kanatti
#Yihudoonni, โ€œManni qulqullummaa kun
#waggaa_46tti ijaarame; ati immooguyyaa sadiitti deebistee ijaartaaโ“โ€
jedhaniin.

#inni garuu mana #Qulqullummaa yeroo jedhu, waaee #Qaama
isaa dubbachuu isaa ture.

Kanaaf, yommuu
#inni_duaa_kau
#barattoonni isaa
inni wantoota kana
dubbachaa akka ture yaadatan;
#Kitaaba Qulqulluu fi wanta Kiristoos dubbatettis
ni amanani
๐Ÿ‘‰Qaama kan jedhamee
#Foonii Kiristoos, kanafuu
Ofuma isaa dubbate jira

=2=Yohaannis 3:14
Akkuma
#Museen lafa onaa keessatti #bofa
#fannise, Ilmi namaas #fannifamuu qaba;

=3=matewoos 16:21
#Iyyaasuus yeroo sanaa jalqabee,gara iyerusaalemi dhaquu akka qabu,
maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa
#dhiphina guddaa akka
isa irra geessisan,
akka
#ajjeefamuu fi #guyyaa sadaffaatti #duaa akka kau #barattoota isaatii ibsuu jalqabe.

=4=matewoos 27:40
โ€œAti yaa, isa mana
qulqullummaa
#diigdee guyyaa sadiitti ijaartu nana, ofi oolchi! #Ilma Waaqayyoo yoo taate
fannoo irratti
#fannifamte irraa buiโ€ jedhu turan.

=5=Luqaas 18:31_33
barattoota
#Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: โ€œAmma gara iyerusaalemitti oli ba'aa jirra; wanti #raajonni
#Ilma_namaa ilaalchisee barreessan hundi ni raawwatama.

#Fakkeenyaaf, harka namoota #Yihudoota hin
taanetti dabarfamee kennama, itti qoosama, rakkinni irra ga'a, akkasumas itti tufama

Erga isa
#garafanii booda isa ajjeesu; inni garuu #guyyaa sadaffaatti
duaa ni ka'a.

=6=Luqaas 24:25_27
Kanaaf inni akkana isaaniin jedhe: โ€œisin warra hubannaa hin qabnee fi garaan keessan wanta
#raajonni dubbatan hunda dafee hin hubanne nana!

Kiristoos dhiphinni kun hundi irra gauu fi gara
#ulfina isaatti galuun isaa sirrii mitiiโ“โ€
Achiis
#Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee, wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaee isaa dubbataman hunda isaaniif ibsuu jalqabe.

โ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆ โ—ˆโ—ˆ
๐ŸŒนkanafuu isin na,
#barbaaddu,garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan,yeroo
Jedhuu maali jechuu
Barbade......โ“โ“โ“

๐Ÿฅ€=Deebi isaa
Waaqayyo sami irra
Kan jirtuu. Erga oli bahee
Booda Namooni isa biraa gahuu Hin dandani inni ibidda Wanii taโ€™efi

โ“ต=1ximotewos 6:14_16
hanga
#Gooftaan keenya
#IyyaasuusKiristoos #mulatutti, mudaa fi himata tokko malee ajaja sana eegi;

inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa ta'e sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa.
#Inni_Mootii_moototaa fi #Gooftaa gooftotaa ti;

kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; namni tokko illee
isa argee hin beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.

โ“ถ=Yohaannis 8:21_23
#Ani nan deema, isinis na #barbaaddu, taus #cubbuu keessaniin ni duutu
Bakka ani
#dhaqu isin dhufuu hin dandeessanโ€ isaaniin jedhe.
Achiis
#Yihudoonni,
#Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanโ€™ kan jedhu ofi ajjeesuu barbaadeetii laataโ“โ€ jechuu jalqaban

#Innis(Kiristoos) akkana
isaaniin jedhe:
โ€œ
#isin_gadi irraa ti
#Ani garuu #oli irraa ti
Isin
#addunyaa kana
irraa ti; Ani garuu addunyaa kana
irraa
#miti.

โ“ท=Luqaas 13:31_35
Sa'aatii sanatti
#Fariisonni tokko tokko dhufanii, โ€œHeroodis si ajjeesuu
waan barbaaduuf asii ba'iitii deemiโ€ jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhe: โ€œDhaqaatii
#jeedala sanatti, โ€˜Kunoo ani haraa fi boru jinniiwwan nan baasa, #namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, #guyyaa_sadaffaattis hojii koo nan xumuraโ€™ jedhaatii itti himaa.
โฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏ
๐ŸŒนlink kan fayyadama๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//=====
C)๐Ÿ“โžป๐ŸŒนamma immoo gara #hikaa #sirriitti koota mee๐Ÿ‘‡

Ergan Abbaan illee samii irraa bahee oli deebi'ee, akkasumas hafuuri Qulqulluun irree samii irraa bu'ee ,oli deebi'ee. Kiristoos maalif Ana qofaa sami irraa gadi bu'ee oli deebii'ee jedhe reeโ“
=kunis wangeela Yohaannis 3:13 ergaa akkasii sababii isaa lakkoofsa 3:14-15 ๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž
โž€. ๐‘ ๐‘Ž๐‘๐‘Ž๐‘๐‘– ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘ ๐‘Ž๐‘š๐‘– ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘– ๐‘๐‘ข'๐‘’ ๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘™๐‘– ๐‘ก๐‘ข๐‘Ÿ๐‘’...โ“
โž.๐‘ ๐‘Ž๐‘๐‘Ž๐‘๐‘– ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘ ๐‘Ž๐‘š๐‘–๐‘ก๐‘ก๐‘– ๐‘œ๐‘™๐‘– ๐‘๐‘Žโ„Ž๐‘’ โ„Ž๐‘œ๐‘œ ๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘™๐‘– ๐‘ก๐‘ข๐‘Ÿ๐‘’.โ“
๐ŸŒนsababii inni samii irraa gadi bu'ee lubuu isaa kenne namoota fayyisuu
โพ.Yohaannis 3:13-15
#Ilma_Namaa isa samii irraa gad buสผe malee eenyu iyyuu samiitti ol hin baane. #Akkuma Museen gammoojjii keessatti bofa fannise sana Ilmi Namaas #fannifamuu qaba. Kunis akka #namni isatti #amanu hundi #jireenya bara baraa qabaatuuf
โžป๐š”๐šŠ๐šŠ๐šข๐š˜๐š˜ ๐šœ๐šŠ๐š–๐š’ ๐š’๐š›๐š›๐šŠ ๐š๐šŠ๐š๐š’ ๐š‹๐šž๐šŽ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐šŠ๐š๐šŠ๐šŠ๐š— ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ๐š๐š’๐š— ๐š’๐š‹๐šœ๐šŽ ๐š“๐š’๐š›๐šŠ.
โฟ.Yohaannis 12:32
#Ani garuu yeroon #lafa irraa ol fuudhamutti #nama_hunda ofitti nan harkisa.
๐ŸŒนamma immoo kayyoo innii gara samii olii bahee Kiristoos afaanii isaatiin akkasi jedhee.

โžŠโžŠ.Yohaannis 14:3
Anis yoon dhaqee iddoo isinii qopheesse, akka isinis iddoo #ani jiru #jiraattaniif deebiสผee dhufeen ofitti isin fudhadha.
โžŠโž‹.Efesoon 4:7-10
akkuma #safara kennaa #Kiristoositti tokkoo tokkoo keenyaaf ayyaanni kennameera. Kanaafuu ยซ #inni yommuu #olii gubbaa baสผetti #boojuu boojiสผe;
namootaafis kennaa kenneโ€ jedha.Maarree jechi #gara_oliitti baสผeโ€ jedhu, #gadi buสผeera, jechuunis gara lafaatti gad buสผeera jechuu malee maal jechuu taสผa? #Inni_gad buสผe sun isuma waan #hunda guutuuf jedhee #samiiwwan_hundaa #olitti_olii_baee dha.

โžŠโžŒ.Farfannaa 68:18
Ati yommuu #oli gubbaa baatetti #boojuu baayสผee fudhate yaa #Waaqayyo, yaa #Waaqi, ati achi #jiraachuuf jettee, namoota irraa, finciltoota irraas kennaa fudhatte
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžป๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™–๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž.
#๐‘˜๐‘Ž๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘œ๐‘œ ๐‘ ๐‘Ž๐‘š๐‘– ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž
#๐‘Ž๐‘๐‘๐‘Ž๐‘Ž๐‘› #๐‘Ž๐‘“๐‘ข๐‘ข๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘– ๐‘ž๐‘ข๐‘™๐‘ž๐‘ข๐‘™๐‘™๐‘ข๐‘ข๐‘› ๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘– ๐‘๐‘ข'๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘œ๐‘™๐‘– ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘๐‘–๐‘›๐‘›๐‘Ž๐‘›๐‘–, ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘– #๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘Ž๐‘‘๐‘‘๐‘Ž.
๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘ ๐‘Ž๐‘š๐‘– ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘– ๐‘๐‘ข'๐‘’ ๐‘“๐‘Ž๐‘›๐‘›๐‘–๐‘“๐‘Ž๐‘š๐‘’ ๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž ๐‘“๐‘Ž๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘–๐‘ ๐‘ข,
๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘ ๐‘Ž๐‘š๐‘–๐‘ก๐‘ก๐‘– ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘œ๐‘™๐‘– ๐‘๐‘Žโ„Ž๐‘’๐‘’ ๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž โ„Ž๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘˜๐‘Ž ๐‘ ๐‘’๐‘’๐‘ฅ๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘ ๐‘ ๐‘Ž ๐‘“๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘’ ๐‘œ๐‘™๐‘– ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘๐‘–๐‘ข๐‘ข๐‘“๐‘–.
๐Ÿ‘‰๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘“๐‘ข๐‘ข ๐‘ฆ๐‘’๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘ก๐‘– ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž๐‘ ๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘Ž ๐‘š๐‘Ž๐‘™๐‘’๐‘’ ยซ #Ilma Namaa isa #samii irraa gad buสผe malee eenyu iyyuu #samiitti oli hin baane ยป inni jedhuu (yoh 3:13) kanuma ibsaa.
โžปHenok, Eliyaas ,eenyuu iyyuu yoomu gara samii oli bahu akkasi hin goonne โŒ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐š๐šŠ๐š›๐šŠ ๐š๐šŽ๐š•๐šŽ๐š๐š›๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐š˜๐š๐šŠ๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha